AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official
رفتن به کانال در Telegram
AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!
نمایش بیشتر999
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-77 روز
-2630 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
مه '26
مه '260
در 0 کانالها
آوریل '26
+2
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '26
+1
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+4
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+5
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+2
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+3
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+6
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+7
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '25
+6
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+3
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+3
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+8
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+6
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '25
+3
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+6
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+18
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+14
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+18
در 1 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+16
در 1 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+13
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+10
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+17
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+37
در 1 کانالها
Get PRO
مه '24
+11
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+15
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '24
+2
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+14
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+47
در 1 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+12
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+4
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '23
+5
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '23
+5
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '23
+7
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '23
+14
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '23
+24
در 0 کانالها
Get PRO
مه '23
+51
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '23
+28
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '23
+44
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '23
+25
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '23
+34
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '22
+30
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '22
+43
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '22
+64
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '22
+23
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '22
+22
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '22
+44
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '22
+25
در 0 کانالها
Get PRO
مه '22
+6
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '22
+18
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '22
+25
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '22
+3
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '22
+3
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '21
+6
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '21
+9
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '21
+15
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '21
+19
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '21
+8
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '21
+8
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '21
+16
در 0 کانالها
Get PRO
مه '21
+12
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '21
+603
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '21
+2 669
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '21
+53
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '21
+71
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '20
+826
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 06 مه | 0 | |||
| 05 مه | 0 | |||
| 04 مه | 0 | |||
| 03 مه | 0 | |||
| 02 مه | 0 | |||
| 01 مه | 0 |
پستهای کانال
| 2 | ODUU GAMMACHIISAA
Assalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuhu akkam nagaa keessanii GAMTA Jama'aa Barattoota Muslimaa Yunivarsiitii fi Kolleejjiilee naannoo harar kan qophaa'u fi hawwii guddaan kan eegamu sagantaa Simaanaa Ramadana kan bara 2018 kunoo gahee jira.
Sagantaa kana irratti Kayyoo fi Barabaachisuma Gamtaa Jama'aa fi walaloon garaagaraa kan irratti dhihaatuudha .Akkasumas daa'iiwwan gurguddoon magaalaa keenyaa irratti argamuun gorsa kan itti keennan Guyyaa saftii Guraandhala 7/6/2018 ,February 14 /2026 qophaa'ee isin eegaa.
Sagantaa kanaa irratti bifa Ajaa'ibati Akkaa argamaatani dhamsaa kootti inshaallaha Barattoonii keenyaa wal kakaasuun, Ulamoota bifa Ajaa'ibatin, simmaana godhuu qabdan Akkaa isaan nuura gamaadaaniti ,Barattoonii keenya kan Kolleejjiilee addaa addaa keessatti argamatan Akkaa wal qabaatani dhuftaan Abdi qabaa.
🤝🤝🤝🤝🤝🙏🤝🙏🙏🙏🙏
Akkasumas
Keessummoonni waamichi isaaniif godhamee.
Woowoo woowoo woowoo.
Ulamoota kenyaa Kana
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
affeeraman .
Iddo Guyyaa mursaa keessaati isin beeksisaana
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️☝️☝️☝️☝️☝️🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🥀🥀🥀🥀🥀🕋🕋🕋🕋 | 115 |
| 3 | AS WR WB JAALLAWWAN KIYYA QAALII
KUN LINK FACEBOOK JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALIITI
BARATTOONNI KEENYA HUNDDI KEESSAN LINK TANA TUQUUDHAAN FLOW TOLCHAA MEE🙏
📡📡https://www.facebook.com/profile.php?id=61580903981336 | 153 |
| 4 | 🎇ODUU GAMMACHIISA
AS WR WB AKKAMI NGA ISINIIN
JECHAA ARRA GUYYAAN 🧬GAYYAA BARATTOOTA KEENYA HAARAWA KOLLEEJJII DHALOOTA QUBAA AWAASH VAALIITTI DABALAMANIITI.
