2 531
مشترکین
+824 ساعت
+17 روز
+27830 روز
آرشیو پست ها
2 531
✅️Akka Allaattii Samii irra kan balali’uu fi akka Qurxummii Galaana kan daaku:- Teeknooloojiin 'SkyX' Addunyaa dinqisiisaa jira!!✅️Olka'insa samii irraa hanga gadi fageenya Galaanaatti rakkoo tokko malee ce'uu kan danda'u meeshaan ammayyaa haaraan kun addunyaa teeknooloojii baay'ee dinqisiisaa jira. ✅️Kampaaniin teeknooloojii Chaayinaa beekamaan 'Changsha Nighthawk Intelligent Technology' samii irra balali'uu fi bishaan keessa daakuuf dandeettii addaa kan qabu meeshaa ammayyaa "SkyX" jedhamu dhiheesseera. ✅️ Meeshaan kun amala Qurxummii uumamaan balali'u (flying fish) irraa moodela fudhachuun kan hojjetame yoo ta'u, qilleensa irra yeroo balali'u baallee isaa diriirsee haala dinqisiisaadhaan socho’a; gara bishaan keessaatti yeroo seenu ammoo baallee isaa dachaasuun salphaatti akka daaku isa dandeessisa. ✅️Kalaqni dinqisiisaan kun bishaan keessa sa'aatii tokkotti kiiloo meetira 50 deemuu kan danda'u, saffisa ol’aanaa kan qabu yoo ta'u, qilleensa irra garuu sa'aatii tokkoo oliif otoo addaan hin kutiin balali'uuf dandeettii qaba. ✅️Teeknooloojiin kun qorannoo Saxaxaa fi qorannoo bishaan jalaa milkaahinaan kan darbe yoo ta’u, yeroo ammaa kaayyoowwan gurguddoo adda addaatiif akka oolu qorannoo bal’aan taasifamaafii jira. ✅️Keessattuu hojiiwwan tajaajila hatattamaatiif, eegumsa fi hordoffii garbaa, akkasumas dameewwan ittisaa fi nageenyaatiif gumaacha ol’aanaa ni taasisa jedhameet abdiin ol’aanaan irra kaawwameera. #SkyX #Innovation #FutureTech #FlyingFish #Technology #join👇
2 531
Repost from Hope Promotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
2 531
#Deebii_Albert_Einstein☛Albert Einstein yeroodhuma barataa tureetti haalli inni itti yaaduu fi barattoonni biroo itti yaadan gargar ture. Gaafa tokko barsiisaan waa'ee qooyyabota herregaa osoo barsiisaa jiruu barattoota gaafii gaafate. #Barsiisaa: simbirroonni #sadii muka irra jiru,sadii keessaa #tokko dhagaadhaan rukunnee yoo buusne simbirroo meeqatu mukarratti hafa? #Baratoota:lama #Barsiisaa:eeyyeen sirriidha.3-1=2 waan taheef #Anastaayiin harka baase☝: lakki homtuu hin hafu.simbirri tokko yoo rukutamte warri hafan maaliif taa'uu? barrisani deemu.Kanaaf Zeroodha. #Barsiisaa: gatiin hoolaa tokkoo qarshii 1000, yoo tahe gatiin hoolota shanii meeqa? #Barattoota: 5000 taha. #Barsiisaa: eeyyeen sirriidha.5x1000=5000 waan taheef. #Anastaayiin: lakki hin beekamu.Maal hoolonni kuni hundi xiqquma illeen wal hin caaltuu? Kanaaf ani gama kootiin hin beekamuun jedha. "Loojikiin tarkaanfii tokko nu deemsisa,xinxaalliin garuu bakka fedhe nu deemsisa". Albert Einstein
2 531
Kana Beektuu Laata ❓
👉Yeroo takka Adoolf Hitler "medaaliyaa " namicha tokko badhaase ture sababni isaas qoosan isa waan isa buhaarse tureefidha 😄😄
``
Facts and Knowledge💡
2 531
Pilaaneetii yuuranus(Uranus) irratti bonni waggaa 42 akka turu beektu laata?!!! 🙈
`
Facts and Knowledge💡2 531
#Mucaa miiraa Beelas ta'ee Miiraa dhukkubaa hin qabnee!!!!💪💪💪🙏
#Olivia_Fransworth jedhaamtii lammii biyyaa #UK yoo tatuu "Chromosome 6 deletion" jedhamuun qabamtettii.
Sababaa kanaa irraa kan ka'ee Jireenya ishee keessattii tasuuma Miira dhukkuuba , Hirriiba, fi kan Beela kessumeesite hin beektuu jechuun Hin dhukkubsattu , Hin beelooftuu , Hirribnis ofi ishee hin qabu!!!!!
#Nyaata kan nyaattuu namni normal tokkoo waan nyaatu qofaf malee beeloftee yookiin ishee barbachise miti .
#Hirriibas kan raftuu yeroo namnii rafuttii Qoriichaa sa'ati 6 f ishee raffiisuu fudhatteti.
#Baraa 2016 GC Balaan Makiina salphaan irraa gahee turee garuu yeroo sanattii Miirri dhukkuuba kaamiiyyuu ishettii hin dhagahamne turee
2 531
🎉🎉🎈🎈🎄🎁🎁🎉🎉
🎉🎉Baga Geessan 🎄🎄
🎄🎄Happy New Year 2019 🎄🎄
✉️ Join 10K+ Special Channel Now
👇👇👇
┃_
┃30.9K+ - @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃19.1K+ - @Reading_PDF ©
┃_
┃15.8K+ - @Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃14.9K+ - @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃11.6K+ - @Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃9.5K+ - @Getu_Official 📖
┃
┃➡️Join All Channel 👇
┃_
👇👇👇
─╔╗───╔╗╔═╦╗
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
✉️ @hopepromotion
2 531
Repost from Hope Promotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
2 531
Repost from Hope Promotion
✅Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄📊⬇️
┃📩Now Speak English
┃─
┃😀Daily Info
┃─
┃😁Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓Kana Beektuu
┃─
┃👤@Gaggeessummaa
┃─
┃📚@Books_Club12
┃─
┃😄Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍Seenaa Oromoo
┃─
┃✉️ Join 10K+ Special Channel
┃─
┃ © Books and Psychology
┃─
Ariifadhaa Join Godhadhaa!👇👇
Free promotion
✍️Contact: @Getu_Abera
2 531
✉️ Join 10K+ Special Channel Now
👇👇👇
┃_
┃30.9K+ - @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃19.1K+ - @Reading_PDF ©
┃_
┃15.8K+ - @Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃14.9K+ - @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃11.6K+ - @Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃9.5K+ - @Getu_Official 📖
┃
┃➡️Join All Channel 👇
┃_
👇👇👇
─╔╗───╔╗╔═╦╗
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
✉️ @hopepromotion
2 531
Repost from Hope Promotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
2 531
Repost from Hope Promotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
