ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Facts and Knowledge

Facts and Knowledge

الذهاب إلى القناة على Telegram

Did you Know?

إظهار المزيد
2 637
المشتركون
-124 ساعات
+77 أيام
+1130 أيام

جارٍ تحميل البيانات

القنوات المماثلة
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
نوفمبر '26
نوفمبر '26
+44
في 0 قنوات
أكتوبر '26
+127
في 1 قنوات
Get PRO
سبتمبر '26
+256
في 87 قنوات
Get PRO
أغسطس '26
+327
في 102 قنوات
Get PRO
يوليو '26
+208
في 95 قنوات
Get PRO
يونيو '26
+298
في 79 قنوات
Get PRO
مايو '26
+926
في 102 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+329
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+3
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+2
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '26
+5
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+2
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+12
في 1 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+15
في 87 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+24
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+19
في 83 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+23
في 84 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+18
في 83 قنوات
Get PRO
مايو '25
+28
في 104 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+27
في 116 قنوات
Get PRO
مارس '25
+25
في 113 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+38
في 122 قنوات
Get PRO
يناير '25
+97
في 125 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+158
في 134 قنوات
Get PRO
نوفمبر '240
في 17 قنوات
Get PRO
أكتوبر '240
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '240
في 104 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+63
في 119 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+113
في 103 قنوات
Get PRO
يونيو '240
في 102 قنوات
Get PRO
مايو '240
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+471
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
26 نوفمبر0
25 نوفمبر+3
24 نوفمبر+5
23 نوفمبر+5
22 نوفمبر+2
21 نوفمبر0
20 نوفمبر+2
19 نوفمبر0
18 نوفمبر0
17 نوفمبر+2
16 نوفمبر+1
15 نوفمبر+4
14 نوفمبر+3
13 نوفمبر+2
12 نوفمبر+2
11 نوفمبر+1
10 نوفمبر0
09 نوفمبر+1
08 نوفمبر+2
07 نوفمبر+1
06 نوفمبر+1
05 نوفمبر+1
04 نوفمبر+2
03 نوفمبر+2
02 نوفمبر+1
01 نوفمبر+1
منشورات القناة
Kallattii ittii fiigduu addaa baafadhu! HUBADHU! • Osoo fiiguu hin jalqabiniin dura kallattii kam akka fiigdu adda baafadhu! • Osoo waan tokko hin murteessin dura, murtii booda waan dhufu tilmaami! Amaloota sadi dhiisuu qabda: ➝ Abdii kutachuu, ➝ Hammeenya hojjachuu fi ➝ Nama tuffachuu dhiisuu qabda. Yeroo hedduu kan jireenya keenya jijjiiru humna alaa dhufu osoo hin taane humna sammuun keenya maddisiisudha; yaada namni biroo nuuf kennu irra yaada sammuun keenya burqisiisutu nu hooggana! kanaafuu waan gaarii gochuuf waan gaarii yaaduu qabna; Akka saayinsiin jedhutti namni tokko jiraachuuf waantonni akka bu'uuraatti barbaachisan nyaata, uffataa fi mana jireenyaati jedhee lafa kaa'a; garuu jiraachuuf kun gahaa miti jiraachuuf Gammachuu qabaachuunis barbaachisaadha; namni gammachuu hin qabne, namni kolfi isaa harkaa bade jiraachuun hedduu itti ulfaata; du'uu filata (kana kan arge hubachuu danda'a). JIREENYA GAMMACHUU QABU JIRAACHUUF:- - Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu. - Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi (namni eenyummaa isaan wal qixa; doktorii, pirofeserii, barsiisaa... waan fedhe haa ta'u kunneen eenyummaa isaa osoo hin taane maalummaa isaati. Namni kan madaalamu ammoo maalummaa isaan osoo hin taane eenyummaa isaani kanaafu ati Nama dha Amani). - Akka duutus hin dagatiin. - Namaaf ilaalcha gaarii qabaadhu. - Nama gargaari (bay z way....gaafa nama tokko gargaarru isa gargaarame caalaa kan gammadu isa gargaaredha). - Namoota si miidhaniif Dhiifama godhi (kun gammachuu dhokataa danuu qaba). Na amani Warreeen armaan olii kana yoo raawwatte salphumatti nama gammachuu qabu taata. ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
25 نوفمبر, 12:37

2
Gorsa Shan [5] 1. Iddoo Hundumaatti gaarummaa hojjadhu! Yoos maqaan kee bakka gaaritti waamama. 2. Eenyummaan kee inni qajeelaan bakka oolteen utuu hin taane, hojii bakkichatti hojjetteen madaalama. 3. Amma dandeessu namoota onnachiisi! Nama tuffachuu hundumtuu gochuu danda'a waan ta'eef. 4. Gammachuu argachuu kan dandeessu gaafa kaayyoo keetiif jiraattudha. 5. Yeroo keetti fayyadami! (Use time wisely) ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
400
3
Of Jijjiiruuf Kallattilee Bu'uuraa 10 ➛ Ati nama guddachuuf of qopheessuu jaalatuu dhaa? Karaa kamiiniyyuu of jijjiiruuf kallattii barbaadaa jirtaa? ➛ Yeroo kamiyyuu kallattiin ittiin jireenya keenya jijjiiruu dandeenyu malli ni jira. ➛ Dandeettiin nama keessa jiru daangeffamaa miti. Kanaafuu dhuma milkaa'insaa irra gaheera kan jedhu hin jiru. Tuqaan milkaa'insa isa dhumaas hin jiru. Yommuu of xinxallu nuti nama gaariidha, gahoodhas. ➛ Kallattiin milkaa'inaa kennamu itti fufiinsaan of jijjiiruuf akka ta'uu fi yeroo hundumaa tarkaanfiin guddaan irratti dammaquu qabnu akka jirudha. Tarkaanfileen milkaa'insaa tokko tokko karaa salphaadhaan kan adeemsisu yoo ta'u, kan deeggarsa barbaachisus jiru. 1. Yeroo Hundumaa Dubbisi! (Read Every Day): Maddi ogummaa jireenyaa kitaaba dubbisuun ni argama. Hanguma baay'ina kitaaba dubbistu ogummaan horattus caalmaatti dabalamaa adeema. Guyyaa hundumaa kitaaba yommuu dubbistu sammuun kee beekumsa soorata. 2. Afaan Haaraa Baradhu! (Learn New Language): Afaan dabalataa baruun dandeettii fi beekumsa dabalataa akka argattu si gargaara. Sammuu banamaan afaanii fi aadaa kanneen biroo barachuun muuxannoo jireenyaa gabbisa. 3. Fedha Haaraa of Keessatti Uumi! (Pick up a New Hobby): Fedha kee cinaatti fedha kanneen biroo fakkeenyaaf jabeenya qaamaa, walaloo barreessuu, horachuun yommuu hojii xumurtu shaakaluun dandeettii kee alaan, keessaan, yaadaadhaan ni guddifatta. 4. Barnoota Haaraa Fudhadhu! (Pick up a New Course): Barnoonni karaa ittiin beekumsa haaraa argatanii fi dandeettii ittiin of jijjiiranii dha. 5. Kutaa Dadammaqiinsaa Uumi! (Create an Ispirational Room): Naannoon ati jirtu kaka'uumsa waan haaraa uumuf ati qabdu cimsuuf gahee qaba. Kan jirtu naannoo dadammaqiinsaaf si gargaaru yoo ta'e, yeroo hundumaa keessa kee haaressita. Kutaan mana kee keessa jiru duwwaa akkasumas toora kan hin qabne yoo ta'e, kutaa dadammaqiinsaa gochuuf wantoota dammaqiinsaf si gargaaran, jechoota barreessuun yookin fakkii kaasuun itti maxxansi! 