🫶Jama'aan barattoota muslimaa college Awash valley guyya buruu jechuuniis AL HADA guyya 18 /4/2018 IDDOON GALMA SHIIRA MADARASA M/B BILAAL KG
XEENA XAABI ARATENYAA CINAADHA TTI
barattoota haarwa gara KOLLEEJJII dhafaniif WELCOME/SIMANNA baga nagan dhuftanii waan wabnuuf hin hafamuu hin hafinaan dhamsa jama'aa barattoota muslimaa koollejji Awash vaaliiti
1. Barsiisonni keenyaas
2.Barattoonni fresh taataniis
3.Barattoonni buleeyyii taataniis
Jama'aan keenya/keessaan qophii hunda xumuree isin qofa eega jira inshaa Allah
Sheikhan isiniif afeeramanii jiran
Keessa
🤲muftii keenya sheikh jamaal Abdullaa hassan
🤲Abba keenya itti gaafatama majlisa aana haaki sheikh mohammed Amiin
👍Mandiisa dhaloota arra kan tahe Ustaaz Abdurahamaan Darecter madarsaa bilaal
👍Jaallatamaafi kabajama keenya Ustaaz Ahamed Amiin faadha
Yaa mashaa Allah obboleeyyan
Yoom Sana qofa barsiisonni keenyaa hundi ni dhufan inshaa Allah
Share share waliif godha
Telegram group class hunddaan gaya.
GALATOOMA 🙏
##AVC MSJ Irra | 93 |
| 5 | صَلَّ عَليكَ اللهُ يا مَن ذِكرهُ
شرحَ الصُّدورَ وطيَّبَ الآفاقَا
إنْ لم نكنْ ممّن رآكَ فإنَّنا
تَوقًا إليكَ نُعانـقُ الأشْـواقَا 🤍
﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾
اللهم صل على سيدنا محمد ﷺ وآله وصحبه وسلم
تفسير الآية هنا 👇💚 | 143 |
| 6 | Warri Jannataa warra Rasuula sallallaahu aleeyhi wasallam jala deeme.
Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je’e:
{كُلُّ أُمَّتِي يَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ، إِلاَّ مَنْ أَبَى ". قَالُوا يَا رَسُولَ اللَّهِ وَمَنْ يَأْبَى قَالَ " مَنْ أَطَاعَنِي دَخَلَ الْجَنَّةَ، وَمَنْ عَصَانِي فَقَدْ أَبَى}
Rabbii nuhaa godhu warra jannata | 105 |
| 7 | 👋AS WR WB JAALLAWWAN KIYYA QAALII
TOOLE 🫴BARATTOONNI KEENYA HAARAWNI FI KAN DURAAN JIRTANIIS
✍️TUN SAGANTAA BARNOOTA TAN KARAA OLINE TELEGRAM JAMA'A COLLEGE AWASH VALLEY TIIN ISINIIF DABARTUUDHA
👍HUNDDI KEESSAN LINK TANA TELEGRAM GROUP CLASS GUBBA JOOLLEEF KAAYA
🕓SAGANTAA YAROO QARAATI TANA IRRATTI HIRMAADHA
📚QURAANNI SA'A 1:30TTI EEGALA
📚BULUUKNINIIS. 1:30 TTI
📚USUULLI AMMO 2:10TTI
🤜Inshaa Allah namuu hanga rabbiin isiniif laaffisetti barnoota amanta irratti dhalanne irratti jiraanne irraattu duun barachuun dirqama Nama islaama tahe hunddaati.
Share waliif godha irratti hirmaadha.
https://t.me/+H9vUWNhEwuczOTc0 | 108 |
| 8 | As wr wb jaallawwan kiyya qaalii dubbisaa me
✍️ Maaltu Deemaa jira ❓❓❓
====================
✍️ Ummanni Marii hin qabne Loonuma Tiksitee hin qabne .
✍️ Garuu Galanni kan Rabbiiti الحمد لله رب العالمين kan Muslima taane .
✍️ Rabbiin Qur'aana keessatti Muslimoota hoggaa Amala isaaniitiin Madaalu {{ وأمرهم شورى بينهم }} ja'ee Dubbata .
