ar
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالتعليم4 058

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

تُعد قناة Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 44 401 مشتركاً، محتلاً المرتبة 4 058 في فئة التعليم.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 44 401 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 28 يوليو, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 12 152، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 128، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 84.99‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 29.89‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 37 700 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 13 257 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 990.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 29 يوليو, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

44 401
المشتركون
+12824 ساعات
+2 2557 أيام
+12 15230 أيام
أرشيف المشاركات
Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 3ffaa.mp310.04 MB

📚 Kutaa Sadaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/4DNbmLK1bRo

Leenjii Hojii Qalbii-3.pdf4.63 KB

Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 2ffaa (hearthis.at).mp39.10 MB

2. Allaah (Rabbiin) wanti sirraa barbaadu.
Anonymous voting

Towbaa godhuun dirqama.
Anonymous voting

Barattoota keenya kabajamoo, sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaa
Barattoota keenya kabajamoo, sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa) Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii) Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa) Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna. Akaadaamii Afriikaa

Leenjii Hojii Qalbii - Kutaa 2ffaa (hearthis.at).mp39.10 MB

Leenjii Hojii Qalbii-2.pdf4.04 KB

📚 Kutaa Lammaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/FljQ2G0xR34

✨ Assalaamu aleykum waraahmatullaahi wabarakaatuhu , barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo. ⭕ Waraabbi sagalee Dr. Jeeylaan armaan olitti maxxanfame dhaggeeffachuun baay'ee barbaachisaa ta'uu isaa isin yaadachiifna.

دليل الطالب - الدفعة الأولى.pdf1.59 MB

🎙 Dr. Abdallaah Khadiir

Leenjii Hojii Qalbii-1.pdf4.99 KB

📚 Kutaa Tokkoffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/EUHBTaZvCIQ

📎 Linkiin galmee: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa ⭐ Ammuma Galmaa'ii... 📱 Toora Onlaayiniin 💵 Bilisaan 1️⃣ Waggaa Tokko 🎊
📎 Linkiin galmee: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa ⭐ Ammuma Galmaa'ii... 📱 Toora Onlaayiniin 💵 Bilisaan 1️⃣ Waggaa Tokko 🎊 Ragaa Dippiloomaa 👳🏽‍♂️ Ulamaa'ii Babbeekamoon ✨ Yeroo kamittuu

✅ Kabajamtoota barattoota keenya Akaadaamii Afrikaa kun ergaa gabaabaa muftii keenya irraa isiniif darbee dha. 🎙 Muftii keenya Dr. Jeeylaan Kadiir. 💫 Hundi keenya dhaamsa gabaabaa kana dhaggeeffachuun waan isaan nuuf dhaaman hojii irra olchuuf haa yaallu. Beeksisa asii gadii kana hiriyyootaa fi maatii keessan hundaaf miidiyaalee hawaasummaa hunda irratti qodaaf (share godhaaf)! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_jalqabaa

📮 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo, Yeroon haawwiin eegamaa ture kunoo Fedhii Ra
📮 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo, Yeroon haawwiin eegamaa ture kunoo Fedhii Rabbiitin amma ga'eera!! 🤍 📅  Sagantaan keenya jalqabaa wal argaa bulchiinsaa waliin ta'a. Wal argaa kana keessatti qabxiilee armaan gadii kan waliin ilaallu ta'a: 🔹  Akkaataa Marsariitii (Pilaatifoormii) itti fayyadamtan isiniif ibsina. 🔹 Akkaataa barnoota viidiyoo, hojii manaa fi qormaata itti hordoftan isin agarsiifna. 🔹 Qajeelfama Barataa Guutuu – odeeffannoo isin barbaachisan hunda of keessaa qabu isinii dhiheessina. 📢 Akkasumas, guyyaa Leenjiin seensaa gabaabaa "Hojii Qalbii" jedhu eegalu ni beeksifna. 🔖 Leenjiin kan dhihaatu Dr. Abdallaah Khadiirin yammuu ta'u, imala iimaanaa qalbii fi hojii keessan fooyyessu irratti kan xiyyeefatuu dha. 🗓️ Guyyaa: Boru, Adooleessa 11, 2026 G.C ⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00 ✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa. ⭐ Yeroo qabame irratti argamaa. Carraa kheeyrii kana hin dhabinaa! 💡 #Akkaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

📮 Assalaamu Aleykum Waraahmatullaahi Wabarakaatuhu 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo! 🤍 📅 Sagantaan keenya jalq
📮 Assalaamu Aleykum Waraahmatullaahi Wabarakaatuhu 🎓 Barattoota keenya jaalatamoo fi kabajamoo! 🤍 📅  Sagantaan keenya jalqabaa wal argaa bulchiinsaa waliin ta'a. Wal argaa kana keessatti qabxiilee armaan gadii kan waliin ilaallu ta'a: 🔹  Akkaataa Marsariitii (Pilaatifoormii Barnootaa) itti fayyadamtan isiniif ibsina. 🔹 Akkaataa barnoota viidiyoo, hojii manaa fi qormaata itti hordoftan isin agarsiifna. 🔹 Qajeelfama Barataa Guutuu – wantoota isin barbaachisan hunda of keessaa qabu isinii dhiheessina. 📢 Akkasumas, guyyaa Leenjiin seensaa kan mata-duree "Hojii Qalbii" jedhu jalqabu ni beeksifna. 🔖 Leenjiin kun kan dhihaatu Dr. Abdallaah Khadiirin yammuu ta'u, imala iimaanaa qalbii fi hojii keessan fooyyessu irratti kan xiyyeefatuu dha. 🗓️ Guyyaa: Boru, Adooleessa 11, 2026 G.C ⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00 ✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa. ⭐ Yeroo qabame irratti argamaa. Carraa kheeyrii kana hin dhabinaa! 💡 #Akkaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

Ergaan kun baay'ee barbaachisaa waan ta'eef isin hundi hanga xumuraatti guutummatti akka dubbistan isin beeksifna!Barattoonni sababa rakkoo Teeleegiraamiitin marsariiti irratti galmaa'uun isin rakkisee fi haarawa galmooftan viidiyoon asii olii kuni akkaataa galamee gabaabinaan isinitti agarsiisa. 📚 Barnootni keenya Akkaadaamii Afriikaa keessatti bilisaan, fageenyarraa, waggaa tokkoof kan kennamuudha, akkasumas xumura Sagantaa Dippiloomaa irratti waraqaan ragaa ni kennama. 📆 Barnootni Guyyaa Sanbata (Sabti) 11/07/2026 yoo Rabbiin fedhe ni eegala. ⭕ Barattoonni keenya hundi barnoota jalqabuufi qormaata fudhachuuf dirqama marsariitii (pilaatfoormii) keenya irratti galmaa'uu qabdu. 🔗 Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa: https://orm.africaacademy.com 👆Viidiyoon asii olii kana buufachuu yoo dadhabdan, ykn rakkoon isin mudate, YouTube irratti ilaaluu dandeessu: 👉 https://youtube.com/shorts/SJ0ibXgvuPQ?feature=share 📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa: 👉@AfricaacademyOromo