ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

الذهاب إلى القناة على Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
765
المشتركون
+924 ساعات
+557 أيام
+11930 أيام
أرشيف المشاركات
Barattoota keenya kabajamoo, 🌟 Amaanaa keenya bakkaan geenyee jirra!!! 🎁 Barattoota sadeen yeroo darbee warreen qabxii olaa
+2
Barattoota keenya kabajamoo, 🌟 Amaanaa keenya bakkaan geenyee jirra!!! 🎁 Barattoota sadeen yeroo darbee warreen qabxii olaanaa galmeessan keessaa carraadhaan mo'ataniif badhaasa isaanii isaan hundaafu erginee jirra. 💰 Akkuma Sagantaa kallatti irratti ibsuuf yaalameetti sababa barattoonni qabxii wal-qixaa fidaniif jecha warreen carraan bahuuf sadeen tokko tokkoon isaanii Qr. 5000 badhaafamanii jiru. 🎊 Barattoota carraan kun isiin dhaqqabeef irra deebin baga gammaddan jechuu barbaanna. 💡Barattoonni carraan kun isin hin dhaqqabiin hundaaf immoo Rabbiin tattaaffi keessan isinirraa haa qeebalu!! #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 16ffaa Xumura Barnoota Tarbiyaa simistera 1ffaa hojjadhaa. 👇 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a9f9373d14149b2114d2c9f

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 16ffaa.mp38.58 MB

Kutaa 16ffaa.pdf7.15 MB

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kudha Jahaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/cljV7cVEbSc?si=P4a9w9D3Ou76JVFM

❤️ Barattoota keenya kabajamoo, Gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 15ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Ergamaan Rabbii ﷺ Akka ibsanitti, 'Namni rahima sufu' (kan firummaa diriirsu) dhugaan eenyuu?
Anonymous voting

Akka barnoota keessatti ibsameetti fira sufuu jechuun maal jechuu dha?
Anonymous voting

Akkaadaamii Afriikaa Miidiyaalee Hawaasumaa garagaraatin Hordofaa!! 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaa
Akkaadaamii Afriikaa Miidiyaalee Hawaasumaa garagaraatin Hordofaa!! 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa. 🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa. 🤳🏼 Miidiyaalee hawaasummaa Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️ Facebook: https://www.facebook.com/africaacademyor Instagram: https://www.instagram.com/africaacademyor Telegram: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa TikTok: tiktok.com/@africaacademyor YouTube: youtube.com/@AfricaAcademyOr X: x.com/AfricaAcademyOr 💡Dabalataan 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇 📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa https://t.me/SiinqiiAakhiraa

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 15ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a9e3b33527a5bfb778b87da

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 15ffa.mp310.71 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 15ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kudha Shanaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/Maczvxi0d7g

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 14ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Mahrii (Warii Nikahaa) ilaalchisee yaada sirrii ta'e kam?
Anonymous voting

🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Tarbiyaa torbee lammaffaa cufamee jira. Amma irraa eegale
🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Tarbiyaa torbee lammaffaa cufamee jira. Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!! 🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Tarbiyaa Torbee Lammaffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki qorm
⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Tarbiyaa Torbee Lammaffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98 ============================== 📚 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin, yeroo hafeetti fayyadamuun qoramaa!! Carraa keessan hin dabarsinaa! #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 14ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a9cf600527a5bfb77832d4a

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 14ffaa.mp310.40 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 14ffaa