ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

Facts and Knowledge

Facts and Knowledge

前往频道在 Telegram

Did you Know?

显示更多
2 632
订阅者
无数据24 小时
+247 天
+7030 天

正在加载数据

相似频道
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
10月 '26
十月 '26
+120
在1个频道中
九月 '26
+256
在87个频道中
Get PRO
八月 '26
+327
在102个频道中
Get PRO
七月 '26
+208
在95个频道中
Get PRO
六月 '26
+298
在79个频道中
Get PRO
五月 '26
+926
在102个频道中
Get PRO
四月 '26
+329
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+3
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+2
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+5
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+2
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+12
在1个频道中
Get PRO
十月 '25
+15
在87个频道中
Get PRO
九月 '25
+24
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+19
在83个频道中
Get PRO
七月 '25
+23
在84个频道中
Get PRO
六月 '25
+18
在83个频道中
Get PRO
五月 '25
+28
在104个频道中
Get PRO
四月 '25
+27
在116个频道中
Get PRO
三月 '25
+25
在113个频道中
Get PRO
二月 '25
+38
在122个频道中
Get PRO
一月 '25
+97
在125个频道中
Get PRO
十二月 '24
+158
在134个频道中
Get PRO
十一月 '240
在17个频道中
Get PRO
十月 '240
在0个频道中
Get PRO
九月 '240
在104个频道中
Get PRO
八月 '24
+63
在119个频道中
Get PRO
七月 '24
+113
在103个频道中
Get PRO
六月 '240
在102个频道中
Get PRO
五月 '240
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+471
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
28 十月+1
27 十月+1
26 十月+4
25 十月+10
24 十月+2
23 十月+7
22 十月+4
21 十月+3
20 十月+4
19 十月+2
18 十月0
17 十月+6
16 十月+5
15 十月+4
14 十月+4
13 十月+4
12 十月0
11 十月+5
10 十月+4
09 十月+7
08 十月+2
07 十月+18
06 十月+1
05 十月+2
04 十月+4
03 十月+4
02 十月+10
01 十月+2
频道帖子
2
#Fakkaachuu_Dhiisi! 👉Ilaamee nama koo kan si barbaachisu kophee 👞 bituu ta'uu danda'a. Kan ati barbaaddu garuu kophee hiriyyaan kee bite, kan gatiin isaa qaalii isa kiisii kee miidhu ta'uu danda'a. Kan si barbaachisu bakkeewwan mimmidhaagoo ta'an keessa deemuun(Walk gochuun) sammuu kee bashannansiisuu fi gooharsuu ta'uu danda'a. Kan ati barbaaddu garuu qarshii baay'ee baaftee of dhangalaasuun ta'uu danda'a. Kan si barbaachisu nyaata mana keetii argattee nyaachuu ta'uu danda'a, ati garuu mana nyaataa gatiin isaa qaala'aa ta'e seentee nyaachuu barbaaduu dandeetta. 🤝#Ila_Nama_Koo 🤔 👉 Amaloonni akkanaa kun yeroo irra deddeebi'an, kaayyoo keetiif jiraachuu dhiiftee, fedhii kee isa si hin fayyadneef Garbicha taata. Amaloonni akkanaa yoo baay'atan dursa kiisii kee, san booda jireenna kee duwwaatti hambisu. Yeroo Namoonni waan nyaatan, waan dhugan, waan uffatan, waan hawwan sitti agarsiisuuf yaalan, ati ammoo dabarsuun ka biraa laali! 👉#Na_dhagahi! fakkaachuu dhiisi! Ani eennu gadi, anis itti agarsiisa! Kan jedhu miira keessa keetii too'adhu! Kaayyoo kee guddicha saniif iddoo kenni! Waan barbaadduuf odoo hin taane, waan si barbaachisuuf dursa iddoo kenni! San booda wanti ati hin milkeessine hin jiru. Sababni isaa bilchina qaamaa irra, bilchina sammuuttu caala. 👉Warroonni kaayyoo isaanii miira irraa bilisoomsuun fakkaachuu fi fakkeessuu irraa qulqulleessan galma isaanii dhugoomsanii waan barbaadaniif waan isaan barbaachisu guutanii jiraataaru. Isaan qaamaan osoo hin taane sammuun bilchaatan. Ati hoo eennuu gadi?? Miiraaf qaama caalaa sammuu kee...🤝🤝🤝 ✍Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa)
175
3
