fa
Feedback
YEROO JAALALAA ❤️❤️❤️❤️❤️

YEROO JAALALAA ❤️❤️❤️❤️❤️

رفتن به کانال در Telegram

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Yaada yo qabaattan 👉@Nasru583

نمایش بیشتر
859
مشترکین
-124 ساعت
-47 روز
-1830 روز

در حال بارگیری داده...

ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
دسامبر '24
دسامبر '24
+21
در 0 کانال‌ها
نوامبر '24
+73
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+79
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+24
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '24
+422
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '23
+8
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '23
+28
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '23
+57
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '23
+43
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+80
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+75
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+71
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+78
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+225
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
09 دسامبر0
08 دسامبر+3
07 دسامبر+1
06 دسامبر+2
05 دسامبر+1
04 دسامبر+4
03 دسامبر+5
02 دسامبر+2
01 دسامبر+3
پست‌های کانال
Jaalalli sibiratti Hiika hin qabu rakasaa Sin jaalladha Jechuu kees Ani hin amanu tasa Walbaruu keenya duraa Yeroo itti turre qofaa Yeroo Walitti Loonuu walbaruuf akka bofaa Yeroo waliif bilbillee Hasofnu yeroo dheeraa Akkati akkas gootuu Kaleessayyuu shakkeeraa Sin jaalladha sin jedhee Dhoksaakoo sitti himannaan Qofumma koorra jedhee Jaalalaan sitti hidhannaan Imala nan eegalte Tole jette na footee Miiltummaa waliin qabnu Maalumaaf rakasa gootee? Duroo beektaa sombikoo Akka ishen sin hargantuu Har'a eessa shakkii fidde Maaliifis nan amantuu? Maf sijaallachuu koo Gatii gaarii dhabsiistaa? Maf sanyii Jaalalaa Akoofte rakasiistaa? Maf burjaajiin naguutte Akka na wallaalchistaa? Maf abdii hin fakkaanne Sobde na abdachiiftaa? Taanaan haqaan natti himii Gaaffii onneen sigaafattu Tahuu baannaan burjaajiin Onnee koorra hadhabattuu https://t.me/harme230 Buunnoko Coora ko Nase ❤️

