Media Show Official
Telegram channel:: https://t.me/mediashows1 Oddeeffannoo barnootaa ,beeksisaa hojii,oduu gara gara,oddeeffannoo qormaata Hundaa bakka tokkotii argachuuf telegram keenyaa share...... If life is book My mother is my favourite chapter
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام Media Show Official
کانال Media Show Official (@mediashows1) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 28 269 مشترک است و جایگاه 6 815 را در دسته آموزش و رتبه 1 235 را در منطقه أثيوبيا دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 28 269 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 02 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 1 877 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -31 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 1.81% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 1.79% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 511 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 506 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 2 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Telegram channel:: https://t.me/mediashows1
Oddeeffannoo barnootaa ,beeksisaa hojii,oduu gara gara,oddeeffannoo qormaata
Hundaa bakka tokkotii argachuuf telegram keenyaa share......
If life is book
My mother is my favourite ch...”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 03 سپتامبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 03 سپتامبر | 0 | |||
| 02 سپتامبر | 0 | |||
| 01 سپتامبر | 0 |
| 2 | بدون متن... | 341 |
| 3 | Carraa Iskolaarshiippii Addaa Yuunivarsiitii Finfinnee Barnoota Barsiisummaatiif 🎓
Yuunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2019tti barattoota sagantaa digirii jalqabaa (undergraduate) 500tiif carraa iskolaarshiippii addaa #Barnoota_Barsiisummaa irratti qopheessee jira.
Fayyadamtoonni iskolaarshiippichaa ulaagaalee barbaachisan hunda kan guutaniifi qormaata seensaa yuunivarsiitichi qopheesse milkaa'inaan darbuudhaan Yuunivarsiitii Finfinnee kan makaman ta'uu qabu.
Carraan kun kan kennamu dameewwan barnootaa armaan gadiitiin ta'a:
🔹 Saayinsii Uumamaafi Kompiyuteeshinaalaa (Natural & Computational Science): Fiiziksii, Keemistirii, Baayoloojii fi Herregaan
🔹 Saayinsii Hawaasaa (Social Science): Afaan Ingilizii, Diinagdee (Economics), Seenaa (History) fi Ji’oogiraafiin barnoota barsiisummaa kan hordofan ta'a.
Fayyadamtummaan Iskolaarshiippichaa:
✔️ Barnoota bilisaa guutuu
✔️ Qallaba / Qarshii pocket money giddu-galeessaa
✔️ Dhaabbilee gargaartotaa waliin ta'uudhaan carraawwan leenjii dabalataa akka argatan ibsameera.
Carraa addaa kana fayyadamuu kan barbaaddaniifi leenjii booda barsiisummaadhaan tajaajiluuf fedhii kan qabdan hundi, erga fudhatamtanii booda waliigaltee mallatteessuun barnoota keessan hordofuu kan dandeessan ta'uu yuunivarsiitichi beeksiseera.
Galmeen sagantaalee digirii jalqabaa Yuunivarsiitii Finfinnee bara 2019 hanga Hagayya 29/2018tti akka raawwatamu beekamuun isaa ni yaadatama.
Oodeeffannoo dabalataatiif
👇👇👇
https://admission.aau.edu.et/UGAnnouncements
@MEDIA_HAQAA | 2 |
| 4 | بدون متن... | 1 |
| 5 | Carraa 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' Addaa Yunivarsiitii Finfinnee!
Yunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2019 barattoota ciccimoodhaaf carraa barumsa bilisaa addaa, 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' (Presidential Scholarship) iddoo 200 qopheessuu isaa ifoomseera.
Carraa kanaaf kan dorgomuu danda'an barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii qabxii 500 fi isaa ol galmeessan, ulaagaalee biroo taa'an guutanii fi qormaata seensaa yunivarsiitichaa (UAT) gahumsaan darban qofa akka ta'e ibsameera. Barattoonni carraa addaa kana argatan sagantaalee digirii jalqabaa kolleejjota yunivarsiitichaa torbaa fi Mana Barumsaa Seeraa jalatti ramadamanii kan baratan ta'a.