🐢 SUUTA SUUTAAN DEEMUUN KEESSAN QAANII HIN QABU! 💪🔥 Namoonni hundi saffisa tokkoon hin deemani. Namni tokko saffisaan milk
🐢 SUUTA SUUTAAN DEEMUUN KEESSAN QAANII HIN QABU! 💪🔥 Namoonni hundi saffisa tokkoon hin deemani. Namni tokko saffisaan milkaa’a, kan biraan immoo suuta suutaan tarkaanfata. Garuu wanti murteessaan saffisa kee osoo hin taane, gara fuulduraatti deemuu kee dha! 🎯 🐢 Barumsa qabeessa kan ta’e: Qocaan saffisaan hin deemne jechuun galma isaa hin ga’u jechuu miti. Akkasuma, ati har’a suuta deemaa jirta jechuun boru milkaa’uu hin dandeessu jechuu miti. ✅ Of hin madaaliin. ✅ Namoota biroo wajjin of hin dorgomiin. ✅ Tarkaanfii xiqqaa ati har’a fudhattu hin tuffatiin. ✅ Kaayyoo kee irratti cichi! ✅ Yeroo hunda gara fuulduraatti tarkaanfadhu! Yaadadhu: Milkaa’inni saffisa qofa irraa hin dhufu; obsaa, itti fufiinsaa fi kutannoo irraa dhufa. 🌱 🔥 Suuta deemuun rakkoo miti; dhaabbachuun garuu imala kee addaan kutuu danda’a! 💬 Gaaffii: Ati har’a kaayyoo kee bira ga’uuf tarkaanfii akkamii fudhatte? 👇 Yaada keessan comment irratti nuuf qoodaa! ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
285
4
没有文字...
232
5
𝗚𝗼𝗿𝘀𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗺𝗮 𝗤𝗮𝗯duu🌅 ================== 1,Qorumsi kan sitti baayy'atuuf; Dadhabina kee mul'isuufi miti. hammam akka cimaa taate mul'isa. *** 2, Namni maalif akka du'u hin beekne.Maalif akka jiraatus hin beeku. **** 3, Karaa si baasu hin beektu taanan imala hin eegalin. **** 4, Nama Gammachiisuf jattee gammachuu kee hin dhabin. **** 5, Nama guddaa ta'uuf yaada xiqqaafi,Nama yaada xiqqaa irraa fagaadhu. **** 6, Dubartootni yeroo hedduu dhiira cal'isu jaalatu;Sababni yeroo mara waan isaan dhaggeeffatu itti fakkaata.!!! **** 7, Beekaa ta'uun humna siif kenna.Amala gaarii qabaachuun kabaja siif kenna. * 8, Dhugaa keessa kee jiru himuu dandeessa ta'a,Garuu akka si amanuu gochuun ni ulfaata. * 9, Namni baratee kitaaba hin dubbisneefi namni kitaaba dubbisuu hin dandeenye wal hin caalu. * 10, Bakkuma jirtu dhaabbattee bakka gahuu barbaaddu hawwuun gowwummaadha. ** 11, Moo'ataa kan si taasisu.Baay'ina deeggartootaa osoo hin taane; Yaadaafi ofitti amanamummaa ati qabduudha. * Galatooma !❤ ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
279
6
𝗚𝗼𝗿𝘀𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗺𝗮 𝗤𝗮𝗯𝗯𝘂🌅 ================== 1,Qorumsi kan sitti baayy'atuuf; Dadhabina kee mul'isuufi miti. hammam akka cimaa taate mul'isa. *** 2, Namni maalif akka du'u hin beekne.Maalif akka jiraatus hin beeku. **** 3, Karaa si baasu hin beektu taanan imala hin eegalin. **** 4, Nama Gammachiisuf jattee gammachuu kee hin dhabin. **** 5, Nama guddaa ta'uuf yaada xiqqaafi,Nama yaada xiqqaa irraa fagaadhu. **** 6, Dubartootni yeroo hedduu dhiira cal'isu jaalatu;Sababni yeroo mara waan isaan dhaggeeffatu itti fakkaata.!!! **** 7, Beekaa ta'uun humna siif kenna.Amala gaarii qabaachuun kabaja siif kenna. ***** 8, Dhugaa keessa kee jiru himuu dandeessa ta'a,Garuu akka si amanuu gochuun ni ulfaata. ***** 9, Namni baratee kitaaba hin dubbisneefi namni kitaaba dubbisuu hin dandeenye wal hin caalu. ***** 10, Bakkuma jirtu dhaabbattee bakka gahuu barbaaddu hawwuun gowwummaadha. ****** 11, Moo'ataa kan si taasisu.Baay'ina deeggartootaa osoo hin taane; Yaadaafi ofitti amanamummaa ati qabduudha. ***** Galatooma !❤ ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
