fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Facts and Knowledge

Facts and Knowledge

رفتن به کانال در Telegram

Did you Know?

نمایش بیشتر
2 632
مشترکین
-124 ساعت
+27 روز
+2430 روز

در حال بارگذاری داده‌ها

کانال‌های مشابه
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
نوامبر '26
نوامبر '26
+29
در 0 کانال‌ها
اکتبر '26
+127
در 1 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '26
+256
در 87 کانال‌ها
Get PRO
اوت '26
+327
در 102 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '26
+208
در 95 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '26
+298
در 79 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+926
در 102 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+329
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+3
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+2
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+5
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+2
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+12
در 1 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+15
در 87 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+24
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+19
در 83 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+23
در 84 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+18
در 83 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+28
در 104 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+27
در 116 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+25
در 113 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+38
در 122 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+97
در 125 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+158
در 134 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '240
در 17 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '240
در 104 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+63
در 119 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+113
در 103 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '240
در 102 کانال‌ها
Get PRO
مه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+471
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
21 نوامبر0
20 نوامبر+2
19 نوامبر0
18 نوامبر0
17 نوامبر+2
16 نوامبر+1
15 نوامبر+4
14 نوامبر+3
13 نوامبر+2
12 نوامبر+2
11 نوامبر+1
10 نوامبر0
09 نوامبر+1
08 نوامبر+2
07 نوامبر+1
06 نوامبر+1
05 نوامبر+1
04 نوامبر+2
03 نوامبر+2
02 نوامبر+1
01 نوامبر+1
پست‌های کانال
Jechoota Hayyoota Lixaa "Beekumsi kennaa uumamaa si jalaa hin hatamneedha." — Albart Staayin "Hiyyummaan hiyyuuma caalu hiyyummaa sammuuti." — Sooqiraxas "Hanga lubbuun jirtutti waan gaarii hojjedhu!" — Abrahaam Linkan "Yeroo dabarsuurra guyyaa beellamaa dabarsuu wayya!" — Abrahaam Linkan "Beekaa jedhamuuf barumsa keessa darbuu osoo hin taane baruumsi si keessa darbuu qaba." — Abrahaam Linkan "Sammuun qullaa ta'uu irra kiisiin qullaa ta'uu wayya." — Sheekispiir "Boru kaleessaaf karoorfachuu hin dandeessu." — Edmand Bark "Yeroo hunda tarkaanfii tokko yoo yaaddu qormaanni gufuun miilla kee irratti ni mul'ata." — Antoon Cheevak "Nama irra yaaduf yaali! Garuu namarra beekadha ofiin hin jedhin!" — Wiiliyaam Jaamsi "Horii kee waan barbaaddetti jijjiiruu dandeessa! Biyya kee garuu hin dandeessu." — Joon F. Keneediin "Bareedinni sammuudhaa umurii wajjiin dabalaa yoo adeemu kan bifaa immoo hir'achaa deema." — Joon F. Keneediin "Humna agarsiiftuu ol qabaadhu! Hamma beektu dubbadhu!" — W. Sheekispiir ✍Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
