Dambalii Kitaabotaa PDF 📚 (HDL)
Dambaliin kun dambalii Kitaabota gaggaarii PDF-tiin jiran irratti isiniif qoodnudha. Hayyu Digital Library A reader is a leader. Send me your favorite PDF books via my Telegram username @HDLDKAO If I like them, I’ll share them here.
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام Dambalii Kitaabotaa PDF 📚 (HDL)
کانال Dambalii Kitaabotaa PDF 📚 (HDL) (@liahdl) در بخش زبانی انگلیسی بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 26 121 مشترک است و جایگاه 1 221 را در دسته کتب و رتبه 1 279 را در منطقه أثيوبيا دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 26 121 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 18 ژوئیه, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 693 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 10 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 33.59% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 8.22% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 8 766 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 2 144 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 17 است.
- علایق موضوعی: محتوا بر موضوعات کلیدی مانند ethiopia, oromo تمرکز دارد.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Dambaliin kun dambalii Kitaabota gaggaarii PDF-tiin jiran irratti isiniif qoodnudha.
Hayyu Digital Library
A reader is a leader.
Send me your favorite PDF books via my Telegram username @HDLDKAO
If I like them, I’ll share them here.”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 19 ژوئیه, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته کتب تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 19 ژوئیه | +27 | |||
| 18 ژوئیه | +10 | |||
| 17 ژوئیه | +21 | |||
| 16 ژوئیه | +45 | |||
| 15 ژوئیه | +17 | |||
| 14 ژوئیه | +35 | |||
| 13 ژوئیه | +16 | |||
| 12 ژوئیه | +33 | |||
| 11 ژوئیه | +33 | |||
| 10 ژوئیه | +83 | |||
| 09 ژوئیه | +64 | |||
| 08 ژوئیه | +11 | |||
| 07 ژوئیه | +2 | |||
| 06 ژوئیه | +8 | |||
| 05 ژوئیه | +22 | |||
| 04 ژوئیه | +28 | |||
| 03 ژوئیه | +11 | |||
| 02 ژوئیه | +29 | |||
| 01 ژوئیه | +12 |
| 2 | بدون متن... | 2 438 |
| 3 | Master you emotions! | 5 587 |
| 4 | Hin Gaabbu !
Jawar Mohammed | 5 499 |
| 5 | Anis namni sun intala ani eegaa jiru akka hin taane beekee rifaatuun gubannaa doobbii sanuu osoon hin dhagayin keessatti kufaa ka'aa qaxxamuraa manatti gale. Warri manaa yoo na gaafatu "durriyyeetu waan mallaqa qabu se'anii na waraanuuf jennaan
doobbii keessaan qaxxaamuree harkaa bahe" jedheenii sobe.
Obboleettiin tiyyas biyyeefi qorsa garagaraa na dibuun dhukkubbii qaama kiyyaa
kan doobbiin horbobbeessite fooyyessuuf yaaluu eegalte.
Edaa namni ani dhungachuuf qabe jaalallee tiyya osoo hin taane haadha ishiiti turte. Gaafas haati meeshaa biraa gandaa fudhachuuf waan baatuuf achumaan aannanis fuudhuuf murteessitee intala hambiftee ofii dhufte. Bara san bilbilli harkaa waan hin jirreef jijirama karooraa kana miciyyoon carraa ittiin naaf himtu hin qabdu ture. Hanga wayyaa namni sun ana ta'uu haati hin beeyne, iyyaaluma biraa seete. Nutis hin dubbanne. Dubbiin achumaan iccitii awwaalamte taatee hafte.
Jawar Mohammed
Hin Gaabbuu Fuula 52 | 5 490 |
| 6 | Ichima Jaalalaa
Barrin Asallaa ture sun yeroo reefu umril dargaggummaa (teenage) eegalu waan tureef intala waliin barannu takkaan wal jaalanne. Ifatti waliin haasayuufi mul'achuun sodaachisaa waan tureef, dhoksaan qe'eerraa fagaannee wal agarra turre. Jaalalti dhoksaa tun garuu waan hedduuf na saaxilte.
