ch
Feedback
AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official

AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official

前往频道在 Telegram

AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!

显示更多
999
订阅者
无数据24 小时
-77
-2630

数据加载中...

相似频道
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
五月 '26
五月 '260
在0个频道中
四月 '26
+2
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+1
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+4
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+5
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+2
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+3
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+6
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+7
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+6
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+3
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+3
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+8
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+6
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+3
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+6
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+18
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+14
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+18
在1个频道中
Get PRO
十月 '24
+16
在1个频道中
Get PRO
九月 '24
+13
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+10
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+17
在1个频道中
Get PRO
六月 '24
+37
在1个频道中
Get PRO
五月 '24
+11
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+15
在1个频道中
Get PRO
三月 '24
+2
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+14
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+47
在1个频道中
Get PRO
十二月 '23
+12
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+4
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+5
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+5
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+7
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+14
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+24
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+51
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+28
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+44
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+25
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+34
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+30
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+43
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+64
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+23
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+22
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+44
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+25
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+6
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+18
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+25
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+3
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+3
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+6
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+9
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+15
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+19
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+8
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+8
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+16
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+12
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+603
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+2 669
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+53
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+71
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+826
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
06 五月0
05 五月0
04 五月0
03 五月0
02 五月0
01 五月0
频道帖子
2
ODUU GAMMACHIISAA Assalaamu Aleeykum Warahmatullahi Wabarakaatuhu akkam nagaa keessanii GAMTA Jama'aa Barattoota Muslimaa Yunivarsiitii fi Kolleejjiilee naannoo harar  kan qophaa'u fi hawwii guddaan kan eegamu sagantaa Simaanaa Ramadana kan bara 2018 kunoo gahee jira. Sagantaa kana irratti Kayyoo fi Barabaachisuma Gamtaa Jama'aa fi walaloon garaagaraa kan irratti dhihaatuudha .Akkasumas daa'iiwwan gurguddoon magaalaa keenyaa irratti argamuun gorsa kan itti keennan   Guyyaa saftii Guraandhala 7/6/2018 ,February 14 /2026 qophaa'ee isin eegaa. Sagantaa kanaa irratti bifa Ajaa'ibati Akkaa argamaatani dhamsaa kootti inshaallaha Barattoonii keenyaa wal kakaasuun, Ulamoota bifa Ajaa'ibatin, simmaana godhuu qabdan  Akkaa isaan nuura gamaadaaniti ,Barattoonii keenya kan  Kolleejjiilee addaa addaa keessatti argamatan Akkaa wal qabaatani dhuftaan  Abdi qabaa. 🤝🤝🤝🤝🤝🙏🤝🙏🙏🙏🙏 Akkasumas Keessummoonni waamichi isaaniif godhamee. Woowoo woowoo woowoo. Ulamoota kenyaa Kana 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 affeeraman . Iddo Guyyaa mursaa keessaati isin beeksisaana  🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️☝️☝️☝️☝️☝️🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🥀🥀🥀🥀🥀🕋🕋🕋🕋
115
3
AS WR WB JAALLAWWAN KIYYA QAALII KUN LINK FACEBOOK JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALIITI BARATTOONNI KEENYA
AS WR WB JAALLAWWAN KIYYA QAALII KUN LINK FACEBOOK JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALIITI BARATTOONNI KEENYA HUNDDI KEESSAN LINK TANA TUQUUDHAAN FLOW TOLCHAA MEE🙏 📡📡https://www.facebook.com/profile.php?id=61580903981336
153
4
🎇ODUU GAMMACHIISA AS WR WB AKKAMI NGA ISINIIN JECHAA ARRA GUYYAAN 🧬GAYYAA BARATTOOTA KEENYA HAARAWA KOLLEEJJII DHALOOTA QUBAA AWAASH VAALIITTI DABALAMANIITI. 🫶Jama'aan barattoota muslimaa college Awash valley  guyya buruu jechuuniis AL HADA  guyya 18 /4/2018  IDDOON  GALMA SHIIRA MADARASA M/B  BILAAL  KG XEENA XAABI ARATENYAA CINAADHA TTI barattoota haarwa gara KOLLEEJJII dhafaniif WELCOME/SIMANNA  baga nagan dhuftanii waan wabnuuf hin hafamuu hin hafinaan dhamsa jama'aa barattoota muslimaa koollejji Awash vaaliiti 1. Barsiisonni keenyaas 2.Barattoonni fresh taataniis 3.Barattoonni buleeyyii taataniis    Jama'aan keenya/keessaan qophii hunda xumuree isin qofa eega jira inshaa Allah Sheikhan isiniif afeeramanii jiran Keessa 🤲muftii keenya sheikh jamaal Abdullaa hassan 🤲Abba keenya itti gaafatama majlisa aana haaki sheikh mohammed Amiin 👍Mandiisa dhaloota arra kan tahe Ustaaz Abdurahamaan Darecter madarsaa bilaal 👍Jaallatamaafi kabajama keenya Ustaaz Ahamed Amiin faadha Yaa mashaa Allah obboleeyyan Yoom Sana qofa barsiisonni keenyaa hundi ni dhufan inshaa Allah Share share waliif godha Telegram group class hunddaan gaya. GALATOOMA 🙏                               ##AVC MSJ Irra
93
5
صَلَّ عَليكَ اللهُ يا مَن ذِكرهُ شرحَ الصُّدورَ وطيَّبَ الآفاقَا إنْ لم نكنْ ممّن رآكَ فإنَّنا تَوقًا إليكَ نُعانـقُ الأشْـواقَا 🤍 ﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾ اللهم صل على سيدنا محمد ﷺ وآله وصحبه وسلم تفسير الآية هنا 👇💚
143
6
Warri Jannataa warra Rasuula sallallaahu aleeyhi wasallam jala deeme. Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je’e: ‏{كُلُّ أُمَّتِي يَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ، إِلاَّ مَنْ أَبَى ‏"‌‏.‏ قَالُوا يَا رَسُولَ اللَّهِ وَمَنْ يَأْبَى قَالَ ‏"‏ مَنْ أَطَاعَنِي دَخَلَ الْجَنَّةَ، وَمَنْ عَصَانِي فَقَدْ أَبَى} Rabbii nuhaa godhu warra jannata
105
7
