uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

Waldaa Daandii Qulqullummaa

Waldaa Daandii Qulqullummaa

Kanalga Telegram’da o‘tish

Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali Waldaa Daandii Qulqullummaa analitikasi

Waldaa Daandii Qulqullummaa (@waloomaa) Amxar til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 12 628 obunachidan iborat bo'lib, Din & Maʼnaviyat toifasida 7 086-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 2 794-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 12 628 obunachiga ega bo‘ldi.

27 Oktabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 484 ga, so‘nggi 24 soatda esa 10 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 0.65% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 0.63% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 82 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 79 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 3 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 28 Oktabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Din & Maʼnaviyat toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

12 628
Obunachilar
+1024 soatlar
+967 kun
+48430 kun
Postlar arxiv
#Bagaa_isinii_gahee19❤️🙏 #Guddicha_Raamaarra Ergama gammachuu #Galata_waaqayyoof Karaa kan qajeelchuu Eega keenya ati Kan wa
#Bagaa_isinii_gahee19❤️🙏 #Guddicha_Raamaarra Ergama gammachuu #Galata_waaqayyoof Karaa kan qajeelchuu Eega keenya ati Kan waaqni nuf kenne #Kanaaf_si_waamanna Lapheedhan amaanne #Gammachuu_himta Sagalee jireenya #Sin_godaane_dinni Mormaan keenya #Fakkaata_ilmaa_waaqayyoo Hiikaan maqaa isati #Gabri'eel_jedhama Angafa ergamoota ti #Abjuun_ni_hiika Aangoo isa danuudha #Dààni'eel_raajichi Mul'aatan kan argeedha #Qirqoos_fi_Iyyeeluxaa Dafee kan birmaate #Dhiphina_keessatti Jabina isanif laate #Jabanne_haa_dhabbannu Jechuun #ergamoota jabeesse Lallaba #kakuu_haaraa fi duraa Ta'ee dhugàa nu barsiisee Walaloo code 🔔@19@019

#BAGAA_GESSAAN16❤️🙏 #Ilaalee_hubatee Kasoomina kan kee #Madaaleetoo_dhabee Gonka gita kan kee #Dubartootaa_keessaa Dhiira da
#BAGAA_GESSAAN16❤️🙏 #Ilaalee_hubatee Kasoomina kan kee #Madaaleetoo_dhabee Gonka gita kan kee #Dubartootaa_keessaa Dhiira dabalatee #Hundumarra_caalaa Durbee si filatee Iddoo buufata isaa #Galma_ishee_bareedduu Namaa fi Waaqayyoon Kan walitti fidduu Kan filataman keessaa #Gonka_kan_filatamtee Uumaadhaa gadittii #Uumama_hunda_caaltee Ji'a sagal guutuu #Kan_garaatti_baattee Fayyina keenyaafis Baattee kan godaantee #Qaama_jecha_abbaaf Ati haadha kan taatee #Yaa_Waadaa_araaraa Akkam eebbifamtee #Kan_si_keessa_bulee Adda si taasisee Aduurra harka torbaan #Giiftii_si_caalchisee Imimmaan kee argee #Waadaa_isaa_siif_seenee Kan yoomuu hin bannee #Yaa_Waadaa_araaraa Giiftii Qulqulleettii #Fakkaattii_ergamootaa Ayyaana qabeettii #Nuuf_kadhu_ilma_kee Ati nun dagatiinii Nu araarsi ati #Giiftii_nun_dhiisinii Walaloo code 🔔 @16@016@km