Gaafa tokko iddoo bashannanaa bosona gabu kan e'ee ishiitiifi kiyya irraa fagoo tokko dhaqnee akkuma baala afannee gadi teenyeen dargaggeeyyiin dhufanii nu marsan.
Ana bitaa mirgaan kaballaafi dhiitichoon na gaggabsanii, lammata ishii waliin
mul'achuu mitii abjuunis akkan hin agarre na akeekkachiisan. Ishiis "maxxee / baqataa./ kana waliin maal goota?" jechaa kakkabalaa fuudhanii deemaniin.
Booda yoon dhagayu ijoolleen sun eessumman ishiifi dhalattootuma magaalaa saniti. "Maxee" jechuun yoo na arrabsan 'kana kan bakka dhufeefi hiddi irraa marge hin beekkamne' jechuu isaaniiti. Ani warri biyyatti barnootaa na ari'e akka na jala hin dhufneef eenyummaafi bakkan irraa dhufe namuttuu hin himun ture.
Arsiin ammoo nama hidda dhalootaafi duubbee isaa hin beeknetti intala hin kennu. Dargaggeeyyiin sunis intala isaanii harka nama hiddi hin beekamneetti akka hin kufneef ittisuu isaaniiti.
Reebichaafi dallansuun firoota ishii garuu jaalala waliif qabnu jujiiruu hin dandeenye. Tooftaa bifa iccitiitiin itti wal arguu dandeenyu haarawa baafanne.
Kanaafuu dukkana dahoo godhachuun akka wal agarru murteessine. Yeroo san soomni seenee waan tureef, yeroo maatiin salaata taraawiitiif bayan ishiifi obboleessa xiqqaa tokko qofaatu manatti hafa.
Obboleessi sun akka hin himne mallaqa shankooraafi karameellaan bitatu kennineefii ishiin baatee gola mana isaaniitiin gadi jiru tokkotti wal arguun wal hammannee miilaan deemaa haasofa ture.
Falli kun rakkoo lama horate. Kan duraa mucaan xiqqaan dura sumunii kennaafii turre guyyamarraa nutti dabalaa shilingii, xigqoo jedhee ammoo birrifi sanii olis gaafachuu eegale. Nuti sumuniifi shilingi sanuu yeroo maatiin sukkaaraafi zeeytii bitaa nuun jedhu irraa kutannee hambifanneeti malee mallaqa hin qabnu.
Kanaafuu guyyaa tokko utaalaa gaafa mallaqa wahii arganne gurbaa sanii kennaa
wal argaa deemne. Rakkoon kana daranii nu mudate. Galgala tokko akkuma gaafa biraa gola mukkeenii dukkanayaa san keessa wal hammanne osoo qaxxamuraa jirruu waraabeessi eessaa bahee isaa hin argin nu fuulduraa filgaa dhufee nu lamaan addaan facaasee nu jidduu dabre. Naasuun dugda nu kuttee nu lamaanuu karaa faallaa figicha itti ejjanne.
Eega achii fignee osoo walitti hin deeblin ishiinis mana isaani anis keenyatti galle. Waraabessaaf jecha dheessuun kiyya 'dhiirummaa' koo waan hir'ise natti fakkaatee hedduu saalfadhee torban tokkoo oliif ija ishii arguu saalfadhe.
Akka dur galgala arguu dhiisii mana barnootaattuu karaa ishiin irra deemtu yoon arge irraa goreen miliqaa ture. Booda dhokattee daguun na qabdee na jajjabeessitee hariiroo keenya itti fufne.
Soomni erga bahee boodas dukkana daheeffachun wal arguu mala godhannee itti fufne. Bakka garuu ni jijiirre. Torbanitti guyyaa sadi galgala galgala suuqii kiyooskii mana isaaniitirraa haga meetira dhibba shanii fagaattee argamtu takkarraa aannan maatiif fuuti ture. Sa'aatii lama yoo ta'u akka baatu waliif galle.
