en
Feedback
Media Show Official

Media Show Official

Open in Telegram

Telegram channel:: https://t.me/mediashows1 Oddeeffannoo barnootaa ,beeksisaa hojii,oduu gara gara,oddeeffannoo qormaata Hundaa bakka tokkotii argachuuf telegram keenyaa share...... If life is book My mother is my favourite chapter

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Media Show Official

Channel Media Show Official (@mediashows1) is an active participant. Currently, the community unites 28 185 subscribers, ranking 6 822 in the Education category and 1 230 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 28 185 subscribers.

According to the latest data from 05 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 1 611 over the last 30 days and by -39 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 2.11%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 1.84% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 594 views. Within the first day, a publication typically gains 519 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 2.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Telegram channel:: https://t.me/mediashows1 Oddeeffannoo barnootaa ,beeksisaa hojii,oduu gara gara,oddeeffannoo qormaata Hundaa bakka tokkotii argachuuf telegram keenyaa share...... If life is book My mother is my favourite ch...

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 06 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

28 185
Subscribers
-3924 hours
-1847 days
+1 61130 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '260
in 1 channels
August '26
+3 100
in 1 channels
Get PRO
July '26
+4 093
in 2 channels
Get PRO
June '26
+1 395
in 2 channels
Get PRO
May '26
+1 926
in 4 channels
Get PRO
April '26
+1 438
in 3 channels
Get PRO
March '26
+1 340
in 5 channels
Get PRO
February '26
+1 132
in 2 channels
Get PRO
January '26
+854
in 4 channels
Get PRO
December '25
+696
in 1 channels
Get PRO
November '25
+1 095
in 11 channels
Get PRO
October '25
+1 685
in 60 channels
Get PRO
September '25
+3 218
in 47 channels
Get PRO
August '25
+427
in 2 channels
Get PRO
July '25
+533
in 3 channels
Get PRO
June '25
+271
in 1 channels
Get PRO
May '25
+61
in 1 channels
Get PRO
April '25
+75
in 3 channels
Get PRO
March '25
+111
in 1 channels
Get PRO
February '25
+242
in 1 channels
Get PRO
January '25
+147
in 4 channels
Get PRO
December '24
+214
in 3 channels
Get PRO
November '24
+284
in 6 channels
Get PRO
October '24
+393
in 8 channels
Get PRO
September '24
+450
in 5 channels
Get PRO
August '24
+718
in 7 channels
Get PRO
July '24
+1 116
in 10 channels
Get PRO
June '24
+2 705
in 8 channels
Get PRO
May '24
+718
in 5 channels
Get PRO
April '24
+391
in 3 channels
Get PRO
March '24
+263
in 2 channels
Get PRO
February '24
+319
in 2 channels
Get PRO
January '24
+544
in 4 channels
Get PRO
December '23
+344
in 4 channels
Get PRO
November '23
+189
in 3 channels
Get PRO
October '23
+315
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
06 September0
05 September0
04 September0
03 September0
02 September0
01 September0
Channel Posts
Yuunivarsiitin Naannoo Oromiyaa Barattoota Oggummaa Barsisummaatin Barachaa turan akka Eebbifaman Raggaasise Hagayya 30, 2018
+1
Yuunivarsiitin Naannoo Oromiyaa Barattoota Oggummaa Barsisummaatin Barachaa turan akka Eebbifaman Raggaasise Hagayya 30, 2018 YNO * Seeneetiin Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa walgahii guyyaa har’aa, Hagayya 30, 2018 gaggeesseen, barattoota oggumaa barsissumaattin Kaampasii adda addaa keessatti sagantaalee barnootaa gara garaatiin barachaa turan kaampasoota 13 (Adoolaa, Asallaa, Bule Horaa, Ciroo, Fiichee, Naqamte, Dambii Dollo, Mattuu, Shambuu, Roobee, Yaaballoo, Jimmaa, Sabbata) sagantaa sartafiikeeti Baratoota 429, Diplomaa baratoota 4827 fi Diigrii 1ffaa baratoota 250, barsiisaa turee, akka eebbifaman sagalee guutuun murteessuun raggaasise. 𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗗𝗮𝗯𝗮𝗹𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗔𝗿𝗴𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳! 𝑾𝒆𝒆𝒃𝒔𝒂𝒂𝒚𝒊𝒕𝒊𝒊: www.osu.edu.et

2
Jijjiirraan Barsiisotaa Gad-dhiifame! BBO - Hagayya 29/2018 Jijjiirraan Barsiisota Naannoo Keenyaa Gana 2018 'Online'n Gaafatamaa Ture Har'a Gad-dhiifameera. Haaluma kanaan, barsiisotni jijjiirraaf 'online'n iyyattan(apply) gootan liinkii asii gaditti kenname banuun ilaallachuu ni dandeessu. Liinkichis: https://www.tmis.oeb.gov.et #Hubachiisa:- Barsiisan komiin qaba jedhu yoo jiraate bakka "Complain" jedhu banuun komii qabu dhiheeffachuu ni danda'a.