#Nutii ortodoksiin iyaasus kiristoos akkas jenee Dhugaa banaa ykn laalabnaà ‎IYYASUUS KIRISTOOS EENYUDHA? ‎➲Ilma Daawwit.Maat. 1~1 ‎➲Kiristoos. (Maat.1~16) ‎➲Iyyaasuus Maat 1~21 ‎➲Amaanu'el. Maat. (1~23, Isa. 7~14.) ‎➲ilma Waaqayyoo. (Maat. 26~63.) ‎➲Mootii Ayihuudii. (Maat. 27~37) ‎➲Mooti Israa'eel (Maar "15~32) ‎➲ilma filatamaa. (Luq.9~35.) ‎➲Masihii Yoh. (1~41.) ‎➲Qoricha Addunyaa.Yoh. 4~42.) ‎➲BuddeenaSamii.Yoh. 6~32.) ‎➲BuddeenaJireenya.Yoh. 6~5. ‎➲Qulqulluu fi qajeelaa (Yoh. Ho. Du. Bu. 20~42) ‎➲Gooftaa. (Room. 10÷8~13.) ‎➲Qoricha. (Room. 11~26.) ‎➲Hoolaa Faasikaa.(1Qor. 5~7.) ‎➲Jecha Jireenya. (1Yoh. 1~1) ‎➲ilma Abbaa. (Yoh. 1~3). ‎➲ilma tokkicha waaqayyoo. (1Yoh. 4~9.) ‎➲Leenca yihudaa. (Mul. 5~5.) ‎➲Mootii moototaa. (Mul. 19~16.) ‎➲Gooftaa gooftotaa. (Mul. 19~16 ‎ ‎Utuu Addunyaan hin ‎Uumamin dhalli namaafi ‎Ergamoonni ‎Qulqulloonni haala hin ‎Beekneen Abbaa isaa ‎Isa samii irraa, haadha Malee dhalate. (Far. 2 : 7) ‎➛Addunyaa / lafa ‎Irraati immoo durbee Maariyaamii irraa Abbaa Malee dhalate.Luqaas 2 : 6 - 11 ‎1.➛Uumaa (Waaqadha) ‎Kana sagalee ‎Barumsaatiif Hojiiwwan ‎Isaa Irraa Beekameera. ‎Utuu Addunyaan hin ‎Uumamin dura ‎Amalummaa abbaa isaa ‎Wajjin ture. ‎ Yohaannis 1 : 2-3 ‎ Yohaannis 17 : 5 ‎ Qolaasiis 1 : 17 ‎2.➛MUCAA WAAQAYYO DUGHA ‎➛Mormitoonni isaa amananiiru ‎ Yohaannis 5 : 28 ‎➛Qulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. ‎Gooftaanis dhugaa ba'uu pheexiroos fudhateera. ‎Maatewoos 27 : 32 - 56 ‎Yohaannis 6 : 69 ‎Gooftaan Iyyasuus kiristoos Mirkaneesseera. ‎3. IYYASUUS KIRISTOOS CUBBUU HIN HOJJENNE KUNIS WAAN WAAQA TA'EEFIDHA ‎➛Gooftaanis jarreen mormitoota isaa gaafatee qaanesseera. ‎➛Qulqulluun pheexiroos dhugaa baheera. ‎1pheexiroos 2 : 21 - 22 ‎➛Qulqulluun phaawuloosis Iyyasuus kiristoos cubbuu hojjechuu irraa walaba tahuu isaa Qulqullummaa isaa ibsee barreesseera. ‎2Qoronxoos 5 : 21 ‎4. IYYESUUS CUBBUU NAMOOTAA DHIISEERA. CUBBUU DHIISUU KAN DANDA'U WAAQAYYO DUWWAADHA. raajeffannoo Barsiisota Seeraa Maariqoos 2 : 7Jecha amanamaaa dhugaa Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos ‎Maatewoos 9 : 6 ‎Yohaannis 8 : 11 ‎5. RAAJIIWWAN ADDAA GOCHUU IS ‎Raajiiwwan 36 taasiseera. ‎Dhukkubsattoota Fayyisuu Isaa Maatewoos 8 : 9-13 ‎Luqaas 4 : 31-44 ‎Luqaas 5 : 12-15 ‎Yohaannis 4 : 43 ti hanga Yohaannis 5 : 16 dubbifadhaa. ‎WARRA BEELA'AAN RAAJII ISAATIIN SOOREERA. ‎Yohannis boqonnaa 6 ‎Maatewoos boqonnaa 6 ‎C.➛DU'AA KAASEERA. ‎ Luqaas 7 : 11 - 18 ‎ Yohaannis 11 : 1 - 46 ‎6.➛ CUBBUU NAMAAF DU'EERA. ‎ Maatewoos 27 : 32 - 56 ‎ 2 Qoronxoos 5 : 21 ‎ 1pheexiroos 2 : 22 - 24 ‎ Raajii Isaayyaas 53 ‎ 1Yohannis 3 : 5 - 8 ‎ 1Qoronxoos 15 : 2 - 4 ‎7.➛DU'A MO'EE KA'EERA ‎H.Ergamootaa 2 : 24 - 36 ‎1Qoronxoos 15 ‎Galaatiyaa 2 : 2 ‎roomaa 10 : 9 - 10 ‎1pheexiroos 1 : 19 - 1Tasaloonqee 1 : 10 ‎Du'aa ka'umsa Du'ootaa nii amanna. ‎8.➛MURTOO LAACHUUDHAAF LAMMATA DEEBI'EE NII DHA ‎1Tasaloonqee 4 : 13 - 18 ‎2Tasaloonqee 2 : 1 - 11 ‎2 Qoronxoos 15 : 51 - 57 ‎Yohannis 14 : 1 - 6 ‎H.Ergamootaa 1 : 11 ‎Maatewoos 24 : 30 ‎ 1 : 7 ‎Yohannis 21 : 23 ‎ Maatewoos 24 : 42 - 44 ‎1Yohannis 3 : 2 - 3 ‎Akka hojii keetti kan sitti murteessuuf , sii murteessu Kiristoos Iyyesuusidha. 2.Qoronxoos 5 : 10. ‎///Galanni Waqayyoof Haa Ta'u ‎

