cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

FBC (Fana Broadcasting Corporate/Fana The Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu,

Fana Afaan oromo Kessaa Bekaa,fana the Insider,ፋና የውስጥ አዋቂ.የዚህ ቻናል አላማ ድምጽ ለሌላቸው ድምጽ መሆን፣ድብቅ አጀንዳዎችን ለህዝብ ማሳየት፣የህብረተሰቡን ሸክም ማጋለጥ እና ለፍትሃዊ እኩልነት ሚዛናዊ መሆን ነው። ለበለጠ Info ከእኛ ጋር ይቀላቀሉን።Kaayyoon chaanaalii kanaa warra sagalee hin qabneef sagalee ta'uu dha

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
6 009
مشترکین
+5924 ساعت
+3687 روز
+1 46830 روز
توزیع زمان ارسال

در حال بارگیری داده...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تجزیه و تحلیل انتشار
پست هابازدید ها
به اشتراک گذاشته شده
ديناميک بازديد ها
01
Media files
4280Loading...
02
Rakkoon ummanni keenya baha biiftuu keessa jiru waan baay'ee nama gaddisiisu. Mallaqa social media irraa guuramuunis waan furamuu miti. Mootummaan, abbootiin qabeenyaa, fi dhaabbileen gargaarsa namoomaa beelaafi dheebuu ummata kanaaf dhaqqabuu qabu.
4360Loading...
03
Almaaz Baalaa Ciraa/አልማዝ በለጭራ(Herpes zoster) ~~~~~~~~ ☞ Dhukkubni kun gartokkee qaamaa ykn guutummaa qaama nama kanneen akka dugdaa, mataa, naannawa afaanii, naannawa qaama saalaa, garaa irratti ykn fuula irratti mul'atuu danda'a. Jalqaba gogaan keenya, bakki dhukkuba kanaan miidhame finniisa/shiffitaa akka sarara xiqqaa kan bishaan kuufatu qabu yoo ta'u miira gubaa cimaa,miira hoosisuu fi miira dhukkubbiis qaba. Akka adaatti,Sababni dhukkuba kanaa: ➽boombii halkan halkan barristu ➽raammoleen xixiqqoon nama ciniinuu, ➽meeshaa qara qabuun woraanamu ➽summii/hadhaa ilbiisotaa ykn ➽fincaan allaattii/simbiraa, uffata miicamee lafatti afamu irratti fincaanamu irraa dhufa jedhanii amanu Akka saayinsiitti ammoo dhukkubni gogaa 'Herpes zoster' jedhamu kun, vaayirasii Vaariseellaa Zoster(Varicella Zoster Virus) jedhamuun dhangala’aa akka tasaa dhufu yoo ta’u(ka'umsi isaa sirritti kan hin beekamne), yeroo baay’ee bishaan qaama irratti waan akka sararaa uumuun jalqaba" jedhu. Mallattoolee Dhukkuba Kanaa ▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰ * Yeroo baay'ee qaama gama tokkoon/gama mirgaa ykn bitaa irratti mul'ata,jalqaba iita diimaa uuma. Sana booda babaldhataa deema. * Qaama hooqsisuu, gurraachessuu fi luqqisuu qaba. * Gogaan dirmammaayuu, xiffisuu/kulkiluu fi hadooddii qaba. * Dhukkubbiin maashaalee. Sababa bakki dhukkubu sun wolitti harkifamuuf sochii dhoogga,miira dhukkubbii, miira gubuu fi Miira laalchuu namtti fida. * Bowwoo mataa/dhukkubbii mataa, miira gammachuu dhabuu, qorraafi hoo'as dadhabuu. * Gogaan naannawa dhukkuba kanaan miidhamee wolitti shuntuuruun waan ibiddaan gubate fakkaata. * Hoo'a aduufi ibiddaa dadhabuu namatti fida. ▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰ Of-eeggannoo godhamuu qabu: ➫bakka miidhame san yeeroo hundaa jiidha akka hin arganne gogaa taasisu. ➫dibata adda addaa bakka sanatti dibuu dhiisuu. ➫harkaan tuttuquu dhiisuu. ➫nyaata akka loozii,chokoleetii, paastaa, makaronii, barbaree/qaaraa, baradoo/waan diilallaaye fayyadamuu dhiisuu.
