cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

LIMA FOXTROT FOXTROT

This Channel is Created To Clench Victory Of That The Hijacked QEERROO & QARREE Revolutions in OROMIA Again.!!!! โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช

Ko'proq ko'rsatish
Efiopiya3 726Til belgilanmaganSiyosat7 510
Reklama postlari
5 481
Obunachilar
+424 soatlar
+1747 kunlar
+44030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
โค 3
Photo unavailableShow in Telegram
โค 3
00:17
Video unavailableShow in Telegram
9.63 KB
โค 3
Repost fromย Save Oromia ๐Ÿ’ช
00:22
Video unavailableShow in Telegram
"แ‹จแŠแ‰ƒแฃแ‹จแ‰ฐแ‹ฐแˆซแŒ€แŠ“ แ‹จแ‰ณแŒ แ‰€ แˆ…แ‹แ‰ฅ แ‹ซแˆธแŠ•แ‹แˆแข" แ‹ถ/แˆญ แˆ€แ‹ญแˆŒ แŠแ‹ณ ๐Ÿ’ช
Hammasini ko'rsatish...
1.29 MB
๐Ÿ‘ 5โค 4
Repost fromย QEERROO PRESS
#Abiy_Ahemed Biirolee Naannoo Oromiyaa kan ta'an hunda Finfinnee keessaa baasee #Adaamaatti akka galu jedhee ajaja dabarsee jira. Manneen waajjiroota adda addaatiif oolanis ijaaraa jiru. Suutuma suuta Finfinnee keessaa waan Oromoo fakkaatu dhabamsiisaa deemaa jira. Kun immoo yaaliiwwan sirnoonni darban Finfinnee harka Oromootii baasuuf taasisaa turanii itti hin milkaa'in hafan keessaa isa ijoodha. Abiyot keessan immoo maqaa Oromummaa jala dayeeffatee abjuu Sirna_tokkee(Qeenxee) kan ilmaan minilikiin abjootamaa guyyaa har'aa ga'e dhugoomsuuf deemaa jira. Abdan hin ta'u, itti dhumanna malee kun tasumaa milkaa'uun danda'u. Maalumaafuu uummanni Oromoo dhimma kana sirriitti quba qabaachuu fi jala bu'ee hordofachuu qaba. Finfinneen handhuura keenya. http://t.me/Qeerroo_press
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿฅด 1
Repost fromย QEERROO PRESS
#๐‘๐€๐Š๐Š๐Ž๐Ž_๐”๐”๐Œ๐€๐Œ๐„_๐€๐…๐€๐‘๐’๐”๐”_๐ˆ๐‘๐‘๐€๐€ #๐‘๐€๐Š๐Š๐Ž๐Ž_๐”๐”๐Œ๐€๐Œ๐„๐…_๐…๐”๐‘๐Œ๐€๐€๐“๐€_๐๐€๐‘๐๐€๐€๐ƒ๐”_๐–๐€๐˜๐˜๐€๐€ โ€œ๐๐š๐ฆ๐š ๐Œ๐ข๐ญ๐ข ๐ƒ๐ก๐š๐ ๐š๐š๐ง ๐„๐ž๐ฅ๐ž ๐›๐š๐š๐ญ๐ญ๐ฎ ๐ˆ๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐–๐š๐ฅ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐›๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ขโ€ jedhu Abboonni keenya yeroo namoonni naannoo keenya waliin jiratan waldhabani araaraf taa'anii Wal dhabdeen yeroo Uumamu, kaayyoo waloo nu tokkoomsu yaadachuun barbaachisaadha. Yaadni deeggartootaa fi hirmaattonni