fa
Feedback
LIMA FOXTROT FOXTROT

LIMA FOXTROT FOXTROT

رفتن به کانال در Telegram

This Channel is Created To Clench Victory Of That The Hijacked QEERROO & QARREE Revolutions in OROMIA Again.!!!! ❤️💚❤️ 💪💪💪

نمایش بیشتر
3 922
مشترکین
-724 ساعت
-527 روز
-16630 روز

در حال بارگیری داده...

کانال‌های مشابه
ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئیه '26
ژوئیه '26
+20
در 2 کانال‌ها
ژوئن '26
+50
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+18
در 1 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+16
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+51
در 2 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+19
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+24
در 2 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+10
در 3 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+35
در 4 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+36
در 2 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+47
در 3 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+53
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+32
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+48
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+40
در 1 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+44
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مارس '25
+36
در 2 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+54
در 4 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+79
در 3 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+194
در 5 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+817
در 7 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+252
در 5 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+376
در 3 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+395
در 2 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+598
در 6 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+507
در 4 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+675
در 4 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+845
در 2 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+760
در 4 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+807
در 3 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+1 164
در 4 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '23
+397
در 6 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '23
+228
در 4 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '23
+101
در 3 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '23
+736
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
21 ژوئیه0
20 ژوئیه0
19 ژوئیه0
18 ژوئیه+1
17 ژوئیه0
16 ژوئیه+1
15 ژوئیه+1
14 ژوئیه0
13 ژوئیه+5
12 ژوئیه+4
11 ژوئیه0
10 ژوئیه+1
09 ژوئیه+1
08 ژوئیه+1
07 ژوئیه+1
06 ژوئیه+1
05 ژوئیه+1
04 ژوئیه0
03 ژوئیه+1
02 ژوئیه0
01 ژوئیه+1
پست‌های کانال
