Siinqii Aakhiraa.
رفتن به کانال در Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
759
مشترکین
+924 ساعت
+557 روز
+11930 روز
آرشیو پست ها
+2
Barattoota keenya kabajamoo,
🌟 Amaanaa keenya bakkaan geenyee jirra!!!
🎁 Barattoota sadeen yeroo darbee warreen qabxii olaanaa galmeessan keessaa carraadhaan mo'ataniif badhaasa isaanii isaan hundaafu erginee jirra.
💰 Akkuma Sagantaa kallatti irratti ibsuuf yaalameetti sababa barattoonni qabxii wal-qixaa fidaniif jecha warreen carraan bahuuf sadeen tokko tokkoon isaanii Qr. 5000 badhaafamanii jiru.
🎊 Barattoota carraan kun isiin dhaqqabeef irra deebin baga gammaddan jechuu barbaanna.
💡Barattoonni carraan kun isin hin dhaqqabiin hundaaf immoo Rabbiin tattaaffi keessan isinirraa haa qeebalu!!
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 16ffaa Xumura Barnoota Tarbiyaa simistera 1ffaa hojjadhaa. 👇
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a9f9373d14149b2114d2c9f
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 16ffaa.mp38.58 MB
Kutaa 16ffaa.pdf7.15 MB
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Kudha Jahaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/cljV7cVEbSc?si=P4a9w9D3Ou76JVFM
❤️ Barattoota keenya kabajamoo,
Gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 15ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Ergamaan Rabbii ﷺ Akka ibsanitti, 'Namni rahima sufu' (kan firummaa diriirsu) dhugaan eenyuu?
Akka barnoota keessatti ibsameetti fira sufuu jechuun maal jechuu dha?
Akkaadaamii Afriikaa Miidiyaalee Hawaasumaa garagaraatin Hordofaa!!
📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa.
🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa.
🤳🏼 Miidiyaalee hawaasummaa
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️
Facebook:
https://www.facebook.com/africaacademyor
Instagram:
https://www.instagram.com/africaacademyor
Telegram:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
TikTok:
tiktok.com/@africaacademyor
YouTube:
youtube.com/@AfricaAcademyOr
X:
x.com/AfricaAcademyOr
💡Dabalataan
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 15ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a9e3b33527a5bfb778b87da
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 15ffa.mp310.71 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 15ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Kudha Shanaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/Maczvxi0d7g
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 14ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
🔔 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni Tarbiyaa torbee lammaffaa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun
deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!
🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe!
📢 Qormaanni Tarbiyaa Torbee Lammaffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama.
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98
==============================
📚 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin, yeroo hafeetti fayyadamuun qoramaa!!
Carraa keessan hin dabarsinaa!
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 14ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a9cf600527a5bfb77832d4a
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 14ffaa.mp310.40 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 14ffaa