kaayyoo tokkoo rakkoo keessoo ykn waldhabdeetiin akka hin raafamne gargaaruu dandaโ€™u tokko gatii fi amantaa waliin qabnu irratti xiyyeeffachuudha qabna. ~Jalqaba irratti maaliif akka kaayyoo addaa kanaaf hojjechaa jirru of yaadachiisuudhaan namoonni dhuunfaa kakaโ€™umsaa fi kaayyoo haaromfame argachuu dandaโ€™u. ~Rakkoolee keessoo ykn waldhabdee garee tokko keessatti mulโ€™atan yeroo furmanis walqunnamtiin banaa murteessaadha. Qaamoleen dhimmi ilaallatu hundi kabaja eeggachaa ilaalcha walii dammaqinaan dhaggeeffachuu qabu. ~Malli biraa immoo qaama sadaffaa loogii hin qabne kan dhaabbilee ykn sochii walfakkaataa keessatti falmii furuu irratti muuxannoo qabu irraa gidduu seenummaa barbaaduu taโ€™uu dandaโ€™a. Giddu-galeessi kun qaamolee dhimmi ilaallatu hunda waliin taโ€™uun naannoowwan waliigaltee akkasumas furmaata taโ€™uu dandaโ€™an kanneen fedhii fi yaaddoon nama hunda haqaan akka ilaalamu taasisu adda baasuu dandaโ€™a. ~Dhuma irratti, deeggartoota sochii kamiyyuu gidduutti tokkummaa eeguun miseensota dhimmicha keessa jiran hunda irraa - hoggantoota sadarkaa hunda dabalatee - yeroo dandaโ€™ametti dorgommii caalaa tumsa dursa kennuuf carraaqqii itti fufiinsa qabu gaafata. Gareen kun waan addaan isaan qoodu osoo hin taane waan walitti isaan fidu irratti xiyyeeffachuudhaan karaa irratti waldhabdee keessootiin osoo daandii irraa hin maqin gara galma isaaniitti milkaaโ€™ina waaraa galmaan gaโ€™uuf carraa fooyyaโ€™aa ni qabaatu. Rakkotu Rakkoo Fura Ykn Haaloto Rakkoo Fura Osoo hin taane, Wal dhageetti fi Wal Hubannootu Yoo Marii'atan rakkoo fura. WARRA HOROO, WARRA WALLAGGAA, WARRA SHOWA, WARRAA JIMMAA, WARRAA ARSII, WARRA HARARGEE, WARRA BAALEE, WARRAA GUJII, WARRA BOORANAA, WARRA, BUNNOO BEDDEELLE fi Kkf miidiyaa hawwasa irraa teessee oduu hunkuruu dhiisito yoo dhuguma kaayyoo tokkichaaf baatetta ta'e isumaaf carraaqi yoo kaayyoon kee hannicha ta'emmoo hammaa gaafa guyyaan kee ga'utti malee wal hin rakkifnu ilma gandaa #Sabni Yoon Dogogreef Na Ofkalchaa โœ๏ธŽ Gumaa Press t.me/Qeerroo_press
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1
Repost fromย INFO - 24
