cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Mostrar más
Finlandia793El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad11 902
Publicaciones publicitarias
7 861
Suscriptores
+324 horas
+167 días
+9930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Mata-duree. "Sababoota gurguddaa 15 kan 𝗬𝗲𝘀𝘂𝘀 𝗞𝗶𝗿𝗶𝘀𝘁𝗼𝘀, Waaqayyo ta’uu hin dandeenyee." 🛑 1. Rabbiin hin dhalatu, Yesus Kiristos immoo ni dhalate. 🛑 2. Waaqayyo namaa miti. [Seera Lakkoobsaa 23:19], [macaafa Hose’aa 11:9] Yesus Kiristos, immoo ilma namaati, [Yohannis 8:40]. 🛑 3. Waaqayyo hafuura (hin mul’atu jedhuudha), hin tuqamu, akka macaafichi jedhutti. [Yohannis 4:23-24]. Yesus Kiristos, immoo hafuura miti. [Luqaas 24:39]. 🛑 4. Waaqayyo addunyaa irratti ijaan hin argamu, sagaleen isaas hin dhaga’amu. [Yohannis 5:37]. Yesus Kiristos, immoo ijaan argamee jira, dhaga’amee jiras. 🛑 5. Waaqayyo fakkaattii hin qabu (wanti isa fakkaataa fi boca hin qabu). [Isaayaas Raajichaa 44:7], [Faarfannaa 89:6]. Yesus Kiristos, garuu fakkaattota hedduu qaba. [Ergaa gara Ibrootaa 1:8-10]. 🛑 6. Waaqayyo gonkumaa kan hin duune ta’uu. [Seera Keessa Deebii 32:40], [Xemotewos Isa Duraa 1:17, 6:16], [Roomaa 1:20-21, 25]. Yesus Kiristos, immoo akka Kiristiyaanonni jedhanitti du’ee jira. 🛑 7. Waaqayyo waan hunda beeka, Yesus Kiristos, garuu waan hunda hin beeku. [Maarqos 13:32]. 🛑 8. Waaqayyo humna qabeessa. Yesus Kiristos, garuu humna isaatiin homaa gochuu hin danda’u. [Yohannis 5:30]. 🛑 9. Waaqayyo hin mugus hin rafus. [Faarfannaa 121:2-4]. Yesus Kiristos, immoo rafee jira. [Luqaas 8:23-24], [Maarqos 4:38]. 🛑 10. Waaqayyo hin beela’u. Yesus Kiristos, garuu beela’ee jira. [Maarqos 11:12]. 🛑 11. Waaqayyo hin nyaatu. Yesus Kiristos immoo nyaatee jira. [11:19]. 🛑 12. Waaqayyo dhugaatiis hin hajamu. Yesus immoo dhugee jira. [Maatewos 26:29]. 🛑 13. Waaqayyo hin rakkatus, hin hiyyoomatus. Yesus Kiristos, garuu rakkatees jira, hiyyoomatees jira. [Maatewos 8:20]. 🛑 14. Waaqayyo saala hin qabus, hin kittaanatus. Yesus Kiristos, garuu saallis dhiira, kittaanatees jira. [Luqaas 2:21]. 🛑 15. Waaqayyo hin qoramu. [Maarqos 1:12-13], [Yaaqoob 1:13] Yesus garuu akka macaafni qulqulluun jedhutti sheyxaanaan qoramee jira. [Maatewos 4:1]. itti fufa... Waliif qoodaa keyrii tana facaasaa. Jzk ❤ 𝗤𝗢𝗣𝗛𝗘𝗘𝗦𝗦𝗔𝗔: © Ifaa Dhugaa @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Mostrar todo...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

14👍 6👏 3💯 2
Photo unavailableShow in Telegram
👍 15 3💯 2👏 1
16👍 5👏 2
13👏 4👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
10👍 6👏 2💯 1
Photo unavailableShow in Telegram
👍 18 11👏 3💯 3
Photo unavailableShow in Telegram
👍 21 18👏 4
Photo unavailableShow in Telegram
👍 7 6👏 2
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
16👍 6👏 5🔥 2💯 1