fa
Feedback
Dhandhama Jaalala💘🔔

Dhandhama Jaalala💘🔔

رفتن به کانال در Telegram

Jaalala seenaa bashanaanaaf gammachuu

نمایش بیشتر
1 817
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-87 روز
-2330 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
مارس '25
مارس '25
+5
در 0 کانال‌ها
فوریه '25
+10
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '25
+89
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '24
+56
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '24
+403
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+257
در 1 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+170
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+115
در 1 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+88
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+612
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+4
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+3
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+3
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+5
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+9
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '22
+10
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '22
+5
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '22
+7
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '22
+96
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '22
+32
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '22
+24
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '22
+53
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '22
+25
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '21
+23
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '21
+84
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '21
+71
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '21
+38
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '21
+58
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '21
+62
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '21
+58
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '21
+255
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
18 مارس0
17 مارس+1
16 مارس0
15 مارس0
14 مارس0
13 مارس0
12 مارس0
11 مارس0
10 مارس+1
09 مارس+1
08 مارس0
07 مارس+1
06 مارس0
05 مارس0
04 مارس0
03 مارس+1
02 مارس0
01 مارس0
پست‌های کانال
Jawar mohamad interview haarawan gad bahe. Daawadhaa https://youtu.be/FS1pAYCveKY

2
Yoo sirritti nu gootanii nu mootan moo yoo isin moone kam dhiirri ykn dubri uumama nu hordofaa https://youtu.be/xwUbgapJX58
610
3
Kadiir jawaar hooggansa dhugaa nu hordofaa https://youtube.com/shorts/bj2uszMK2-k?feature=share
534
4
Mee isin warri dhiiraa kan naa dhiira jattu naaf kootu akkan si godhu laaĺtaa. Linki kana x̌uqi naaf ķoo. https://youtube.com/shorts/v2jsyqdQyBk?feature=share
601
5