6. Sodaa Kee Moo'adhu! (Overcome Your Fears): Dandeettii dubbii irratti, sagalee dhageessifachuu irratti sodaa qabda taanan, sodaan kee sadarkaa jijjiiramaa tokko irra akka turtuu fi of jijjiiruu irraa si dhoorka. Naannoo itti sodaa kee moo'achuu dandeessu uumuun irratti hojjedhu! 7. Sadarkaa Kee Ol Guddisi! (Level up Your Skills): Hojii kee irratti muuxannoo fudhachuun isa caalutti ol guddifachuu dha. 8. Ganamaan Ka'i! (Wake up Early!): Obboroon ka'uun bu'aa hojii fi of jijjiiruu irratti gahee olaanaa qaba. Ganamaan yoo kaatu yeroo gahaa itti of qopheessitu namoota kan biroo caalaa qabaatta. 9. Sochii Qaamaa fi jabeenyaa Torbanii (Weekly Exercise): Qindaa'insaa fi bareedina akkasumas fayyina qaamaaf sosochiin qaamaa murteessaa dha. 10. Kitaaba Jireenya Kee Eegali! (Start Your Life Handbook): Kitaabni jireenyaa of keessaa akkaataa jiruu fi jireenya kee itti jiraattu qaba. Fuula tokkoon tokkoon isaa irratti of qopheessuun, kaayyoo kee, bu'aa argattuu fi galma geessu madaalaa adeemta. ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
651
4
Jechoota Hayyoota Lixaa "Beekumsi kennaa uumamaa si jalaa hin hatamneedha." — Albart Staayin "Hiyyummaan hiyyuuma caalu hiyyummaa sammuuti." — Sooqiraxas "Hanga lubbuun jirtutti waan gaarii hojjedhu!" — Abrahaam Linkan "Yeroo dabarsuurra guyyaa beellamaa dabarsuu wayya!" — Abrahaam Linkan "Beekaa jedhamuuf barumsa keessa darbuu osoo hin taane baruumsi si keessa darbuu qaba." — Abrahaam Linkan "Sammuun qullaa ta'uu irra kiisiin qullaa ta'uu wayya." — Sheekispiir "Boru kaleessaaf karoorfachuu hin dandeessu." — Edmand Bark "Yeroo hunda tarkaanfii tokko yoo yaaddu qormaanni gufuun miilla kee irratti ni mul'ata." — Antoon Cheevak "Nama irra yaaduf yaali! Garuu namarra beekadha ofiin hin jedhin!" — Wiiliyaam Jaamsi "Horii kee waan barbaaddetti jijjiiruu dandeessa! Biyya kee garuu hin dandeessu." — Joon F. Keneediin "Bareedinni sammuudhaa umurii wajjiin dabalaa yoo adeemu kan bifaa immoo hir'achaa deema." — Joon F. Keneediin "Humna agarsiiftuu ol qabaadhu! Hamma beektu dubbadhu!" — W. Sheekispiir ✍Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
325
5
Gufuulee Milkaa'inaa... 1. Ofittummaa. 2. Sodaa kufaatii. 3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu. 4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu. 5. Jijjiirama haala jireenyaa. 6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu. 7. Hanqina karoora/qarshii. 8. Ittigaafatamummaa maatii. 9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu. 10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu. 11. Qofaa keenya hedduu hojjachuu. 12. Humna ofii ol yaaduu. 13. Kutannoo qabaachuu dhabuu. 14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu. 15. Sabrii dhabuu. 16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu. ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
281
6