Nu bira hunduu jira koottaa as goraa filannoon keessan maali tajaajiltoonni keenya tajaajilamtoota barbaadaa jiru waan ta'eef seenaa baradhaa kan kanaa gadii chaanaaliiwwan barumsa Ortodoksii seeraaf danbii Doogmaa Qannoonaa isaa eeggate dabarsaa waan jiraniif seenaa baradhaa. Galatoomaa

Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇 Walaloo:- PDF dhaan, Barreeffama Chaanaalii Keessaan, Ajajaaan. Diraamaa:- " " Barumsa:- Sagaleedhaan, Barreeffamaan, Pdf dhaan...... Fi kkf hundumaa as keessatti argattu. Kuni Gowwomsaa miti ilaaluun amanaa 👇 Hunduma isaa bakka tokkotti

Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha. Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa. Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇 Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda

Daa'ima Ajaa'ibaa (Qiirqoos) Daa'ima keessaayyuu Daa'ima Ajaa'ibaa Kan qulqulluu Qiirqoos kennaansaa na dhibaa Haadhasaaf kan ta'ee jabina amantii Kiristoos lallabee dhugaa bahe ormattii Qirqoos jedhaniinii mucaa waggaa sadii Kan dhugaa dubbatee kan falmuuni badii Ani kiristaanaa jedha Daa'imichii Amantaan jabeessee ni cimse gooftichii Mootichi utaalus of tuulee aangoonii Qirqoos ammoo falmee dide amantaanii Qaamasaatiin xiqqaa yaadan ammoo jabaa Yoo isatti amannee gooftaan ol nu qabaa Bishaan danfifamee sagaleen yoo huursuu Qirqoosin jabaadhaa takkaan qabu naasuu Naatuus Iyyaluxaan abiddicha ilaaltee Dinqii gochaan waaqaa si laaltee jabaattee Kiristoos mootiidhaa kan bitu moototaa Kan isatti amanee hin du'u ni jiraataa Isa kana beekaa Qiirqoos Daa'imichii Akkamiin naasisaa Isa abiddichii Yoo gaafatu maqaa mootichi kennaa itti roobsee Inni kiristaanaa maaltu Isa gowwoomsee Qomoo filatamaa kan gooftaan waammamuu Kan dhugaa dubbatee dhugaaf wareeggamuu Egaa gooftaan keenyaa afaan isaa banee Mootichi hamaan garuu waaqa isaa ganee Iyyesuus gooftaadhaa jedhee ragaa bahee Abbaan ulfinaa sun kunoo ni qaana'ee Aangoosaan oftuulee haadhaaf ilma qabee Abidda bobeessee keessatti isaan darbee Ni arga samiirraa kan hundumaa bulchuu Ni dhufee Gabri'eel du'a isaan oolchuu Kan isatti amanu hin nahu hin qaana'uu Maqaasaa ulfaataaf Galanni haa ta'uu Gabri'eel yoo dhufuu Abiddicha dhaamsee Bishaanis Abboomee kunoo qorrisiisee Isaaniis galataaf ni dhaabbatan kunoo Maqaa maqaa caaluuf dhiyeessan faarfannoo Kan Ergamaa ergee labooba abboomuu Abiddaa isaan oolchee inni haa galatoomuu Diinnis ni qaana'ee baayyonni amananii Baraan wareegamuu harras kiristaannii Kan akka Qirqoos tasa eessa jiraa Adaraa daa'imman waaqa keessan baraa Kanaafim gooftaanii Daa'imman jaalatee Gara koo haa dhufan jechuudhaan dubbatee Qiirqoos Iyyeluxaa haadhaa Fi ilma dhugaa Wareegamaniitoo gooftaa bahan ragaa Sana boodaas innoo qaraan waraanamee Hanga dhumaatittii gooftaaf amanamee Gooftaaniis jabeessee amantaasaanittii Jabaatanii dhaabbatan hanga dhumaatittii Kan gooftaa kabajaan warra isaaf of kennan Ni eega ni marsaa kan waaqaa ergamaan Kan Gabri'eel qabuu tasaan qabu naasuu Isaadha kan dhufee rakkoo si dabarsuu Qiirqoos ibsuu Daa'ima moo Ga'eessaa Hojiinsaa raajiidhaa diina barbadeessaa Qaamaan daa'imaadhaa gochaansaa dinqiidhaa Kan qooqasaa saaqee waaqa waaqotaadhaa Galanni fi ulfinni guddaan barabaraaf waaqayyo uumaaf haa ta'u. Ameen 💖 Walaloo code 🔔@15@015 @Qirqoos