✍️ Zamana Har'a jirruu kanattii Teeknooloojiin Baballattee jirti .
✍️ Ulamaan Biyya teenyaatis dhibbaan( 100 )osoo hin taane kumaatamaan (1000) Lakkaawama .
✍️ Manni Marii dhimmoota Musilmoota tis nijira .
✍️ koreen Fatwaa sadarkaa biyyaa tiifii Naannootis numa jiran .
✍️ Ummanni muslimaa Ulamaa'a kana dhaggeeffatee jila deemu Miliyoonaan (1000,000)
hedduun Lakkaawama .
✍️ #Gadi taa'amee Mari'atamee dhimmoota Ummata muslimoota biyya teenyaatif Bu'aa qabeessa ja'amu hunda murtiin maalif hin kannamne ❓❓❓❓
✍️ dhimma jimaa qofaaf miti .
✍️ Dhimma Ribaatis ta'ee dhimma Zakaa , Waqfii Masjidaa , dhimma Naziirummaa hunda irratti Fatwaa Quubsaa Amansiisaa Ragaa shari'aatiin Deeggarame Maalif hin kannamne ❓❓❓❓
✍️ Damee (فروع) keeysatti waldhabbiin Ulamaa'a akka baay'atu nibeekkama .
✍️ Garuu Qaanuuna ( hiikkoo shari'aatiin ) tiin furama .
✍️ Biyyoota islaamaa Gurguddoo yoo ilaalle biyya takka keessatti akka ummanni hin dhamaane Mazhaba { مذهب } Adeemsa tokko irratti ummata oofan .
✍️ Sa'uudii Arabiyaan mazhaba (مذهب ) imaamu Ahma irrati Ummata Oofan .
✍️ Masriin fii iraaqiin Shaafi'ii irratti Oofan .
✍️ Liibiyaa fii Aljeeriyaa fii Morookoon imaamu Maalik
✍️ Maalif jennaan Akka tokkummaan Ummataa hin Diigamneef .
✍️ kanaaf biyya teenya itoophiyaa keessatti ,
Keessaahuu Oromiyaa keessatti ,Ulamaa Gurguddootu jira .
✍️ isaan keessaa kan Ummanni Fatwaa irraa Eegu muraasaa
fkn,
1, D/r Jeeylaan khadiir
2, Sheekh Ahmad Watar
3, Shekh Muusaa Su'aalaa
4, Haaji yuusuf Ciroo
5, D/r Kamaal Galatuu
6,Haaji Mohamad Nuur jimmaa
7, Shekh Asboot
8, Abuu maalik
9 , D/r jibriil qamar
10, Shekh Abduqqadir wallaga
11, D/r Mohamad Tilmoo
12,Shekh Mohamad Zabuur
13 Shekh Ahmad Sharaf kan biraatis hedduutu jira
akka fakkeenyaatti Maqaa dhawae .
✍️ Mee haa if laalluu Ummata Dhamaasuu irra haa barsiifnuu .
✍️bifa Nasiihaatiin
By AVCMSJ 🙏 | 126 |
| 9 | As wr wb Barbaadanii of argachuu caalaa
wanti nama gammachiisu hin jirtu jaallawwan kiyya qaali mee inuma dubbisa
➲ Gaafa of beektu waa'ee qaama biraa dubbachuu dhiiftee #jireenya ofii ilaaluu irratti xiyyeeffatta. Waa'ee qaama biraa dubbachuun eenyummaa kee akka hin jaalanne si taasisa.
Namni of beeku maal akka hojjetu, maal akka jaalatu, maal akka jibbu, jireenya isaa keessatti waan isa mudatu hunda beeka.
Gaafa of hin beekne garuu waa'ee qaama biraa dubbachuun yeroo isaa dabarsa. Namni of hin beekne ilaalcha qaama biraatiin gaggeeffama. Bakka barbaade gahuuf nama biraa eega. Jireenya hirkattummaa keessa jiraata.