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..! 1. Karoora kee. 2. Dadhabina kee. 3. Kufaatii kee. 4. Iccitii kee. 5. Sochii kee kan fuul-duraa. 6. Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin. JAHAN KANA AMMOO HUBADHU! 1. Yaadi malee hin dhiphatin! 2. Nama irraa baay'ee hin eeggatin! 3. Dandeettii keetti fayyadami! 4. Dogoggora kee irraa baradhu! 5. Ofitti amani! 6. Dandeettii kee beeki! ✍Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
550
7
Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi! 1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee jala kaa'i. 2. Rakkina amma keessa jirtuu fi cinqii sitti jirtu kana kaleessa kee yaadachuun, Fuul-dura kee Abdachuun bira kuti. 3. Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi. 4. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef. 5. Taatee argamuu, (Ofitti amantummaan hojjachuu). ✍Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
806
8
Wantoota 10 Kana Eenyuttu Gonkumaa Himuu Hin Qabdu: 1. Karoora bakka bu'aa kee (Backup plans) Namoonni yeroo ati karaa biraa ittiin milkooftu beekan, ilaalcha isaan siif qaban jijjiiruu danda'u. Filannoowwan kee hanga yeroo isaan barbaachisanitti of biraatti qabadhu. 2. Wantoota irratti waliif galtu ykn itti aantu sirriitti beekuu isaanii Namoonni daangaa kee yeroo beekan, daangaa sana irratti si mariisisuu fi dhiibbaa sirratti gochuu jalqabu. 3. Waldhabdee dhuunfaa namoota siitti dhihoo jiran waliin qabdu Miirri yeroo gabaabaa keessatti uumamu yaada namni biraa yeroo dheeraaf si irratti qabu akka hin taaneef, dhimma dhuunfaa kee nama hundaaf hin himiin. 4. Rakkoo maallaqaa fi dirqama maallaqaa kee Rakkoon maallaqaa kee namoonni akkaataa itti si kabajan, itti amananii fi ittin sitti dhiyaatan suuta suutaan jijjiiruu danda'a. 5. Hamman obsuu dandeessu Namoonni hamma ati obsitu yoo beekan, daangaa kee irra deddeebi'anii ce'uu danda'u. 6. Dogoggora darbe kan amma eenyummaa kee hin ibsine Guddina jechuun fuulduratti tarkaanfachuu dha. Namni hundi nama durii ati turte akka beekuuf mirga hin qabu. 7. Dadhabina kee bakka murteessaa ta'etti qabdu Ofii kee qofatti baradhu. Callisii of fooyyessi. Yeroo hunda dadhabina kee namootaaf saaxiluu irra ofitti amanamummaan barbaachisaa dha. 8. Tarkaanfii guddaa itti aanu kan ati fudhachuuf jirtu osoo hin murtoofne Yaadni namoota baay'ee milkaa'ina kee osoo hin argamiin dura abdii fi kaka'umsa kee balleessuu danda'a. 9. Walbira qabuu namoota biroo irratti gootu Jechi afaan keessaa ba'e saffisaan tamsa'a; keessumaa jechoonni salphaatti dubbataman. 10. Waan miiraan si rakkisaa jiru kan ati amma illee hubachuuf yaalaa jirtu Namni hundi gorsa si fayyadu siif hin kennu; gariin isaanii burjaajii caalaa si keessatti uumuu danda'u. Ergaa kana irraa barumsa yoo argattan, TG kana join gochuun nu hordofuun na jajjabeessaa. Galatoomaa! Follow👉 Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa) https://t.me/FactsAHknowledge
499
9
لا يوجد نص...
724
10