Faayidaaleen iskoolaarshiippii kanaa barnoota guutummaatti bilisa ta'e, kaffaltii maallaqa harkaa madaalawaa ta'ee fi deeggarsaa fi leenjii dabalataa dhaabbileen michuu ta'an waliin kennamu kan of keessatti hammatuudha. Akkasumas, barattoonni kunniin gara fuulduraatti carraa barnoota digirii lammaffaa (Masters) fi sadaffaa (PhD) yunivarsiitichuma keessatti bilisaan kan argatan ta'uu eereera. Haa ta'u malee, barattoonni carraa kanatti itti fufiinsaan fayyadamuuf, semisteera hundatti qabxii waliigalaa (CGPA) 3.50 fi isaa ol fiduu kan qabanii fi damee barnootaa itti ramadaman irratti itti fufuun dirqama isaaniiti.
Akkuma kanaan dura gabaasnee turre, galmeen barattoota haaraa sagantaa digirii jalqabaa bara 2019 hanga Hagayya 29, 2018 qofa kan turu waan ta'eef, barattoonni ulaagaa kana guuttan daftanii akka galmooftan hubachiifameera.
Odeeffannoo dabalataaf liinkii asii gadii kana tuquun ilaaluu ni dandeessu:
👉 https://admission.aau.edu.et/UGAnnouncements | 798 |
| 6 | بدون متن... | 585 |
| 7 | Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii Barattoota Haaraa Simachuuf Galmee Eegalan!
Yunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa (ASTU) fi Yunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknoloojii Finfinnee (AASTU), barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii dhibbeentaa 50 fi isaa ol galmeessisan simachuuf galmee eegalaniiru.
Carraan kun kan kenname barattoota damee Saayinsii Uumamaa (Natural Science) qofaaf yoo ta'u, barattoonni ulaagaa kana guuttan qormaata seensaa fudhachuun bara barnootaa 2019'f dameewwan barnootaa (Applied Science) fi Injinariingii jalatti barachuu ni dandeessu.
Yeroon galmee kanaa Hagayya 25 irraa eegalee hanga Qaam'ee 03, bara 2018 halkan walakkaa sa'aatii 6:00tti qofa kan turu ta'a. Barattoonni ulaagaa guuttan marsariitiiwwan Teelegiraama miidiyaa Abdii Sabaa jalatti dhiyaatan fayyadamuun toora interneetiin galmaa'uu ni dandeessu.
Guyyaan qormaatichi itti kennamu erga galmeen xumuramee booda kan ifoomu yoo ta'u, qormaatichi giddugala qormaataa isin yeroo galmee filattanitti qaamaan argamuun kan kennamu ta'a. Iddoowwan qormaataa barattoonni muraasni qofti itti galmaa'an gara iddoo qormaataa dhiyeenya jiruutti makamuu akka danda'anis hubachiifameera.
Barattoonni qormaata kanaaf dhiyaattan, gosa barnootaa Baayooloojii, Keemistirii, Fiiziksii, Herregaa fi Afaan Ingiliizii (barnoota kutaa 9ffaa hanga 12ffaatti kennaman) irraa qophii gahaa akka taasistan yunivarsiitiiwwan kunneen dhaamaniiru. Dabalataanis, guyyaa qormaataa waraqaa qabxii kutaa 12ffaa bara 2018,(Admission card) ykn waraqaa eenyummaa, fi ragaa mirkaneessa galmee keessanii qabattanii argamuun dirqama. | 713 |
| 8 | Umrii Waggaa 66tti Qormaata Kutaa 12ffaa Qabxii 320 Fiduun Kan Darban Qees Sayifuu Tasfaayee!
"Barnootaaf fedhii fi kakaumsi yoo jiraate umriin gufuu hin ta'u" dhugaa jedhu hojiin kan agarsiisan Qees Sayifuu Tasfaayee, qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaan qabxii 320 fiduun barattoota yunivarsiitii galuuf eeggachaa jiran keessaa tokko ta'aniiru.