3901Loading...
04
#Labsii_nageenyaa_Naqamteerraa labsame ***** Gaazexaa Bariisaa Ummata bira dhaqaniis ta’e gara waajjirasaaniitti affeeranii mariisisuun, yaadota biyya ceessisan, maddisiisuun harkaafi sammuu qulqulluudhaan hojiirra oolchuun, biyya qarree diigamaarra turte baraaruun, hawaasa seenessa qeenxeetiin burjaajii adda addaa keessa ture yaadasaa jijjiiruun, dallaa jibbiinsaa diiganii riqicha jaalalaa falaasama Ida’amuutiin tokkummaa sabdaneessummaa labsuufi hojiin agarsiisuun kan beekaman. Saba guddaa, Oromoo keessaa bahanii duudhaa Oromummaatiin afaansaa dubbachaa, ittiin barreessaafi mariisisaa waltajjiilee argatan hundatti nagaa lallabuun kan beekamaniifi kanaanis badhaasa noobeelii nageenyaa kan fudhatan. 👇 https://press.et/oromifa/2024/05/11/labsii-nageenyaa-naqamteerraa-labsame/
2530Loading...
05
Abbaan qabeenyaa Obbo Fayisal Abbaa Maccaa (Godina Jimmaarraa) qarshii kuma 200 Itoophiyaa qulqulluuf arjooman.
2470Loading...
06
Pirezidaantii Ittaanaan MNO Obbo Awwaluu Abdii waamicha Ministira Muummee #Daandii_Qulqulluu_Jireenya_Fayyaa jechuun teletoonii karaa dijitaalaa taasisan fudhachuun gumaacha taasisanii jiru.
2410Loading...
07
Naannoo Itoophiyaa Jiddugaleessaatti inisheetivoonni haaraan bocamanii bocamanii hojii keessa jiru (Biiroo Qonnaa Naannichaa)
2340Loading...
08
#Boorana ‼️ Kilaastara xaafii qonna arfaasaatiin Godina Booranaatti misoomaa jiru. BQO
2480Loading...
09
Media files
5040Loading...
10
Media files
5580Loading...
11
Koorpooreeshiniin Injineriingii Itoophiyaa fi gareen injineroota bulchiinsa Magaalaa Jimmaa, dizaayinii ulaa misoomaa (Jimma city corridor development design) qopheessuun hoggansa ol'aanaa magaalaa fi ogeessota waliin mariin erga gaggeeffamee booda kallattiin hojii itti aanuu kaa'ameera. Mariin kun bakka kantiibaan bulchiinsa magaalaa Jimmaa Obbo Teha Kemer, I/G W/ra PB Obbo Wase Girma, koreen qindeessituu hundi, hoggansiifi ogeessonni mana qopheessaa magaalattii argamanitti kan gaggeeffamedha. Hojiin kun bifa qulqullina isaa eeggateen hojjetamee akka xumuramu gaheen bulchiinsa magaalattii akkuma jirutti ta'ee, milkaa'ina hojichaatiif gaheen hawaasa magaalaa Jimmaa murteessaadha.
4610Loading...
12
Sagantaan marii jalqabbii duraa hidhannoo hiikkachuu, walitti makamuu fi deebisanii dhaabuuf loltoota duraanii Tigraayitti eegalameera. Komishinarri Komishinii Riifoormii Biyyaalessaa Temeseng Tilahun; Mariin jalqabbii duraa hidhannoo hiikkachuu, walitti makamuu fi deebisanii dhaabuu (DDR) kaleessa Caamsaa 5, 2016 magaalaa #Mekele keessatti eegaluu isaa ibsaniiru. Walgahii kana irratti bakka bu'oonni bulchiinsa naannoo Tigraay fi mootummaa federaalaa, Lt. Gen. Tadese Nadesh fi Lt. Gen. Tsadqan Gegepeansae dabalatee argamaniiru. Kana malees, komishinarri kun fuula X isaanii irratti koreen hordoffii waliigaltee nagaa Gamtaa Afrikaa fi bakka bu’oonni qooda fudhattoota biroo akka argaman hubachiisaniiru. Temeseng itti dabaluudhaan mariin eebba duraa kun daawwannaa dirree naannoowwan filatamoo ta’an kan hammatu ta’uu ibsaniiru. ============================================================================================
6220Loading...