DEEBIN_KEE_CALLISA Useetin si yaada Hanga ilaa bariisaa Yoon sitti waywaadhes Deebin kee callisa Wal dagachuu keenyaf Suuta laannaa deebii Arra roobat roobee Guntutaan na reebi Addeenya fuula kee Kan fakkeenya biiftuu Anuu sirraa cituuf Lubbuun too nan dhiiftu Maal fuurmaanni kootuu Si eegus naan dhuftu Osuman si eeguun Kophaa koo coollagee Ilillii siif tehee Baala baasee goge Dhoksiitii na yaami Gaf jirtu kophaa kee Si keeysan jiraadha Dhuunfadhe mooraa kee Barbaadee si dhabnaan Na miidhe kee gochi Beela ija teetitiif Kunoo too iji ni boochi SHARE               SHARE         🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹         🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 ─────•◈🔥◈•───── 📡 @dhandhama2 🔔 📡 @dhandhama2 🔔 📡 @dhandhama2 🔔 📡 @dhandhama2 🔔 ─────•◈🔥◈•─────           #share             #join
551
6
https://youtube.com/shorts/b7jQKZlfOp0?feature=share
562
7
https://youtube.com/shorts/_DfhH9IRYLA?feature=share
535
8
Makkoo Bilii Jiifuun eeboo goototaa Diinaan falmee waraanu Fuuldura akka ilaalu Labsee labsii labataa Biyya wareegni ijaaru Dhalootni akka dhaalu Karaa hangafni saaquu Qe’ee eeguutti geessa Ilaameetiin wal keessa Guddaan dhugaarraan maqu Oboof Coraan hirkataa Biyyaaf biyyoo siphata Makkoo Biiliin Inni simbirtuun biyyaa Makkoo Biiliin Abbaan Duulaa Oromiyaa Makkoo Biiliin Hidda Jagnootaan foo’ee Makkoo Biiliin Onnee keenya ittiin moo’ee Yaa tumaa makkoo bilii Seera seera caalu hoo Hambaa abboota koo durii Maqaa keen olkaasa hoo Tuufoo lalisaa leensaa magartuu sooluu Maal yoo dhugaadhaf duulle Duuti hoo muka abbaa keenya Manattuu hin oolu! Walaabu irraan hanga nabee Tuute Bisil Bulluq irraan gad taree Eeyyee Oromiyaa sararee Iluu Galaan Gudururraan leeqa gubbaan gad taree Eeyyee Oromiyaa sararee Gimbii gubbaa , Odaa karraan, Noolee kaabbaaraan goree Eeyyee Oromiyaa sararee Boojjii Gadaa Birmijjarraan Najjoo gubbaan naanna’ee Eeyyee Oromiyaa sararee Dambii gubbaan, Qellem sayyoo, Anfilloorraan as goree Eheee Oromiyaa sararee Mandi gubbaan, Asoosaarraan, daangaa maccaan naanna’ee Eheee Oromiyaa sararee. Mootii gosaaf hangafaa Qalbiisaa kamtu rafaa Bokkuun nagaa lallabaa Mirgaan daangaa qaqqaba Tolaaf lolaan al tokkoo Biyyaaf lubbuu kan laatu Makkoo Biliidha abbaankoo Kanaaf boquun nan laaftu. Farsoo addunyaa macheessee Maakaavelii lagatee Qe'ee gurraacha keessaa Makkoo Biliin dhalate Haqa ormaa eeggachuu Dhugaa ofiif falmachuu Tumee seera lallabe Maccaa daariin qaqqabe Albama Andualem Gosa keessaa Walaloon Lalisaa Indiris Adam @t.me/dhandhama2
983
9
#JAALALA ▬▬▬▬▬ ➥ Mandara tokko keessa Abbaa manaa, haadha manaa fi mucaa isaanii tokkotu jiraata ture. ➥ Galgala tokko balballi maatii kana rurrukutama. Haati manaas balbalicha yeroo bantu jaarsolii mataan isaanii haarrii baay'ee babbareedan 3 balbala irra dhaabbatan argite. Isheenis "maal isin gargaaru koottaa seenaa" jetten. Jaarsolin kunis deebisanii "lakki hin seennu. Jalqaba Ofii keenya si barsiisna" jedhani ofii isaanii barsiisuu jalqaban. ➥ Inni 1ffaan" ani Milkaa'inan jedhama ani mana kee yoon seene abjuun kee hundi galma siif ga'a" jedhen. ➥ Inni 2ffaan "Maallaqan jedhama ani mana kee yoon seene rakkinaa fi Hiyyummaa kan jedhamu tokkallee hin argitu" jedheen. ➥ Inni 3ffaan "Ani Jaalalan jedhama jaalalaaf immoo ibsi hin barbaachisu" jedheen. ➥ Sana booda Haati manaas "altakka na eegaa abbaa manaa koon mariisisa" jetteen. Gara manaattis olgaltee abbaa manaa isheetti waa'ee jaraa