19 نوامبر, 12:47

2
Gufuulee Milkaa'inaa... 1. Ofittummaa. 2. Sodaa kufaatii. 3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu. 4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu. 5. Jijjiirama haala jireenyaa. 6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu. 7. Hanqina karoora/qarshii. 8. Ittigaafatamummaa maatii. 9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu. 10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu. 11. Qofaa keenya hedduu hojjachuu. 12. Humna ofii ol yaaduu. 13. Kutannoo qabaachuu dhabuu. 14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu. 15. Sabrii dhabuu. 16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu. ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
150
3
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..! 1. Karoora kee. 2. Dadhabina kee. 3. Kufaatii kee. 4. Iccitii kee. 5. Sochii kee kan fuul-duraa. 6. Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin. JAHAN KANA AMMOO HUBADHU! 1. Yaadi malee hin dhiphatin! 2. Nama irraa baay'ee hin eeggatin! 3. Dandeettii keetti fayyadami! 4. Dogoggora kee irraa baradhu! 5. Ofitti amani! 6. Dandeettii kee beeki! ✍Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
335
4
Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi! 1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee jala kaa'i. 2. Rakkina amma keessa jirtuu fi cinqii sitti jirtu kana kaleessa kee yaadachuun, Fuul-dura kee Abdachuun bira kuti. 3. Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi. 4. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef. 5. Taatee argamuu, (Ofitti amantummaan hojjachuu). ✍Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
572
5
Wantoota 10 Kana Eenyuttu Gonkumaa Himuu Hin Qabdu: 1. Karoora bakka bu'aa kee (Backup plans) Namoonni yeroo ati karaa biraa ittiin milkooftu beekan, ilaalcha isaan siif qaban jijjiiruu danda'u. Filannoowwan kee hanga yeroo isaan barbaachisanitti of biraatti qabadhu. 2. Wantoota irratti waliif galtu ykn itti aantu sirriitti beekuu isaanii Namoonni daangaa kee yeroo beekan, daangaa sana irratti si mariisisuu fi dhiibbaa sirratti gochuu jalqabu. 3. Waldhabdee dhuunfaa namoota siitti dhihoo jiran waliin qabdu Miirri yeroo gabaabaa keessatti uumamu yaada namni biraa yeroo dheeraaf si irratti qabu akka hin taaneef, dhimma dhuunfaa kee nama hundaaf hin himiin. 4. Rakkoo maallaqaa fi dirqama maallaqaa kee Rakkoon maallaqaa kee namoonni akkaataa itti si kabajan, itti amananii fi ittin sitti dhiyaatan suuta suutaan jijjiiruu danda'a. 5. Hamman obsuu dandeessu Namoonni hamma ati obsitu yoo beekan, daangaa kee irra deddeebi'anii ce'uu danda'u. 6. Dogoggora darbe kan amma eenyummaa kee hin ibsine Guddina jechuun fuulduratti tarkaanfachuu dha. Namni hundi nama durii ati turte akka beekuuf mirga hin qabu. 7. Dadhabina kee bakka murteessaa ta'etti qabdu Ofii kee qofatti baradhu. Callisii of fooyyessi. Yeroo hunda dadhabina kee namootaaf saaxiluu irra ofitti amanamummaan barbaachisaa dha. 8. Tarkaanfii guddaa itti aanu kan ati fudhachuuf jirtu osoo hin murtoofne Yaadni namoota baay'ee milkaa'ina kee osoo hin argamiin dura abdii fi kaka'umsa kee balleessuu danda'a. 9. Walbira qabuu namoota biroo irratti gootu Jechi afaan keessaa ba'e saffisaan tamsa'a; keessumaa jechoonni salphaatti dubbataman. 10. Waan miiraan si rakkisaa jiru kan ati amma illee hubachuuf yaalaa jirtu Namni hundi gorsa si fayyadu siif hin kennu; gariin isaanii burjaajii caalaa si keessatti uumuu danda'u. Ergaa kana irraa barumsa yoo argattan, TG kana join gochuun nu hordofuun na jajjabeessaa. Galatoomaa! Follow👉 Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
