ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

الذهاب إلى القناة على Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالفئة غير محددة
767
المشتركون
+924 ساعات
+557 أيام
+11930 أيام
أرشيف المشاركات
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 3ffaa hojjadhaa 👇 👇👇 https://quizzory.in/id/6a8bd24a30d21126990b296e

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 3ffaa.mp311.17 MB

📚Kitaaba Tarbiyaa 3ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Sadaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/mNxQ4mVW27E

Barattoota keenya kabajamoo, Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 2ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

1. Taqwaa jechuun akka shari'aatti maali? Deebii Comment jalatti barreessaa 👇👇👇
1. Taqwaa jechuun akka shari'aatti maali? Deebii Comment jalatti barreessaa 👇👇👇

🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa
🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa) Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii) Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa) Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

📮 Beeksisa Barbaachisaa!! 👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo 🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gar
📮 Beeksisa Barbaachisaa!! 👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo 🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gara garaa waltajjii (Pilaatifoormii) barnootaa irratti ni gaggeessina. Kanaafu, yeroo muraasaaf waltajjiin kuni banaa hin ta'u. 🗓 Yeroo eegamu: Fedhii Rabiitin yoo Har’a irraa eegalee hanga Roobii. 🌿 Yeroo waltajjiin cufaa ta’utti, barnoota keessan Telegiraamaa fi TV Afrikaa (Africa 1 TV) irratti, yeroo barnoota Akaadaamii isiniif ibsameen, itti fufuu dandeessu. ✅ In shaa Allah, Marsariiti (Website)  fooyya’aa fi tajaajila gaarii ta’een gara keessan ni deebina. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 2ffaa hojjadhaa 👇 👇👇 https://quizzory.in/id/6a8a75d1d14149b211bb2b61

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 2ffaa.mp39.91 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 2ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Lammaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=hMKsQmPTpio&si=BV6x6mp2O4bc9ZV6

Barattoota keenya kabajamoo. Barattoonni gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 1ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi ca
Barattoota keenya kabajamoo. Barattoonni gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 1ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoota deebii dogoggoraa kennitaniif, deebii sirrii kunoo ilallachuun sirreeffadhaa.

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 1ffaa hojjadhaa 👇👇 https://quizzory.in/id/6a892ad930d2112699f92562

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 1ffaa.mp310.68 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 1ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Tokkoffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/dZCZZ1l-VrU

Kabajamtoota Barattoota Keenya Jaalatamoo! ❤️ 🎉 Oduu Gammachiisaa Qabannee Isiniif Dhufneerra! 🎉 Akkuma isin duraan beektan, Siinqiin Aakhiraa, barnoota Akkaadaamii Afrikaa Afaan Oromoo irratti isin deeggaruu, isin jajjabeessuu fi barnoota guyyaa guyyaan barattan irraa gaaffilee shaakalaa isiniif qopheessuun hojii gaarii hojjechaa ture. 📚 Amma immoo Koorsii 2ffaa irrattis hojii keenya itti fufsiisuuf, barnoota isin barattan sirriitti hubachuu fi of-qoruuf isin gargaaran gaaffilee shaakalaa qopheessuu fi qophii barbaachisaa hunda xumurreerra. 🎓✨ Kanaafuu, barattoota duraan nu waliin turtan akkasumas barattoota haaraa amma nutti dabalamtan, hundi keessan baga nagaan dhuftan! Baga gammaddan! 🌹❤️ 🤝 Hiriyoota keessanis gara garee keenyaatti affeeruun, isin waliin barnoota hordofsiisaa, waliin shaakalaa fi waliin milkaa’aa! 🌿 “Siinqiin Aakhiraa — hojii gaarii fi iimaana keenya, kan nu waliin hafuudha.” 🤍 👇 Garee keenyaatti makamaa: https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🤲 Rabbiin barnoota keenyan nuu haa fayyadu; waan barannu hojiirra oolchuuf nu haa jabeessu. Aamiin! 🌸

🌟 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, 📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 22/8/2026 ykn
🌟 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, 📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 22/8/2026 ykn 16/12/2018 irraa eegala barnoonni Tarbiyaa kan jalqabu ta'a. 📚 Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Torban sadiif (3f) Dilbata irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a. 🔖 Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama. Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama. 📌 Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!! 💡Rabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaa’ina fi bu’aa gaarii isiniif haa kennu. Milkaa’ina isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Salawaata Nabiyyii keenya irratti buusaa. ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ
Salawaata Nabiyyii keenya irratti buusaa. ﷺ ﷺ ﷺ ﷺ