fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

رفتن به کانال در Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
771
مشترکین
+524 ساعت
+557 روز
+13230 روز
آرشیو پست ها
Wantoonni qalbii namaa hojii gaarii irratti kakaasan gurguddoon sadan maal fa’i?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 4ffaa hojjadhaa 👇 👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a8d414a527a5bfb7715b874

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 4ffaa.mp39.82 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 4ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Afuraffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/QyhmU-G81vI

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 3ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Sababoonni Rabbiin (Subhaanahu wa ta’aalaa) sodaachuutti nama geessan maali? Deebii Comment jalatti barreessaa 👇👇👇 👇👇👇
Sababoonni Rabbiin (Subhaanahu wa ta’aalaa) sodaachuutti nama geessan maali? Deebii Comment jalatti barreessaa 👇👇👇 👇👇👇

👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu. 📮
👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu. 📮 Fooyya’iinsaa fi hojiiwwan suphaa Waltajjii (Website) barnoota keenyaa irratti godhamaa ture hundi yeroo gabaabaatti xumuramuun isaa gammachuudhaan isin beeksifna. ⌛️ Kanaafu, Amma banaa waan ta'eef seenuudhaan barnoota,  gaafilee fi bu'aa qormaata keessanii hunda ilaallachuu ni danddessu. #Deebineerra_Deebii_Gaarii #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 3ffaa hojjadhaa 👇 👇👇 https://quizzory.in/id/6a8bd24a30d21126990b296e

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 3ffaa.mp311.17 MB

📚Kitaaba Tarbiyaa 3ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Sadaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/mNxQ4mVW27E

Barattoota keenya kabajamoo, Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 2ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

1. Taqwaa jechuun akka shari'aatti maali? Deebii Comment jalatti barreessaa 👇👇👇
1. Taqwaa jechuun akka shari'aatti maali? Deebii Comment jalatti barreessaa 👇👇👇

🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa
🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa) Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii) Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa) Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

📮 Beeksisa Barbaachisaa!! 👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo 🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gar
📮 Beeksisa Barbaachisaa!! 👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo 🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gara garaa waltajjii (Pilaatifoormii) barnootaa irratti ni gaggeessina. Kanaafu, yeroo muraasaaf waltajjiin kuni banaa hin ta'u. 🗓 Yeroo eegamu: Fedhii Rabiitin yoo Har’a irraa eegalee hanga Roobii. 🌿 Yeroo waltajjiin cufaa ta’utti, barnoota keessan Telegiraamaa fi TV Afrikaa (Africa 1 TV) irratti, yeroo barnoota Akaadaamii isiniif ibsameen, itti fufuu dandeessu. ✅ In shaa Allah, Marsariiti (Website)  fooyya’aa fi tajaajila gaarii ta’een gara keessan ni deebina. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 2ffaa hojjadhaa 👇 👇👇 https://quizzory.in/id/6a8a75d1d14149b211bb2b61

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 2ffaa.mp39.91 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 2ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Lammaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=hMKsQmPTpio&si=BV6x6mp2O4bc9ZV6