#Fakkaachuu_Dhiisi! 👉Ilaamee nama koo kan si barbaachisu kophee 👞 bituu ta'uu danda'a. Kan ati barbaaddu garuu kophee hiriyyaan kee bite, kan gatiin isaa qaalii isa kiisii kee miidhu ta'uu danda'a. Kan si barbaachisu bakkeewwan mimmidhaagoo ta'an keessa deemuun(Walk gochuun) sammuu kee bashannansiisuu fi gooharsuu ta'uu danda'a. Kan ati barbaaddu garuu qarshii baay'ee baaftee of dhangalaasuun ta'uu danda'a. Kan si barbaachisu nyaata mana keetii argattee nyaachuu ta'uu danda'a, ati garuu mana nyaataa gatiin isaa qaala'aa ta'e seentee nyaachuu barbaaduu dandeetta. 🤝#Ila_Nama_Koo 🤔 👉 Amaloonni akkanaa kun yeroo irra deddeebi'an, kaayyoo keetiif jiraachuu dhiiftee, fedhii kee isa si hin fayyadneef Garbicha taata. Amaloonni akkanaa yoo baay'atan dursa kiisii kee, san booda jireenna kee duwwaatti hambisu. Yeroo Namoonni waan nyaatan, waan dhugan, waan uffatan, waan hawwan sitti agarsiisuuf yaalan, ati ammoo dabarsuun ka biraa laali! 👉#Na_dhagahi! fakkaachuu dhiisi! Ani eennu gadi, anis itti agarsiisa! Kan jedhu miira keessa keetii too'adhu! Kaayyoo kee guddicha saniif iddoo kenni! Waan barbaadduuf odoo hin taane, waan si barbaachisuuf dursa iddoo kenni! San booda wanti ati hin milkeessine hin jiru. Sababni isaa bilchina qaamaa irra, bilchina sammuuttu caala. 👉Warroonni kaayyoo isaanii miira irraa bilisoomsuun fakkaachuu fi fakkeessuu irraa qulqulleessan galma isaanii dhugoomsanii waan barbaadaniif waan isaan barbaachisu guutanii jiraataaru. Isaan qaamaan osoo hin taane sammuun bilchaatan. Ati hoo eennuu gadi?? Miiraaf qaama caalaa sammuu kee...🤝🤝🤝 ✍Pr. Abbittii Hajjii (Abbaa Malaa)
616
11
🐢 SUUTA SUUTAAN DEEMUUN KEESSAN QAANII HIN QABU! 💪🔥 Namoonni hundi saffisa tokkoon hin deemani. Namni tokko saffisaan milk
🐢 SUUTA SUUTAAN DEEMUUN KEESSAN QAANII HIN QABU! 💪🔥 Namoonni hundi saffisa tokkoon hin deemani. Namni tokko saffisaan milkaa’a, kan biraan immoo suuta suutaan tarkaanfata. Garuu wanti murteessaan saffisa kee osoo hin taane, gara fuulduraatti deemuu kee dha! 🎯 🐢 Barumsa qabeessa kan ta’e: Qocaan saffisaan hin deemne jechuun galma isaa hin ga’u jechuu miti. Akkasuma, ati har’a suuta deemaa jirta jechuun boru milkaa’uu hin dandeessu jechuu miti. ✅ Of hin madaaliin. ✅ Namoota biroo wajjin of hin dorgomiin. ✅ Tarkaanfii xiqqaa ati har’a fudhattu hin tuffatiin. ✅ Kaayyoo kee irratti cichi! ✅ Yeroo hunda gara fuulduraatti tarkaanfadhu! Yaadadhu: Milkaa’inni saffisa qofa irraa hin dhufu; obsaa, itti fufiinsaa fi kutannoo irraa dhufa. 🌱 🔥 Suuta deemuun rakkoo miti; dhaabbachuun garuu imala kee addaan kutuu danda’a! 💬 Gaaffii: Ati har’a kaayyoo kee bira ga’uuf tarkaanfii akkamii fudhatte? 👇 Yaada keessan comment irratti nuuf qoodaa! ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
594
12
لا يوجد نص...
445
13
𝗚𝗼𝗿𝘀𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗺𝗮 𝗤𝗮𝗯duu🌅 ================== 1,Qorumsi kan sitti baayy'atuuf; Dadhabina kee mul'isuufi miti. hammam akka cimaa taate mul'isa. *** 2, Namni maalif akka du'u hin beekne.Maalif akka jiraatus hin beeku. **** 3, Karaa si baasu hin beektu taanan imala hin eegalin. **** 4, Nama Gammachiisuf jattee gammachuu kee hin dhabin. **** 5, Nama guddaa ta'uuf yaada xiqqaafi,Nama yaada xiqqaa irraa fagaadhu. **** 6, Dubartootni yeroo hedduu dhiira cal'isu jaalatu;Sababni yeroo mara waan isaan dhaggeeffatu