👋AS WR WB JAALLAWWAN KIYYA QAALII TOOLE 🫴BARATTOONNI KEENYA HAARAWNI FI KAN DURAAN JIRTANIIS ✍️TUN SAGANTAA BARNOOTA TAN KARAA OLINE TELEGRAM JAMA'A COLLEGE AWASH VALLEY TIIN ISINIIF DABARTUUDHA 👍HUNDDI KEESSAN LINK TANA TELEGRAM GROUP CLASS GUBBA JOOLLEEF KAAYA 🕓SAGANTAA YAROO QARAATI TANA IRRATTI HIRMAADHA 📚QURAANNI SA'A 1:30TTI EEGALA 📚BULUUKNINIIS. 1:30 TTI 📚USUULLI AMMO 2:10TTI 🤜Inshaa Allah namuu hanga rabbiin isiniif laaffisetti barnoota amanta irratti dhalanne irratti jiraanne irraattu duun barachuun dirqama Nama islaama tahe hunddaati. Share waliif godha irratti hirmaadha. https://t.me/+H9vUWNhEwuczOTc0
108
8
As wr wb jaallawwan kiyya qaalii dubbisaa me ✍️ Maaltu Deemaa     jira ❓❓❓ ==================== ✍️ Ummanni Marii hin qabne  Loonuma  Tiksitee hin qabne . ✍️ Garuu Galanni kan Rabbiiti الحمد لله رب العالمين kan Muslima taane . ✍️ Rabbiin Qur'aana keessatti  Muslimoota hoggaa Amala isaaniitiin Madaalu {{ وأمرهم شورى بينهم }} ja'ee Dubbata . ✍️ Zamana  Har'a jirruu kanattii Teeknooloojiin Baballattee jirti . ✍️ Ulamaan  Biyya teenyaatis  dhibbaan( 100 )osoo hin taane kumaatamaan (1000) Lakkaawama . ✍️ Manni Marii dhimmoota  Musilmoota tis  nijira . ✍️ koreen Fatwaa sadarkaa biyyaa tiifii Naannootis numa jiran . ✍️ Ummanni muslimaa Ulamaa'a kana dhaggeeffatee jila deemu Miliyoonaan (1000,000) hedduun Lakkaawama . ✍️ #Gadi taa'amee Mari'atamee dhimmoota Ummata muslimoota biyya teenyaatif  Bu'aa qabeessa ja'amu hunda murtiin maalif hin kannamne ❓❓❓❓ ✍️ dhimma jimaa qofaaf miti . ✍️ Dhimma Ribaatis ta'ee dhimma Zakaa , Waqfii Masjidaa , dhimma Naziirummaa hunda irratti Fatwaa Quubsaa Amansiisaa Ragaa shari'aatiin Deeggarame Maalif hin kannamne ❓❓❓❓ ✍️ Damee (فروع) keeysatti waldhabbiin Ulamaa'a akka baay'atu nibeekkama . ✍️ Garuu Qaanuuna ( hiikkoo shari'aatiin ) tiin furama . ✍️ Biyyoota islaamaa Gurguddoo yoo ilaalle  biyya takka keessatti  akka ummanni hin dhamaane Mazhaba { مذهب } Adeemsa  tokko irratti ummata oofan . ✍️ Sa'uudii Arabiyaan mazhaba (مذهب ) imaamu Ahma irrati Ummata Oofan . ✍️ Masriin fii iraaqiin Shaafi'ii irratti Oofan . ✍️ Liibiyaa fii Aljeeriyaa fii Morookoon imaamu Maalik ✍️ Maalif jennaan Akka tokkummaan Ummataa hin Diigamneef . ✍️ kanaaf biyya teenya  itoophiyaa keessatti , Keessaahuu Oromiyaa keessatti ,Ulamaa Gurguddootu jira . ✍️ isaan keessaa kan Ummanni Fatwaa irraa Eegu muraasaa fkn, 1, D/r Jeeylaan khadiir 2, Sheekh Ahmad Watar 3, Shekh Muusaa Su'aalaa 4, Haaji yuusuf Ciroo 5, D/r Kamaal Galatuu 6,Haaji Mohamad Nuur jimmaa 7, Shekh Asboot 8, Abuu maalik 9 , D/r jibriil qamar 10, Shekh Abduqqadir wallaga 11, D/r Mohamad Tilmoo 12,Shekh Mohamad Zabuur 13 Shekh Ahmad Sharaf kan biraatis hedduutu jira akka fakkeenyaatti Maqaa dhawae . ✍️ Mee haa if laalluu  Ummata Dhamaasuu irra haa barsiifnuu . ✍️bifa Nasiihaatiin By AVCMSJ 🙏
126
9
As wr wb Barbaadanii of argachuu caalaa wanti nama gammachiisu hin jirtu jaallawwan kiyya qaali mee inuma dubbisa ➲ Gaafa of beektu waa'ee qaama biraa dubbachuu dhiiftee #jireenya ofii ilaaluu irratti xiyyeeffatta. Waa'ee qaama biraa dubbachuun eenyummaa kee akka hin jaalanne si taasisa. Namni of beeku maal akka hojjetu, maal akka jaalatu, maal akka jibbu, jireenya isaa keessatti waan isa mudatu hunda beeka. Gaafa of hin beekne garuu waa'ee qaama biraa dubbachuun yeroo isaa dabarsa. Namni of hin beekne ilaalcha qaama biraatiin gaggeeffama. Bakka barbaade gahuuf nama biraa eega. Jireenya hirkattummaa keessa jiraata. ➲ Of argachuun #nageenya qaba. ➲ Of argachuun #boqonnaa qaba. ➲ Of argachuun #tasgabbii qaba. ➲ Of argachuun #milkaa'ina qaba. ➲ Of argachuun nama biratti #fudhatama akka qabdu si taasisa. ■ Jireenyi aarsaa qabdi! Gaafa of beektu immoo aarsan gammachuu qabdi. Aarsan immoo milkaa'ina qabdi. Of barbaadun yeroo barbaada. Of barbaadun aarsa ni barbaada. Of barbaadun of argachuu caalaa aarsaa barbaada.