Repost from Jawar Mohammed
AJAJAA DHIBBAA GUUTAA TULLUU arganeerra. Kan basaasa garlamee ABO fi Tik Wayyaanee ta’ee isin hiisisaa ture kana moo miti? Mi
AJAJAA DHIBBAA GUUTAA TULLUU arganeerra. Kan basaasa garlamee ABO fi Tik Wayyaanee ta’ee isin hiisisaa ture kana moo miti? Miidhamtoonni nuuf mirkaneessa. San booda waan ajaaibaa irra geenye isin beeksifna.

2
2018 በለውጥ መሳይ ነውጡ ጊዜ <በኦሮሞ መካከል ሦስተኛ ወገን አደራዳሪ አያስፈልግም> ሻንጣችሁን አሁኑኑ ሸክፋችሁ ከአስመራ ፊንፊኔ ግቡ ብሎ በማሳጣት እና በማዋከብ ኦነግ ያለ ሁነኛ ውል/ድርድር ወደ ሐገር ቤት እንዲመለስ ጫና ያደረገው ጀዋር መሐመድ እኮ ነው ደርሶ ኦነግ አስመራ ሳለ ከወያኔ ጋር ይሰራ ነበር፥ አሁን ላይ ደግሞ ጉለሌ ቁጭ ብሎ ለብልፅግና ይሰራል እያለ የሚበጠረቀው። ሲጀመር ከኦነግ ጋር ቁርሾ የነበረው፥ አሁንም ድረስ ከኦነግ ጋር ፀበኛ የሆነ፥ በሠራቸው ትላልቅ ጥፋቶች እንደማይፀፀት አይኑን በጨው አጥቦ የሚለፍፍ ሞላጫን ማን ገለልተኝነቱን አረጋግጦለት ነው እውነት አፈላላጊ፥ ፍትህ ጠያቂ እና ፈራጅ ሆኖ የመጣው? 🤔 ኦነግ እንዲህ ነው እንዲያ ነው ለማለት እኮ ቢያንስ ከኦነግ ጋር ሠላማዊ ግንኙነት የነበረው ሰው መሆንን ይጠይቃል እኮ! ጀዊሳ ልክ በታላቁ Oromo Protest ጊዜ በግርማ ጥሩነህ አስታኮ የኦነግን ስም አጥፍቶ abbaa Qeerroo የሚል መጠሪያ ይዞ ገፅታውን ለመገንባት እንደሞከረው ዘንድሮም double agents በሚላቸው የኦነግ አባላት አስታኮ በኦነግ ኪሳራ የጠፋውን የራሱን ስም ለማደስ ሲፍገመገም እየታየ ነው። <ነጻ ወጥተናል፤ ነጻ አልወጣሁም የሚል ካለ የእጅ ባትሪ ስጡትና አብርቶ ይመልከት!> እንዳለው እኛ ደግሞ ይኸው በተቃራኒው የለፈለፋትን አንድ በአንድ በዚያ ባትሪ አፈላልገን አደባባይ እናሰጣለት ይዘናል። Ibsa Barissa
62
3
#Oduu_Ammee Godina Iluu Abbaa Booraa diinni maqaa Oppireeshenii jedhuun humna ishee bobbaasaa jirti. Jaallan tooraa sana jirtan Of Eeggannoo tolchaan Dhaamsa keenyaa
79
4
Biyyatti dabarfamuun duratti ammoo gaafa qabaman 27/04/2007 irraa kaasee hanga gaafa 12/05/2007 tti (National bureau of Investigation-NBI) head office naannoo Tirm Valley jedhamu jiru keessatti qorattoota FBI Amerikaa fi Keeniyaa Anti-Terror Police Unit jedhamaniin qoratamaa turan. Eerga qormaata isaanii xumuranii booda dursaan qorannoo kanaa namni Fraansis jedhamus dargaggoonni ukkaamfaman kun yakka shororkeessitummaa waliin wal qabatu tokkollee kan dalagan waan hin qabneef mootummaan Keeniyaa akka dafee gad isaan lakkisuu qabu murtii dabarse. Garuu dubartiin Keeniyaa Lelian jedhamtu tan waajjira CID jedhamu keessatti Officer taate maallaqa harka wayyaa jalaan wayyaanotaan afaan kaahamteef bitamtee ilmaan Oromoo qaroo sabaa turan dabarsitee laachuun abjuu isaanii doomsite. Carraa qulqullummaan hidhaa keessaa bahuuf qabanis jalaa galaafatte. Haala akkas dabaan xaxameen Injinar Tasfaahuun Camadaa fi Injirner Mesfisn Abbabaa gara Maa’ikalaawwii, qilee lafee Oromoo qaqqaalii qorxomsee ammallee guutuu didee kan biraa dabalachuuf afaan banee taa’utti, kan darbataman. Maa'ikalawwii keessatti waggaa tokko fi ji’a sadii guutuu reebicha fi dararama daangaa hin qabne jalatti qoratmaa bahan. Yakka dharaa miseensummaa ABOtiin himatamee jireenya mana dukkaanaa waggaa fi ji’a sadiin duubatti Adoolessa bara 2008 mana murtiitti kan dhiyaate Tasfaahuun Camadaa, gaafa 31/03/2010 dhaddacha