fa
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

رفتن به کانال در Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استآموزش3 620

📈 تحلیل کانال تلگرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

کانال Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 48 218 مشترک است و جایگاه 3 620 را در دسته آموزش دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 48 218 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 17 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 568 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 23 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 48.57% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 21.57% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 23 422 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 10 400 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 401 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 18 سپتامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

48 218
مشترکین
+2324 ساعت
+1357 روز
+56830 روز
آرشیو پست ها
🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🌟 Duraan dursinee fedhii guddaa, carraaqqii fi cimina isin agarsiiftaniif guddaa isin galato
🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🌟 Duraan dursinee fedhii guddaa, carraaqqii fi cimina isin agarsiiftaniif guddaa isin galatoomfanna. Qormaata xumuraa koorsii Hadiisaa yeroo darbe gaggeeffame irratti bu’aan argame baay’ee nama gammachiisaa fi ajaa’ibsisaa ture! 🏆 Nutis Barattoota jajjabeessuuf jecha, barattoota qabxii ol'aanaa galmeessan sadi (3) badhaasuuf waadaa galuun keenya ni yaadatama. Haa ta’u malee, barattoonni 1,045 qabxii 80/80 galmeessuun dandeettii ol'aanaa agarsiisaniiru! 🎁 Kanaafu, Sababa barattoonni 1,104 qabxii wal-qixa fidaniif badhaasni Isaan gidduutti Carraadhaan haala iftoomina qabuun kan murtaa’u ta’a. ⏰ Yeroo carraan ba’u: Boru, Roobii guyyaa sa ’aatii 10:00 irratti. 📱 Bakka:  Sagantaa kallatti TV Afrikaa irratti! 📢 (Adeemsi carraa fi maqaan mo’attootaa chaanaala TV Afriikaa irratti ifatti ni beeksifama.) 🎁 Tattaaffii fi carraaqqii qormaata irratti agarsiiftaniif hunda keessaniifu irra deebinee galatoomaa isiniin jenna! #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 10ffaa.mp312.81 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 10ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kurnaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=qjhOGZPQosw&si=PKD9q6gsZcLUqsf6

Barattoota keenya kabajamoo, 📝 Qormaanni torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegaltanii bu'aa qormaata keessaniiti fi
Barattoota keenya kabajamoo, 📝 Qormaanni torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegaltanii bu'aa qormaata keessaniiti fi deebi sirrii ilaalu ni dandeessu. 🔶 Rabbiin tattaaffii keessan isiniirra haa qeebalu. #Akaakadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Ergamaan Rabbii (S.A.W) hadiisa isaaniitin nama maalitti quufetu Iimaana dhandhamee jira jedhan?
Anonymous voting

Rabbiin malee waan biraa gabbaruu diduun, Rabbiin akka Rabbiitti itti quufuu irraayyi.
Anonymous voting

👌 Carraan kun akka isin hin dabarre!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.
👌 Carraan kun akka isin hin dabarre!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
============================== 🌟 Niyyaa keessan bareechaa, kaka'umsa keessan haaromsaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Kanneen armaan gadii keessaa kamtu bu'aalee lubbuu ufii qoruuti?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 9ffaa.mp39.41 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 9ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Saglaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=ENDpZsO_ZZk&si=kSXhEUVZHx18PEUP

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Barattoonni tokko tokko sababaa barattoonni hedduun qormaata yaalaa turaniif liinkin isaan
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Barattoonni tokko tokko sababaa barattoonni hedduun qormaata yaalaa turaniif liinkin isaaniif hojechuu akka didee fi sababa hojii foyya'iinsa marsariititin qoramuu akka hin dandeenyee hubannee jirra. 📝 Nutis rakkoo kana ilaalcha keessa galchuun Qormaata torbee jalqabaa hanga guyyaa boru sa'aatii 1:00 banaa taasifnee jirra!! 🌟 Kanaafu barattoonni qoramuu hin dandeenye hundi carraa kanatti fayyadamuun ammuma akka qoramtan isin yaadachiifna!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun isin yaadachiifna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Tarbiyaa torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegale
🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Tarbiyaa torbee tokkoffaa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!
🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Zaata Rabbii xiinxallaa gochuun Iimaanatti waan nama geessuuf hayyamamaa dha.
Anonymous voting

Irra guddaa waan xiinxalanii keessaa tokko Hiika maqaa fi amaloota (sifoota) Rabbii xiinxaluu dha.
Anonymous voting

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 5 qofatu hafe. 📝 Kanaafu, Qo
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 5 qofatu hafe. 📝 Kanaafu, Qormaanni cufamuudhaan duratti carraa kanatti fayyadamuun qormaata keessan liinki qormaataa fayyadamuun ammuma qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
============================== #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 8ffaa.mp310.86 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 8ffaa