Diinaa'ol Kumaa
رفتن به کانال در Telegram
Rakkina kee rakkisaa keetti hin himiin.
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
1 384
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+37 روز
-1730 روز
آرشیو پست ها
1 384
Repost from ⚖️ EthioLegal Hub | Kuusaa Seeraa | የሕግ ማኅደር
21_Urban_Legal_Cadastre_Registration_Payment_Computation_Istaandardii.pdf5.13 KB
1 384
Repost from Oromia Legal Training and Research Institute
Moojulii Seera Ijaarsaa 2017.pdf1.25 MB
1 384
Repost from MISBA Law Office
Dhaddachi ijibbaataa MMWF murtii dirqiisaa gaafa guyyaa 04/02/2015 Lakk. G 222041 kenneen " Himatamaan deebii barreeffamaa keessatti mormii sadarkaa duraa jechuun kan hin deebisne yoo ta'ellee garuu deebii keessatti mormii sadarkaa duraa kanneen ta'an kaaseera taanan osoo dhagaha guututti hin darbin murtiin kennamuu akka qabu murteessee jira.
1 384
Repost from Temesgen A.Lawyer
✍️ Warra herrega baankii qabdan hundaaf
Dhaddachi ijibaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa jildii 26ffaa lakk.galmee 175660 ta'e irratti namni tokko itti yaadee lakk.herrega nama biraa irratti qarshii kan darbarsee yoo ta'ee; dogongoraan ykn goyyomfamee akka ta'ee yoo hubachiise malee maallaqni sun akka isaaf deebi'uu gaafachuuf mirga kan hin qabnee ta'uu isaa murrti dirqisisaa kennee jira.
✍️ የባንክ አካውንት ላላችሁ በሙሉ
የፌዴራል ጠቅላይ ፍ/ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በቅፅ 26 ሰ/መ/ቁ 175660 አንድ ሰው አስቦ ወደ ሌላ ሰው የባንክ አካውንት ገንዘብ ካስተላለፈ በስህተት ወይም ተጭበርብሮ መሆኑን ካላስረዳ ገንዘቡ እንዲመለስ የመጠየቅ መብት የሌለው መሆኑን አስገዳጅ የህግ ትርጉም ሰጥቶበታል፡፡
1 384
Repost from Oromia Legal Training and Research Institute
Kun Maateeriyaalii leenjii Mana Murtii Aadaati. warri maateeriyaalicha nugaafataa turtan kunoo isinii keennee jirra.
1 384
Repost from Umer Fito (Legal Issues) ዑመር ፊጦ ( የህግ ጉዳይ)
Seera Adeemsa Falmii Hariiroo Hawaasaa Afaan Oromootti kan hiikame
https://t.me/UmeeFi