13
Raashiyaan loltoonnishee magaalaa Yukireen daangaarra jiru Karaakiv seenuu himte ** Ministirri dhimma alaa US yeroo muddamni Raashiyaafi Yukireen gidduutti akka haaraatti cimaa jirutti Yukireen daawwachaa jiru. Raashiyaan humni waraanashee magaalaa qarqara kaaba-baha Yukireen taate Vovchaanisk seenuu himte. Humni waraanaa Yukireen ammoo magaalaa kaabatti argamtu kana keessaa "humna diinaa kana deebisee baasuu" himuun, bakka baayyeetti "milkaa'ina yeroo ta'e" argachuu ibseera. https://bbc.in/44OoBOj
4920Loading...
Rakkoon ummanni keenya baha biiftuu keessa jiru waan baay'ee nama gaddisiisu. Mallaqa social media irraa guuramuunis waan furamuu miti. Mootummaan, abbootiin qabeenyaa, fi dhaabbileen gargaarsa namoomaa beelaafi dheebuu ummata kanaaf dhaqqabuu qabu.
نمایش همه...
👍 2
Almaaz Baalaa Ciraa/አልማዝ በለጭራ(Herpes zoster) ~~~~~~~~ ☞ Dhukkubni kun gartokkee qaamaa ykn guutummaa qaama nama kanneen akka dugdaa, mataa, naannawa afaanii, naannawa qaama saalaa, garaa irratti ykn fuula irratti mul'atuu danda'a. Jalqaba gogaan keenya, bakki dhukkuba kanaan miidhame finniisa/shiffitaa akka sarara xiqqaa kan bishaan kuufatu qabu yoo ta'u miira gubaa cimaa,miira hoosisuu fi miira dhukkubbiis qaba. Akka adaatti,Sababni dhukkuba kanaa: ➽boombii halkan halkan barristu ➽raammoleen xixiqqoon nama ciniinuu, ➽meeshaa qara qabuun woraanamu ➽summii/hadhaa ilbiisotaa ykn ➽fincaan allaattii/simbiraa, uffata miicamee lafatti afamu irratti fincaanamu irraa dhufa jedhanii amanu Akka saayinsiitti ammoo dhukkubni gogaa 'Herpes zoster' jedhamu kun, vaayirasii Vaariseellaa Zoster(Varicella Zoster Virus) jedhamuun dhangala’aa akka tasaa dhufu yoo ta’u(ka'umsi isaa sirritti kan hin beekamne), yeroo baay’ee bishaan qaama irratti waan akka sararaa uumuun jalqaba" jedhu. Mallattoolee Dhukkuba Kanaa ▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰ * Yeroo baay'ee qaama gama tokkoon/gama mirgaa ykn bitaa irratti mul'ata,jalqaba iita diimaa uuma. Sana booda babaldhataa deema. * Qaama hooqsisuu, gurraachessuu fi luqqisuu qaba. * Gogaan dirmammaayuu, xiffisuu/kulkiluu fi hadooddii qaba. * Dhukkubbiin maashaalee. Sababa bakki dhukkubu sun wolitti harkifamuuf sochii dhoogga,miira dhukkubbii, miira gubuu fi Miira laalchuu namtti fida. * Bowwoo mataa/dhukkubbii mataa, miira gammachuu dhabuu, qorraafi hoo'as dadhabuu. * Gogaan naannawa dhukkuba kanaan miidhamee wolitti shuntuuruun waan ibiddaan gubate fakkaata. * Hoo'a aduufi ibiddaa dadhabuu namatti fida. ▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰ Of-eeggannoo godhamuu qabu: ➫bakka miidhame san yeeroo hundaa jiidha akka hin arganne gogaa taasisu. ➫dibata adda addaa bakka sanatti dibuu dhiisuu. ➫harkaan tuttuquu dhiisuu. ➫nyaata akka loozii,chokoleetii, paastaa, makaronii, barbaree/qaaraa, baradoo/waan diilallaaye fayyadamuu dhiisuu.
نمایش همه...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram