cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official

AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!

Mostrar más
Finlandia2 547El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad56 217
Publicaciones publicitarias
1 359
Suscriptores
Sin datos24 horas
-47 días
-1430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته🥐🥐🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓💪💪✍🫂🗣🗣🗣🗣 Kabajamtoota fi jalaatamaatota,miseensotaa AVCMSJ   Muslimaa Jama'aa tataan hundumaan keessaanu,akkasumas Kolleejjii fi Hawwaasa Magalaa Nannoon Harar  jirtaan Hundaaf " Wamiichaa obbolummaa Islaamaa obboleeyyan keenya Kabajamoo fi Jalaatamoo Kolleejjii Nursing school ( HHSCMSJ) irraa Afeeraamatani jirtuu " woow woow woow woow woow Anaa Dhufuu isiin jennaa " halaa duree Barachiisuu hunda Xumree jira maree dhufaatii Kessaan Egaa Jiraa jedhuu woow Woow Maraabbaan Maraabbaan Bikkaa yaa ikawaan musliminaa. Baga Rabbiin iffaaji waggaa dheertuu boodaa ittin isiin gayee, Baga Gammaadaa Congratulations 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️🥀👔👔👔👔👔👔👔🌻🌼🌻🌼🌻🎗🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🌲🌳🌲🌳🌳🌲🌲🌳🌳🌲🪷🌙🌾💐🌻🌹❤️❤️❤️👔👔👔👔👔👔👔👔👔👔🥐🧇🥞🧇🧇🧇🧇🧇🥞🌭🍔🧆🥙🌮🥗🥘🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏅🏆🏆🏆🏆🏆🏆🎗🎗🎗🎗🎗🎗🎗🏆🎗🏆🏆🏆🎗🏆🎗🏆🎗🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆 🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓👓👓👓👓👓👓👓👓👓👓👓🧇🥞🧇🥞🧇🥞🧇 مرحبا بكم في  آنا قادمةإخواني وأخواتي المسلمين، طلابنا الأعزاء، الأهم أن الله أعطانا هذا الدين بمشيئته وأعطانا أخوة الإسلام أو الوصول مرحبا بكم. "Well go" Guyyaa :4/9/2016. Alaada fulaa kenyaa duraa. Inshaallaha Rabbiin Nagayaan ittin nuu haa gahuu jennaa,  Sagantaa kana irratti seenaan jama'aa fi walaloon garaagaraa kan irratti dhihaatuudha, yoom kanaa qofa. 1. Nashiida. 2. Walaloo. 3. Qophii Bashannansisa fi Buhaarsitu. 4. Gafii debii nii dhayaatu abbaan injifatee badhasa argatuu. 5. Kenaa addaa addaa akkasumas barattoota illiili maadda Haraashii Walaloo fi Nashiida dhiheessuun isiin Buhaarsitu Akkasumas daa'iiwwan gurguddoon magaalaa keenyaa irratti argamuun gorsa kan itti keenna Keessummoonni Affeeramani Urjii biyya fi dhalootaa Maraabbaan Bikkaa yaa Urjii biyya. Woowoo woowoo woowoo. Ulamoota kenyaa Kana affeeraman . 1-Shek Mohammed Arrole  Barasisaa keesaafi alaa. Abbaa Ustaazota fi Hufazotaa. 2.shek Tajuu Ahmad. Abbaa hiyyeessa fi Tokkummaa. 3.Shek Mahammed Amiin  duraa ta'aa Majilisaa Aanaa Hakiim. Bulacha fakki Umar Zabana. Akkasumas Ustaazonni Affeeramani jiruu.   woowoo woowoo kan dhufee argee asalamaa karaa biraa milaatu ajaabaa dubiiin basuumaa, sheka Mahammad Aroole kofalaafi bashaaasha duraanu nii beytaa maliin siitti himaa ajaabaa dubiiin gizumaa himttuu adamumaa ee tanaa ga'a Mashaallahaa ati laalan namaati toolu kunfaan ogaa dhufaate daraan Mashaallahaa Mashaallahaa. Yaa babbareedoo ilmaan hayaay fayyaa jiruu islaamiin Rabbiitu sii badheese Gammaadii. Allaahmaduullaah Rabbiil Aalamiin. Kottu waliin bareen kottu waliin bareen yaa obboleynaa muslimaa Nuttii isiin jalaan Rabbiif jecha wallif nuu haa dhisuu Rabbii guddaan Allaahmaduullaah Rabbiil Aalamiin qabaane karaa Islaamaana Hadiisa fi qur'aanaa,  Munashiidaa Ahmed Musaa Mumee woowoo woowoo. Dhufaa jiraa nuu egaa obboleewwan Islaamaa. Baga Rabbiin iffaaji waggaa dheertuu boodaa ittin isiin gayee, Baga Gammaadaan Baga Gammaadaan Congratulations 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️🥀👔👔👔👔👔👔👔🌻🌼🌻🌼🌻⭐️🌟🌟🎗 Gummaachuun teesan, Gammachuu Teenya. Gammachuu obboleeyan kenyaa Waliin haa  Qoodanuu. " Hundi keenyaawuu Diin kana tiksuu, itti Dalaguu fii itti Nama Waamuu Dirqama qabna"* الشّيخ الْعلامة صَالح الفَوزان حَفظه الله وسطية الإسلام 02-03-1438هـ Bakka; Masjiiduu  Rahamaa Mishiin ykn Masjiida sheka Mohammed Arrole akka ifaa siif ta'uu fi malee Masjiida Rahamaan jechuu bekkaama. Sa'aa; 2:00irratti https://t.me/AVCMSJ
Mostrar todo...
AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official

AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!

👍 2
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Kabajamtoota fi jaallatamtoota,miseensotaa Harar Health science college Muslim Jam'aa   taatan hundummaan keessaanuu, akkasumas Kolleejjii fi Hawaasa Magaalaa Naannoo Hararii jirtan Hundaaf " Waamicha obbolummaa Islaamaa 🔻 obboleeyyan keenya Kabajamoo fi Jaallatamoo Kolleejjii Nursing school ( HHSCMSJ) irraa Affeeramtani jirtu " woow Anaa Dhufu isiniin jenna" haal duree Barbaachisu hunda Xumuramee jira 💕 maarree dhufaatii Keessan Eegaa Jirra jedhu Guyyaa :4/9/2016. #Alhada fuulaa keenya duraa kana Bakka 🔺Masjiida Meshion Ykn 🔺 Masjiida shek Mohamed arrooylee ganama Alhada sa'aa 2.00 irraa hanga Zuhrii Inshaa allaah..... Aniis hin Hafuu Hin Hafin Obboleessa kiyya Obbolleettii tiyya❗
Mostrar todo...
Share caasaalee Qadhiimamtoota Structures AVCMSJ.pdf
Mostrar todo...
.
Mostrar todo...
Oduu Hatattamaa 🗣️ بسم الله الرحمن الرحيم ✍️akkuma hundii keenya beeknu, AVCMSJ erga hundeeffamee naannoo waggoota  lama (2) lakkaa'eera.Waggoota kana kessaa , AVCMSJ miseensota Amiira fi As_Habu_Shura adda addaa  jiru, saffisa tokkoon tokkoon isaanii keessatti, warra duraan Jema'aa geggeessaa turaan Ji'aa murasaa booda eebbaaf waan  deemaanif jechaa   . dhimmoota gara gara warra itti aananitti dabarsuuf Namoota hojjii itti fufsiisaaniif guyyaa Arraa   Qadhiimamani jiruu . Akkasuma hanga har'aatti AVCMSJ Amiiraa fi As_habu_shura dhaaf  Koreen hojjii Raawwachiiftuu Namoota Qadhiimani jiruu #Maqaa  Qadhiimamatti fi Gahee hojjii isaani akkasumas diipartimentii fi lakkoofsa bilbilaa ✍️Qadhiimama Bakka bu'aa  Amiira fi As_habu_shuraa haaraa Qadhiimamee.    caasaalee Qadhiimamtoota Koree hojjii Raawwachiiftuu jama'aa BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALII haaraa               ⏩Amiira waliigalaa Iskander  Bayyan ....................... 0915180678 SABBONTU SH/ Mohammed ...........0994514544  ⏩Itti aanaa amiiraa BURQAA MOHAMMED...........0941480169 AYYANTUU TOFIQ  ................0921248190   ⏩Barreessaa walii gala tamam    Abdurahaman..........0914259928 SAMIRA   JAMAL  .................0994477006 ⏩Amiira IRSHAD #Amiira Fooyzii  mussa  ...............0908807401 Fayo umer  .......................0949386580 #I/A/tuu Amiira Murad  Muktar  ...............0919911026 Dine  umer  ...........................0936135635 Tastira   abduqadir .................0989162401 #Barreessaa/tuu Murade  Mohammed  ........................0968898269 Dureti Abdela  .............................0907340204 dhimmaa Hawaasummaa #Amiira Marwan  abdii  ...............0991296085 Duniyaa     ................. #I/A/tuu Amiira Rayyan  Abdela  ...............0986524708 Lina   barudin  .................0912660598 #Barreessaa/tuu Abdulbar  Mohammed  .............0913459550 Muklisa  badrii  ...................0901768465      ⏩Amiira barnootaa #Amiira Taqabal Abduqadir ............... 0925424146 Sumeya  Suleman...................0968338301 #I/A/tuu Amiira Firomsa  Abdi  .........................0974051019 Royida  Abdurahaman ............... 0956946444 #Barreessaa/tuu Seyfudin   Mohammed  ...............0962270735 Imane   abdujabar........................0953529958 ⏩Amiira beytalmaal Amira :  Iskander  Bayyan .......... 0915180678 I/A/Tuu AMIRA: Faiza tajudiin.......0991457893 Barreessiituu:  ASLII  TOFIQ ........0932709262