152
10
1. Ilmii Nama hin fayyanne jechuun; Ta halaalii fi Haraam addaan baaftee irraa ittiin of hin eegne Aalima Jechuun Nama Halaalii fi Haraam beekee Sunnaa Nabi Muhammad ﷺ hordofe. 2. Qalbii Rabbi hin Sodaanne jechuun ta Osoo beeytuu hamtuu dalagdu Qaanfii Rabbii ta dhabde jechuudha Saniif Rabbiin aangoo guddoo qalbiif kennee Rasuulli ﷺ akkana ja'an Hogguu isiin tolte qaamni hundi tolte hogguu isiin badde qaaamni hundi badde Saniif Ergamaan Rabbii akkana ja'an "YAA MUQALLIBAL QULUUB SABBIT QALBII ALA DIINIKA" Ja'an qalbiin tun harka Rabbii jirtii akka fedhetti garagaggalcha. 3. Lubbuun hin quufne: duraanuu lubbuun ilma namaa bololtuu haala taateen Uumamte saniif walitti qabi hin baasinii Jetti Galata galchuu dhiiftee. 4. Du'aa'ii wanni qeebaluu dhoorku waa 3 1. Haraam Nyaachuu 2. Haraam Uffachuu 3. Kijibuudha Du'aa'iin goflaa 2 qabdi Halaal nyaatuu fi Dhugaa dubbatuudha. Saniifuu Rabbiin Rahmata isaa nama godheef hulaa khadhaa banaaf Rabbiin hulaa Rahmataa nuuf haa banu. Amrii Addunyaa fi Aakhiraa Hunda Rabbiin nuuf haa laaffisu
148
11
AS WR WB AKKAMI NGY NAAF QABDANII JAALLAWWAN KIYYA QAALII MEE NUMA DUBBISAA ERGAMAAN RABBII ﷺ WAA 4 IRRAA MAGANFATAN !!! ••••
AS WR WB AKKAMI NGY NAAF QABDANII JAALLAWWAN KIYYA QAALII MEE NUMA DUBBISAA ERGAMAAN RABBII ﷺ WAA 4 IRRAA MAGANFATAN !!! ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 1. ilmii Nama hin Fayyanne 2. Qalbii Rabbi hin sodaanne 3. Lubbuu hin quufne 4. Du'aa'ii qeebaltii hin qabne
102
12
CUNFAA Sagantaa bareedduu eyba jama'aa Barattoota koolleejjii Awaash vaali Gaafa Guyyaa 25/1/2018 Gaggeefamte Ulamaa'oota khe
CUNFAA Sagantaa bareedduu eyba jama'aa Barattoota koolleejjii Awaash vaali Gaafa Guyyaa 25/1/2018 Gaggeefamte Ulamaa'oota kheenyaan gaggeeffatan 👍❤️Sheikh Jamaal Abdullaa Hassan #Sheikh #Mahammad #arroylee #Sheikh #Yuusuf #baabile #Sheikh #Shaafii #mohammed #Sheikh #Mahammad #Saanii #Sheikh #Abdusalaam #jibriil #sheikh #Mahammad #Amiin #Ustaaz #Abdurahman #Yuusuf #Abbabaa #Amiira jama'aa #Iskander beyan Hedduudha warriniin maqaa hin dhahiniis sagantaa Haalaan namatti toltu ture guutuu isii YouTube jama'aa Barattoota koolleejjii Awaash vaali magaalaa Harar jalaa ni'arkattan
178
13
+8
没有文字...