yeroo himtu baay'ee dinqisiifatee, "yaa haadha manaa koo kun carraa hin argamnee dha maallaqa argachuf jedhee kunoo halkaniif guyyaan hojjedha garuu akkan yaade hin taane hiyyummaa keessaa ba'uu hin dandeenye. Amma immoo Maallaqni ani dafqaafii ture balbala keenya irra dhaabbatee nu kadhachaa jira. Amma ariifadhuutii warra kaan dhiisitii Maallaqicha ol nuuf seensisi" jedhen. ➥ Haati manaas Yaadasaa kanatti walii galtee maallaqa ol galchuuf yeroo deemtu mucaan ishee "Haadha koo Maallaqa ol seensistee abbaan koo akkuma amala isaa sireebaa jiraachuu kee irra guyyaa hundumaa lola isaaf jettee dhiphachaa jiraachuu kee irra JAALALA ol galchitee nagaa dhaan jiraachuu siif hin wayyuu?" Jedheen. ➥ Isheenis takka dhaabattee itti yaaddetu dhuguma jette yaa ilma koo nagaa naaf wayya boqochuun qaba" jettee yaada mucaa isheetti gammaddee, abbaa manaa isheetin," jaalalli ol galuu qaba" jettee wal mormii baay'ee booddee jaalalli akka olseenu murteessan. ➥ Gara Jaarsolii kanaas dhufanii" JAALALA kan jedhamtu koottuu seeni" jedhaniin. Jaalallis isaan hordofee gara manaatti olseene. @t.me/dhandhama2
801
10
Faarsee Bulaa Miirakoo si dhofkachuuf Yaaluus guyyuuf ganama Didee sitti mul'ata Ofin narraa barama Si jaalladheef si jaalladhu Miidhaakee kuman qaba Kanaaf itti fakkeessee... Buluun naaf dadhabama. Faarsee dhibba buluurra Dhugaa sitti himeen du'a Du'es maaltu dhalata Bakkee Haacuukoon bu'a 🙏 Osoon akka ilma Daancee Fakkeesee buluu beekee Kaayyoo sabaa dagadhee Fedhikoo qofa akeekee ... Silaa maal jedha seenaan Seenaan biyyeen hin nyaanne Jennee of xiiqqessinetu Miidhamama jiraanne. Malee dhibba daldallee Kuma buusuun hin dhibu Booree ulfaata malee Faarsee buluun hin cimu Jedhe garaa kutatee Qeerransi manaa bahe Qiilleensaan hinraafamu ... Odeessaf gurran qabu ... Kaayyoosaa qofaaf malee.🙏 💔💔 Dirribee @dhandhama2
1 110
11
9, Si waliin walitti dhihaachuu hin feetu. Yeroo ati harkashee tuqatte ofirraa si darbuu fi yeroo ati hammachuuf jattu, ofirraa si dhiibdi. 10, Yoo yaada ykn komii irratti kannatte hin qeebaltu. Dubartiin takka yoo komii kee ni tuffatti ta'e, fkn waa'ee dhaabbinashee akkasumas waa'ee bareedina ishee irratti ta'uu mala. yeroo kana si jibbuun ishee ifaadha. 11, Tapha fi baacoo kee kamiifuu hin kofaltu. Yeroo ati taphattu haajaa dhabuu fi waan feete dubbattuus kofluu dhabuun, jibbaa fi tuffii hamaa mullisa. yeroo ati manaa baatuu fi galtuus qishnaa heddummeessiti. 12, Dubartii biraa waliin waan feete yoo hojjattees haajaa hin qabdu. Yoo duraan dubartii biraa waliin yeroo si argite hinaafte, arra garuu haajaa tokkollee hin qabdu. kunis harka kee keessaa bahuuf yoo fedhii qabaatte, dubartii biraa sababa godhachuun laafumatti akka siin gargar baatu waan gargaaruuf. 13, Sababa heddummeessuudhaan walqunnamtii saalaa diduu. Yeroo hunda "mataa na dhukkuba. , waaniin hojjadhuun qaba. , xurii ykn laguun qaba." jechuun yeroo hunda sababa adda addaa dhiheessiti. yeroo tokkoofillee akka qunnamtii waliin hin gooneef mala baasti. HUB: kun warra bultii qaban qofa ilaallata. 14, Tolaas ta'ee badii kee hin mormitu. Kana jechuun rakkoo fi miidhaa sirra gahu irraa si gorsuuf fedhiin sii dhumeera jechuudha. akkasumas badii feete yoo hojjatte isii hin galchu. Amalli kee yoo jijjiiramees waan isii galchu hin qabdu. fkn Aarsuu, alkoolii dhuguu fi kkf yoo argitees akka ati irraa deebituuf gumaacha tokko hin gootu. 15, Dubbii xiqqoo si barbaaddee gara lolala oowwaatti jijjiirti. Akka diinaatti waan si ilaaltuuf birxee si barbaaddee gara lolaatti jijjiiruun sirraa buqqa'uuf yaalii gooti. atis yoo yaa'ii waliin oowwifte, si dhiistee deemuuf carraa argatti jechuudha. yoo xiqqo walitti mufattanillee, "an si hin barbaadu" jechuu heddummeesiti. FURMAATA 1, Jaalalleen tee si waliin jiraachuu akka hin feene yeroo shakkite garuu gutumaan guututti yoo hin mirkaneeffatin, Sodaa tokkoon malee fadhiin isii maal akka tahe gaafachuu qabda. Kun yoo si jibbiteerti ta'e nagayaan akka addaan baataniif gargaara. Yoo kana ta'uu baate immoo kasaaraa qabeenyaa fi hamilee wal cabsuun argamuu mala. yoo kan si walii jiraachuu feetu tahe rakoo mudateef sababa gaafadhu. 2, Yoo si harkaa baatee jiraatte, maallaqaa fi yeroo kee hin qisaasin. Yoo danda'ame amala kee sirreefachuudhaan itti mullachuu yaali. 3, Ishii dhabuu hin barbaaddu yoo ta'e rakkinni maal akka ta'e gaafachuudhaan hanga dandeessetti furuu yaali. Yeroo kana gootu obsa si barbaachisa aaruu hin qabdu. 4, Rakkini kee maal akka ta'e of gaafadhu. yeroo tokko sammuu teetiif amanamaa tahii hir'ina maalii akka qabdu of gaafadhu. kunis ilaalcha ofittummaa fi of tuuluu ofirraa akka lafa keessu si gargaara. Vidion daawadhaa https://youtu.be/X673RLMW40Q
1 228
12
Warra Dhiiraatiif Mllattoo 15 Jaalalleen Teessan Isin Waliin Gargar Bahuu Filachuu Agarsiisan. Dubartoonni tokko tokko yoo si waliin gargar bahuu filatan yeruma san dhugaa sitti himanii, hariiroon keessan kana caalaa akka itti fufuu hin dandeenye sitti himan. Haa ta'uu malee, irra caalaan isaanii mallattoolee fi mala adda addaa fayyadamuun sitti agarsiisuu filatan. Sababoota akka isaan yeruma san siin gargar bahuu isaanii sitti hin himne, dhoorgan hedduutu jira. Akka fakkeenyaatti mata mataa dubbannee bira dabruu yaalla. => Yoo ati gara nama isheen kabajjuu ykn sodaatuutiin isii harkaa qabaatte => Yoo sababa keetiin furmaata ykn gargaarsa argatte. Maallaqaa, fayyaa fi k.k.f. ta'uu danda'a. => Yoo warra keessaan ykn saahiboota kee jaallatti ta'e isaan dhabuu sodaaf. => Yoo adeemsa kee sodaatte. dallansuu fi haala biraa sirraa sodaachuudhaan. => Yoo si waliin gargar bahuun waan fokkisaa ykn saalfachiisaa ta'ee itti mullate. => Yoo gargar baatan nama si caalu argachuu ishee waan hin mirkaneeffanneef. Yemmuu qabxii ijootti ceenu, dubartoonni yoo jaalallee isaaniitiin ta'e mallattoowwan armaan gadii irrati mul'achuu Kan danda'aniidha. 1, Ergaa barreeffamaa(bilbilaan) siif barreessuu dhaabdi. Ergaan barreeffamaa shamarran biratti waan hiikaa guddaa qabuudha. Akkasumas jireenya kee keessatti bakka argachuu akka barbaadan kan ittiin ibsataniidha. Dubartoonni ergaa namaa barreessuuf tasumaa yeroo hin dhaban. Yoo duraan siif barreessaa turtee, amma kan dhiistu ta'e, si waliin itti fufuuf fadhii dhabuu ykn hir'inni sibira akka jiru agarsiisa. 