barcuma ilmaan Tigraayiin guutameen murtii hidhaa umurii guutuun akka hidhamu itti murteeffame. Du’a isaa arguun malee murtii kamiinuu quufuu kan hin dandeenye mootummaan wayyaanees, gaafa 04/04/2011 mana hidhaa keessaa milquuf karoorfataa jirtu jedhee sobaan yakkuudhaan Masfin Abbabaa fi Tasfaahuun Camadaa mana hidhaa keessaa ukkaamsee ciraa dhabamsiise. Gartuun Qorattootaa ilmaan Tigraay suduudaan Mallas Zeenaawwiin qajeelfamu bool’a keessatti bool’a biraa qotee, dukkana keessatti dukkana biraa qopheessuun hanga qaamni isaanii bututee sammuun isaanii hadoodutti reebichaan hunkuteesse. Dirmammuu qaamaa, madaa onnee fi godaannisa sammuu irraa fayyuu hin danda'amneen kan eele Tasfaahuun Camadaa dhukkubsatee akka hin yaalamne taasifamuun gaafa 24/08/2013 du’aan Addunyaa kana irraa boqate. Qarriffaan bulguu lafee ilmaan Oromoo qulqulluu qorquu barates dhiiga Injinar Tasfaahuun Camadaa qeensee habbuuqqate. “Bilisa ta’ee dhaladhee, bilisa ta’ee jiraachuu dhorkamus bilisummaa kiyyaaf qabsaawaa du’uu irraa kan na dhorkuu danda’u humni tokkollee hin jiru, hin jiraatuus!” jechuun kan beekamu Injinar Tasfaahuun Camadaa, adeemsa daddagalfataa fi ulfaataa eegale galmaan gahuuf milkii itti dhabee aarsaa lubbuu ilmaan Oromoo kumaatamni Oromummaa isaanii qofaaf kanfalaa turanitti baasuun kichuutti cabee hafuuf dirqame. Haata’uutii gootumaan, qarummaa fi fakkeenyummaan Injinar Tasfahuun Camadaa seenaa qabsoo Oromoo keessatti yommiyyuu cululuqee jiraachuun isaa Dirqama. Seenaa baruun kudhaama eenyummaa ofiiti. Of argachuun, bu'uura injifannoof akeektuudha!” 💔💚💔 😭😭😭
145
5
Dhiiroo Garbii: Injinar Tasfaahun Camadaa Hundessitootni Qeerroo Bilisummaa Oromoo eenyufaa akka tahaan Jawar Mohammed barruusaa har'aa keessatti dhugaa baheera. Bu’uuressaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo kan tahe goota sabasaaf of laate Injinar Tasfaahun Camadaa (Jaal. Barii Hurrisaa) ti! Isa barnootaan qixxee hin qabne. Isa jiruu dhuunfaa isaa fi Jireenya qananii jiraachuu osoo dandahuu dhiisee qabsoo sabaaf dursa kenne. Isa waan hin duune meeqa sabaaf kaahee ofii wareegame. Seenaasaa asiin gadi jiru isin haffeereera. Warri hin beekne baraa. Waa hedduu irraa barattuu! 🙏 INJINEER TASFAAHUN CAMADAA GURMEESSAA (1976-2013) Haa dubbisnu, Seenaa haa barru, dhalootaaf katabnee seenaa haa dhaalchisnu! “Injinar Tasfaahuun Camadaa abbaa isaa Obbo Camadaa Gurmeessaa fi harmee isaa Aadde Giddinesh Beenyaa irraa bara 1976 tti godina Horroo Guduruu Wallaggaa , aanaa Guduruu, ganda Harbuu jedhamutti dhalate. Tasfaahuun, carraa dhiphoo ilmaan Oromoo waanjoo gabrummaa jala jiraatanii barachuuf qaban argatan keessaa nama tokko ture. Umuriin barnootaaf isa gahees barumsa isaa sadarkaa tokkoffaa fi gidduu galeessaa mana barumsaa Looyyaa fi Finca’aatti