cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

Більше
Рекламні дописи
7 892
Підписники
+224 години
+327 днів
+9630 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
👍 2 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
4👍 1👏 1💯 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu Mee linkii kanaa gad jirtu tuqaatii galmaa'aa, tap tap godhaa , kheeyrii hin dhabdu!! 1, Jalqaba linkii kana irratti click gootanji seentu 2, Itti aansuun start isa jedhu tuqxanii galmooftu 3, Itti fuftanii taptap gootanii 500 fixxu. 4, Join our social ishee jettuu fi join our sooiana wallet ishee jettu xuqxanii galmooftu. Ammuma jalqabaa linkii kanaa gadii xuqaa seenaa👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_480700549
Показати все...
👍 5
Фото недоступнеДивитись в Telegram
👍 13 6👏 2💯 2
Hojiin keenya kamuu yoo niyyaan tole qofa nu fayyada; yoo kana hin taane balaa guddaadha: Deeds are by intentions إنما الأعمال بالنيات Umar bin Al-Khaxxaab irraa odeeffamee رضي الله عنه ni jedhe: Ergamaa Rabbiitii صلى الله عليه وسلم akkana jedhanuun dhaga'e: إِنَّمَا الْأَعْمَالُ بِالنِّيَّاتِ وَإِنَّمَا لِكُلِّ امْرِئٍ مَا نَوَى فَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ فَهِجْرَتُهُ إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ وَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ لِدُنْيَا يُصِيبُهَا أَوِ امْرَأَةٍ يَنْكِحُهَا فَهِجْرَتُهُ إِلَى مَا هَاجَرَ إِلَيْهِ "Hojiin kamuu sirrii ta'ee kan argamu niyyaadhaani. Nama hundaafuu wanta inni niyyatetu jira. Namni godaansi isaa (niyyaadhaan) gara Rabbiifi Ergamaa isaa ta'e, godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma Rabbiitiifi Ergamaa Isaati. Namni godaansi isaa gara addunyaa ishee argatuu yookiin dubartii ishee fuudhuu taate godaansi isaa (mindaadhaanis) garuma waan itti godaaneeti." Hadiisicha Bukhaariifi Muslimtu gabaasan. Waan hadiisicha irraa fudhatamu 1. Dalagaan tokko fayyaa ta'ee argamuufi baduun isaa niyyaa irratti hundaa'a. 2. Dalagaan heeyyamamaa tae kamiyyuu niyyaa gaariidhaan yoo dalagame ibaadaa ni ta'a. 3. Namni Muslimaa dalagaa hunda keessatti niyyaa isaa sirreeffatee (jaalala Rabbii barbaachaaf) dalaguu barbaachisa. 4. Niyyaan dalagaa kamiifuu ulaagaa isa bu'uuraati. Garuu daangaa dabree ittiin shayxaanni nama seenuu hin qabu. 5. Niyyaan bakki ishee qalbiidha; kanaafuu afaaniin ishee jedhuun bida'aa dha. Kan imaam As-shaafi'iin salaata jalqaba irratti ni jedhama jedhaniiruun irraa odeeffamu kijiba malee isaan eessattuu hin jenne. 6. Nama argisiifachuufi dhageessisiifachuu irraa eeggachuun dirqama. Akkasumas hojii mindaan Rabbii ittiin barbaadamu addunyaaf jecha dalaguu irraa eeggachuun barbaachisaadha. Sababni isaas kun hundinuu badii guddaa ta'a. 7. Dalagaa qalbiitti bakka guddaa kennuu qabna. 8. Godaansi dalagaa guddaa ta'uu hubanna. Hubannoo Walii galii galaa Hadiisni kun Islaama keessatti seera bu'uuraa guddaa ta'e of keessaa qaba. Innis niyyaa yoo ta'u, madaalli dalagaa isa irratti hundaa'a. Niyyaa bakka lamatti qooduun ni danda'ama. Isaanis: Ikhlaasaafi niyyaa dalagaa ittiin adda baasanuudha. Ikhlaasa jechuun waan dalaganuun mindaa Rabbiin biraa barbaadanii dalaguudha. Namni ikhlaasa qabu akka wanti Rabbiin biraa hunda irra caalu sirriitti beeka. Kanaafuu bu'aa addunyaa barbaachaaf jecha dalagaa khayrii hin dalagu. Wanti uumama biraa akka baduufi kan Rabbii hafaa akka ta'e ni beeka. Rabbiin ni jedhe: "Wanti isin biraa ni dhuma. Wanti Rabbiin biraa immoo hafaadha. Isaan obsaniif mindaa isaanii irra gaarii waan isaan dalagaa turaniitiin isaan mindeessina" (An-nahl: 96). Namni kana beeke immoo hojiin isaa hundinuu kabajaa nama biraa barbaacha ta'uu bira tarti; akkasumas faayidaa duuniyaa duubatti dhiifti. Fedhii lubbuutiin deemuu irraas ni duroomti. Sawaabuma Rabbii barbaacha qofaaf jecha hojjata. Rabbiin ni jedhe: "Nama (duniyaa) jerjertuu taate kana fedhu, ishee keessatti nama feeneef waan feene jerjersina. Ergasii Ibidda jahannam arrabsamaa, darbamaa ta’ee kan seenu isaaf goona. Nama Aakhiraa fedhee haala dhugoomsee jiruun hojii ishee isiif hojjate, warra san hojiin isaanii galateeffatamaa ta’eera" (Al-israa'i:18-19). Yoo niyyaan inni kun bade hojichi guutummaan guutuutti ni bada. Walumaa galatti hanqinni ikhlaasaa hojii diinii hunda ni jeeqa. Kanaafuu Rabbiin sodaannee fuula isaa barbaachaaf qofa haa dalagnu. Niyyaan inni lammaffaa immoo gosa hojii adda baasuuf tajaajila. Fakkeenyaaf salaata sunnaafi waajiba adda baasuuf nu gargaara. Dhiqannaa aadaafi kan janaabaa adda foo'uuf tajaajila. Inni kun ammas mutaaba'aa yookiin Rasuula hordofuu keessattis ga'ee guddaa qaba. https://t.me/glababor/804
Показати все...
Gali Ababor Official