2, Facebook irratti hariiroo(relationship) isii osoo sitti hin himne dhoksiti (hide gooti) Yoo facebook fayyadamti ta'e, FB irratti relationship status ishee ni dhooksiti ykn single gooti. Sababnis akka isiin jaalallee hin qabne adunyatti waan mullisuuf. Yoo single gooti ta'e, jaalallee biraa barbaaduu isii mullisa. hub: kun warra teknoloojii fb tiin guddatan qofaafi. 3, Waa'ee ishee fi hiriyoota ishee si waliin haasa'uu dhaabdi. Shamarran hedduun waa'ee isaanii fi miira itti dhagahamu, ilaalcha akkam hiriyoota isaanii waliin akka qaban, guyyaa gammachuu fi gadda isaanii akkamiin akkadabarsan si taphachiisan. Dubartiin takka waa'ee mataa ishee fi hiriyoota ishee akkasumas yaadaa fi miira ishee sitti himuu yoo dhaabde, si waliin itti fufuuf fadhii akka hin qabne agarsiisa. 4, Jireenya hawaasaa keessati dhimma shee si hin hirmaachistu. Maatii ishees ta'ee firaa fi hiriyyoonni ishii yoo qophii tokko qabaatan si hin affeertu. Hiriyootaa fi maatii shee waliin wal qunnamuu kee hin barbaaddu yoo ta'e, gargar bahuun keessan filannoo ishii ta'uu mullisa. 5, Olmaa fi bultii kee irraa waan tokko si hin gaaffattu. Shamarreen takka yoo si jaalatte hojiin kee hundi ishee hawwata akkasumas haasaa ishee keessatti hammam akka siif dhimmoomtuu fi hordoffii eegumsaan wal qabate akka siif gootu siif ibsuu yaalti. 6, Karoora fi waa'ee fuula duraa si waliin haasa'uu fi yaaduu dhiisti. Dubartiin takka yoo si jaallatti ta'e, waa'ee fuuldura lamaan keessanii yaaduu fi mari'achuu hin dhiistu. Waa'ee fuula duraa haas'uu si dhoorgitee yoo jatte fkn kaayyoo gaa'eelaa ta'uu mala, kunis filannoo diddaa keessaa isa tokko. 7, Haalli gaariin tokko yoo isii qunname ykn wanti gaariin tokko yoo isii mudate, ati dhagahuudhaaf nama xumuraati. Mallattoon kun haalaan sodaachisaadha keessatuu warra bultii qabaniif. kana jechuun ati nama isitti aanuu fi fira dhihoo akka hin ta'in mullisa. fkn Obboleettiin ishee deessee otuu jirtuu osoo ati hin dhagahin suuraa daa'imaa facebook irratti argita. 8, Yeroo si waliin taatu hunda haala jibbisiisaa agarsiisti. dubartiin takka nama jibbitu tokko waliin yeroo jirtu amala nama jibbisiisu agarsiisuu fi yeroo san keessatti waan hundaafuu ilaalcha gaarii hin qabaattu. Kanaas kan gootu, akka waliin ta'uu keetti hin gammadinii fi akka ati isiirraa fagaattu gochuufi. Yoo dubbattees dubbii tee karatti kutuunis asuma jalatti ramadama
1 071
13
Gaafa nu nyanyaattee nu kaatee kaafannee dandeessanii firraa nu dhoorkitan mee vidio guutuu daawadhaa hanga dhumaa. https://youtu.be/X673RLMW40Q
906
14
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=rJZFh4l5
1
15
Dhiirotaaf Fayyaa qaama saalaa keessaniif jabina isaaf 🌱Bishaan sirriitti dhugaa 🌱nyaata madaalamaa nyaadhaa 🌱sochii qaamaa godhaa 🌱ulfaatina qaamaa garmalee hir'isaa 🌱hirriba gahaa rafaa 🌱tamboo aarsuu dhiisaa 🌱dhiphina ykn stress hir'isaa 🌱alkoolii hir'isuu Hub: qaamni saalaa dhiiraa guyyaa guyyaan ka'uun jabeenya isaaf akkasumas guddina isaa bakkatti eeguuf gaariidha! Fayyaa hin dhabinaa Liinkii tuquun vidiodhaan fayyadamaa. 👇👇👇https://youtu.be/-QHz8AvcXDc
1 295
16
بدون متن...