➲ Of argachuun #nageenya qaba.
➲ Of argachuun #boqonnaa qaba.
➲ Of argachuun #tasgabbii qaba.
➲ Of argachuun #milkaa'ina qaba.
➲ Of argachuun nama biratti #fudhatama akka qabdu si taasisa.
■ Jireenyi aarsaa qabdi! Gaafa of beektu immoo aarsan gammachuu qabdi. Aarsan immoo milkaa'ina qabdi.
Of barbaadun yeroo barbaada.
Of barbaadun aarsa ni barbaada.
Of barbaadun of argachuu caalaa aarsaa barbaada. | 152 |
| 10 | 1. Ilmii Nama hin fayyanne jechuun; Ta halaalii fi Haraam addaan baaftee irraa ittiin of hin eegne Aalima Jechuun Nama Halaalii fi Haraam beekee Sunnaa Nabi Muhammad ﷺ hordofe.
2. Qalbii Rabbi hin Sodaanne jechuun ta Osoo beeytuu hamtuu dalagdu Qaanfii Rabbii ta dhabde jechuudha Saniif Rabbiin aangoo guddoo qalbiif kennee Rasuulli ﷺ akkana ja'an Hogguu isiin tolte qaamni hundi tolte hogguu isiin badde qaaamni hundi badde Saniif Ergamaan Rabbii akkana ja'an "YAA MUQALLIBAL QULUUB SABBIT QALBII ALA DIINIKA" Ja'an qalbiin tun harka Rabbii jirtii akka fedhetti garagaggalcha.
3. Lubbuun hin quufne: duraanuu lubbuun ilma namaa bololtuu haala taateen Uumamte saniif walitti qabi hin baasinii Jetti Galata galchuu dhiiftee.
4. Du'aa'ii wanni qeebaluu dhoorku waa 3
1. Haraam Nyaachuu
2. Haraam Uffachuu
3. Kijibuudha
Du'aa'iin goflaa 2 qabdi Halaal nyaatuu fi Dhugaa dubbatuudha.
Saniifuu Rabbiin Rahmata isaa nama godheef hulaa khadhaa banaaf Rabbiin hulaa Rahmataa nuuf haa banu.
Amrii Addunyaa fi Aakhiraa Hunda Rabbiin nuuf haa laaffisu | 148 |
| 11 | AS WR WB AKKAMI NGY NAAF QABDANII JAALLAWWAN KIYYA QAALII MEE NUMA DUBBISAA
ERGAMAAN RABBII ﷺ WAA 4 IRRAA MAGANFATAN !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1. ilmii Nama hin Fayyanne
2. Qalbii Rabbi hin sodaanne
3. Lubbuu hin quufne
4. Du'aa'ii qeebaltii hin qabne | 102 |
| 12 | CUNFAA Sagantaa bareedduu eyba jama'aa Barattoota koolleejjii Awaash vaali Gaafa Guyyaa 25/1/2018 Gaggeefamte
Ulamaa'oota kheenyaan gaggeeffatan
👍❤️Sheikh Jamaal Abdullaa Hassan
#Sheikh #Mahammad #arroylee
#Sheikh #Yuusuf #baabile
#Sheikh #Shaafii #mohammed
#Sheikh #Mahammad #Saanii
#Sheikh #Abdusalaam #jibriil
#sheikh #Mahammad #Amiin
#Ustaaz #Abdurahman
#Yuusuf #Abbabaa
#Amiira jama'aa #Iskander beyan
Hedduudha warriniin maqaa hin dhahiniis sagantaa Haalaan namatti toltu ture guutuu isii YouTube jama'aa Barattoota koolleejjii Awaash vaali magaalaa Harar jalaa ni'arkattan | 178 |
| 13 | بدون متن... | 201 |
| 14 | Alhamdulillah Oolmaan muhaadaraa barattoota muslimaa koolleejji awaash vaalii tan guyyaa arraa suuraadhaan tana fakkaata.
yaa rabbi Alhamdulillah🤲🙏 | 155 |
| 15 | As wr wb Jama'aa keenya tun waraqaa waamichaati share share waliif godha wal afeera Baarakallahu fii kum | 106 |
| 16 | بدون متن... | 232 |
| 17 | ❥︎ MUSLIMNI OBBOLEESSA MUSLIMAATI!