Ani dursee bahee karaarraa moggaatti maqee dukkanaan of dhoksee eega. Karaan ishiin irra dhuftu kallattiin hulaa isaanii agarsiisa. Kanaafuu yeroo isiin balbala bantee baatu waanin arguuf dukkana sanii bahee harka wal qabannee hanga kiyooskiitti dhiyaannu deemna. Warri kiyooskii akka nu hin agarreef jalaa hafeen yeroo ishiin aannan fuutee deebitu hanga mana isaaniitti dhihaannu nama ofirraa laalaa geggeessa. Haaluma kanaan jaalala ijoollummaa dhoksaan
osoo geggeeffannuu, gaafa abaaramaa tokko salphinni natti bu'e.
Akkuma yeroo maraa dukkana keessa dhaabannee balbala warra isaaniitti ija dhaabee hanga banamee ishiin baatu eegaa jira. Balballi banamee yoo as qajeeltu akkuma dur simachuuf karaatti achi bahee hammadhee dhungachuuf yoo jedhu "uu'uu" jettee iyyuun ofirraa darbitee doobbii keessa na buufte. | 4 675 |
| 7 | Anis namni sun intala ani eegaa jiru akka hin taane beekee rifaatuun gubannaa doobbii sanuu osoon hin dhagayin keessatti kufaa ka'aa qaxxamuraa manatti gale. Warri manaa yoo na gaafatu "durriyyeetu waan mallaqa qabu se'anii na waraanuuf jennaan
doobbii keessaan qaxxaamuree harkaa bahe" jedheenii sobe.
Obboleettiin tiyyas biyyeefi qorsa garagaraa na dibuun dhukkubbii qaama kiyyaa
kan doobbiin horbobbeessite fooyyessuuf yaaluu eegalte.
Edaa namni ani dhungachuuf qabe jaalallee tiyya osoo hin taane haadha ishiiti turte. Gaafas haati meeshaa biraa gandaa fudhachuuf waan baatuuf achumaan aannanis fuudhuuf murteessitee intala hambiftee ofii dhufte. Bara san bilbilli harkaa waan hin jirreef jijirama karooraa kana miciyyoon carraa ittiin naaf himtu hin qabdu ture. Hanga wayyaa namni sun ana ta'uu haati hin beeyne, iyyaaluma biraa seete. Nutis hin dubbanne. Dubbiin achumaan iccitii awwaalamte taatee hafte.
Jawar Mohammed
Hin Gaabbuu Fuula 52 | 1 |
| 8 | Ichima Jaalalaa
Barrin Asallaa ture sun yeroo reefu umril dargaggummaa (teenage) eegalu waan tureef intala waliin barannu takkaan wal jaalanne. Ifatti waliin haasayuufi mul'achuun sodaachisaa waan tureef, dhoksaan qe'eerraa fagaannee wal agarra turre. Jaalalti dhoksaa tun garuu waan hedduuf na saaxilte.
Gaafa tokko iddoo bashannanaa bosona gabu kan e'ee ishiitiifi kiyya irraa fagoo tokko dhaqnee akkuma baala afannee gadi teenyeen dargaggeeyyiin dhufanii nu marsan.
Ana bitaa mirgaan kaballaafi dhiitichoon na gaggabsanii, lammata ishii waliin
mul'achuu mitii abjuunis akkan hin agarre na akeekkachiisan. Ishiis "maxxee / baqataa./ kana waliin maal goota?" jechaa kakkabalaa fuudhanii deemaniin.
Booda yoon dhagayu ijoolleen sun eessumman ishiifi dhalattootuma magaalaa saniti. "Maxee" jechuun yoo na arrabsan 'kana kan bakka dhufeefi hiddi irraa marge hin beekkamne' jechuu isaaniiti. Ani warri biyyatti barnootaa na ari'e akka na jala hin dhufneef eenyummaafi bakkan irraa dhufe namuttuu hin himun ture.
Arsiin ammoo nama hidda dhalootaafi duubbee isaa hin beeknetti intala hin kennu. Dargaggeeyyiin sunis intala isaanii harka nama hiddi hin beekamneetti akka hin kufneef ittisuu isaaniiti.
