Siinqii Aakhiraa.
Kanalga Telegram’da o‘tish
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
769
Obunachilar
+824 soatlar
+567 kun
+12730 kun
Postlar arxiv
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 3ffaa hojjadhaa 👇
👇👇
https://quizzory.in/id/6a8bd24a30d21126990b296e
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 3ffaa.mp311.17 MB
📚Kitaaba Tarbiyaa 3ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Sadaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/mNxQ4mVW27E
Barattoota keenya kabajamoo,
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 2ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti:
Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa)
Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii)
Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa)
Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
📮 Beeksisa Barbaachisaa!!
👨🏽🎓 Barattoota keenya kabajamoo
🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gara garaa waltajjii (Pilaatifoormii) barnootaa irratti ni gaggeessina. Kanaafu, yeroo muraasaaf waltajjiin kuni banaa hin ta'u.
🗓 Yeroo eegamu: Fedhii Rabiitin yoo Har’a irraa eegalee hanga Roobii.
🌿 Yeroo waltajjiin cufaa ta’utti, barnoota keessan Telegiraamaa fi TV Afrikaa (Africa 1 TV) irratti, yeroo barnoota Akaadaamii isiniif ibsameen, itti fufuu dandeessu.
✅ In shaa Allah, Marsariiti (Website) fooyya’aa fi tajaajila gaarii ta’een gara keessan ni deebina.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 2ffaa hojjadhaa 👇
👇👇
https://quizzory.in/id/6a8a75d1d14149b211bb2b61
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 2ffaa.mp39.91 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 2ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Lammaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=hMKsQmPTpio&si=BV6x6mp2O4bc9ZV6
Barattoota keenya kabajamoo.
Barattoonni gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 1ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoota deebii dogoggoraa kennitaniif, deebii sirrii kunoo ilallachuun sirreeffadhaa.
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 1ffaa hojjadhaa 👇👇
https://quizzory.in/id/6a892ad930d2112699f92562
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 1ffaa.mp310.68 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 1ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Tokkoffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/dZCZZ1l-VrU
Kabajamtoota Barattoota Keenya Jaalatamoo! ❤️
🎉 Oduu Gammachiisaa Qabannee Isiniif Dhufneerra! 🎉
Akkuma isin duraan beektan, Siinqiin Aakhiraa, barnoota Akkaadaamii Afrikaa Afaan Oromoo irratti isin deeggaruu, isin jajjabeessuu fi barnoota guyyaa guyyaan barattan irraa gaaffilee shaakalaa isiniif qopheessuun hojii gaarii hojjechaa ture.
📚 Amma immoo Koorsii 2ffaa irrattis hojii keenya itti fufsiisuuf, barnoota isin barattan sirriitti hubachuu fi of-qoruuf isin gargaaran gaaffilee shaakalaa qopheessuu fi qophii barbaachisaa hunda xumurreerra. 🎓✨
Kanaafuu, barattoota duraan nu waliin turtan akkasumas barattoota haaraa amma nutti dabalamtan, hundi keessan baga nagaan dhuftan! Baga gammaddan! 🌹❤️
🤝 Hiriyoota keessanis gara garee keenyaatti affeeruun, isin waliin barnoota hordofsiisaa, waliin shaakalaa fi waliin milkaa’aa!
🌿 “Siinqiin Aakhiraa — hojii gaarii fi iimaana keenya, kan nu waliin hafuudha.” 🤍
👇 Garee keenyaatti makamaa: https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🤲 Rabbiin barnoota keenyan nuu haa fayyadu; waan barannu hojiirra oolchuuf nu haa jabeessu. Aamiin! 🌸
🌟 ODUU GAMMACHIISAA!!
🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo,
📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 22/8/2026 ykn 16/12/2018 irraa eegala barnoonni Tarbiyaa kan jalqabu ta'a.
📚 Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Torban sadiif (3f) Dilbata irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a.
🔖 Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama.
Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama.
📌 Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!!
💡Rabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaa’ina fi bu’aa gaarii isiniif haa kennu.
Milkaa’ina isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