itti fakkaata.!!! **** 7, Beekaa ta'uun humna siif kenna.Amala gaarii qabaachuun kabaja siif kenna. * 8, Dhugaa keessa kee jiru himuu dandeessa ta'a,Garuu akka si amanuu gochuun ni ulfaata. * 9, Namni baratee kitaaba hin dubbisneefi namni kitaaba dubbisuu hin dandeenye wal hin caalu. * 10, Bakkuma jirtu dhaabbattee bakka gahuu barbaaddu hawwuun gowwummaadha. ** 11, Moo'ataa kan si taasisu.Baay'ina deeggartootaa osoo hin taane; Yaadaafi ofitti amanamummaa ati qabduudha. * Galatooma !❤ ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
518
14
𝗚𝗼𝗿𝘀𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗺𝗮 𝗤𝗮𝗯𝗯𝘂🌅 ================== 1,Qorumsi kan sitti baayy'atuuf; Dadhabina kee mul'isuufi miti. hammam akka cimaa taate mul'isa. *** 2, Namni maalif akka du'u hin beekne.Maalif akka jiraatus hin beeku. **** 3, Karaa si baasu hin beektu taanan imala hin eegalin. **** 4, Nama Gammachiisuf jattee gammachuu kee hin dhabin. **** 5, Nama guddaa ta'uuf yaada xiqqaafi,Nama yaada xiqqaa irraa fagaadhu. **** 6, Dubartootni yeroo hedduu dhiira cal'isu jaalatu;Sababni yeroo mara waan isaan dhaggeeffatu itti fakkaata.!!! **** 7, Beekaa ta'uun humna siif kenna.Amala gaarii qabaachuun kabaja siif kenna. ***** 8, Dhugaa keessa kee jiru himuu dandeessa ta'a,Garuu akka si amanuu gochuun ni ulfaata. ***** 9, Namni baratee kitaaba hin dubbisneefi namni kitaaba dubbisuu hin dandeenye wal hin caalu. ***** 10, Bakkuma jirtu dhaabbattee bakka gahuu barbaaddu hawwuun gowwummaadha. ****** 11, Moo'ataa kan si taasisu.Baay'ina deeggartootaa osoo hin taane; Yaadaafi ofitti amanamummaa ati qabduudha. ***** Galatooma !❤ ✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
1
15
♠☞OF_EGGAACHUUN_HIN_DAGAATIIN☜ ❀❀❀❀❀❀❀❀ ☞Bar tokko Adurroonni, "Hanga yoomi wal lolla? Intala keessan nu kennaatii gaa'ilaan tokko haa tannu," jechuun hantuutotattii ergan. Hantuutonnis walii galan. Gaa'ilichaafis hantuutaa bareedduu taate tokko filatan. Ta'us gidduu isaanitti wal shakkuun hin dhabamuutii, hantuunni cimaan tokko ka'ee, "Yaa lammii hantuutotaa!! Adurroonni waggoota hedduu utuu nuti isaan hin tuqin, utuu isaan hin miidhin yeroo hundaa nu balleessaa kan turan diinota keenya akka ta'an beektu. Gaa'ila kanaan sababbeeifatanii dhufanii badii akka nurratti hin raawwanne maaltu nu mirkaneessa? Ykn ragaa maal qabna? Of eeggachuun waan hamaa miti, maaloo boolla haa qotannu; yoo mala hamaa qabaatan bakka itti dhokannu nuuf ta'a," jedheen. Hundumti isaanii yaanni isaa akka isaanitti tole itti himaan. Kanaafis boolla gahaa qotatan. Guyyaa gaa'ilichaa Adurroonni sirbaa dhufan. Dhufaatiin isaanii kan itti hin tolle hantuutonni xiinxalanii isaan ilaalu turan. Adurroonni, "hudhi hudhi," yeroo jedhan; hantuutonnis, "dhokadhu dhokadhu jedhan."Nuyis gorfanneerra," yeroo jedhan; hantuutonnis, "Boolla qotanneerra," jedhanii gara boollatti galanii jala bahaan. Of eeggachuun barbaachisaadha. Addunyaan kun dhibba irraa dhibba kan itti amanaman waan hin taaneef, diina kee wajjin araarami; garuu of eeggachuu kee hin dhiisin. ✍Pr. lAbbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
524
16
لا يوجد نص...