2
Jaalalaan midhamee Keessikoo hubamee Onneenkoo dhibamee Himachuuf dirqamee Sin jaalladha jedhee Waggan sitti himadhe Maf garaa jabaatte Nattii jijjiiramtee? Eggan sin walbaree Namattin wallaalee Daawitii onneko Kessattin silaale An jaalladhen beekuu Sirrattin eegalee Tarii horiin namadaalte? Yaannikee naan galle Dhugaasaan sittimaa An sidhoksun dhaquu Ansidhabe jennaan Jireenyayyuun qabu Ofduubako Laalee Yogguun of madaalee Irrina wan qabu Yo qabeenya malee Mo baayye sijaallanaan Kadha siffakaatee Dhukkuba jaalala keen Keessikoo hubamee Dawaasaa walaallaan Situ naf himamee Dhukkubni onneekoo Doktorri qalbiikoo Murtessaan sammuukoo Najaallate jettee Garaan jabaatinii Dawaan ko sumarka Atumti naf fidi Kaayyoo guddaan qaba Atumti naf taanaan Uffata keerrayyuu Anuma sitti aanaa Jaalalleekoo duraa Jedhee si abdadhaa Jireenya ko boriif Suman kaayyefadhaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ https://t.me/harme230 Nase
1 652
3
Qalbiin ko simalee Hin feetu kan biraa Dafiitii naf kottu Suman eegaa jiraa Mal jedheen siwaama Maqaa sif moggaasee Akkamittin siwaamaa Sagalee ol kaasee Urjii ko sin jedhuu Isa ifa kennuu Dukkana halkanii Isa naf ibsituu Ati utuu filattee Maqaa Isa sif maluu Gaafan ittiin siwaamu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ https://t.me/harme230 Nase
1 310
4
Dammakoo sin jechuuf Dammi gagaa qabaa Akkan sijaalladhu Rabbiin ragaan qabaa argaakee gaggabee Nyaatarraas agabee sijaallachuu kiyyaaf maalifin si dhabee?
1 231
5
https://t.me/harme230 Nase
1 287
6
https://t.me/harme230 Nase
1 285
7
https://t.me/harme230 Please join
1 401
8
https://t.me/harme230 Nase
1 313
9
https://t.me/harme230 Nase
https://t.me/harme230 Nase
1 490
10
Hojiin rabbii guddaa Baayyee ajaa'ibaa Tokko daaraa dibee Tokko dhadhaa dibaa Tokko jaallachiisee Tokko gabbarsiisa Yaarabbi ko ati maalumaan na hubdee Jaalalaan na qabdee Keessakoo na hubdee Dawaasaa naaf buusii Erga ati na hubdee Sii bareedduukoo Me wa sigaadhadhuu Yo jaallatte hin beeknees Obboleessa hin qabduu Dubbiikoo kanalle osoo naf hubattee Sila nan cinqituu Gaafa naf hubattee Jaalalli jiraanna Irruunuu ni guutaa Yo jaalalli hin jirre Fooqiinuu ni duufa Qabeenyaan sif Laadhee Qabeenya Isa qaalii Jaalala dhugaadha Sirriitti naf Laalii Adaraa an wantin sodhadhu Yo kan na jibbituu Amummaan fagaadhuu https://t.me/harme230 Nase
1 337
11
Utuun arguun jaamee Jaamaa of fakkeessee Akkan argaa hin jirretti soben of amansiisee! jaalala keef jedheen raatuu raata'aan tahee si argachuuf jechan naumatti ba'e safuu uumaan cabsee Heeraaf seera uumaa Sodaa maleen daakee An dhoqqe gowwummaa Anaaf hubatta laata Tarii guyyuma tokko Sif galuu ni danda'a Waaheen jaalalako Garaa naf ni Laafta Joormaa ko argitee Gaaf tokko naf bartaa Guyyaan kun darbite Jedheen utuun si eeguu Aduun kun Lixxee baatee Onnen koos jiraataa hafte Jaalala kef garba taatee GARUU Jalalatu na godhe malee Gowwaa gowwaan gadii Nama adda hin basne nan se'in Isa gurraachaaf isa Adii Ejjenno kootis hubadhu Jaalala keetiif garba tahuun Yon of dhabe sis dhabe Hin jiru boodde debihunn https://t.me/harme230 Nase
1 214
12
Yane sixeyiqish Asaferegn yalshiwu Birr yelehim bileshing Idime lanchi wde Ahun birr iyzalew Ahun sint gebash Ihew ligezash new😂😂😂 https://t.me/harme230 Please join NASE NEGN YE ITE LIJ
1 216
13
Cooraa buunaa biyya Bunaan badhaafamte Ko walfuuna Wagga Meeqa Wal iyaafannee
1 094
14
Harmeekoo❤️❤️❤️ Imimmaan na hudhaa Yeroon si ilaaluu waahekee yon yaaduu Akka durii mitii Arra yo naf galu Dhuguma dhugatti Wanti si madaaluu Addunyaarran jiruu Jiraachuus hin maluu Deesse haadha dhiiraa Giiftii haadha gootaa Guddistuu gorsituu Haadha dargaggootaa Arjaa haadha firaa Fkn jannataa Dungoo gaafa dukkanaa Golgaa gaafa roorroo Deesse haadha qeerroo Deessee haadha qarree Qulqulluu akka taliilaa Kan hin beekne dabaa Sidhaam haati hayyuu Beektuu koo ya qaroo Lubbuu kiyyaf jedhe Rabbi sinaaf laatee Kennaa gati hin qabne Warqiin sin madaallee Akkamiin dagadha kan ati naf taaatee Lubbuukee caalchiste Isa najaallattuu Ana guddifachuuf Isa buutee baatuu Dafqa xuruurfatte Kan anaaf dhamaatuu Akkamiin dagadhaa Hin dagadhu harmee https://t.me/harme230 Please join
1 696
15
Sobni dhugaarra fagoo Haqa sitti fakkaatee Utuman sitti himadhuu Didde narra fagaattee? Me maaliif irraanfatte ? Waan jettee naf kakattee Hara'a immoo gara Kamiin waadaa San dagattee? Hundarra sifiladhee An maalkiyyan sidhoksaa Haadha na deesse mitii Beelakoo sittan obsaa Firaaf aanteenkoo sidhaa Hin fedhu fira biraa Gaddaaf gammachuu Koofis situ nawaliin jira Filanno kootu sidha Siqofatu naf taha Ofii kootti hir'iseen Sin bakka guddaan ga'aa Ulaagaa tokko malee Hundarra sifiladhee Hin leeyya'u Tasuma dhoksaa koon Sitti himadhee Jaalalaan ana mooteem Jaalala hunda caaluu Anis jaalala male Ulaagaan sin madaaluu Qabeenyi gamoo malee Jaalala dhugaa hin bituu Gamoof konkolaatanimmo Tasumaa si Nan gituu Jettee natti odeessitee Naf seentee waadaa cimaa Arra na ganuu kankee Ani Mal jedheen himaa? Waadaan waadaadha jette Onnekoo amansiistee Maqa masoo naf baste Na waamta qanansiistee Kaayyoo kan kee dagatte Kaayyoo kankoof utuu fiigduu Hamma nama dhageesse Maf natti kan adda baatuu? Hara sif galuu baatus Oolee bulee sif galaa Hamattuun soba sobdus Sobni jaalala dhaalaa https://t.me/harme230
1 274
16
@Nasru583
1 067
17
https://t.me/yefkrmusic Nase Ite
1 483
18
https://t.me/yefkrmusic Nase ite
1 487
19
https://t.me/yefkrmusic Nase ite
1 450
20
https://t.me/yefkrmusic💔💔💔
1 834