644
3
Ergaa OBU Barattoota Sagantaa Remedial Program tiif🔊🔊🔊 Bu'aa qormaata keessanii waliin walqabatee barattoonni hedduun bu'aan barnoota Maths 'Disqualified' kan jalaa tahee fi akkasumas barattoonni tokko tokko bu'aan barnoota isaanii guutumaan guutuutti 'Disqualified' jalaa tahee akka jiru hubanneerra. Dhimma kana Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaatiif akkasumas Ministeera Barnootaatiif(MoE) beeksisnee jirra. Isinis Komii keessan toora intarneti kanaan fayyadamuun haala asiin gadiitti jedhame kanaan galchaa: 👉https://result.ethernet.edu.et Bu'aa qormaataa keessan jala dhuma irratti kan jiru Submit Complaint kan jedhu cuqaasaa, Select a category kan jedhu banaa, My result disqualified without reason kan jedhu filadhaa, ibsa gabaabaa barreessaa, lakkoofsa bilbila keessan guutuun dhumarratti Submit Complaint kan jedhu cuqaasuun komii keessan barreessaa.
1 193
4
No text...
680
5
#Urgent 🎓 Filannoo Yuunivarsiitii fi Damee Barnootaa Barattoonni bara 2018 A.L.I. Qormaata Biyyaalessaa Xumura Barnoota Sada
#Urgent 🎓 Filannoo Yuunivarsiitii fi Damee Barnootaa Barattoonni bara 2018 A.L.I. Qormaata Biyyaalessaa Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa fudhattanii, sagantaa barnootaa idileetiin qabxii seensa yuunivarsiitii galmeessan hundi, filannoo yuunivarsiitii fi damee barnootaa akka raawwattan Ministeerri Barnootaa beeksiseera. 📅 Yeroo filannoo yuunivarsiitii fi damee barnootaa: 👉 Hagayya 28/2018 A.L.I. irraa hanga Qaammee 05/2018 A.L.I. 🔗 Linkii filannoo yuunivarsiitii fi damee barnootaa: [student.ethernet.edu.et](https://student.ethernet.edu.et/?utm_source=chatgpt.com) ⚠️ Barattoonni: 🏥 Haala fayyaa addaa qaban ♿ Qaama miidhamtoota 👯 Lakkuuwwan (twins) saala tokkoo 🤱 Haadholiin daa’ima ji’a 6 gadiii hoosisan ragaa seeraan barbaachisu itti maxxansuu qabu jedhameera.