474
17
‎BARNOOTA BU'UURAA 5 KITAABA 'ATOMIC HABITS' IRRAA BARANNU ‎****** ‎ ‎Jijjiirama guddaa jireenya kee keessatti fiduuf tarkaanfii guddaa fi ulfaataa qofa fudhachuu dhiisi? James Clear kitaaba isa 'Atomic Habits' keessatti akka ibsutti: Milkaa’inni bu'aa barmaatilee xixiqqaa guyyaa guyyaan shaakalluuti malee jijjiirama tasaa miti! ‎ ‎Jireenya kee toora qabsiisuu fi mul'ata kee dhugoomsuuf barnoota bu'uuraa 5 kitaaba kana irraa barannu kanneen hojii irra oolchi: ‎ ‎1. Seera %1n Fooyya'uu (The 1% Better Every Day) ‎Jijjiiramni guddaan guyyaa tokkotti hin dhalatu. Guyyaa guyyaan wanta hojjettu irratti %1 qofa fooyya'uun waggaa tokko keessatti dachaa baayeen (compound effect) %37 fooyya'ina guddaa siif fida. ‎Har'uma jalqabi; fuula 1 dubbisuu, push-up 5 hojjechuu, ykn boqonnaa daqiiqaa 5 fudhachuudhaan jijjiirama %1 shaakaluu jalqabi! ‎ ‎2. Galma (Goals) Irra Sirna (Systems) Irratti Xiyyeeffadhu ‎Galmi bakka ga'uu dandeessu siif ibsa; sirni (system) garuu adeemsa guyyaa guyyaa ittiin bakka sana geessuudha. Namoonni milkaa'ani fi kufan hundi galma wal-fakkaataa qabu; kan isaan gargar baasu garuu sirna hojii guyyaa guyyaati. ‎Galma qabaachuun gaariidha, garuu xiyyeeffannoo kee tooftaa fi barmaatilee guyyaa guyyaatti hojii irra oolchitu irratti gochuu shaakali. ‎ ‎3. Eenyummaa Kee Jijjiiri Malee Bu'aa Qofa Hin Hordofin (Identity-Based Habits) ‎Jijjiiramni waaraa kan dhalatu yeroo ati amantaa fi eenyummaa kee jijjiirtuudha. Wanta hojjettu qofa jijjiiruu dhiisiitii, nama akkamii ta'uu akka barbaaddu irratti xiyyeeffadhu. ‎"Ani dubbisuu nan barbaada" jechuu mannaa "Ani NAMA DUBBISUUDHA" jedhii of amansiisi. Wanti ati hojjettu hundi eenyummaa kee deeggara. ‎ ‎4. Seerota 4 Barmaatilee Haaraa Ijaaruu (The 4 Laws of Behavior Change) ‎Barmaatilee gaarii ijaaruuf seerota afur kanneen fayyadamuu dandeessa: ‎* Mul'ataa Taasisi (Make it Obvious): Wanta hojjechuu barbaaddu ija kee dura kaa'i. ‎* Hawwataa Taasisi (Make it Attractive): Barmaatilee sana wanta jaallattu wajjin walitti hidhi. ‎* Salphaa Taasisi (Make it Easy): Tarkaanfii jalqabaa baay'ee salphaa fi daqiiqaa 2 keessatti xumuramu taasisi (2-Minute Rule). ‎* Quubsaa Taasisi (Make it Satisfying): Hojii sana xumuruu keetiif of badhaasi. ‎ ‎5. Seera Daqiiqaa 2 (The 2-Minute Rule) ‎Barmaatileen haaraa kamiyyuu jalqabuuf daqiiqaa 2 ol fudhachuu hin qabu. Barmaatileen ulfaataan yoo salphaatti caccabe malee sammuun kee harkifannaa (procrastination) fida. ‎Kitaaba fuula 30n dubbisa jechuu mannaa "Kitaaba fuula 1n dubbisa" jedhii jalqabi. Jalqabuun humna guddaa siif kenna! ‎ ‎"Jireenyi kee bu'aa barmaatilee keetiiti. Galma kee ol kaasuu dhiisiitii, sirna barmaatilee keetii fooyyessi. Har'a dammaqi, barmaatilee xixiqqoo %1 ijaarrachuudhaan gara milkaa'ina waaraatti imali!" ‎ ‎✍Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
491
18