Dhaamsa Obbolummaa Barattoota Haaraa bara kana Mooraa Guddicha fi Seenaa qabeessa kan ta'e KOLLEEJJII AWAASH VAALII Makamtaniiif KOLLEEJJII WAGGAA MURAASA DURAA HUNDEFFAMTEE GARUU DAMEE 3 REGULAR, 20 OL IMMOO DISTANCE QABDUUDHA DHAGAHII BAGAA GAMMADDAN Yuunivarsiitiin iddoo yoo itti fayyadamte si fayyadduudha. Akkasumaas yoo itti baduu feetees mirga guutuu qabduudha.Iddoon tun iddoo jireenya ilma namaa haalaan shape gootuudha. Bakka waliin jireenya ilma namaa itti qaraatee bartuudha. Nama Afaaniin,Sabaan,Amantiin,Bifaan,Haalaan gara garaa kanaan walitti si fiddi. Obboleeyyan hedduu tokko kan gammachuufii gadda keeysanillee addaan qooddattaniin walitti si firoomsiti. Jireenyi hadhaawaan ati dhandhamtu waa tokkoo lamaa miti. Yoo hedduu rakkattees, Ka sirra rakkataa agarteeti obsita. Yoo hedduu gammaddees ka sirra gammadaa agarteeti usta. Galata Haadhaa fii Abbaa keetii, akkasumaas galata Obboleeytii teetii bakka itti agartuudha. Haati tee garaa siif laafti, Sa'aa ati beelooytetti nyaata irraa arkatta. Haati Yuunivarsiitii garuu garaa jabaatti daqiiqaan 5 si dabarraan sin beekan filannoo keetiin osoo hin taane, filannoo isaanitiin akka fedhanitti nyaata busheeysan. Barumsaaf baatee, if baruu fii if baraaruuf bakka itti agartuudha. Irra guddaan keenya, gaafuma nuti ijoollee waan nuti barannu namni nuuf filaatuma guddanne. Gaafa guddatte doctor ykn engineer taata nuun jechaatuma gudanne. Namni keenya maqaa kana laala waan ta'eef. Sammuun teenya filannoo namaatiin sochoo'aa jirti jachuudha. Filannoo namaatiin gaafa gara KOLLEEJJII dhuftu, Gosa barnoota ulfaataa ykn fedhii itti hin qabneen wal simatta. Filannoo namaatiin barumsicha gaafa galtu, Keeysaa bahuun sitti ulfaata, humna qabdu ni fixatta. Ykn waan fedhii keeysa keetiitiin wal qunnamu dhabuu dandeeysa. Kanaafuu ijoolleen teenya haarawni gama Yuunivarsiitii dhuftan fedhii keeysa  keeysaniitiin filadhaa baradhaa. Xumurarratti ◇ Haraamii fii haraaraaf hin bitaminaa! ◇ Ja'amattiis makamaa, ◇ Bakka hin taanee fii nama hin taane wajjiin hin dhaabbatinaa. ◇ Gamtaa fii  hirmaannaa gara garaa Mooraa irraahis qooda fudhadhaaa. OBBOLEESSA KEESSAAN AMIIRA JAMA'AA BARATTOOTA MUSLIMAA KOLLEEJJII AWAASH VAALII BARATAA MIISKINTICHAA TOKKOO ANAS ABDI YUYA KAN JEDHAMUU IRRAAHI
Mostrar todo...
4
QABRII kheysatti waanuma khiishaa qaban nyaatan ----------------------------------------- Namni hedduun qabriin dukkanaa fi qixaaxa qofaan guutamte seha, dhugaan garuu akkasii miti. Namni hundinuu waan addaa khan achi dhaqee arku hin qabu, waanuma asitti ol khaayyannetu achitti gad nuuf baha. Imala gama qabrii -------------- Warri kheyrii carraaqqatee jiru gaafa du'an nutu isaan hin dhageenye malee, akka namni dafee qabrii isaan geysu khadhatan. Warri hamtuun if miidhes akka isaan tursiisan nama khadhatan, garuu yeroon khadhaa wal dabartee jirti. Qabriin maal fakkaatti? ------------------ Jalqaba yeroo seenan gaafii sadihtu dhihaata, namni isii san deebise akka galataatti qananii jannataa rabbi isaaniif bana. Namni deebii san dadhabe yoo dilaawaa mu'minaa tahe dura qixaaxamee eegas rabbiin akka barbaade isa godha, yoo waakkataa/Ka@f$ira tehemmoo qixaaxni isa eeggataa jiru achumaa isa jalqaba. Qananiin warra jannataa akkasumas qixaaxni warra ibiddaa sun hanga gaafa Qiyaamaan geysee khaafamaniitti itti fufa. Nu hunda rabbiin warra akkasitti qanani'u nu haa taasisu. Khanaafuu qabriin ganda sodaatan qofaa miti, ganda carraaqqatanii rahmata rabbii kheysatti khajeelani. https://t.me/AVCMSJ
Mostrar todo...
AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official

AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!

OBBOLEESSOO Namni gaafa si khabajee bakka sirra guddaatti si afeeru waa lamaafi. Tokko nama guddaa si seheeti, Inni kaan si madaaluuf bakka sii olii san si dhaabe. Kan si kabaje sun yoo haqiiqaa kee si wallaale, ati bakka geysu hin wallaalin. Kan si madaaluuf achi si dhaabe yoo qaruutee namaa tahe teessuma ati barcuma sanirra teessurraa eenyummaa kee qara'ee si hubata. Namni wallaalaan gariin nama isa madaalaa jiru san waan isa dinqisiifataa jiru sahee, oduu darbeefi tilmaama dhufu hunda kan beekuuf kan hin beekne hunda oduu gad nannaqa, kan isa dhaggeeffatu kun waan isa madaalaa jiruuf akka nama humaa hin beynee callisee isa caqasee hangam akka inni duwwaa ta'e hubatee, seeqataa isa geggeysa. Kanaafuu yaa nama koo of too'adhu! Aalima bira teessee, waa'ee ilmii hin bukeessin! Doctor bira teessee, waa'ee qorichaafi dhukkubaa hin odeessin! Shofeera muuxataa bira teessee, akkaataa oofinsa makiinaa hin dubbatin! Haadha tantee bira teessee, akka itti da'an/dhalan barsiisuuf hin yaalin! Waan beektu qofarratti gabaabbadhu! Sanumayyuu gaafa kan si caalu argite dursa isaaf kenni! Yaa nama koo, Of gad qabi rabbitu ol si qaba! Caaltota ilma namaa irraa kan tahan, Umaral-faaruuq رضي الله عنه kan jannanni baaylama seenameef sun gaafa Abubakri-siddiiq رضي الله عنه khaliifaa nabii tahanii muudamanii bulchaa turan san, dullattii dadhabduu gargaarsa haajamtu wahii, Umar halkan mara yeroo namni isa argu karaarraa gale suuta dhaqee waan isiin nyaattuufi dhuydu san males waan isiin haajamtu mara geessaaf ture, Yeroo inni isii khaddamuuf dhufu nama wahiitu dullattii san khaddamaa jiraa argee halaala dhaabatee akkaataa nama sanii xiinxaluu jalqabe, Yeroo dhihaatee laalu namni sun bakka bu'aa ergamaa rabbii khan tahan Abubakri-siddiiq turan. Sadarkaa aangoo hangas gahu qabaachaa khidmaa nama guddaatiin dhaabbataa turan. Naafi ati eysa kheysa guddina barbaadaa jirra? @AVCMSJ
Mostrar todo...
👍 1