Qees Sayifuun jiraataa Naannoo Tigraay, Godina Kibbaa, Aanaa Salawaa, Ganda Dajan yoo ta'an, magaalaa Salawaatti eegduu (waardiyyaa) Baankii Ambassaa ta'uun hojjechaa jiru. Hojii humnaa kana cinaattis barnoota isaanii obsaan itti fufuun qormaata biyyaalessaa kana fudhachuu danda'aniiru. Barattoota kuma 29 naannicha irraa qormaaticha fudhatan keessaa isaan tokko yoo ta'an, barattoota qabxii darbiinsaa fidan 3,146 keessatti milkaa'inaan of muudaniiru.
Qabxiin boonsaan Qees Sayifuu kun miidiyaalee hawaasaa irratti xiyyeeffannoo guddaa fi dinqisiifannaa kan argate yoo ta'u, baankiin isaan keessatti hojjetanis milkaa'ina kanaaf gammaduun badhaasa addaa kenneeraaf. Bankichi gama isaatiin haga isaan baratanii xumuranitti kan gargaaru ta’uufii mindaan isaanii maatii isaaniif cituu kan itti fufu ta’a, dabalataanis yeroo baratanii xumuran baankichi hojii akka mijeessuuf waadaa galeeraaf.
Abbaa ijoollee ja'aa kan ta'an Qees Sayifuun, seenaan isaanii barnootaaf umriin, hojiin ykn haalli jireenyaa kamiyyuu dhiibbaa akka hin taanee fi namni fedhii qabu galma yaade gahuu akka danda'u dhalootaaf fakkeenya guddaa ta'a.
@mediashows1 | 1 208 |
| 9 | بدون متن... | 634 |
| 10 | HAROO DANDII💥
Haroo Dandii, uumamaan lakkoofsa ♾️ kan fakkaattu; Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Dandii (GIINCII) argama. | 847 |
| 11 | Yunivarsiitiin Finfinnee Barattoota Haaraa Bara 2019'f Simachuuf Galmee Eegale!
Yunivarsiitiin Finfinnee sagantaa barnootaa idilee (iskoolaarshiippii mootummaa fi kaffaltii dhuunfaatiin), akkasumas sagantaa galgalaa fi walitti fufaatiin (extension) barattoota haaraa digirii jalqabaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) simatee barsiisuu akka barbaadu beeksiseera.
Ulaagaaleen galmee kanaaf taa'an, barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015, 2016, 2017 fi 2018 (A.L.I) fudhatanii qabxii seensa yunivarsiitii fidan, ykn immoo barnoota sadarkaa 4ffaa (Level 4) xumuranii madaallii gahumsaa (COC) darban kan hammatuudha. Barattoonni galmaa'an hundi Qormaata Seensa Yunivarsiitii Finfinnee (UAT - University Admission Test) kan fudhatan ta'uun isaa ibsameera.
Yeroon galmee karaa toora interneetii (Online) eegaleera; kan turus hanga Hagayya 29, 2018 (A.L.I) qofa akka ta'e hubachiifameera. Qormaanni seensaa (UAT) Qaam'ee 02 hanga 04, 2018 (A.L.I) gidduutti kan kennamu ta'a. Kanaafuu, barattoonni ulaagaa kana guuttan marsariitii dhiyaate (https://admission.aau.edu.et) fayyadamuun yeroon akka galmooftan hubachiifameera. | 1 145 |
| 12 | بدون متن... | 624 |
| 13 | #BAGA_GAMMADDAN ❗️
Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban hayyamameef bara kanas hojiirra oola!!