1
7
♠☞OF_EGGAACHUUN_HIN_DAGAATIIN☜ ❀❀❀❀❀❀❀❀ ☞Bar tokko Adurroonni, "Hanga yoomi wal lolla? Intala keessan nu kennaatii gaa'ilaan tokko haa tannu," jechuun hantuutotattii ergan. Hantuutonnis walii galan. Gaa'ilichaafis hantuutaa bareedduu taate tokko filatan. Ta'us gidduu isaanitti wal shakkuun hin dhabamuutii, hantuunni cimaan tokko ka'ee, "Yaa lammii hantuutotaa!! Adurroonni waggoota hedduu utuu nuti isaan hin tuqin, utuu isaan hin miidhin yeroo hundaa nu balleessaa kan turan diinota keenya akka ta'an beektu. Gaa'ila kanaan sababbeeifatanii dhufanii badii akka nurratti hin raawwanne maaltu nu mirkaneessa? Ykn ragaa maal qabna? Of eeggachuun waan hamaa miti, maaloo boolla haa qotannu; yoo mala hamaa qabaatan bakka itti dhokannu nuuf ta'a," jedheen. Hundumti isaanii yaanni isaa akka isaanitti tole itti himaan. Kanaafis boolla gahaa qotatan. Guyyaa gaa'ilichaa Adurroonni sirbaa dhufan. Dhufaatiin isaanii kan itti hin tolle hantuutonni xiinxalanii isaan ilaalu turan. Adurroonni, "hudhi hudhi," yeroo jedhan; hantuutonnis, "dhokadhu dhokadhu jedhan."Nuyis gorfanneerra," yeroo jedhan; hantuutonnis, "Boolla qotanneerra," jedhanii gara boollatti galanii jala bahaan. Of eeggachuun barbaachisaadha. Addunyaan kun dhibba irraa dhibba kan itti amanaman waan hin taaneef, diina kee wajjin araarami; garuu of eeggachuu kee hin dhiisin. ✍Pr. lAbbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
374
8
没有文字...
323
9
‎BARNOOTA BU'UURAA 5 KITAABA 'ATOMIC HABITS' IRRAA BARANNU ‎****** ‎ ‎Jijjiirama guddaa jireenya kee keessatti fiduuf tarkaanfii guddaa fi ulfaataa qofa fudhachuu dhiisi? James Clear kitaaba isa 'Atomic Habits' keessatti akka ibsutti: Milkaa’inni bu'aa barmaatilee xixiqqaa guyyaa guyyaan shaakalluuti malee jijjiirama tasaa miti! ‎ ‎Jireenya kee toora qabsiisuu fi mul'ata kee dhugoomsuuf barnoota bu'uuraa 5 kitaaba kana irraa barannu kanneen hojii irra oolchi: ‎ ‎1. Seera %1n Fooyya'uu (The 1% Better Every Day) ‎Jijjiiramni guddaan guyyaa tokkotti hin dhalatu. Guyyaa guyyaan wanta hojjettu irratti %1 qofa fooyya'uun waggaa tokko keessatti dachaa baayeen (compound effect) %37 fooyya'ina guddaa siif fida. ‎Har'uma jalqabi; fuula 1 dubbisuu, push-up 5 hojjechuu, ykn boqonnaa daqiiqaa 5 fudhachuudhaan jijjiirama %1 shaakaluu jalqabi! ‎ ‎2. Galma (Goals) Irra Sirna (Systems) Irratti Xiyyeeffadhu ‎Galmi bakka ga'uu dandeessu siif ibsa; sirni (system) garuu adeemsa guyyaa guyyaa ittiin bakka sana geessuudha. Namoonni milkaa'ani fi kufan hundi galma wal-fakkaataa qabu; kan isaan gargar baasu garuu sirna hojii guyyaa guyyaati. ‎Galma qabaachuun gaariidha, garuu xiyyeeffannoo kee tooftaa fi barmaatilee guyyaa guyyaatti hojii irra oolchitu irratti gochuu shaakali. ‎ ‎3. Eenyummaa Kee Jijjiiri Malee Bu'aa Qofa Hin Hordofin (Identity-Based Habits) ‎Jijjiiramni waaraa kan dhalatu yeroo ati amantaa fi eenyummaa kee jijjiirtuudha. Wanta hojjettu qofa jijjiiruu dhiisiitii, nama akkamii ta'uu akka barbaaddu irratti xiyyeeffadhu. ‎"Ani dubbisuu nan barbaada" jechuu mannaa "Ani NAMA DUBBISUUDHA" jedhii of