Dhugaawwan #Hadhaawoo 7 (Hard Truths)! 🧠💎⚡ 1. Namni #Icciitii nama Hundaa fidee sitti haasa'u, Gaaf tokko kan kees baasee Gurgura. 🗣️🐍 2. Eenyummaa Nama tokkoo madaaluuf, Beekamti fi #Sadarkaa diinota isaa Baruu qofa si gaafata. 👑🦁 3. Yommuu #Hattuun si Dhungattu, ilkaan kee lakkaawwadhu. 🎭🪤 4. Gorsa #Maanguddoota hundaa gonkumaa hin fudhatin; Goowwaan Dulloomees si Gorsu qaba jedheen hin amanu. 🧠🚫 5. Mana itti Galtu filachuu keetiin dura, #Ollaa kee si cina jirus Adda Baafadhu. 🤝🚪 6. Nama Ifatti si #Jibbuu caalaa , Diina fuula ifaatiin dhufe sanatu Balaa qaba. 🗡️🩸 7. Kolfi #Hiriyyaa Fakkeessituu , Kolfa diina kee Caalaa Baay'ee Dheerata. 🐍🚪 Ajaa'iba! 😁🤝 📌Of-Eeggachaa Jiraadhaa Maalumaafu! 🙏 ✍️Pr. Abbittii Hajjii(Abbaa Malaa)
422
19
#Dubbisi_Si_Fayyadaa👇 Gammachuu fi shittoo Osoo namaaf biifanii ofiifis urgeeffatu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Nama ta'uu malee nama fakkaachuun salphaadha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Barumsi Waanuma baratame barachuu miti. Sammuun akka yaaduuf leenjisuudha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Sodaatamuu osoo hin taaane kabajamuu jaalladhu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Gaafa Duuba kee garagaltee ilaaltu hammam akka deemtee dhufte hubatta. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Namoonni dhukkubaan hin du’an, dhiphina keessa isaaniitiin malee. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Yeroo tarkaanfii tokko tarkaanfachuu yaaddu,gufuu tarkaanfii tokko si ittisuu danda’utu si dura dhaabbata. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Nama baay'ee si beeka ta'a; garuu kan si hubatu muraasa. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Gammachuun kee waan ilaaluuf filatte irratti hundaa'a. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Yeroo kamiyyuu haala keessa jirtu jijjiiruu akka dandeessu yaadadhu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Mul'ata malee Hin mul'atan,Mul'ata jechuun imala yaada sammuuti ️ ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Barachuun beeku hin ibsu beekuun garuu barachuu Ibsa ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ •Gonkumaa hin arifatin, •Gonkumaa hin dhiphatin, •Gonkumaa Abdii hin kutin, •Gonkumaa waan xiqqoon qabamtee karaatti hin dhaabbatin. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenyaa Ati qooddachuuf eeggattudha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Jaarraan 21 ffaan jaarraa namoota tattaaffii fi tarkaaffiiti malee jaarraa tuffii miti ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ yoo Amantee wanta ta'uu barbaadde ni taata ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Carraan amma qabduu kan guddinaati malee kan badiisaa miti. Kanan dubbiserraati ✍️Waan Dubbistaniif #Galatoomaa! ✍✍Pr. Abbittii Hajii(Abbaa Malaa)
757
20
DHUGAA PSYCHOLOGY 1. Nama jechoota waa xiqqoo fi ariitiidhaan dubbatu, iccitii qabata. 2. Nama baay'ee rafuu, gadda keessa akka jiru beeki. 3. Nama waan nama hin kolfisiisne (stupid) hundarratti baay'ee kolfuu, kophummaan akka isa miite beeki. 4. Nama waan xiqqoo irratti booyu, qulqulluu ta'uu isaa beeki. 5. Nama haala sirrii hin taaneen nyaatu, dhiphina keessa akka jiru beeki. 6. Nama waan xiqqoo irratti aaru, jaalala akka barbaadu beeki. 7. Deebinee wal hin arginu ta'a, kanaaf na hordofuu kee mirkaneeffadhu
410