Qormaata Ministeerri Barnootaa qopheesse kamiifuu darbiinsa %50 akka ta’e ni beekama. Ibsa kana kan kenne Dr. Solomon Kiflee (gorsaa MOE) akka jedhanitti kanneen qabxii 49.5% - 49.99 galmeessan gara 50tti walitti qabnee akka %50tti lakkoofne, akkasumas iskeelii qabxii hin jijjiirree ammallee %50 ta'eera jedhan. | 1 315 |
| 14 | follow my family | 821 |
| 15 | https://x.com/MilkiG352132 | 858 |
| 16 | Akkam jirtuu maatiin channel Media show official akkuma beekamuu yeroo darbee beeksisaa adda adda ,promotion adda adda post gochuun bayyee sin nufisisnee ture.
nu ofkalchaa siniin jennaa .
gara fuulduurattii ni sirreesinaa.
nagaan nuu bulaa | 1 001 |
| 17 | #KUTAA12FFAA
Barattoota Dubartootaa Saayinsii Uumamaa Qabxii Ol’aanaa Galmeessan!!
🥇 Sadarkaa 1ffaa — Hiddaasee Zamaanuu
🏫 Mana Barumsaa:Agew Midir Secondary School, Injibara
🏆 Qabxii: 583/600 — 97.20%
🥈 Sadarkaa 2ffaa — Dureettii Mohaammed Tufaa
🏫 Mana Barumsaa: Adaba Secondary School
🏆 Qabxii: 579.66/600 — 96.61%
🥉 Sadarkaa 3ffaa — Sanyii Boonaa Guraarii
🏫 Mana Barumsaa: Dodola Ifa Boru SPE Boarding School
🏆 Qabxii: 573.16/600 — 95.53%
#TikvahAfaanOromoo
Hagayya 20, 2018
Finfinnee | 1 217 |
| 18 | ▎NGAT Protocols – Must Read!
👉 No mobile phones, smart watches or other electronic devices are allowed. Candidates found with these devices will be considered cheating.
👉 Candidates should not wear hats or clothing that obstructs the invigilators' ability to inspect them.
👉 Each candidate must bring their entrance ticket and national ID card.
👉 No candidate will be admitted into the examination hall 30 minutes after the exam started.
👉 Candidates cannot leave the exam hall within the first 30 minutes after the exam started
👉 If a candidate must leave due to health reasons, they must inform the invigilator and get permission.
👉 Ensure your entrance ticket QR code is scanned by assigned personnel before entering the exam room.
👉 Exchanging information (oral, symbolic, written, etc.) during the exam is prohibited.
👉 Candidates are not allowed to take scratch papers from the computer lab rooms.
👉 Candidates must sign out of the portal before leaving the computer.
Penalty for Dishonesty
Any candidate committing an act of dishonesty will be suspended for a minimum of two academic years from taking the NGAT exam, in addition to any other applicable legal consequences.
▎Time Schedule
👉 Day One Session One
2:00-5:00 Local Time
👉 Day One Session Two
7:00-10:00 Local Time
👉 Day Two Session One
2:00-5:00 Local Time
Best wishes, | 955 |
| 19 | #NGAT_Protocols — Qajeelfama Qormaata NGAT
Qormaanni bara 2018 A.L.I. sagantaa barnoota digrii lammaffaa (Postgraduate) seenuuf kennamu NGAT, boru Hagayya 20/2018 A.L.I. irraa eegalee guyyoota walitti aanan lamaaf, ganamaa fi waaree booda, ni kennama.
➫ Qormaataaf kan dhuftan, qormaanni osoo hin jalqabin daqiiqaa 30 dura gara wiirtuu qormaataa ramadametti argamuu qabdu.
➫ Tikeetii seensa qormaataa (Entrance Ticket) maxxanfattanii qabachuu hin dagatinaa.
➫ Qormaata wiirtuu qormaataa isinitti ramadame irraa alatti fudhachuu hin dandeessan.
➫ Kaardii eenyummaa Faayidaa Biyyaalessaa (Faydaa ID) qabaachuun dirqama.
➫ Bilbila harkaa, sa'aatii harkaa memory qabu fi meeshaalee elektirooniksii biroo kanneen fakkaatan gara wiirtuu qormaataatti qabattanii deemuun dhorkaadha | 864 |
| 20 | بدون متن... | 867 |
