cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Kottaa Kolfaa 😁😂🤣😆😅😂🤣😅

نمایش بیشتر
فنلندة343زبان مشخص نشده استشوخی و سرگرمی2 262
پست‌های تبلیغاتی
18 507
مشترکین
+4124 ساعت
+5507 روز
+2 02530 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

#Ati_kaami😁😁😁 🔹#Dhiirri_Salaalee umurii 16'tti fuudhee, umurii 17'tti immoo Ilma dhalcha! 🔹#Dhiirri_Wallaggaa umurii 46'tti fuudhee, umurii 52'tti dhalcha! 🔹#Dhiirri_Harargee umurii 26'tti dubartii 4 fuudhee, ishee tokko kan itti tolteshii waliin omisha jimaa eegala! 🔹#Dhiirri_Iluu umurii 24'tti dubartii 3 fuudhee, 2 hiikee tokkotti hafte sanatti immoo hafa! 🔹#Dhiirri_Gindoo umurii 28'tti kaadhimatee, waggaa 30'tti immoo fuudhee Ilma dhalchee barsiisuu eegala! 🔹#Dhiirri_Jimmaa umurii 22'tti dubartii 7 fuudhee, 2 immoo itti dabalachuuf sagantaa baasa! 🔹#Dhiirri_Baalee umurii 30'tti dubartii 4 fuudhee, Ijoollee 24 olii fi qabeenya waliin hora!😍 🔹#Dhiirri_Gujii umurii 26'tti fuudhee, yoo isheen sanyoo qabaatte immoo waggaa itti aanu sana, namticha waraanee irraa mana hidhaa gala!😁 🔹#Dhiirri_Walloo umurii 20'tti fuudhee waggaa 7 booda, Ilma isaa qawwee dhukaasa leenjisa! 🔹#Dhiirri_Booranaa dafee fuudhee Ilma dhalchee, waggaa saddeet booda Sirna Gadaa fi Seera Muudaa keessa galcha! 🔹#Dhiirri_Shawaa waggaa 18'tti fuudhee, sana booda Farsoo maallaqa baasee dhuguu obbaafata!🙈
نمایش همه...
🤣 45👍 21 8 6🙏 5🫡 3
Bara dhiyoo kana keessa ture. Namicha waa beeka ja'an tokkootu ganda tokko keessa ture. Kana gurbaan tokko akka dhugaan waa beekuun mirkaneeffadha je'ee nama biroo tokkollee fudhatee bira dhaqe! Mee yoom duuna je'ee gaafate. Namtichi isa tokkoon "ati gaafa nama gurraachaa wajji wal lolta ni duuta "ja'een, isa kaaniin immoo "ati gaafa harreen gurraattiin iyyite ni duuta " ja'een! Akkuma ja'ame namtichi tokko gurbaa gurraachaa wajji wal lollaan du'e! Kaan gurbaa du'e arginaan ofiifiis akka du'u of beekee jira! Osuma karaa deemaa jiruu,harreen gurraattiin iyyite,innis du'e je'ee lafa dhahe!😁😁😁😁😁😁 Osuma inni ciisuu namoonni karaa deeman tokko dhufanii,karaan isaan dhibee wal gaafachuu eegalan,,"karaan asiin deema moo asiin deema??" Ja'anii wal gaafatan! Gurbaaniis lafaa ka'ee maal ja'e seetan.... 😂😂😂😂😂😂😂 "Nuti gaafa jirru karaa kana deemna "ja'ee du'a isaatti hin deebi'u seetanii !!
نمایش همه...
👍 29🤣 18😁 6 4👏 1
Downloaded via: @downloader_tiktok_bot
نمایش همه...
7383732975738866433.mp31.16 MB
👍 4
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Saree lakkoofsa meeqa irra jirtutu aannan dursee argata? 𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥 ⦿ Lakk - 1 ⦿ Lakk - 2 ⦿ Lakk - 3 ⦿ Lakk - 4
نمایش همه...
👍 2
⦿ Lakk 1
⦿ Lakk 2
⦿ Lakk 3
⦿ Lakk 4
Jara Afuran kana keessaa kamtu Gowwaadha? ➊ message dubbisuuf jedhee Kan sagalee TV Hiri'isu🤣 ➋ Taksii🚗 seenuuf jedhee Kan kophee👞 ofirraa baasu 😂 ➌ Bankii deeme Account banachuuf kan bantuu(makfacha) fudhate deemu😁 ➍ Suraa gurdii ka'uuf jedhee kan kophee filatee deemu 😃 😂😁😂 😁@Kottaa_Kolfaa😁
نمایش همه...
Kottaa Kolfaa 😁😂🤣😆😅😂🤣😅

👍 32 4 3😁 1
Gurbaa dhaatu, dhugee sakharaanee mana nama banuuf yaalutti jira yeroo tana poolisiin itti dhufee,"maal godhu jirta?" Yeroo ja'uun. Inniniis, " manaatu narraa banamu dide" ja'een. Poolistichiniis,"manni kheetii?" Ja'aan. Gurbaaniis,"ee, khiyya!" Yeroo ja'uun. Poolistichi hulaa(balbala) irraa cabsee ol naqe. Yeroo khana gurbaan sakharaane khun mana kheessa o'oofa( mana kheessa barsiisuu isaati). Kutaa jalqabaa yeroo ga'an," kun saaloona( mana taa'umsaa khooti". Khutaa isa biraa yeroo seenan,"kuniis shaawara khiyya" ja'an. Amma agarsiisaatuma yeroo mana hirriibaa gayan, nama lamaatu rafutti jira( warra mana tahuu saaniitii), maal yoo ja'een gaariiidha??😂😂😂 "Kuniis mana hirriibaa khooti, ishiin raftuus haadha mana khiyyaati, inni cinaa rafu khuniis ana!" Hin ja'uun seetanii!!😂😂😂😂
نمایش همه...
😁 33👍 11
Hindicha tokkoo fi kiyyaa keenya tokkootu osoo waliin deemanii, hindichi maal ja'een seetan,"isin warri itoopiyaa kun nama du'e baay'e kabajjan" ja'een. Yeroo khana keenya khun,"maaliif jatte?"ja'een. Sani hindichi,"nuti bar yeroo namni du'e ni gubnaa bar" ja'een. Kheenya kun yoo maal ja'een gaariidha¿😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂"Nuti bar nama osoo jiruu waan gubnuufi gaafa du'e awwaallaa," hin ja'uun seetanii!!
نمایش همه...
👍 23😁 2
Intala soressaa waliin osoon bilbila bilbile hasahuu. ishee: Sitti lakkaaha baqqa Instagram dhan hasofnaa😭😭😭
نمایش همه...
👍 3
00:26
Video unavailableShow in Telegram
4_5832714588973434619.mp47.64 KB
🤣 26😁 8
Barnoota nama guddaati wal barsiisuu eegallaatii Ba Allah joolleen umrii 18 gadii channel kana leave godhaa. 😐🤗 Baqqaa deemaati hamister tap tap godhaa isin.😇 Isiniif jacha waa meeqa dubbachuu dhiisu jirraa bar, joollee iyyaala🥹😅 😁@Kottaa_Kolfaa😁
نمایش همه...
😁 25👍 7 2
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.