barachuun, kan sadarkaa lammaffaa ammoo magaala Shaambootti itti fufee bara 1996 xumure. Qabxii olaanaa galmeessuun Yuunvarsiitii Finfinnee seenee gaafa Adoolessa bara 2001 Digrii jalqabaan (BSc) Civil Engineering eebbifame. Erga eebbifameen booda; Fulbaana bara 2004 hanga Amajjii bara 2005 tti supha daandii Arsii- Baalee, projektii Abbaa Taayitaa Daandii Baadiyaa Oromiyaa fi projektii gamtaa misooma baadiyaa Arsii- Baalee Ityoo Xaaliyaaniin durfamu ‘unit’ manaajerummaan; Projektii daandii Dagalee-Birbirsaa RR50 (regular project in Salle-Nonno District in extreme South-west of Ilu-Abba-Bore Zone); Projektii daandii qubatiinsaaf afur si’a takkaan deemaa turan: Kone-Cawwaaqaa, Baddallee-Kolosirri, Gachii-Catee fi Yaanfaa- Ballattii; Akkasumas ijaarsa waajira aanaa Cawwaaqaa magaalaa Iluu-Hararitti bu’uureffame projekti manaajerii ta’uun yoo dalagu; Onkoloolessa bara 2001 hanga Adoolessa bara 2003 tti ammoo projektii Siree-Nuunnuu-Arjoo RR50 godina Wallaggaa ‘site engineer’ ta’uun, Tasfaahuun Camadaa saba isaa tajaajilaa ture. Sababaa shakkii fi jibbinsa Wayyaneen ilmaan Oromoo qaroo irratti qabdu irraa Tesfahuunisi dararamni itti baayyatuu irraan fi lubbuun barbaadamuu irraa biyya lakkisee jalqaba bara 2005 gara Keeniyaatti baqachuuf dirqame. Keeniyaa magaala Naayiroobiittis dhibdee fi dararaa hojjetee jiraachuuf isa rakkisee, biyyaa bahuuf murtii isa fudhachiise waajjira Mootummoota Gamtoomanitti Koomishinera Ol’aanaa Dhimma Baqattootaa (UNHCR)tti himachuun, nama nagaa roorroo dheessee nageenya ofiif dahannaa gaaafatu ta’uun gaafa mirkanaa’u waraqaa jireenyaa fi sochii UNHCR irraa argatee ture. Haa tahu malee sababaa gahaa fi qabatamaa osoo hin qabaatne gaafa 27/ 04/2007 walta’iinsa mootummaa Keeniyaa fi Wayyaneetiin waahila isaa hireen baqattummaa waliin isaan irra geesse, Injinar Masfin Abbabaa Abdiisaa waliin ukkaamfaman. Dhaaba gaaddidduu mootummaa Ameerikaan hundaa’e biyyoonni akka Ugaandaa fi Keeniyaafaa miseensa itti ta’an, Joint Anti-Terrorism Task Force (JATT) jedhamu keessatti miseensa kan taate Itoophiyaan dahoo maqaa shor°rkeessitummaa adamsuu jedhuun ilmaan Oromoo baqattummaan biyyoota ollaa ishee jiraatan ukkaamsaa jiraachuun ishee beekamaa dha. Haaluma kanaanis Injinar Tasfaahun Camadaa fi Injinar Mesfin Abbabaa ( Raasoo Dibaabaa ) yakka dharaa maqaa shor°rkeessummaan faaluun gargaarsa mootummaa Keeniyaatti dhimma baatee ukkaamsuun sababa shororkeessitoota gaanfa Afrikaa Finfinneetti qoranna jedhuun (JATT East African Main Branch Investigation in Addis Abbaba) akka dabarfamanii isheef laataman gochuu dandeesse. Injinar Tasfaahuun Camadaa fi Injinar Masfin Abbabaas gaafa 12/05/2007 halkan keessaa sa’aatii 2:00 tti harkaa fi ija hidhamanii Moyyaaleerraan Itoophaatti dabarfamanii kennaman.