359
6
بدون متن...
681
7
#Fakkaachuu_Dhiisi! 👉Ilaamee nama koo kan si barbaachisu kophee 👞 bituu ta'uu danda'a. Kan ati barbaaddu garuu kophee hiriyyaan kee bite, kan gatiin isaa qaalii isa kiisii kee miidhu ta'uu danda'a. Kan si barbaachisu bakkeewwan mimmidhaagoo ta'an keessa deemuun(Walk gochuun) sammuu kee bashannansiisuu fi gooharsuu ta'uu danda'a. Kan ati barbaaddu garuu qarshii baay'ee baaftee of dhangalaasuun ta'uu danda'a. Kan si barbaachisu nyaata mana keetii argattee nyaachuu ta'uu danda'a, ati garuu mana nyaataa gatiin isaa qaala'aa ta'e seentee nyaachuu barbaaduu dandeetta. 🤝#Ila_Nama_Koo 🤔 👉 Amaloonni akkanaa kun yeroo irra deddeebi'an, kaayyoo keetiif jiraachuu dhiiftee, fedhii kee isa si hin fayyadneef Garbicha taata. Amaloonni akkanaa yoo baay'atan dursa kiisii kee, san booda jireenna kee duwwaatti hambisu. Yeroo Namoonni waan nyaatan, waan dhugan, waan uffatan, waan hawwan sitti agarsiisuuf yaalan, ati ammoo dabarsuun ka biraa laali! 👉#Na_dhagahi! fakkaachuu dhiisi! Ani eennu gadi, anis itti agarsiisa! Kan jedhu miira keessa keetii too'adhu! Kaayyoo kee guddicha saniif iddoo kenni! Waan barbaadduuf odoo hin taane, waan si barbaachisuuf dursa iddoo kenni! San booda wanti ati hin milkeessine hin jiru. Sababni isaa bilchina qaamaa irra, bilchina sammuuttu caala. 👉Warroonni kaayyoo isaanii miira irraa bilisoomsuun fakkaachuu fi fakkeessuu irraa qulqulleessan galma isaanii dhugoomsanii waan barbaadaniif waan isaan barbaachisu guutanii jiraataaru. Isaan qaamaan osoo hin taane sammuun bilchaatan. Ati hoo eennuu gadi?? Miiraaf qaama caalaa sammuu kee...🤝🤝🤝 ✍Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa)
548
8
🐢 SUUTA SUUTAAN DEEMUUN KEESSAN QAANII HIN QABU! 💪🔥 Namoonni hundi saffisa tokkoon hin deemani. Namni tokko saffisaan milk
🐢 SUUTA SUUTAAN DEEMUUN KEESSAN QAANII HIN QABU! 💪🔥 Namoonni hundi saffisa tokkoon hin deemani. Namni tokko saffisaan milkaa’a, kan biraan immoo suuta suutaan tarkaanfata. Garuu wanti murteessaan saffisa kee osoo hin taane, gara fuulduraatti deemuu kee dha! 🎯 🐢 Barumsa qabeessa kan ta’e: Qocaan saffisaan hin deemne jechuun galma isaa hin ga’u jechuu miti. Akkasuma, ati har’a suuta deemaa jirta jechuun boru milkaa’uu hin dandeessu jechuu miti. ✅ Of hin madaaliin. ✅ Namoota biroo wajjin of hin dorgomiin. ✅ Tarkaanfii xiqqaa ati har’a fudhattu hin tuffatiin. ✅ Kaayyoo kee irratti cichi! ✅ Yeroo hunda gara fuulduraatti tarkaanfadhu! Yaadadhu: Milkaa’inni saffisa qofa irraa hin dhufu; obsaa, itti fufiinsaa fi kutannoo irraa dhufa. 🌱 🔥 Suuta deemuun rakkoo miti; dhaabbachuun garuu imala kee addaan kutuu danda’a! 💬 Gaaffii: Ati har’a kaayyoo kee bira ga’uuf tarkaanfii akkamii fudhatte? 👇 Yaada keessan comment irratti nuuf qoodaa! ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
594
9
بدون متن...
445
10
𝗚𝗼𝗿𝘀𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗺𝗮 𝗤𝗮𝗯duu🌅 ================== 1,Qorumsi kan sitti baayy'atuuf; Dadhabina kee mul'isuufi miti. hammam akka cimaa taate mul'isa. *** 2, Namni maalif akka du'u hin beekne.Maalif akka jiraatus hin beeku. **** 3, Karaa si baasu hin beektu taanan imala hin eegalin. **** 4, Nama Gammachiisuf jattee gammachuu kee hin dhabin. **** 5, Nama guddaa ta'uuf yaada xiqqaafi,Nama yaada xiqqaa irraa fagaadhu. **** 6, Dubartootni yeroo hedduu dhiira cal'isu jaalatu;Sababni yeroo mara waan isaan dhaggeeffatu itti fakkaata.!!! **** 7, Beekaa ta'uun humna siif kenna.Amala gaarii qabaachuun kabaja siif kenna. * 8, Dhugaa keessa kee jiru himuu dandeessa ta'a,Garuu akka si amanuu gochuun ni ulfaata. * 9, Namni baratee kitaaba hin dubbisneefi namni kitaaba dubbisuu hin dandeenye wal hin caalu. * 10, Bakkuma jirtu dhaabbattee bakka gahuu barbaaddu hawwuun gowwummaadha. ** 11, Moo'ataa kan si taasisu.Baay'ina deeggartootaa osoo hin taane; Yaadaafi ofitti amanamummaa ati qabduudha. * Galatooma !❤ ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
518
11
𝗚𝗼𝗿𝘀𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗺𝗮 𝗤𝗮𝗯𝗯𝘂🌅 ================== 1,Qorumsi kan sitti baayy'atuuf; Dadhabina kee mul'isuufi miti. hammam akka cimaa taate mul'isa. *** 2, Namni maalif akka du'u hin beekne.Maalif akka jiraatus hin beeku. **** 3, Karaa si baasu hin beektu taanan imala hin eegalin. **** 4, Nama Gammachiisuf jattee gammachuu kee hin dhabin. **** 5, Nama guddaa ta'uuf yaada xiqqaafi,Nama yaada xiqqaa irraa fagaadhu. **** 6, Dubartootni yeroo hedduu dhiira cal'isu jaalatu;Sababni yeroo mara waan isaan dhaggeeffatu itti fakkaata.!!! **** 7, Beekaa ta'uun humna siif kenna.Amala gaarii qabaachuun kabaja siif kenna. ***** 8, Dhugaa keessa kee jiru himuu dandeessa ta'a,Garuu akka si amanuu gochuun ni ulfaata. ***** 9, Namni baratee kitaaba hin dubbisneefi namni kitaaba dubbisuu hin dandeenye wal hin caalu. ***** 10, Bakkuma jirtu dhaabbattee bakka gahuu barbaaddu hawwuun gowwummaadha. ****** 11, Moo'ataa kan si taasisu.Baay'ina deeggartootaa osoo hin taane; Yaadaafi ofitti amanamummaa ati qabduudha. ***** Galatooma !❤ ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
1
12
♠☞OF_EGGAACHUUN_HIN_DAGAATIIN☜ ❀❀❀❀❀❀❀❀ ☞Bar tokko Adurroonni, "Hanga yoomi wal lolla? Intala keessan nu kennaatii gaa'ilaan tokko haa tannu," jechuun hantuutotattii ergan. Hantuutonnis walii galan. Gaa'ilichaafis hantuutaa bareedduu taate tokko filatan. Ta'us gidduu isaanitti wal shakkuun hin dhabamuutii, hantuunni cimaan tokko ka'ee, "Yaa lammii hantuutotaa!! Adurroonni waggoota hedduu utuu nuti isaan hin tuqin, utuu isaan hin miidhin yeroo hundaa nu balleessaa kan turan diinota keenya akka ta'an beektu. Gaa'ila kanaan sababbeeifatanii dhufanii badii akka nurratti hin raawwanne maaltu nu mirkaneessa? Ykn ragaa maal qabna? Of eeggachuun waan hamaa miti, maaloo boolla haa qotannu; yoo mala hamaa qabaatan bakka itti dhokannu nuuf ta'a," jedheen. Hundumti isaanii yaanni isaa akka isaanitti tole itti himaan. Kanaafis boolla gahaa qotatan. Guyyaa gaa'ilichaa Adurroonni sirbaa dhufan. Dhufaatiin isaanii kan itti hin tolle hantuutonni xiinxalanii isaan ilaalu turan. Adurroonni, "hudhi hudhi," yeroo jedhan; hantuutonnis, "dhokadhu dhokadhu jedhan."Nuyis gorfanneerra," yeroo jedhan; hantuutonnis, "Boolla qotanneerra," jedhanii gara boollatti galanii jala bahaan. Of eeggachuun barbaachisaadha. Addunyaan kun dhibba irraa dhibba kan itti amanaman waan hin taaneef, diina kee wajjin araarami; garuu of eeggachuu kee hin dhiisin. ✍Pr. lAbbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
524
13
بدون متن...
474
14
‎BARNOOTA BU'UURAA 5 KITAABA 'ATOMIC HABITS' IRRAA BARANNU ‎****** ‎ ‎Jijjiirama guddaa jireenya kee keessatti fiduuf tarkaanfii guddaa fi ulfaataa qofa fudhachuu dhiisi? James Clear kitaaba isa 'Atomic Habits' keessatti akka ibsutti: Milkaa’inni bu'aa barmaatilee xixiqqaa guyyaa guyyaan shaakalluuti malee jijjiirama tasaa miti! ‎ ‎Jireenya kee toora qabsiisuu fi mul'ata kee dhugoomsuuf barnoota bu'uuraa 5 kitaaba kana irraa barannu kanneen hojii irra oolchi: ‎ ‎1. Seera %1n Fooyya'uu (The 1% Better Every Day) ‎Jijjiiramni guddaan guyyaa tokkotti hin dhalatu. Guyyaa guyyaan wanta hojjettu irratti %1 qofa fooyya'uun waggaa tokko keessatti dachaa baayeen (compound effect) %37 fooyya'ina guddaa siif fida. ‎Har'uma jalqabi; fuula 1 dubbisuu, push-up 5 hojjechuu, ykn boqonnaa daqiiqaa 5 fudhachuudhaan jijjiirama %1 shaakaluu jalqabi! ‎ ‎2. Galma (Goals) Irra Sirna (Systems) Irratti Xiyyeeffadhu ‎Galmi bakka ga'uu dandeessu siif ibsa; sirni (system) garuu adeemsa guyyaa guyyaa ittiin bakka sana geessuudha. Namoonni milkaa'ani fi kufan hundi galma wal-fakkaataa qabu; kan isaan gargar baasu garuu sirna hojii guyyaa guyyaati. ‎Galma qabaachuun gaariidha, garuu xiyyeeffannoo kee tooftaa fi barmaatilee guyyaa guyyaatti hojii irra oolchitu irratti gochuu shaakali. ‎ ‎3. Eenyummaa Kee Jijjiiri Malee Bu'aa Qofa Hin Hordofin (Identity-Based Habits) ‎Jijjiiramni waaraa kan dhalatu yeroo ati amantaa fi eenyummaa kee jijjiirtuudha. Wanta hojjettu qofa jijjiiruu dhiisiitii, nama akkamii ta'uu akka barbaaddu irratti xiyyeeffadhu. ‎"Ani dubbisuu nan barbaada" jechuu mannaa "Ani NAMA DUBBISUUDHA" jedhii of amansiisi. Wanti ati hojjettu hundi eenyummaa kee deeggara. ‎ ‎4. Seerota 4 Barmaatilee Haaraa Ijaaruu (The 4 Laws of Behavior Change) ‎Barmaatilee gaarii ijaaruuf seerota afur kanneen fayyadamuu dandeessa: ‎* Mul'ataa Taasisi (Make it Obvious): Wanta hojjechuu barbaaddu ija kee dura kaa'i. ‎* Hawwataa Taasisi (Make it Attractive): Barmaatilee sana wanta jaallattu wajjin walitti hidhi. ‎* Salphaa Taasisi (Make it Easy): Tarkaanfii jalqabaa baay'ee salphaa fi daqiiqaa 2 keessatti xumuramu taasisi (2-Minute Rule). ‎* Quubsaa Taasisi (Make it Satisfying): Hojii sana xumuruu keetiif of badhaasi. ‎ ‎5. Seera Daqiiqaa 2 (The 2-Minute Rule) ‎Barmaatileen haaraa kamiyyuu jalqabuuf daqiiqaa 2 ol fudhachuu hin qabu. Barmaatileen ulfaataan yoo salphaatti caccabe malee sammuun kee harkifannaa (procrastination) fida. ‎Kitaaba fuula 30n dubbisa jechuu mannaa "Kitaaba fuula 1n dubbisa" jedhii jalqabi. Jalqabuun humna guddaa siif kenna! ‎ ‎"Jireenyi kee bu'aa barmaatilee keetiiti. Galma kee ol kaasuu dhiisiitii, sirna barmaatilee keetii fooyyessi. Har'a dammaqi, barmaatilee xixiqqoo %1 ijaarrachuudhaan gara milkaa'ina waaraatti imali!" ‎ ‎✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
491
15
Dhugaawwan #Hadhaawoo 7 (Hard Truths)! 🧠💎⚡ 1. Namni #Icciitii nama Hundaa fidee sitti haasa'u, Gaaf tokko kan kees baasee Gurgura. 🗣️🐍 2. Eenyummaa Nama tokkoo madaaluuf, Beekamti fi #Sadarkaa diinota isaa Baruu qofa si gaafata. 👑🦁 3. Yommuu #Hattuun si Dhungattu, ilkaan kee lakkaawwadhu. 🎭🪤 4. Gorsa #Maanguddoota hundaa gonkumaa hin fudhatin; Goowwaan Dulloomees si Gorsu qaba jedheen hin amanu. 🧠🚫 5. Mana itti Galtu filachuu keetiin dura, #Ollaa kee si cina jirus Adda Baafadhu. 🤝🚪 6. Nama Ifatti si #Jibbuu caalaa , Diina fuula ifaatiin dhufe sanatu Balaa qaba. 🗡️🩸 7. Kolfi #Hiriyyaa Fakkeessituu , Kolfa diina kee Caalaa Baay'ee Dheerata. 🐍🚪 Ajaa'iba! 😁🤝 📌Of-Eeggachaa Jiraadhaa Maalumaafu! 🙏 ✍️Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
422
16
#Dubbisi_Si_Fayyadaa👇 Gammachuu fi shittoo Osoo namaaf biifanii ofiifis urgeeffatu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Nama ta'uu malee nama fakkaachuun salphaadha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Barumsi Waanuma baratame barachuu miti. Sammuun akka yaaduuf leenjisuudha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Sodaatamuu osoo hin taaane kabajamuu jaalladhu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Gaafa Duuba kee garagaltee ilaaltu hammam akka deemtee dhufte hubatta. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Namoonni dhukkubaan hin du’an, dhiphina keessa isaaniitiin malee. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Yeroo tarkaanfii tokko tarkaanfachuu yaaddu,gufuu tarkaanfii tokko si ittisuu danda’utu si dura dhaabbata. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Nama baay'ee si beeka ta'a; garuu kan si hubatu muraasa. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Gammachuun kee waan ilaaluuf filatte irratti hundaa'a. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Yeroo kamiyyuu haala keessa jirtu jijjiiruu akka dandeessu yaadadhu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Mul'ata malee Hin mul'atan,Mul'ata jechuun imala yaada sammuuti ️ ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Barachuun beeku hin ibsu beekuun garuu barachuu Ibsa ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ •Gonkumaa hin arifatin, •Gonkumaa hin dhiphatin, •Gonkumaa Abdii hin kutin, •Gonkumaa waan xiqqoon qabamtee karaatti hin dhaabbatin. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenyaa Ati qooddachuuf eeggattudha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Jaarraan 21 ffaan jaarraa namoota tattaaffii fi tarkaaffiiti malee jaarraa tuffii miti ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ yoo Amantee wanta ta'uu barbaadde ni taata ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Carraan amma qabduu kan guddinaati malee kan badiisaa miti. Kanan dubbiserraati ✍️Waan Dubbistaniif #Galatoomaa! ✍✍Pr. Abbittii Hajii(Abbaa Malaa)
757
17
DHUGAA PSYCHOLOGY 1. Nama jechoota waa xiqqoo fi ariitiidhaan dubbatu, iccitii qabata. 2. Nama baay'ee rafuu, gadda keessa akka jiru beeki. 3. Nama waan nama hin kolfisiisne (stupid) hundarratti baay'ee kolfuu, kophummaan akka isa miite beeki. 4. Nama waan xiqqoo irratti booyu, qulqulluu ta'uu isaa beeki. 5. Nama haala sirrii hin taaneen nyaatu, dhiphina keessa akka jiru beeki. 6. Nama waan xiqqoo irratti aaru, jaalala akka barbaadu beeki. 7. Deebinee wal hin arginu ta'a, kanaaf na hordofuu kee mirkaneeffadhu
410
18
📩 Karoora kee irsaasiin (pencil ✏️) barreessi Waaqayyoof immoo haqxuu (eraser) kenni.   Paawuloo Kooelhoo ✍️ Jireenya keetif karoora baasuu qabda, garuu Waaqayyo karoora addaa fi fooyya'aa qabaachuu akka danda'u fudhachuuf gad of deebisuu qabda. ✏️ Karoora kee irsaasin barreessi → Galma, abjuu, fi kallattii ifa ta'e qabaadhu.  Kaayyoo malee hin jiraatin. 🧽 Haqxuu Waaqayyoof kenni → Waan hundumaa to'achuu akka hin dandeenye hubadhu. Karoorri tokko tokko sababa haala, carraa yookiin fedha Waaqayyootiin jijjiiramuu danda’a. 🙏 Waaqayyoon amanadhu → Wanti tokko akka ati eegdetti yommuu hin taane jireenyi kee kufaa jira jechuu miti. Yeroo tokko tokko balballi cufamee si eega yookiin bakka fooyya’aa si geessa. 🧠 Cimina qabaadhu → Galma kee irratti cimii hojjedhu, garuu bu’aa addaa tokkotti hamma kallattii haaraa fudhachuu hin dandeenyetti hin maxxanin! ❤️ Yeroo jijjiiramni mudatu amantii eeggadhu → Karoorri kee maaliif akka jijjiirame yeroo itti siif hin galle illee amantiin gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufuu dandeessa. Fakkeenya salphaa Karoora kee: “Waggaa kana keessa X galmaan ga’a, hojii Y argadha, bakka Z jiraadha.” Garuu jireenyi ni jijjiirama. Carraa dhabuu, hojii fooyya’aa argachuu, nama barbaachisaa ta’e tokkoon wal arguu yookiin qormaata hin eegamne si mudachuu danda’a. Akkana jedhi: “Karoorri koo waan hin raawwatamneef jireenyi koo manca’eera.” Jechuu caalaa: “Karoora koo baafadheera, gahee koo nan ba’a, garuu bu’aa dhumaa Waaqayyoon nan amana.” 📩 Ergaan gadi fagoon: Cimsiitii karoorfadhu. Amanamummaan hojjedhu. Garaa irraa kadhadhu. Garuu Waaqayyo seenaa sana irra deebi'ee akka barreessuuf bakka dhiisiif  ✏️🙏 Gabaabumatti: Karoorri kee kallattii siif kenna; Waaqayyoon amanuun yeroo kallattiin jijjiiramu nagaa siif kenna. Leadership and Psychology✅️
441
19
بدون متن...
381
20
📩 Karoora kee irsaasiin (pencil ✏️) barreessi Waaqaf immoo haqxuu (eraser) kenni.   Paawuloo Kooelhoo ✍️ Jireenya keetif karoora baasuu qabda, garuu Waaqni karoora addaa fi fooyya'aa qabaachuu akka danda'u fudhachuuf gad of deebisuu qabda. ✏️ Karoora kee irsaasin barreessi → Galma, abjuu, fi kallattii ifa ta'e qabaadhu.  Kaayyoo malee hin jiraatin. 🧽 Haqxuu Waaqaf kenni → Waan hundumaa to'achuu akka hin dandeenye hubadhu. Karoorri tokko tokko sababa haala, carraa yookiin fedha Waaqaatiin jijjiiramuu danda’a. 🙏 Waaqa/Uumaa amanadhu → Wanti tokko akka ati eegdetti yommuu hin taane jireenyi kee kufaa jira jechuu miti. Yeroo tokko tokko balballi cufamee si eega yookiin bakka fooyya’aa si geessa. 🧠 Cimina qabaadhu → Galma kee irratti cimii hojjedhu, garuu bu’aa addaa tokkotti hamma kallattii haaraa fudhachuu hin dandeenyetti hin maxxanin! ❤️ Yeroo jijjiiramni mudatu amantii eeggadhu → Karoorri kee maaliif akka jijjiirame yeroo itti siif hin galle illee amantiin gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufuu dandeessa. Fakkeenya salphaa Karoora kee: “Waggaa kana keessa X galmaan ga’a, hojii Y argadha, bakka Z jiraadha.” Garuu jireenyi ni jijjiirama. Carraa dhabuu, hojii fooyya’aa argachuu, nama barbaachisaa ta’e tokkoon wal arguu yookiin qormaata hin eegamne si mudachuu danda’a. Akkana jedhi: “Karoorri koo waan hin raawwatamneef jireenyi koo manca’eera.” Jechuu caalaa: “Karoora koo baafadheera, gahee koo nan ba’a, garuu bu’aa dhumaa Waaqa/Uumaa nan amana.” 📩 Ergaan gadi fagoon: Cimsiitii karoorfadhu. Amanamummaan hojjedhu. Garaa irraa kadhadhu. Garuu Uumaan/Waaqni seenaa sana irra deebi'ee akka barreessuuf bakka dhiisiif  ✏️🙏 Gabaabumatti: Karoorri kee kallattii siif kenna; Uumaa amanuun yeroo kallattiin jijjiiramu nagaa siif kenna. Leadership and Psychology✅️
1