Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
前往频道在 Telegram
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
显示更多未指定国家教育4 058
📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览
频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 44 401 名订阅者,在 教育 类别中位列第 4 058。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 44 401 名订阅者。
根据 28 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 12 152,过去 24 小时变化为 128,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 84.99%。内容发布后 24 小时内通常能获得 29.89% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 37 700 次浏览,首日通常累积 13 257 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 990。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
凭借高频更新(最新数据采集于 29 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
44 401
订阅者
+12824 小时
+2 2557 天
+12 15230 天
帖子存档
Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 3ffaa.mp310.04 MB
📚 Kutaa Sadaffaa
📮 Leenjii Hojii Qalbii
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/4DNbmLK1bRo
Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 2ffaa (hearthis.at).mp39.10 MB
2. Allaah (Rabbiin) wanti sirraa barbaadu.
Barattoota keenya kabajamoo, sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti:
Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa)
Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii)
Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa)
Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna.
Akaadaamii Afriikaa
Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 2ffaa (hearthis.at).mp39.10 MB
📚 Kutaa Lammaffaa
📮 Leenjii Hojii Qalbii
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/FljQ2G0xR34
✨ Assalaamu aleykum waraahmatullaahi wabarakaatuhu , barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo.
⭕ Waraabbi sagalee Dr. Jeeylaan armaan olitti maxxanfame dhaggeeffachuun baay'ee barbaachisaa ta'uu isaa isin yaadachiifna.
📚 Kutaa Tokkoffaa
📮 Leenjii Hojii Qalbii
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/EUHBTaZvCIQ
📎 Linkiin galmee:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
⭐ Ammuma Galmaa'ii...
📱 Toora Onlaayiniin
💵 Bilisaan
1️⃣ Waggaa Tokko
🎊 Ragaa Dippiloomaa
👳🏽♂️ Ulamaa'ii Babbeekamoon
✨ Yeroo kamittuu
✅ Kabajamtoota barattoota keenya Akaadaamii Afrikaa kun ergaa gabaabaa muftii keenya irraa isiniif darbee dha.
🎙 Muftii keenya Dr. Jeeylaan Kadiir.
💫 Hundi keenya dhaamsa gabaabaa kana dhaggeeffachuun waan isaan nuuf dhaaman hojii irra olchuuf haa yaallu.
Beeksisa asii gadii kana hiriyyootaa fi maatii keessan hundaaf miidiyaalee hawaasummaa hunda irratti qodaaf (share godhaaf)!
#Akaadaamii_Afrikaa
#Marsaa_jalqabaa
📮 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo, Yeroon haawwiin eegamaa ture kunoo Fedhii Rabbiitin amma ga'eera!! 🤍
📅 Sagantaan keenya jalqabaa wal argaa bulchiinsaa waliin ta'a.
Wal argaa kana keessatti qabxiilee armaan gadii kan waliin ilaallu ta'a:
🔹 Akkaataa Marsariitii (Pilaatifoormii) itti fayyadamtan isiniif ibsina.
🔹 Akkaataa barnoota viidiyoo, hojii manaa fi qormaata itti hordoftan isin agarsiifna.
🔹 Qajeelfama Barataa Guutuu – odeeffannoo isin barbaachisan hunda of keessaa qabu isinii dhiheessina.
📢 Akkasumas, guyyaa Leenjiin seensaa gabaabaa "Hojii Qalbii" jedhu eegalu ni beeksifna.
🔖 Leenjiin kan dhihaatu Dr. Abdallaah Khadiirin yammuu ta'u, imala iimaanaa qalbii fi hojii keessan fooyyessu irratti kan xiyyeefatuu dha.
🗓️ Guyyaa: Boru, Adooleessa 11, 2026 G.C
⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00
✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa.
⭐ Yeroo qabame irratti argamaa. Carraa kheeyrii kana hin dhabinaa! 💡
#Akkaadaamii_Afrikaa
#Marsaa_Jalqabaa
📮 Assalaamu Aleykum Waraahmatullaahi Wabarakaatuhu
🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo! 🤍
📅 Sagantaan keenya jalqabaa wal argaa bulchiinsaa waliin ta'a.
Wal argaa kana keessatti qabxiilee armaan gadii kan waliin ilaallu ta'a:
🔹 Akkaataa Marsariitii (Pilaatifoormii Barnootaa) itti fayyadamtan isiniif ibsina.
🔹 Akkaataa barnoota viidiyoo, hojii manaa fi qormaata itti hordoftan isin agarsiifna.
🔹 Qajeelfama Barataa Guutuu – wantoota isin barbaachisan hunda of keessaa qabu isinii dhiheessina.
📢 Akkasumas, guyyaa Leenjiin seensaa kan mata-duree "Hojii Qalbii" jedhu jalqabu ni beeksifna.
🔖 Leenjiin kun kan dhihaatu Dr. Abdallaah Khadiirin yammuu ta'u, imala iimaanaa qalbii fi hojii keessan fooyyessu irratti kan xiyyeefatuu dha.
🗓️ Guyyaa: Boru, Adooleessa 11, 2026 G.C
⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00
✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa.
⭐ Yeroo qabame irratti argamaa. Carraa kheeyrii kana hin dhabinaa! 💡
#Akkaadaamii_Afrikaa
#Marsaa_Jalqabaa
⛔ Ergaan kun baay'ee barbaachisaa waan ta'eef isin hundi hanga xumuraatti guutummatti akka dubbistan isin beeksifna!
⭐ Barattoonni sababa rakkoo Teeleegiraamiitin marsariiti irratti galmaa'uun isin rakkisee fi haarawa galmooftan viidiyoon asii olii kuni akkaataa galamee gabaabinaan isinitti agarsiisa.
📚 Barnootni keenya Akkaadaamii Afriikaa keessatti bilisaan, fageenyarraa, waggaa tokkoof kan kennamuudha, akkasumas xumura Sagantaa Dippiloomaa irratti waraqaan ragaa ni kennama.
📆 Barnootni Guyyaa Sanbata (Sabti) 11/07/2026 yoo Rabbiin fedhe ni eegala.
⭕ Barattoonni keenya hundi barnoota jalqabuufi qormaata fudhachuuf dirqama marsariitii (pilaatfoormii) keenya irratti galmaa'uu qabdu.
🔗 Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa:
https://orm.africaacademy.com
👆Viidiyoon asii olii kana buufachuu yoo dadhabdan, ykn rakkoon isin mudate, YouTube irratti ilaaluu dandeessu:
👉 https://youtube.com/shorts/SJ0ibXgvuPQ?feature=share
📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa:
👉@AfricaacademyOromo