Reebichaafi dallansuun firoota ishii garuu jaalala waliif qabnu jujiiruu hin dandeenye. Tooftaa bifa iccitiitiin itti wal arguu dandeenyu haarawa baafanne.
Kanaafuu dukkana dahoo godhachuun akka wal agarru murteessine. Yeroo san soomni seenee waan tureef, yeroo maatiin salaata taraawiitiif bayan ishiifi obboleessa xiqqaa tokko qofaatu manatti hafa.
Obboleessi sun akka hin himne mallaqa shankooraafi karameellaan bitatu kennineefii ishiin baatee gola mana isaaniitiin gadi jiru tokkotti wal arguun wal hammannee miilaan deemaa haasofa ture.
Falli kun rakkoo lama horate. Kan duraa mucaan xiqqaan dura sumunii kennaafii turre guyyamarraa nutti dabalaa shilingii, xigqoo jedhee ammoo birrifi sanii olis gaafachuu eegale. Nuti sumuniifi shilingi sanuu yeroo maatiin sukkaaraafi zeeytii bitaa nuun jedhu irraa kutannee hambifanneeti malee mallaqa hin qabnu.
Kanaafuu guyyaa tokko utaalaa gaafa mallaqa wahii arganne gurbaa sanii kennaa
wal argaa deemne. Rakkoon kana daranii nu mudate. Galgala tokko akkuma gaafa biraa gola mukkeenii dukkanayaa san keessa wal hammanne osoo qaxxamuraa jirruu waraabeessi eessaa bahee isaa hin argin nu fuulduraa filgaa dhufee nu lamaan addaan facaasee nu jidduu dabre. Naasuun dugda nu kuttee nu lamaanuu karaa faallaa figicha itti ejjanne.
Eega achii fignee osoo walitti hin deeblin ishiinis mana isaani anis keenyatti galle. Waraabessaaf jecha dheessuun kiyya 'dhiirummaa' koo waan hir'ise natti fakkaatee hedduu saalfadhee torban tokkoo oliif ija ishii arguu saalfadhe.
Akka dur galgala arguu dhiisii mana barnootaattuu karaa ishiin irra deemtu yoon arge irraa goreen miliqaa ture. Booda dhokattee daguun na qabdee na jajjabeessitee hariiroo keenya itti fufne.
Soomni erga bahee boodas dukkana daheeffachun wal arguu mala godhannee itti fufne. Bakka garuu ni jijiirre. Torbanitti guyyaa sadi galgala galgala suuqii kiyooskii mana isaaniitirraa haga meetira dhibba shanii fagaattee argamtu takkarraa aannan maatiif fuuti ture. Sa'aatii lama yoo ta'u akka baatu waliif galle.
Ani dursee bahee karaarraa moggaatti maqee dukkanaan of dhoksee eega. Karaan ishiin irra dhuftu kallattiin hulaa isaanii agarsiisa. Kanaafuu yeroo isiin balbala bantee baatu waanin arguuf dukkana sanii bahee harka wal qabannee hanga kiyooskiitti dhiyaannu deemna. Warri kiyooskii akka nu hin agarreef jalaa hafeen yeroo ishiin aannan fuutee deebitu hanga mana isaaniitti dhihaannu nama ofirraa laalaa geggeessa. Haaluma kanaan jaalala ijoollummaa dhoksaan
osoo geggeeffannuu, gaafa abaaramaa tokko salphinni natti bu'e.