124
6
https://youtu.be/tZilKGs1Tyw?si=blsjNJyUonQB9zec
111
7
Uummata hin hidhatne biyya hin qabu.!!!! ❤️💚❤️ 💪💪💪 👌👌👌
Uummata hin hidhatne biyya hin qabu.!!!! ❤️💚❤️ 💪💪💪 👌👌👌
114
8
#Akeekkachiisaa_konkolaachistoota ~shaambuu Naqamtee,shaambuu haratoo, shaambuu kaambii fi shaambuu gabaa Roobii gidduu deddeebitan maraaf.    Akkuma armaan olitti eerame konkolaachiftoonni taarifa humnaan olii uummata waan nyaatu hin qabne saamaa jiraachuu karaa hedduu uummanni iyyata dhiyyeeffataa jira.   Shaambuu Naqamtee taarifni 500 ture 1000 hanga 2000 tti kaffalchiisa jirtu. shaambuu haratoo 100 ture 200 hanga 250 kaffalchiisaa jirtu.fi bajaajonni shaambuu gabaa Roobii 70 ture 150 hanga 200 kaffalchiisaa jirtu. shaambuu kaambii 100 ture 200 kaffalchiisaa jirtu. Kanaaf saamicha daangaa darbe kana fi irree keessan uummata keenyarra hin kaaftan taanaan rakkoo isinitti dhufuuf itti gaafatamaan isin mataa keessan ta'u beekaatii uummata tajaajilaa. WBO konkolaachiftoota uummata dirqiin saamaa jiran kana mootummaa nama nyaattuu kanarraa adda baasee isin ilaalu lamaanu uummata saamaa jiru waan ta'eef. Imaltoonni shufeerota isin rakkisan qarshii hanga kana kaffaltan malee hin deemnu jedhan lakk gabatee konkolaataa fi bilbila shufeerota eeruu nuun gahaa jenna.!!!! Kaayyoo Bakar Waaree ❤️💚❤️ 😡😡😡
127
9
‏✅ Maariou: Strait of Hormuz is the greatest strategic achievement in history for Iran Zionist media outlet Maariou wrote: The Strait of Hormuz is the greatest strategic achievement in history for Iran. The Strait of Hormuz is the US naval defeat that the Donald Trump administration is trying to hide.!!!! 💚🤍❤️ 👌👌👌
160
10
መስከረም 5 , 2011 ዓም ❤💚❤ 👌👌👌 👌👌👌 ❤️💚❤️
መስከረም 5 , 2011 ዓም ❤💚❤ 👌👌👌 👌👌👌 ❤️💚❤️
183
11
بدون متن...
145
12
“Gadaa Abarraa saaxiluu keetiin dallanee arrabsoofi waakkii maxxansaa jira. Gurbaa kana sirrittin beeka. IAna waliin naannoo tokko turre. Gurbaan gaangistara hamaadha. Keessattuu bara 2009 A.L.I irraa eegalee garee maafiyaa wayii akka qabu beekan ture. Ni saamu; akka barbaadanitti meeshaa hidhatu; dubartii humnaan gudeedu; Lafa namaarratti dhakaa buusanii humnaan qabatu. Halkan halkan safara sana miilla takkaan dhaabu(nama saamu). Kana hunda adda durummaan kan raawwatee raawwachiisu Gadaa Abarraati. Bara 2012 safaruma keessatti halkan keessaa tilmaamaan sa'aatii 2:30tti nama lamaan(Gadaa fi hiriyaa isaa ammaaf maqaan na jalaa bade) waliin qaama seeraa fakkaatanii cuubeefi shugguxii qabatanii na qabanii 'waraqaa eenyummaafi bilbilakee fidi' naan jedhan. Baaseen itti kenne. Maallayyoo (kofiyaa) uffadhee waanan tureef dura nan beekne ture. Achii boodan ani 'Gadaa' jedhee maqaan waameen 'isin beekeera bar' jedheen. Achii booda bilbila koo naaf deebisanii ' amma dafii gali' naan jedhan. Tole jedheen sokke. Achii booda (walakkeessa bara 2012 A.L.I booda) Gareen sun wal qabatee bosona (naannawa Ona boosat) lixe. Booda yoo gaggaafannu ijoollee waraana WBO waliin tokko akka hin taaneefi wal adamsaa akka turan dhageenye. Naannawa Boosat, Dongorree, Baattoo Dagaagaa, Soodareefi Awaash Malkaa sa'aatti lubbuu qulqulloota (innocent) baay'ee galaafatan; qabeenya baay'ees barbadeessan. Ijoolleen isaan keessaa wareegamanillee turaniiru. Achii boodas gama mootummaatiin dirqama hedduu fudhatanii socho'aa turaniiru. Ammas socho'aa jiru.”
141
13
Shaneen keessan jiraachuu amanuun waan gaariidha. Faannoo mataa keessanii qabaachuu hoo maqaa dhooftanii amanuun maaf dhibe l
Shaneen keessan jiraachuu amanuun waan gaariidha. Faannoo mataa keessanii qabaachuu hoo maqaa dhooftanii amanuun maaf dhibe lata?