Warreen Barumsa Koorsii Gaafachaa Turtaniif, Gaaffilee Shakkitootaaf Deebii Ga'aa Dabalatee Isiniif Fidneerra Kunoo 👇

Waa'ee Haadha Keenyaa, Qulqullootaa, Eegamootaa, Wareegamtootaa, Bal'inaan Barachuuf As Goraa👇 Beekkumsa Walii Galaa Orrodoksii Tewaahidoof👆👇

Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha. Hunda Isaa Argachuuf👉 see more

Waantota Gaaffii Isinitti Ta'e Kamuu Chaanaalii Kanaa Gadii Keessaa Akka Argattan Abdiin Qaba Seenaa Ilaalaatii Waan Dhabdan Qofa Keessaan Na Gaafadhaa👇 All Orthodox Teaching

Baga Sooma Tsiggee (Sooma Habaaboo) Nagaan Geessan🙏 Jechaa👇 Soomni Tsiggee Maalif Soomamaa? Walaloowwan Sooma Tsiggee Faaruwwan Sooma Tsiggee Barumsa Waahee Sooma Tsiggee Irratti Hunda Bakka Tokkotti Argachuuf 👇👇👇👀👇👇👇

Hangafni ergamootaa Hangafni eegamootaa eegaan Israa'elii Tajaajilaan gooftaa dhufe Mikaa'eelii Yeroo hunda nu eegaa madaala qabatee Waaqa nuuf kadhataa durasaa dhaabbatee   Maanuheen yaa himuu kan ol baasu aarsaa Gargaaraa Daani'eel maqaasaa nan faarsaa Takliyyees gaafadhaa waan inni hojjetee Raajii danuudhaanii rakkinaa baafatee   Ulfinaaf surraasaa yaa himu Iyyaasuunii Gediwoonis beekaa waliin dubbachuunii Kan hidhaa nu hiikuu Gooftaarraa ergamee Waa'eensaatoon dhumuu osoo lallabamee   Kan ulfina laatuu du'a nurraa kaasee Kan jaalala labsu laphee gammachiisee Kan lolee diinichaa darbate samiirraa Waadansaa kan eegu Afoomiyaa diinarraa   Mikaa’eel ni waamnaa tasa hin qaanofnuu Karoora keenyarratti isaan kan milkoofnuu Kunoo ol nu qabee cufee boolla du’aa Kan du’a koo labset afaan Leencaa bu’aa   Balali'ii koottuu yaa ergamaa guddaa Koottuutii ol baasii aarsaa keenyaaf kadhaa Mana Waaqa keenyaa kadhaaf yoo dhaabbannuu Nu marsiteerta atii kana hin dagannuu   Mana hidhaatittisi si waamna nu baasii Balbalicha banii funyichas tarsaasii Haa raafamtu laftii Goofticha jajannaa Yaa ergamaa dinqii dinqii keen jabaannaa   Akka nurraa ifattu ati seexanichaa Yeroo hunda si waamnaa Mikaa’eelii jechaa Daddaftee qaqqabdee diina kan rukkuttuu Si waammachaa jirraa harras dafii koottuu

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