fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

رفتن به کانال در Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
765
مشترکین
+924 ساعت
+557 روز
+11930 روز
آرشیو پست ها
📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kudha Afuraffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/e-IXf26VWxA?si=eb9lRURhGmBV1i0W

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 13ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaat
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,800 qormaata fudhatanii jiru. Isinhoo?? 📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98 ============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇 📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

"Mirga ijoolleen haadhaa fi abbaa irraa qaban keessaa:"
Anonymous voting

Guyyaa Qiyaamaa Rabbiin namoota sadii gara isaanii hin ilaalu. Isaan keessaa tokko eenyu?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 13ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a9b9c64e5e8e6795a1c0547

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 13ffaa.mp310.29 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 13ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kudha Sadaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/-K9nTs5cAS4?si=65s0XU10G53alqcD

Linkii Qormaataa!! 👇👇 https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qorm
Linkii Qormaataa!! 👇👇 https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee lammaffaa Koorsii Tarbiyaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 06/09/2026 ykn 01/13/2018 sa'aatii 1:00 galgala ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata Torbee lammaffaa kana keessaatti gaafii 10tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa 👉 Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni xumuramu qofa ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉 @AfricaacademyOromo

Salawaata Nabiyyii keenya irratti buusaa. ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
Salawaata Nabiyyii keenya irratti buusaa. ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 12ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Sahaabaa jaallachuun iimaanaa fi gaarummaa keessaa tokko.
Anonymous voting

“Kanneen armaan gadii keessaa miidhaa mirga hayyootaa ykn beektotaa guutuu dhiisuun fidu kan hin ta’in kami?”
Anonymous voting

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa koorsii Tarbiyaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (web
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa koorsii Tarbiyaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramasuu dandeessu. 🔸 HUBACHIISA: ☑️ Qabxii (Firii) qormaata keessaaniiti fi Deebii sirrii erga qormaanni cufame booda ifooma. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. 🌟 Hundi keessaniif Qormaata gaarii isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_torbee_tokkoffaa

🏆 Barattoonni jahan Akkaadaamii lameen irraa Mo’atan Ifoomaniiru!!! Barattoota keenya kabajamoo, Akkuma beekamu, kaleessa ba
+5
🏆 Barattoonni jahan Akkaadaamii lameen irraa Mo’atan Ifoomaniiru!!! Barattoota keenya kabajamoo, Akkuma beekamu, kaleessa barattoota qormaata xumuraa Hadiisaa Akkaadaamii Afaan Oromoo fi Siiraa Akkaadaamii Afaan Amaaraa irratti Qabxii ol'aanaa galmeessan adda baasuuf sagantaan kallattii qophaa’ee ture. Sagantaa kana irratti carraawwan mo’attootaa kanneen badhaasa argatan beekkamaniiru. Barattoonni imeelii isaanii suuraa irratti ibsame kun, warroota carraan baheefi injifataniidha. Barattoonni injifattan imeela keessaniin kan isiin dubbisnu ta'a. 🎉 Mo’attoota hundaaf baga gammaddan! Rabbiin beekumsa keessan isiniif haa dabalu, carraa fi milkaa’ina keessanis haa baay’isu. Barattoonni hafan kan qabxii ol'aanaa galmeessitan tattaaffi keessan Rabbiin isinirraa haa qeebalu isiniin jenna!! #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa https://t.me/SiinqiiAakhiraa

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 12ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a98e90fd14149b2111fe738

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 12ffaa (1).mp39.26 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 12ffaa