201
14
Alhamdulillah Oolmaan muhaadaraa barattoota muslimaa koolleejji awaash vaalii tan guyyaa arraa suuraadhaan tana fakkaata. yaa+9
Alhamdulillah Oolmaan muhaadaraa barattoota muslimaa koolleejji awaash vaalii tan guyyaa arraa suuraadhaan tana fakkaata. yaa rabbi Alhamdulillah🤲🙏
155
15
As wr wb Jama'aa keenya tun waraqaa waamichaati share share waliif godha wal afeera Baarakallahu fii kum
106
16
没有文字...
232
17
❥︎ MUSLIMNI OBBOLEESSA MUSLIMAATI! ❥︎ Abuu Hurayraa irraa odeeffamee  R.A ni jedhe: Ergamaan  Rabbii ﷺ ni jedhan: “~wal hin waanyinaa (hin hassadinaa);  ~meeshaa bituu hin feene gatii walitti hin dabalchiisinaa;  ~wal hin jibbinaa; dugda walitti hin galinaa; ~gariin keessan gurgurtaa garii irratti hin gurgurinaa; ❥︎yaa gabroota Rabbii  obboleeyyan ta’aa! ~Muslimni obboleessa Muslimaati; ~isa hin miidhu; ~diinatti isa dabarsee hin kennu; ~ isa hin kijibsiisu. ~Isa hin xiqqeessu. -Gara qoma isaaniitti  akeekaa yeroo sadii- sodaan Rabbii asi. ~Obboleessa isaa Muslimaa xiqqeessuun sharriidhaaf namaaf ga’aadha. ~>Muslimni hundinuu Muslima irratti   -dhiigni isaa,   -qabeenyi isaa fi   -kabajaa isaa tuquun haraama.”      ❥︎ Muslimtu gabaase. #true information.
123
18
#Obbolummaa Obbolummaa ja'aa mata dureen keenya Wahee obbolummaa gurraan isin geenya maali obbolummaan Dura isin gaaffannaa nuuf deebisaa isin kayyoosaa barbaannaa Kaayyoon Obbolummaa Rabbiif Wal Jaalachuu Jaalalaa Qabaa Bar Milkii Ganda Lachuu Hundi Ilmaan Namaa Dhufaatiinsaa Tokko Wal Jaalachuu Malee Waliin Feenu Rakkoo Haawaa Aadamirraa Argamnee Hundinuu Ergas Addaan Baane Gurraachaa Adiinuu Fakkeenya furadhaa sahaabaa Rassuulaa Obbolummaa dhugaa calaqqee jaalalaa Obbolummaa dhugaa gaafa saniin argee Rabbiif wal jaalatan diin isaaniin margee Yaa Dandeeytii Rabbii Waan Feetu Taasistaa Bahaa Dhihaa Fiddee Jaalalaan Tursiistaa Hamtuurraa wal dhorkaa toltuutti wal haa ajajnuu Rabbiif wal jaalannee waliin haa jiraannuu !!! Rakkoo Waliin Furaa Waliis Haa Gargaarruu Jaalalaan Jiraannee Jibbaas Haa Ciccirruu. #true information
129
19
©️Rahmata Rabbii irraa abdii hin muratinaa. قُلْ يَٰعِبَادِىَ ٱلَّذِينَ أَسْرَفُوا۟ عَلَىٰٓ أَنفُسِهِمْ لَا تَقْنَطُوا۟ مِن رَّحْمَةِ ٱللَّهِ ۚ إِنَّ ٱللَّهَ يَغْفِرُ ٱلذُّنُوبَ جَمِيعًا ۚ إِنَّهُۥ هُوَ ٱلْغَفُورُ ٱلرَّحِيمُ “(Yaa Muhammad!) jedhi: “Yaa gabroota kiyya kan lubbuu isaanii irratti daangaa dabartan! Rahmata Rabbii irraa abdii hin muratinaa. Dhugumatti Rabbiin balleessa hundaa ni araarama. Inni araaramaa, rahmata godhaadha.” (Quraana, Suurat Azzumar: 53)
166
20
Jama'aan Barattoota koolleejji awaash vaalii eega hunddeeyifamee amiira meeqa filatee jira ?
252