amansiisi. Wanti ati hojjettu hundi eenyummaa kee deeggara. ‎ ‎4. Seerota 4 Barmaatilee Haaraa Ijaaruu (The 4 Laws of Behavior Change) ‎Barmaatilee gaarii ijaaruuf seerota afur kanneen fayyadamuu dandeessa: ‎* Mul'ataa Taasisi (Make it Obvious): Wanta hojjechuu barbaaddu ija kee dura kaa'i. ‎* Hawwataa Taasisi (Make it Attractive): Barmaatilee sana wanta jaallattu wajjin walitti hidhi. ‎* Salphaa Taasisi (Make it Easy): Tarkaanfii jalqabaa baay'ee salphaa fi daqiiqaa 2 keessatti xumuramu taasisi (2-Minute Rule). ‎* Quubsaa Taasisi (Make it Satisfying): Hojii sana xumuruu keetiif of badhaasi. ‎ ‎5. Seera Daqiiqaa 2 (The 2-Minute Rule) ‎Barmaatileen haaraa kamiyyuu jalqabuuf daqiiqaa 2 ol fudhachuu hin qabu. Barmaatileen ulfaataan yoo salphaatti caccabe malee sammuun kee harkifannaa (procrastination) fida. ‎Kitaaba fuula 30n dubbisa jechuu mannaa "Kitaaba fuula 1n dubbisa" jedhii jalqabi. Jalqabuun humna guddaa siif kenna! ‎ ‎"Jireenyi kee bu'aa barmaatilee keetiiti. Galma kee ol kaasuu dhiisiitii, sirna barmaatilee keetii fooyyessi. Har'a dammaqi, barmaatilee xixiqqoo %1 ijaarrachuudhaan gara milkaa'ina waaraatti imali!" ‎ ‎✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
361
10
Dhugaawwan #Hadhaawoo 7 (Hard Truths)! 🧠💎⚡ 1. Namni #Icciitii nama Hundaa fidee sitti haasa'u, Gaaf tokko kan kees baasee Gurgura. 🗣️🐍 2. Eenyummaa Nama tokkoo madaaluuf, Beekamti fi #Sadarkaa diinota isaa Baruu qofa si gaafata. 👑🦁 3. Yommuu #Hattuun si Dhungattu, ilkaan kee lakkaawwadhu. 🎭🪤 4. Gorsa #Maanguddoota hundaa gonkumaa hin fudhatin; Goowwaan Dulloomees si Gorsu qaba jedheen hin amanu. 🧠🚫 5. Mana itti Galtu filachuu keetiin dura, #Ollaa kee si cina jirus Adda Baafadhu. 🤝🚪 6. Nama Ifatti si #Jibbuu caalaa , Diina fuula ifaatiin dhufe sanatu Balaa qaba. 🗡️🩸 7. Kolfi #Hiriyyaa Fakkeessituu , Kolfa diina kee Caalaa Baay'ee Dheerata. 🐍🚪 Ajaa'iba! 😁🤝 📌Of-Eeggachaa Jiraadhaa Maalumaafu! 🙏 ✍️Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
334
11
#Dubbisi_Si_Fayyadaa👇 Gammachuu fi shittoo Osoo namaaf biifanii ofiifis urgeeffatu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Nama ta'uu malee nama fakkaachuun salphaadha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Barumsi Waanuma baratame barachuu miti. Sammuun akka yaaduuf leenjisuudha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Sodaatamuu osoo hin taaane kabajamuu jaalladhu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Gaafa Duuba kee garagaltee ilaaltu hammam akka deemtee dhufte hubatta. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Namoonni dhukkubaan hin du’an, dhiphina keessa isaaniitiin malee. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Yeroo tarkaanfii tokko tarkaanfachuu yaaddu,gufuu tarkaanfii tokko si ittisuu danda’utu si dura dhaabbata. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Nama baay'ee si beeka ta'a; garuu kan si hubatu muraasa. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Gammachuun kee waan ilaaluuf filatte irratti hundaa'a. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Yeroo kamiyyuu haala keessa jirtu jijjiiruu akka dandeessu yaadadhu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Mul'ata malee Hin mul'atan,Mul'ata jechuun imala yaada sammuuti ️ ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Barachuun beeku hin ibsu beekuun garuu barachuu Ibsa ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ •Gonkumaa hin arifatin, •Gonkumaa hin dhiphatin, •Gonkumaa Abdii hin kutin, •Gonkumaa waan xiqqoon qabamtee karaatti hin dhaabbatin. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenyaa Ati qooddachuuf eeggattudha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Jaarraan 21 ffaan jaarraa namoota tattaaffii fi tarkaaffiiti malee jaarraa tuffii miti ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ yoo Amantee wanta ta'uu barbaadde ni taata ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Carraan amma qabduu kan guddinaati malee kan badiisaa miti. Kanan dubbiserraati ✍️Waan Dubbistaniif #Galatoomaa! ✍✍Pr. Abbittii Hajii(Abbaa Malaa)
602
12
DHUGAA PSYCHOLOGY 1. Nama jechoota waa xiqqoo fi ariitiidhaan dubbatu, iccitii qabata. 2. Nama baay'ee rafuu, gadda keessa akka jiru beeki. 3. Nama waan nama hin kolfisiisne (stupid) hundarratti baay'ee kolfuu, kophummaan akka isa miite beeki. 4. Nama waan xiqqoo irratti booyu, qulqulluu ta'uu isaa beeki. 5. Nama haala sirrii hin taaneen nyaatu, dhiphina keessa akka jiru beeki. 6. Nama waan xiqqoo irratti aaru, jaalala akka barbaadu beeki. 7. Deebinee wal hin arginu ta'a, kanaaf na hordofuu kee mirkaneeffadhu
338
13
📩 Karoora kee irsaasiin (pencil ✏️) barreessi Waaqayyoof immoo haqxuu (eraser) kenni.   Paawuloo Kooelhoo ✍️ Jireenya keetif karoora baasuu qabda, garuu Waaqayyo karoora addaa fi fooyya'aa qabaachuu akka danda'u fudhachuuf gad of deebisuu qabda. ✏️ Karoora kee irsaasin barreessi → Galma, abjuu, fi kallattii ifa ta'e qabaadhu.  Kaayyoo malee hin jiraatin. 🧽 Haqxuu Waaqayyoof kenni → Waan hundumaa to'achuu akka hin dandeenye hubadhu. Karoorri tokko tokko sababa haala, carraa yookiin fedha Waaqayyootiin jijjiiramuu danda’a. 🙏 Waaqayyoon amanadhu → Wanti tokko akka ati eegdetti yommuu hin taane jireenyi kee kufaa jira jechuu miti. Yeroo tokko tokko balballi cufamee si eega yookiin bakka fooyya’aa si geessa. 🧠 Cimina qabaadhu → Galma kee irratti cimii hojjedhu, garuu bu’aa addaa tokkotti hamma kallattii haaraa fudhachuu hin dandeenyetti hin maxxanin! ❤️ Yeroo jijjiiramni mudatu amantii eeggadhu → Karoorri kee maaliif akka jijjiirame yeroo itti siif hin galle illee amantiin gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufuu dandeessa. Fakkeenya salphaa Karoora kee: “Waggaa kana keessa X galmaan ga’a, hojii Y argadha, bakka Z jiraadha.” Garuu jireenyi ni jijjiirama. Carraa dhabuu, hojii fooyya’aa argachuu, nama barbaachisaa ta’e tokkoon wal arguu yookiin qormaata hin eegamne si mudachuu danda’a. Akkana jedhi: “Karoorri koo waan hin raawwatamneef jireenyi koo manca’eera.” Jechuu caalaa: “Karoora koo baafadheera, gahee koo nan ba’a, garuu bu’aa dhumaa Waaqayyoon nan amana.” 📩 Ergaan gadi fagoon: Cimsiitii karoorfadhu. Amanamummaan hojjedhu. Garaa irraa kadhadhu. Garuu Waaqayyo seenaa sana irra deebi'ee akka barreessuuf bakka dhiisiif  ✏️🙏 Gabaabumatti: Karoorri kee kallattii siif kenna; Waaqayyoon amanuun yeroo kallattiin jijjiiramu nagaa siif kenna. Leadership and Psychology✅️
403
14
没有文字...
348
15
📩 Karoora kee irsaasiin (pencil ✏️) barreessi Waaqaf immoo haqxuu (eraser) kenni.   Paawuloo Kooelhoo ✍️ Jireenya keetif karoora baasuu qabda, garuu Waaqni karoora addaa fi fooyya'aa qabaachuu akka danda'u fudhachuuf gad of deebisuu qabda. ✏️ Karoora kee irsaasin barreessi → Galma, abjuu, fi kallattii ifa ta'e qabaadhu.  Kaayyoo malee hin jiraatin. 🧽 Haqxuu Waaqaf kenni → Waan hundumaa to'achuu akka hin dandeenye hubadhu. Karoorri tokko tokko sababa haala, carraa yookiin fedha Waaqaatiin jijjiiramuu danda’a. 🙏 Waaqa/Uumaa amanadhu → Wanti tokko akka ati eegdetti yommuu hin taane jireenyi kee kufaa jira jechuu miti. Yeroo tokko tokko balballi cufamee si eega yookiin bakka fooyya’aa si geessa. 🧠 Cimina qabaadhu → Galma kee irratti cimii hojjedhu, garuu bu’aa addaa tokkotti hamma kallattii haaraa fudhachuu hin dandeenyetti hin maxxanin! ❤️ Yeroo jijjiiramni mudatu amantii eeggadhu → Karoorri kee maaliif akka jijjiirame yeroo itti siif hin galle illee amantiin gara fuulduraatti tarkaanfachuu itti fufuu dandeessa. Fakkeenya salphaa Karoora kee: “Waggaa kana keessa X galmaan ga’a, hojii Y argadha, bakka Z jiraadha.” Garuu jireenyi ni jijjiirama. Carraa dhabuu, hojii fooyya’aa argachuu, nama barbaachisaa ta’e tokkoon wal arguu yookiin qormaata hin eegamne si mudachuu danda’a. Akkana jedhi: “Karoorri koo waan hin raawwatamneef jireenyi koo manca’eera.” Jechuu caalaa: “Karoora koo baafadheera, gahee koo nan ba’a, garuu bu’aa dhumaa Waaqa/Uumaa nan amana.” 📩 Ergaan gadi fagoon: Cimsiitii karoorfadhu. Amanamummaan hojjedhu. Garaa irraa kadhadhu. Garuu Uumaan/Waaqni seenaa sana irra deebi'ee akka barreessuuf bakka dhiisiif  ✏️🙏 Gabaabumatti: Karoorri kee kallattii siif kenna; Uumaa amanuun yeroo kallattiin jijjiiramu nagaa siif kenna. Leadership and Psychology✅️
1
16
#Biyyi_yeroo_jalqabaaf *** 1.Hoospitaala ijaarte-Sirilaankaa 2.Daandii baaburaa ijaarte-Ingilizii 3.Poostaa jalqabde-Iraan 4.