705
6
Ramaddii Yuunivarsitii: Barattoota Qormaata Kutaa 12ffaa Darbitaniif Filannoon Yuunivarsiitii Ifa Ta'e Ministeerri Barnootaa beeksisa haaraa baaseen, barattoota bara 2018 qormaata biyyoolessaa xumura sadarkaa lammaffaa fudhachuun sagantaa idileetiin qabxii darbiinsaa dhaabbilee barnoota olaanoo galmeessistan hundaaf filannoon yuunivarsiitii fi gosa barnootaa eegaluu isaa ifoomseera. Haaluma kanaan, barattoonni guyyaa har'aa, Hagayya 28 irraa eegalee hanga Qaammee 5, bara 2018tti gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisiin, bakka jirtanitti ofuma keessanii karaa toora interneetii filannoo keessan akka guuttattan Ministeerichi himeera. Raawwii filannoo kanaafis barattoonni marsariitii (Link) Telegraama miidiyaa Abdii Sabaa bakka yaadaatti maxxanfame fayyadamuun haala salphaan sirreessuu ni danda'u. Gama biraatiin, barattoota dhukkubsatanii ragaa wal'aansaa qaban, qaama miidhamtoota, lakkuuwwan saala walfakkaataa qabanii fi haadholii daa'ima ji'a ja'aa gadii hoosisan ilaalchisee deeggarsi addaa kan taasifamuuf yoo ta'u, ulaagaa kanaaf kanneen madaalaman ragaa fayyaa ykn dhugoomsaa seera qabeessa ta'e of harkaa qaban marsariiticha irratti walqabsiisuun akka isaan irraa eegamu hubachiifameera. Yeroon kenname murtaa'aa fi gabaabaa waan ta'eef, barattoonni hundi carraa kanatti fayyadamuun osoo guyyaan isin jalaa hin darbiin xiyyeeffannoon filannoo keessan akka xumurattan dhaamameera. Hawaasnis ta'e maatiin ragaa kana hiriyoota fi barattoota naannoo keessan jiran waliin qooduun barattoonni haala mijaawaan gara dhaabbilee barnoota olaanoo akka makaman gahee keessan bahaa.
777
7
No text...
681
8
Qormaati Ba'uufi Wanti Barattooti Dubbisan Wal Hin Argu Jedhame. Barattootni hedduunis qormaatichi jireenya keenya dukkaneesseera jechuun komii isaanii ibsataniiru. Qorannoon haaraa dhiheenya kana Ministeera Barnootaa fi Yuunivarsiitiiwwan gurguddoo biyyattii tiin qophaa'e akka ifoomsetti, Qormaatni Ba'umsaa (Exit Exam) dhaabbilee barnoota olaanoo keessatti kennamaa jiru qabxii barattootaa fi sanadoota dubbisaaf kennamuuf waliin akka wal hin simne mirkaneesseera. Qorannoo kana irratti akka eerametti, dhaabbileen barnootaa dhuunfaa sadii sagantaa barnootaa kamiiniyyuu barataa tokko illee dabarsuu kan hin dandeenye yoo ta'u, Itoophiyaan addunyaa irraa biyya qofaatti gosa barnootaa hundaan qormaata ba'umsaa kennitu ta'uun ishee himameera. Waraqaan qorannoo kun kan dhiyaate waltajjii marii Hoteela Iskaay Laayititti taa'ame irratti yoo ta'u, ogeeyyiin Ministeera Barnootaa fi Yuunivarsiitiiwwan adda addaa irraa walitti dhufan hirmaataniiru. Ogeessa qorannoo kana dhiyeessan keessaa tokko kan ta'an Dr. Abirahaam Tulluu akka himanitti, qorannoo kana irratti barattoota kuma ja'a (6,000) ol hirmaachisuun kan danda'ame yoo ta'u, kanaanis barattoonni kuma dhibba tokko fi kuma digdamii saddeet (128,000) ol ta'an qormaata kana kufuu isaanii fi dhibbeentaan darbiinsaa giddu-galeessan harka 33.1 qofa ta'uun isaatu ibsame. Keessumaa dhaabbilee dhuunfaa keessatti lakkoofsi barattoota darbanii harka 14.8 qofa ta'uun isaa yaaddoo guddaa uumeera. Qorannoon kun akka eeretti, barattoonni qormaata kana kufuun waraqaa ragaa dhaban dhibba keessaa harki 64 carraa hojii dhabuun, dhiphina xiinsammuu fi of-qoolluuf saaxilamaniiru; akkasumas maatii isaaniitti ba'aa ta'aniiru. Kana malees, barattoota irra deebi'anii qormaata fudhataniif gargaarsi manneen kitaabaa dabalatee deeggarsi idilee dhaabbilee barnootaa irraa taasifamuuf laafaa ta'uun ibsameera. Dhiibbaan qormaata kanaa gama xiinsammuu qofa osoo hin taane gama dinagdeetiinis kasaaraa guddaa qaba. Akka qorannoon kun agarsiisutti, barattoonni kunniin kufuun isaanii mootummaa irra kasaaraa qarshii biiliyoona saddeetii ol qaqqabsiiseera. Dhumarrattis, rakkoolee kana furuuf yeroo qormaataa rakkoon ibsaa fi neetworkii akka hin uumamne gochuu, kaalkuleeterii heyyamu, barattoota kufaniif leenjii deeggarsaa (Remedial) ji'a lamaa kennuu fi qabiyyeen qormaataa sanadoota barattoonni dubbisan waliin wal simachuu akka qabu yaanni furmaataa dhiyaateera. Barattootni hedduunis qormaatichi jireenya keenya dukkaneesseera jechuun komii isaanii ibsataniiru.