Akkuma yeroo maraa dukkana keessa dhaabannee balbala warra isaaniitti ija dhaabee hanga banamee ishiin baatu eegaa jira. Balballi banamee yoo as qajeeltu akkuma dur simachuuf karaatti achi bahee hammadhee dhungachuuf yoo jedhu "uu'uu" jettee iyyuun ofirraa darbitee doobbii keessa na buufte. | 1 |
| 9 | Krapf,Travels_Researches_and_Missionary_Labors_During_an_Eighteen.pdf | 5 709 |
| 10 | بدون متن... | 7 704 |
| 11 | WHY-A-STUDENT-WORK-FOR-C.pdf | 8 052 |
| 12 | بدون متن... | 10 442 |
| 13 | The_Stranger_-_Albert_Camus.pdf | 9 375 |
| 14 | Political Economy | 12 846 |
| 15 | HUSEEN SURAA - BOOK HARD COPY.pdf | 13 873 |
| 16 | Qooda Huseen Suuraa
Qabsoo Oromoo keessatti
Sa’id Muhammad Alii | 1 |
| 17 | Share 'Belbaa lyrics Analysis by Professor Tatek.pdf' | 14 441 |
| 18 | Marsaa lammaffaaf Ameerikaatti Konsertii qopheessuuf gaafan deeme,
Burtukaan Miidhegsaa isheen amma boordii Filannoo Biyyaalessaa
Itiyoophiyaa taatee jirtu kun naaf bilbiltee akka na arguu brabaaddu natti
himte. Anis tole jedheen bakka isheen itti na beellamte dhaqe. Laaqana waliin
nyaannee, akka heduuu na dinqisiifattu natti himuun, garuu ammoo sirboonni
kee siyaasadha naan jette. Itti aansitees ammoo maalif waanuma saba,
Oromoo, sabboonummaa, Oromummaa jedhu hin dhiistu at. Maalif
Itiyoophiyaa hin faarsitu? Jettee na gaafatte. Yoo kana anis sirna durii faarsuu
hin fedhu. Sirni tokkummaa biyychaa leellisus dur taanaan maqaa abboota
keenyaa gedderee, sabummaa isaaniin arrabsa turen ittiin jedhe. Yoo kana natti
kolfiteetu, yoo tokkummaan biyyaa jiraate, maqaa sabummaa dha’uu dhiisne
Itiyoophiyaa qofa yoo jenne, sabaan wal qooduun ni hafa. Amma malee dur bar
sabaan wal qooduun hin turre jettee na amansiisuuf yoo isheen yaaltu, anis
dabareekoo kolfeen, sabaan wal waamuun bar amma hin jalqabne duris inuma
jira. Garaagarummaansaa dur maqaa ati ittiin of waamtu dhiisanii maqaa
sabummaas maqaa dhuunfaas haaraa siif moggasu, amma ammoo kan ati ittiin
of waamtutu siif kabajaman jedhee. Kanaafis ammoo ragaan jedheen waraqaa
eenyummaa Akaakayyuu kiyyaa kan Gabiramadiin Gurmeessaa jedhu kan inni
yeroo Kuburzabanyaa ture qabatu sana boorsaakoo keessaa baaseen itti
agarsiise. Waraqaa eenyummaa sanarra Biheer jedheetu Gaal*aa /Oromoo/
jedha ture. Yoo kana ni rifatte. Anis kolfeen, sabummaan bara kana waan
jalqabe hin se’inaa, duruma jira. Garuu ammoo amma kan nuti ittiin of
waamneen nu waamu; yeros humnaan Boonsaa Gabiramadiin, Oromoo ammoo
Gaal*a jedhanii waamu. Garaagarummaan kanuma. Kan amma maalif
sabummaan maqaa dha’ama jedhamee maraatamuufs bar, sabummaa
dhuguma biyya diigee, yookaan tokkummaa biyyaa waan laaffisuuf osoo hin
taane akka durii sanatti maqaa nuuf moggaasanii nu waamuu waan
dhabaniifan ittiin jedhe. Yeros sana baayyee ajaa’isamtetu waraqaa
eenyummaa sana akka narraa fudhattee koppii godhachuu brabaaddu natti
himnaanin dide. Achumaan haasaa gedderte. (Hacaaluu Hundeessaa bara 2019 afaansaatiin qorataatti kan hime, Yaadannoo qorataarraa) | 13 870 |
| 19 | بدون متن... | 12 647 |
| 20 | Twentieth-Century Marxism | 11 665 |