แ‰ แˆฐแˆœแŠ‘ แŒฆแˆญแŠแ‰ต แ‰ แŠ แˆแŒ€แ‹šแˆซ แ‰ดแˆŒแ‰ชแ‹ฅแŠ• แ‹˜แŒˆแ‰ฃ แŠจแ‰ฐแˆฐแˆซ แ‰ แŠ‹แˆ‹ แˆžแŠ“แˆŠแ‹› แŠ แ‰ฅแˆญแˆƒแˆแŠ• แ‰ แˆญแŠซแ‰ถแ‰ฝ แ‰ฐแˆ˜แˆแŠญแ‰ฐแ‹‹แ‰ณแˆแข แˆžแŠ“แˆŠแˆณ แŠ แ‰ฅแˆญแˆƒแˆ แŒ‰แ‹ณแ‰ฑแŠ• แ‰ฐแ‰‹แ‰แˆ˜แ‹ แ‹จแˆแˆˆแ‰ฐแŠ› แ‹™แˆญ แ‹จ12แŠ› แŠญแแˆ แˆ€แŒˆแˆญ แŠ แ‰€แ แˆแ‰ฐแŠ“ แŠฅแ‹จแ‹ˆแˆฐแ‹ฑ แ‹ซแˆ‰ แ‹จแ‰ตแŒแˆซแ‹ญ แˆดแ‰ถแ‰ฝ แˆ˜แŠซแŠจแˆ แŠ แŠ•แ‹ท แŠ“แ‰ตแข แ‹จแ‰ตแŒแˆซแ‹ญ แŒŠแ‹œแ‹ซแ‹Š แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ณแ‹ฐแˆญ แ•แˆฌแ‹แ‹ณแŠ•แ‰ต แŠ แ‰ถ แŒŒแ‰ณแ‰ธแ‹ แˆจแ‹ณ แŠฅแŠ•แ‹ณแˆ‰แ‰ต แ‹จแ‰ตแŒแˆซแ‹ญ แˆดแ‰ถแ‰ฝ แˆžแŠ“แˆŠแˆณแŠ• แŒจแˆแˆฎ แ‰ฝแŒแˆซแ‰ธแ‹แŠ• แ‰ฐแ‰‹แ‰แˆ˜แ‹ แ‹จ12แŠ› แŠญแแˆ แˆแ‰ฐแŠ“ แˆ˜แ‹แˆฐแ‹ณแ‰ธแ‹แŠ• แˆˆแ‰ตแŒแˆซแ‹ญแŠ“ แˆ…แ‹แ‰ฆแ‰ฟ แ‹จแ‹ˆแ‹ฐแŠแ‰ต แˆ…แˆแ‹แŠ“ แˆ˜แˆฐแˆจแ‰ต แŠแ‹แข แ‹จแ‰ตแŒแˆซแ‹ญ แˆดแ‰ถแ‰ฝ แ‰ แˆแˆ‰แˆ แ‹˜แˆญแ แŠจแ‰ฃแ‹ต แŠƒแˆ‹แŠแŠแ‰ต แŠฅแ‹จแ‰ฐแˆธแŠจแˆ™ แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แ•แˆฌแ‹แ‹ณแŠ•แ‰ต แŒŒแ‰ณแ‰ธแ‹ แˆจแ‹ณ แ‰ฐแŠ“แŒแˆจแ‹‹แˆแข
Hammasini ko'rsatish...
โค 7
Repost fromย Save Oromia ๐Ÿ’ช
00:13
Video unavailableShow in Telegram
แ‹˜แˆ˜แ‹ตแŠฉแŠ• แŠ แˆแˆจแŒ แ‹ แ‹จแ‹แŠ– แ‰ตแŒแˆ แˆ˜แ‰ผแˆ แ‹ˆแ‹ฐ แŠ แŠ•แ‹ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ›แ‹ญแˆ˜แŒฃ แ‰ฐแŠ“แŒแˆฏแˆแข แ‹ˆแ‹ณแŒ„ แŠฆแˆฎแˆ™แˆ› แ‹ญแ‹แ‹ฐแˆ แ‰ฅแˆŽ แ‹จแ‰ฐแˆฐแ‰ แˆฐแ‰  แŠ แˆซแŒ… แ‰กแ‹ตแŠ• แŠฅแˆญแˆต แ‰ แŠฅแˆญแˆฑแˆ แˆ†แŠ แ‰ แˆŒแˆ‹ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆ˜แŒฅแ‹แ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆˆแ‰ แ‰ต แˆ˜แŠ“แŒˆแˆญ แŠ แ‹ซแˆปแŠ•แˆ แˆตแˆซ แˆฒแ‰€แˆ แ‹แˆ แˆ›แˆˆแ‰ต แŠแ‹แข
Hammasini ko'rsatish...
4.39 MB
๐Ÿ˜ 5
Repost fromย QEERROO PRESS
Guddu galeessummaan teessuma lafa oromiyaati.Anuu isuma.Shawummaa nan dhagahe malee hiika isii anuu hin beeku.Garuu shawaa keessaa lafa kalee barreessitoonni seenaa uummata oromoo jedhan;FAXAAGAAR iddoo ardha(KARRAYYUU) jedhutti akkan dhaladhe beeka.Finfinneen handhura qubsuma warra keenya akka taate aabboon natti himee ture.ammoo hin leellisu
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 2
Repost fromย Save Oromia ๐Ÿ’ช
แ‹˜แˆ˜แŠ แŠซแˆด แ‰ฐแŠจแ‹ณ แ‹˜แˆ˜แ‹ตแŠฉแŠ• แŠแ‰€แˆˆ แŠ แ‰ แ‹ฐ ******** แ‹จแŠ แˆ›แˆซ แ‹แŠ– แˆ…แ‹แ‰ฃแ‹Š แ‹ตแˆญแŒ…แ‰ต แ‹จแ‰ฐแ‰ฃแˆˆ แŠ แ‹ฒแˆต แ‹จแ‰ฐแˆแˆˆแˆแˆˆ แ‹ตแˆญแŒ…แ‰ต แŠฅแˆตแŠญแŠ•แ‹ตแˆญ แŠแŒ‹แŠ• แˆŠแ‰€แˆ˜แŠ•แ‰ แˆฉ แŠ แ‹ตแˆญแŒŽ แˆ˜แˆจแŒ แข
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ˜ 8
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.