1 363
9
+1
No text...
833
10
Carraa Iskolaarshiippii Addaa Yuunivarsiitii Finfinnee Barnoota Barsiisummaatiif 🎓 Yuunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2019tti barattoota sagantaa digirii jalqabaa (undergraduate) 500tiif carraa iskolaarshiippii addaa #Barnoota_Barsiisummaa irratti qopheessee jira. Fayyadamtoonni iskolaarshiippichaa ulaagaalee barbaachisan hunda kan guutaniifi qormaata seensaa yuunivarsiitichi qopheesse milkaa'inaan darbuudhaan Yuunivarsiitii Finfinnee kan makaman ta'uu qabu. Carraan kun kan kennamu dameewwan barnootaa armaan gadiitiin ta'a: 🔹 Saayinsii Uumamaafi Kompiyuteeshinaalaa (Natural & Computational Science): Fiiziksii, Keemistirii, Baayoloojii fi Herregaan 🔹 Saayinsii Hawaasaa (Social Science): Afaan Ingilizii, Diinagdee (Economics), Seenaa (History) fi Ji’oogiraafiin barnoota barsiisummaa kan hordofan ta'a. Fayyadamtummaan Iskolaarshiippichaa: ✔️ Barnoota bilisaa guutuu ✔️ Qallaba / Qarshii pocket money giddu-galeessaa ✔️ Dhaabbilee gargaartotaa waliin ta'uudhaan carraawwan leenjii dabalataa akka argatan ibsameera. Carraa addaa kana fayyadamuu kan barbaaddaniifi leenjii booda barsiisummaadhaan tajaajiluuf fedhii kan qabdan hundi, erga fudhatamtanii booda waliigaltee mallatteessuun barnoota keessan hordofuu kan dandeessan ta'uu yuunivarsiitichi beeksiseera. Galmeen sagantaalee digirii jalqabaa Yuunivarsiitii Finfinnee bara 2019 hanga Hagayya 29/2018tti akka raawwatamu beekamuun isaa ni yaadatama. Oodeeffannoo dabalataatiif 👇👇👇 https://admission.aau.edu.et/UGAnnouncements @MEDIA_HAQAA
2
11
No text...