❥︎ Abuu Hurayraa irraa odeeffamee
R.A ni jedhe: Ergamaan
Rabbii ﷺ ni jedhan:
“~wal hin waanyinaa (hin hassadinaa);
~meeshaa bituu hin feene gatii walitti hin dabalchiisinaa;
~wal hin jibbinaa; dugda walitti hin galinaa;
~gariin keessan gurgurtaa garii irratti hin gurgurinaa;
❥︎yaa gabroota Rabbii
obboleeyyan ta’aa!
~Muslimni obboleessa Muslimaati;
~isa hin miidhu;
~diinatti isa dabarsee hin kennu;
~ isa hin kijibsiisu.
~Isa hin xiqqeessu.
-Gara qoma isaaniitti
akeekaa yeroo sadii- sodaan Rabbii asi.
~Obboleessa isaa Muslimaa xiqqeessuun sharriidhaaf namaaf ga’aadha.
~>Muslimni hundinuu Muslima irratti
-dhiigni isaa,
-qabeenyi isaa fi
-kabajaa isaa tuquun haraama.”
❥︎ Muslimtu gabaase.
#true information. | 123 |
| 18 | #Obbolummaa
Obbolummaa ja'aa
mata dureen keenya
Wahee obbolummaa
gurraan isin geenya
maali obbolummaan
Dura isin gaaffannaa
nuuf deebisaa isin
kayyoosaa barbaannaa
Kaayyoon Obbolummaa
Rabbiif Wal Jaalachuu
Jaalalaa Qabaa Bar
Milkii Ganda Lachuu
Hundi Ilmaan Namaa
Dhufaatiinsaa Tokko
Wal Jaalachuu Malee
Waliin Feenu Rakkoo
Haawaa Aadamirraa
Argamnee Hundinuu
Ergas Addaan Baane
Gurraachaa Adiinuu
Fakkeenya furadhaa
sahaabaa Rassuulaa
Obbolummaa dhugaa
calaqqee jaalalaa
Obbolummaa dhugaa
gaafa saniin argee
Rabbiif wal jaalatan
diin isaaniin margee
Yaa Dandeeytii Rabbii
Waan Feetu Taasistaa
Bahaa Dhihaa Fiddee
Jaalalaan Tursiistaa
Hamtuurraa wal dhorkaa
toltuutti wal haa ajajnuu
Rabbiif wal jaalannee
waliin haa jiraannuu !!!
Rakkoo Waliin Furaa
Waliis Haa Gargaarruu
Jaalalaan Jiraannee
Jibbaas Haa Ciccirruu.
#true information | 129 |
| 19 | ©️Rahmata Rabbii irraa abdii hin muratinaa.
قُلْ يَٰعِبَادِىَ ٱلَّذِينَ أَسْرَفُوا۟ عَلَىٰٓ أَنفُسِهِمْ لَا تَقْنَطُوا۟ مِن رَّحْمَةِ ٱللَّهِ ۚ إِنَّ ٱللَّهَ يَغْفِرُ ٱلذُّنُوبَ جَمِيعًا ۚ إِنَّهُۥ هُوَ ٱلْغَفُورُ ٱلرَّحِيمُ
“(Yaa Muhammad!) jedhi: “Yaa gabroota kiyya kan lubbuu isaanii irratti daangaa dabartan! Rahmata Rabbii irraa abdii hin muratinaa. Dhugumatti Rabbiin balleessa hundaa ni araarama. Inni araaramaa, rahmata godhaadha.”
(Quraana, Suurat Azzumar: 53) | 166 |
| 20 | Jama'aan Barattoota koolleejji awaash vaalii eega hunddeeyifamee amiira meeqa filatee jira ? | 252 |