115
14
#Barruu_dhedheeraa is Loading.………………!!!! ❤️💚❤️ 👌👌👌
186
15
Oduu gaddaa😭 Murni fashistii pp kan lubbuu dhala namaatiif rifaatuu hin qabne akka bineensaatti uummata oromoo ajjeesuu itti
Oduu gaddaa😭 Murni fashistii pp kan lubbuu dhala namaatiif rifaatuu hin qabne akka bineensaatti uummata oromoo ajjeesuu itti fufanii jiru. Adoolessa 21/2026 Qeerroo Bilisummaa Oromoo. Guyyaa kaleessaa Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi'eessoo Araddaa Daalachaa keessatti Nama Maqaan Isaa kaliiloo Bilaal Waariyee jadhamu Gareen duuriyyeen Pp rasaasaan rukuttee Ajeesuun dhaga'amee. Garuu waan nama ajaa'ibu namni ajjeefame kun Obboleessa bulchaa Abbaa arraddaa sanaatis jedhu. Abbaan Araddaa kun kanaan dura dhiiga ilmaan hiyyeessaa hedduu dhangalaasaa kan turee fi miliishaa itti bobbaasee uummata hiraarsaa kan turedhas jedhamee. Harr'a garuu obboleessa isaa Qaama inni gaafachuu hin dandeenye poolisii federaalaatu rukutee ajjeesuun dhaga'amee. Taatee kana irraa warri sirna kana tiksaa jirtan waa irraa barattu jadheen yaada Sirni isin tiksuuf dhiiga hiyyeesaa lolaaftan isiniifis gara laafummaa hin qabu hidhachuu qofa falli. Adoolessa 21/2026 Qeerroo Bilisummaa Oromoo. https://t.me/+PUJ21xjilkw3MjY0
177
16
ከኤደን ገነት ሁሉ የሚበልጥ ምድራዊ ገነት?¿¿¿¿¡¡¡¡ 😂😁😂😁😂😁😂 ይህ የሚያሳየን ወያኔ በ27 ዓመታት የግፍ አገዛዝ ዘመኗ ያጨለለቻቸው አደገኛ ጨለሌ የሆኑ ከቆምጬዎችም የባሱ ጨለሌዎች
ከኤደን ገነት ሁሉ የሚበልጥ ምድራዊ ገነት?¿¿¿¿¡¡¡¡ 😂😁😂😁😂😁😂 ይህ የሚያሳየን ወያኔ በ27 ዓመታት የግፍ አገዛዝ ዘመኗ ያጨለለቻቸው አደገኛ ጨለሌ የሆኑ ከቆምጬዎችም የባሱ ጨለሌዎች መኖራቸውን ነው።።።!!!! ተጋሩ ከጨለለ መኪናው ሞተሩ ነክሷል(Stack) አድርጓል።።።።!!!! ¡¿¡¿ ❤️💚❤️ 🤣🤣🤣 🤣🤣🤣
180
17
#Inbox‼️       𝗭𝘂𝘄𝗮𝗮𝘆 𝗗𝘂𝗴𝗱𝗮𝗮📷 :::::::::::::::::::::::::::=≠==:::::::::::::::::::::::::::::: ~Zoonii Kibbaa Bahaa Oromiyaa Godina Arsii Bahaa Aanaa Zuwaay Dugdaa Garee sirna nama nyaata bulguu abiyoot tizitaa waldee durfamtuu Akkaa aanichaatti saamichaa guddaa uummata irratti hojaacha jirti. afaanii misooma sobaa laalabaa karaa lafa jalaattiin gandoota Baadiyyaa hundaa irratti duulaa saamichaa gochaa jirti. garee Lakkoofsa 120 sun uummata gandoota Baadiyyaa irraa gara Magaalaa Ogolchoo dhimmaa kamiifuu yoo dhufte seenas karaallee aanichaa irratti basaastuu qopheessitte nama nagaa kamuu qabdee hidhaatti guurtee qarshii irraa saamaa jirti. nama tokko yoo qabni qarshii impayeera itoophiyaa gadii aanaan 5000 Olaanaan 50000 irraa guuraacha jiru. qarshii guuraa jiraan Kun nama sababa tokko malee qabni hidhaa irraa qofa. nama sababa ittii argaattee immoo kumaa 50-100 