#Biyyi_yeroo_jalqabaaf *** 1.Hoospitaala ijaarte-Sirilaankaa 2.Daandii baaburaa ijaarte-Ingilizii 3.Poostaa jalqabde-Iraan 4.Maallaqa waraqaa eegalte-Chaayinaa 5.Gaazexaa maxxansuu egaalte-Jaarman 6.Kitaaba maxxansuu eegalte-chaayinaa 7.Seera biyyaa barreeffamaan keesse-Ameerikaa 8.Dimookiraasii eegalte-Giriiki 9.Tapha Oloompikii egaalte-Giriik 10.Yuunivarsiitii ijaarte-Morokoo 11.Baankii ijaarte-Xaaliyaan 12.Lakkoofsa Uummataa gaggeessuu egaalte-Chaayinaa 13.Sagantaa Hawaa abuuruu egaalte-Raashiyaa 14. samiirra naannofte -Raashiyaa 15.ji'a irra qubatte-Ameerikaa 16.Tamsaasa Television egaalte-Ingilizii 17.Inteerneetiitti fayyadamuu egaalte-Ameerikaa 18.Filannoo biyyeessaa irratti Dubartoota hirmaachiste-Niwuuzlaand 19.Industirii konkolaa egaalte-Jaarman 20.qarooma egaalte-Itoophiyaa 21.Sagantaa anniisaa atoomikii egaalte-Ameerikaa 22.Bilbilaan haasa'uu egaalte-Ameerikaa Facts and Knowledge💡 By: Pr. Abbiittii Hajjii (Abbaa Malaa)
458
17
Saayikooloojiin amala namaa bakka gurguddaa sadiitti qoodee kaa'a! 1. #Passive_person Namni kun yeroo hundaa moo'amaadha, waan namni jedhe hunda tole jedhee fudhata, waan isaaf ta'u adda baasee hin beeku, waanuma hiriyaan isaa/ishee gootu ilaalee godha. Ofitti amanamummaa hin qabu, waanuma sirrii dhiisi kun sirrii miti yoo jette ni dhiisa. Namni akkasii kun jireenyi isaa kufaadha. 2. #Aggressive_person ⛤⛤⛤⛤⛤ Namni akkasii immoo Kan Koo malee jechuu baay'isa, yaada nama biraa hin qooddatu, ni dheekkama, lafuma fayyaa si dhaanuu, ooduu, barbaada ija diimeffatee. Namni kun ija jabinaan dorgooma hin qabu. Ana malee, of tuula, ana malee namni hin jiru jedha, sin kabaju, qoma dhiibee deema dhimma kee hin qabu. ★★★Hiriyaa akkasii sirraa haa qabu malee guyyaa adii qullaa si hambisa.⛤⛤⛤hanga ati sagalee qabdu qofa si kabajaa ★★Irraa isin haa baraaruu!!!!!!! 3. #Assertive_person ! Nama sammuu banaa qabu (open minded person), yaada nama biraa giddu galeessa godhee fudhata, waan isaaf ta'u adda baasee keessaa gadi fageessee fudhata, yaada isa ijaaruuf isa diigu beeka. Namni akkasii kun yaada namoota biroo fudhachuuf sammuunsaa qophaa'aadha. Ilaalcha madaalawaa qaba, siin hin mormu, erga yaada kee hubatee si amansiisuuf ragaadhaan deeggaree yaadasaa dhiyeeffata. Yeroo hunda ilaalcha qajeelaa qaba, nama hundaaf gaarii yaada, ilaalcha naannummaa, gandummaa, sanyummaa fi lagummaa of keessaa hin qabu, haasa'aan isaa ogummaan kan guutameedha. Fageessee yaada, fageessee tarkaanfata, hamma dubbatuun ol hojjeta, odeessuurra hojiidhaan agarsiisuu filata. Namni sirriin isa kana. By pr. Abbiittii Hajjii(Abbaa Malaa) # Hiriyoota keessaniif Sharee Godhaa
417
18
