es
Feedback
Diinaa'ol Kumaa

Diinaa'ol Kumaa

Ir al canal en Telegram

Rakkina kee rakkisaa keetti hin himiin.

Mostrar más
El país no está especificadoLa categoría no está especificada
1 384
Suscriptores
Sin datos24 horas
+37 días
-1730 días
Archivo de publicaciones
Property-Tax-Proclamation-No.-1365-2025 (1).pdf1.09 MB

Waajjira lafaa Godinaalee 21 tiif.pdf18.87 MB

jildii 25ffaa Firaa'ol SDFHH .pdf4.56 KB

+3
Global Politics

+6
21_Urban_Legal_Cadastre_Registration_Payment_Computation_Istaandardii.pdf5.13 KB

Moojulii Qajeelfama Adabbii Itiyoophiyaa (2).pdf1.20 MB

+4
seera yakkaa hiikame.pdf2.01 MB

Qajeelfama Sirna Adabbii fooyya'e lakk.3/2017

+8
Moojulii Seera Ijaarsaa 2017.pdf1.25 MB

Repost from Firew Law Office
#Darbiins Yeroo Lafa Baadiyyaa by Shaalloo Huseen (LLB, LLM)

Repost from Jemal Kumbi
Labsii 813 2013 Afaan oromoo.pdf7.39 KB

Repost from Jemal Kumbi
+4
leenjii MM Magaalaa Shaashamanneetiif kenname

Qajelfamaa Bu. Nagahee.pdf6.25 MB

Repost from MISBA Law Office
Dhaddachi ijibbaataa MMWF murtii dirqiisaa gaafa guyyaa 04/02/2015 Lakk. G 222041 kenneen " Himatamaan deebii barreeffamaa keessatti mormii sadarkaa duraa jechuun kan hin deebisne yoo ta'ellee garuu deebii keessatti mormii sadarkaa duraa kanneen ta'an kaaseera taanan osoo dhagaha guututti hin darbin murtiin kennamuu akka qabu murteessee jira.

Repost from Temesgen A.Lawyer
✍️ Warra herrega baankii qabdan hundaaf Dhaddachi ijibaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa jildii 26ffaa lakk.galmee 175660 ta'e irratti namni tokko itti yaadee lakk.herrega nama biraa irratti qarshii kan darbarsee yoo ta'ee; dogongoraan ykn goyyomfamee akka ta'ee yoo hubachiise malee maallaqni sun akka isaaf deebi'uu gaafachuuf mirga kan hin qabnee ta'uu isaa murrti dirqisisaa kennee jira. ✍️ የባንክ አካውንት ላላችሁ በሙሉ የፌዴራል ጠቅላይ ፍ/ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በቅፅ 26 ሰ/መ/ቁ 175660 አንድ ሰው አስቦ ወደ ሌላ ሰው የባንክ አካውንት ገንዘብ ካስተላለፈ በስህተት ወይም ተጭበርብሮ መሆኑን ካላስረዳ ገንዘቡ እንዲመለስ የመጠየቅ መብት የሌለው መሆኑን አስገዳጅ የህግ ትርጉም ሰጥቶበታል፡፡

+4
Share Qajeelfama seera yakkaaa Kwt.525 irratti kenname.pdf

+3
01 kwt 35.pdf5.58 KB

+5
1690 a5 size Seera Deemsa Hariiroo Hawaasaa.pdf11.70 MB

+9
Kun Maateeriyaalii leenjii Mana Murtii Aadaati. warri maateeriyaalicha nugaafataa turtan kunoo isinii keennee jirra.

+1
Seera Adeemsa Falmii Hariiroo Hawaasaa Afaan Oromootti kan hiikame https://t.me/UmeeFi