irraa fudhaachaa jiru. garee waan kanaa hojaacha jiru sirriitti qoraacha jirraa gaafa maqaan nuu ga'ee tokko tokkoo ishee gadi baafne kamii saaxiluu ta'aa. kanaaf uummanni keenya aanichaa Keessaa gandoota Baadiyyaa irraa Magaalaa Ogolchoo dhuftan hundii ofeeggannoo cimaan godhan dhaamsa.!!!! Gadaan hattuuf saamtuu ni xumuramaa.!!!! Tulluu Cilaaloo Kaayyoo Bakar Waaree ❤️💚❤️ 👌👌👌
233
18
GADAA ABARRAA FI BALAAY DAGAAGAA: Miseensonni tika Oromiyaa garlamee kan maafiyaafi shiftaa bosonaa jidduu deemuun ummata Aan+2
GADAA ABARRAA FI BALAAY DAGAAGAA: Miseensonni tika Oromiyaa garlamee kan maafiyaafi shiftaa bosonaa jidduu deemuun ummata Aanaa Boosat fi Adaamaa saamaafi ajjeechisaa jiran kanadha. Jarri kun hidhatanii Bosona seenuun joollee dhugaan qabsoof baate bakka lamatti baasan. San booda ammoo maafiyaa Worquu Buuphaafi shiftaa Abbaa Boruu jedhamu jidduutti dildila ta’uun ummata gooleessu. Dachii ulfoo Boosat kan joollummaan halkanii guyyaa sodaa tokko malee keessa deemaa turre, azaaba lafarraa ummatatti godhan. Boosat har’a jaarsa biyyaa ajjeesanii ummata gaadisa malee hambisan, dargageesaa qe’eedhaa balleessan. Deessuu qe’ee malee hambisanii godaansisa .
185
19
#Odeessa_Of_Eeggannoo_Madda_Qabatamaa_Irraa_Nu_Qaqqabe. 👇 Lukeeleen bilxiginnaa sabboontota ilmaan oromoo adamsitee hidhuu fi hordofuuf jecha namoota maallaqaan gowwomsitee basaastota gochuun magaalaawwan keessatti warra kophee qulqulleessanii fi qulqulleessitoota magaalaa keessaatti fayyadamuun socho'aa turtee,, sun irratti beekamnaan,,amma immoo tooftaa biroon dhuftee jiraachuu odeessi nu ga'e ni ifoomsa. Dabalataan tooftaa isaan fayyadamaa jiran manneen amantaa da'eeffachuun raajotaa fi tajaajiltoota mana amantaa fakkeessuun basaastota bobbaastee akka jirtus bira ga'amee jira. Tooftaalee jarri basaastonni kunniin tajaalilaa mana amantaa fakkaatanii seenanii hojjechaa jiran: 1, Akka waan nama affeeranii mana nyaataa geessanii nyaata affeeruun odeessaa fi kkf nama irraa fudhachuun duubaan immoo hidhattoota mootummaa waamanii buchisiisuun hiisisu. 2, Akka waan qabsoo bilisummaa mararfatanii fakkaachuun nama buna bituufii bahan dubbachiisuun hasawaa isaa guurrachuun tika mootummaaf dabarsanii hiisisuu irratti bobba'anii waan jiraniif sabboontotni ilmaan oromoo of eeggannoo tolchaa.!!!! Dabalataan namoota akkasii yoo argitan,ariitiin saaxiluu hin dagatinaan dhaamsa keenya. Kaayyoo Bakar Waaree.!!!! 💔💚💔 👌👌👌
219
20
بدون متن...
213