1
12
Carraa 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' Addaa Yunivarsiitii Finfinnee! Yunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2019 barattoota ciccimoodhaaf carraa barumsa bilisaa addaa, 'Iskoolaarshiippii Pirezidaantummaa' (Presidential Scholarship) iddoo 200 qopheessuu isaa ifoomseera. Carraa kanaaf kan dorgomuu danda'an barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii qabxii 500 fi isaa ol galmeessan, ulaagaalee biroo taa'an guutanii fi qormaata seensaa yunivarsiitichaa (UAT) gahumsaan darban qofa akka ta'e ibsameera. Barattoonni carraa addaa kana argatan sagantaalee digirii jalqabaa kolleejjota yunivarsiitichaa torbaa fi Mana Barumsaa Seeraa jalatti ramadamanii kan baratan ta'a. Faayidaaleen iskoolaarshiippii kanaa barnoota guutummaatti bilisa ta'e, kaffaltii maallaqa harkaa madaalawaa ta'ee fi deeggarsaa fi leenjii dabalataa dhaabbileen michuu ta'an waliin kennamu kan of keessatti hammatuudha. Akkasumas, barattoonni kunniin gara fuulduraatti carraa barnoota digirii lammaffaa (Masters) fi sadaffaa (PhD) yunivarsiitichuma keessatti bilisaan kan argatan ta'uu eereera. Haa ta'u malee, barattoonni carraa kanatti itti fufiinsaan fayyadamuuf, semisteera hundatti qabxii waliigalaa (CGPA) 3.50 fi isaa ol fiduu kan qabanii fi damee barnootaa itti ramadaman irratti itti fufuun dirqama isaaniiti. Akkuma kanaan dura gabaasnee turre, galmeen barattoota haaraa sagantaa digirii jalqabaa bara 2019 hanga Hagayya 29, 2018 qofa kan turu waan ta'eef, barattoonni ulaagaa kana guuttan daftanii akka galmooftan hubachiifameera. Odeeffannoo dabalataaf liinkii asii gadii kana tuquun ilaaluu ni dandeessu: 👉 https://admission.aau.edu.et/UGAnnouncements
1 483
13
No text...
886
14
Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii Barattoota Haaraa Simachuuf Galmee Eegalan! Yunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa (ASTU) fi Yunivarsiitiin Saayinsii fi Teeknoloojii Finfinnee (AASTU), barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii dhibbeentaa 50 fi isaa ol galmeessisan simachuuf galmee eegalaniiru. Carraan kun kan kenname barattoota damee Saayinsii Uumamaa (Natural Science) qofaaf yoo ta'u, barattoonni ulaagaa kana guuttan qormaata seensaa fudhachuun bara barnootaa 2019'f dameewwan barnootaa (Applied Science) fi Injinariingii jalatti barachuu ni dandeessu. Yeroon galmee kanaa Hagayya 25 irraa eegalee hanga Qaam'ee 03, bara 2018 halkan walakkaa sa'aatii 6:00tti qofa kan turu ta'a. Barattoonni ulaagaa guuttan marsariitiiwwan Teelegiraama miidiyaa Abdii Sabaa jalatti dhiyaatan fayyadamuun toora interneetiin galmaa'uu ni dandeessu. Guyyaan qormaatichi itti kennamu erga galmeen xumuramee booda kan ifoomu yoo ta'u, qormaatichi giddugala qormaataa isin yeroo galmee filattanitti qaamaan argamuun kan kennamu ta'a. Iddoowwan qormaataa barattoonni muraasni qofti itti galmaa'an gara iddoo qormaataa dhiyeenya jiruutti makamuu akka danda'anis hubachiifameera. Barattoonni qormaata kanaaf dhiyaattan, gosa barnootaa Baayooloojii, Keemistirii, Fiiziksii, Herregaa fi Afaan Ingiliizii (barnoota kutaa 9ffaa hanga 12ffaatti kennaman) irraa qophii gahaa akka taasistan yunivarsiitiiwwan kunneen dhaamaniiru. Dabalataanis, guyyaa qormaataa waraqaa qabxii kutaa 12ffaa bara 2018,(Admission card) ykn waraqaa eenyummaa, fi ragaa mirkaneessa galmee keessanii qabattanii argamuun dirqama.