1 318
17
https://youtu.be/uKiBp2uaryY
1 454
18
https://youtube.com/shorts/_Zg88-w63hU?feature=share
1 445
19
Saaron - - ‘Jaalalli uffata nama gachisiisee, midhaan nama lagachiisee, hororaa abbaa wallaale nama godha’ yeroo jedhan dhaga'eera. Yeroo tokko anis maraadhee argeera. Akkas ture. Yuunibarsitii irraa ba'ee akkan ba'een hojii hin argannen ture. Ganama hirribaa akkan ka'een hojii barbaaduuttin muddama. Achii ergan deebi'ee booda bakkan irraa hin hafnen qaba. Suuqii Dandir jala dhagaa soofamaa irra taa'ee haadha manaa Dandir faana haasa'aa ooluudha. Gaaf gaaf ammoo obboleettiin Dandir, kan fuula namaa hin kennine tokkos ni dhufti. Dandir Markaatoo oola. Haadha manaa Dandir faana haasa'uun kan natti toluuf waan ijoo tokkoofi. Amaarinyaa yeroon caccabsu akka ollaa keenya warra kaanii natti hin kolfitu. Isheefis afaan lammataa waan ta'eef ofirraa kaastee naaf beekti. Bakkan hojiif dorgome hundatti (Finfinneetti) Amaarinyaa beekuun dirqama waan jedhaniif afaanicha sodaa malee baruuf tattaaffiikoo naa cimsite, niitiin Dandir. Egaa achi ooluun barteekoo ta'e. Manaa namni na dhabe achii na arga. Achittan arge, Saaronis. ... Bareedduu...jecha jedhu qofaanin ibsa Saaron. Uffata sebelesee waaqumse uffattu keessaa akka jirbii iddamaa ijatti ba'aa... akka warqee tumamaa qalbiitti mi'aa taati. Guyyaa hunduma dhuftee waa bitti. Aniif isheen suuqicha hanqannee, osoo wal hin argiin hafnee hin beeknu. Garuu walitti hin dubbannu. Ijuma qofa, gojommii irra hin darbu ture. ... Gaafa tokko.... eessatti akka jalqabne hin beeku. Ofuma birattin ishee arge. Uffata yeroo suuqii deemtu uffattuun hin jirtu. Daran uffatee, daran miidhagdee, bareedina an takkaa irraa hin argineen na biratti argamte. Yeroo dheeraa wajjin dabarsine. Waan heddu wajjin haasofne. “An hiriyaa jaalalaa sii tahuun barbaada” jedheeniin “Ani niitiikee ta'uun fedha” jettee daandii dheeraa naa gabaabsite. Biliq jedhee gammadeen, mormashee jala akka wayiitti dhungadhe. ... Tureemmoo, Lafti galgala. Bakka wayii ooleen galaa jira ture. Karaa jijjiirradheen, karaa galumsa warra Saaroniinan bahe. Marfata gara mana keenyaatti otoon deemaa jiruun qarqara dallaa mana barumsaa tokko jalatti dhiira fi dubartii walitti maraman tokko arge. Uffataan halaalatti waanin shakkeef, yeroon sirriitti hubadhu Saaronif dhiira ani hin beeknedha. Bira gahee “kana nyaatta” jedhee funyaan gurbichaa keessa harka hin jirreen si'a lama dha'uukoo nan yaadadha. ... Obboleessikoo na qabee “maal taatee gorroo reebda?” jedhee yeroo na qabun dammaqe. Hirriba keessan ture. Abjuudhaanin Saaron itti dubbadhee hin beekne argee, abjuun jaaladhee, abjuun maraadhe. Dhaaba manaa waanan garmalee rukuteef quba shan keessaa afur na cabe. Dafanii gara mana ogeessaatti naan fiigan. * * * Ergaa Jaalalaa keessan kaa'uf @wabiisa @t.me/boost/dhandhama2
1 217
20
Siif... Ati deemnaan ifni dhaamee Ati dhufnaan boo'uun caamee Ati kufnaan miilli na cabe Ati dhibnaanan of dhabe Situ... Situ anaaf sookoo ifoomsa Qara diina koo situ doomsa Kanaaf si qabaachuun fedha Kan kooti kanaafan jedha Ohoo... Eegee soqoladheen siif utaalaa Siifan jiruu koo gulaalaa Akka kitaabaatti banamee Akka uffataattis hafamee... Mijuun siif ta'a Si qofaafan na'a Sagalee keen iyyaafadha Hafuura keen ol galfadha Dhufa keen hawwiin eega Yaaddoo keefan yaadaan deega Atoo... Atoo naaf sifooftaa Moo na dhibooftaa? © @wabiisa @t.me/boost/dhandhama2
1 091