#Oolmaa_Milkii_fi_Nagaa_Qabuuf_Qabxiilee 10n kanneen amaleeffadhu: 👇 —————————— 1️⃣ Galgala Duraa Karoorfadhu: Guyyaa itti aanutti maaltu akka dursa kennamuufi galgala sana waraqaa irratti qopheeffadhu. Kun dhiphina ganamaa hir'isa. 2️⃣ Ganama Dafii Ka’i: Hirriba gahaa erga boqottee booda, osoo aduun hin bahiin ka’uun sammuu qulqulluu fi anniisaa haaraa siif kenna. 3️⃣ Galata fi Kadhannaadhaan Eegali: Waaqa nagaan si bulche galateeffadhu; nagaa fi tasgabbii guyyaa sanaaf kadhannaa fi xiinxalaan (meditation) sammuu kee qopheessi. 4️⃣ Bishaan Qabbanaawaa Dhugi: Halkan guutuu qaamni waan gogeef, kubbaayyaa 1–2 dhuguun seelota sammuu fi qaama keetii dammaqsa. 5️⃣ Bilbila (Social Media) Irraa Fagaadhu: Akkuma dammaqxeen bilbila, oduu, fi ergaa namootaa banuun sammuu kee yeruma sana dhiphinaaf saaxila. Yoo xiqqaate daqiiqaa 30f bilbila hin tuqin! 6️⃣ Sochii Qaamaa (Ispoortii) Hojjedhu: Daqiiqaa 15–20 fiiguun ykn maashaa diriirsuun keemikaala gammachuu (Endorphins) dhangalaasee miira gaarii sitti uuma. 7️⃣ Ciree Madaalawaa Nyaadhu: Nyaata sukkaara baay'isu dhiisiitii, nyaata pirootina fi anniisaa sammuuf kennu madaalchisi nyaadhu. 8️⃣ Sagalee/Naashida/Faaruu Sammuu Boqochiisu Dhaggeeffadhu: Faaruu amantaa, faaruu miidhagaa, ykn sagalee uumamaa dhaggeeffachuun miira aarii fi yaaddoo keessaa si baasa. 9️⃣ Fuula Muraasa Dubbisi: Macaafa qulqulluu, Qur’aana, ykn kitaabota sammuu ijaaran irraa fuula muraasa dubbisuun dandeettii yaaduu kee qara godha. 🔟 Maatii fi Jaalalleetti Jaalala Ibsadhu: Ijoollee, hiriyaa bultii, ykn maatiitti kolfi, nagaa gaafadhu, ykn hammattee nagaan geggeessi. Kun nagaa keessoo dachaadhaan guddisa. —————————— 💡 Gorsa Ogeessaa: Ganama kee yoo mo'atte, guyyaa kee guutuu mo'atta! Ganama kee wacaan osoo hin taane, tasgabbii fi nagaadhaan simadhu. Waan dubbistaniif galatoomaa ❤️🌿 Hubannoon kun akka namoota jajjabeessuuf Like, Share, fi join gochuu hin dagatinaa! Halkan_Gaarii ✍️ Pr. Abbiittii Hajjii(Abbaa Malaa)
382
19
没有文字...
353
20
#Gorsa_Albert_Einstein 🚲 ******* Bara 1930 keessa, Albert Einstein ilma isaa Eduard, yeroo sana umuriin isaa waggaa 19 tureef xalayaa barreesse. Eduard dandeettii guddaa qabu, muuziqaa jaallatu fi piyanoo sirriitti taphatu ture. Garuu yeroo tokko tokko, maqaa fi beekamtii abbaa isaa jalatti akka gaaddidduu keessa galee jiru itti dhaga’ama ture. Yeroo sanatti rakkoo fayyaa sammuu cimaa keessa seenaa ture. Einstein immoo fagoo waan tureef, yaaddoo fi jaalala isaa karaa xalayaa qofa ibsuu danda’a ture. Xalayaa sana keessatti jecha gabaabaa garuu hiika guddaa qabu tokko barreesse: “Nama birattis akkuma biskileetii oofuuti; yeroo socho’u qofa madaallii isaa sirriitti eeggachuu danda’a.” Bara 1933tti, Einstein Jarmanii dhiisee Ameerikaa godaane. Sababa haala siyaasaa yeroo sanaatiin gara Awurooppaatti deebi’uun isaaf balaa qaba ture. Kanaaf, Eduardiin deebi’ee qaamaan arguuf carraa hin arganne. Garuu xalayaa waliif barreessuu isaanii itti fufan. Waggoota itti aanan keessa, fayyaan Eduard caalaatti hammaachaa dhufe; jireenya isaa keessaa waggoota dheeraa mana yaalaa sammuu keessatti dabarse. Garuu jechi gabaabaan abbaan isaa waggoota sana keessa barreesse sun har’as ergaa guddaa qaba: 🚲 “Madaallii kee eeggachuuf, SOOCHOO’UU ITTI FUFI.” Jireenyi yeroo tokko tokko ulfaachuu danda’a. Kufuu dandeessa. Dadhabuu dandeessa. Garuu yeroo baay’ee, furmaanni jireenyaa dhaabbachuu osoo hin taane, tarkaanfachuu itti fufuudha. Socho’uu itti fufi. Madaallii kee eegi.
618