1 075
15
Umrii Waggaa 66tti Qormaata Kutaa 12ffaa Qabxii 320 Fiduun Kan Darban Qees Sayifuu Tasfaayee! "Barnootaaf fedhii fi kakaumsi yoo jiraate umriin gufuu hin ta'u" dhugaa jedhu hojiin kan agarsiisan Qees Sayifuu Tasfaayee, qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaan qabxii 320 fiduun barattoota yunivarsiitii galuuf eeggachaa jiran keessaa tokko ta'aniiru. Qees Sayifuun jiraataa Naannoo Tigraay, Godina Kibbaa, Aanaa Salawaa, Ganda Dajan yoo ta'an, magaalaa Salawaatti eegduu (waardiyyaa) Baankii Ambassaa ta'uun hojjechaa jiru. Hojii humnaa kana cinaattis barnoota isaanii obsaan itti fufuun qormaata biyyaalessaa kana fudhachuu danda'aniiru. Barattoota kuma 29 naannicha irraa qormaaticha fudhatan keessaa isaan tokko yoo ta'an, barattoota qabxii darbiinsaa fidan 3,146 keessatti milkaa'inaan of muudaniiru. Qabxiin boonsaan Qees Sayifuu kun miidiyaalee hawaasaa irratti xiyyeeffannoo guddaa fi dinqisiifannaa kan argate yoo ta'u, baankiin isaan keessatti hojjetanis milkaa'ina kanaaf gammaduun badhaasa addaa kenneeraaf. Bankichi gama isaatiin haga isaan baratanii xumuranitti kan gargaaru ta’uufii mindaan isaanii maatii isaaniif cituu kan itti fufu ta’a, dabalataanis yeroo baratanii xumuran baankichi hojii akka mijeessuuf waadaa galeeraaf. Abbaa ijoollee ja'aa kan ta'an Qees Sayifuun, seenaan isaanii barnootaaf umriin, hojiin ykn haalli jireenyaa kamiyyuu dhiibbaa akka hin taanee fi namni fedhii qabu galma yaade gahuu akka danda'u dhalootaaf fakkeenya guddaa ta'a. @mediashows1
1 800
16
+1
No text...
907
17
HAROO DANDII💥 Haroo Dandii, uumamaan lakkoofsa ♾️ kan fakkaattu; Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Dandii (GIINCII) argama.+4
HAROO DANDII💥 Haroo Dandii, uumamaan lakkoofsa ♾️ kan fakkaattu; Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Dandii (GIINCII) argama.
1 205
18
Yunivarsiitiin Finfinnee Barattoota Haaraa Bara 2019'f Simachuuf Galmee Eegale! Yunivarsiitiin Finfinnee  sagantaa barnootaa idilee (iskoolaarshiippii mootummaa fi kaffaltii dhuunfaatiin), akkasumas sagantaa galgalaa fi walitti fufaatiin (extension) barattoota haaraa digirii jalqabaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) simatee barsiisuu akka barbaadu beeksiseera. Ulaagaaleen galmee kanaaf taa'an, barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2015, 2016, 2017 fi 2018 (A.L.I) fudhatanii qabxii seensa yunivarsiitii fidan, ykn immoo barnoota sadarkaa 4ffaa (Level 4) xumuranii madaallii gahumsaa (COC) darban kan hammatuudha. Barattoonni galmaa'an hundi Qormaata Seensa Yunivarsiitii Finfinnee (UAT - University Admission Test) kan fudhatan ta'uun isaa ibsameera. Yeroon galmee karaa toora interneetii (Online) eegaleera; kan turus hanga Hagayya 29, 2018 (A.L.I) qofa akka ta'e hubachiifameera. Qormaanni seensaa (UAT)  Qaam'ee 02 hanga 04, 2018 (A.L.I) gidduutti kan kennamu ta'a. Kanaafuu, barattoonni ulaagaa kana guuttan marsariitii dhiyaate (https://admission.aau.edu.et) fayyadamuun yeroon akka galmooftan hubachiifameera.
1 458
19
No text...
762
20
#BAGA_GAMMADDAN ❗️ Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban hayyamameef bara kanas hojiirra oola!! Qormaata Ministee
#BAGA_GAMMADDAN ❗️ Barattoonni qabxii 297-300 galmeessan akka darban hayyamameef bara kanas hojiirra oola!! Qormaata Ministeerri Barnootaa qopheesse kamiifuu darbiinsa %50 akka ta’e ni beekama. Ibsa kana kan kenne Dr. Solomon Kiflee (gorsaa MOE) akka jedhanitti kanneen qabxii 49.5% - 49.99 galmeessan gara 50tti walitti qabnee akka %50tti lakkoofne, akkasumas iskeelii qabxii hin jijjiirree ammallee %50 ta'eera jedhan.
1 572