Deeds are by intentions إنما الأعمال بالنيات Umar ibn al-Khattab reported: The Messenger of Allah, peace and blessings be upon him, said: إِنَّمَا الْأَعْمَالُ بِالنِّيَّاتِ وَإِنَّمَا لِكُلِّ امْرِئٍ مَا نَوَى فَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ فَهِجْرَتُهُ إِلَى اللَّهِ وَرَسُولِهِ وَمَنْ كَانَتْ هِجْرَتُهُ لِدُنْيَا يُصِيبُهَا أَوِ امْرَأَةٍ يَنْكِحُهَا فَهِجْرَتُهُ إِلَى مَا هَاجَرَ إِلَيْهِ Verily, deeds are only with intentions. Verily, every person will have only what they intended. Whoever emigrated to Allah and his messenger, his emigration is for Allah and his messenger. Whoever emigrated to get something in the world or to marry a woman, his emigration is for that to which he emigrated. Source: Ṣaḥīḥ al-Bukhārī 54 And Muslim

👍 17 6👏 2💯 2
Mata-duree. "Sababoota gurguddaa 15 kan 𝗬𝗲𝘀𝘂𝘀 𝗞𝗶𝗿𝗶𝘀𝘁𝗼𝘀, Waaqayyo ta’uu hin dandeenyee." 🛑 1. Rabbiin hin dhalatu, Yesus Kiristos immoo ni dhalate. 🛑 2. Waaqayyo namaa miti. [Seera Lakkoobsaa 23:19], [macaafa Hose’aa 11:9] Yesus Kiristos, immoo ilma namaati, [Yohannis 8:40]. 🛑 3. Waaqayyo hafuura (hin mul’atu jedhuudha), hin tuqamu, akka macaafichi jedhutti. [Yohannis 4:23-24]. Yesus Kiristos, immoo hafuura miti. [Luqaas 24:39]. 🛑 4. Waaqayyo addunyaa irratti ijaan hin argamu, sagaleen isaas hin dhaga’amu. [Yohannis 5:37]. Yesus Kiristos, immoo ijaan argamee jira, dhaga’amee jiras. 🛑 5. Waaqayyo fakkaattii hin qabu (wanti isa fakkaataa fi boca hin qabu). [Isaayaas Raajichaa 44:7], [Faarfannaa 89:6]. Yesus Kiristos, garuu fakkaattota hedduu qaba. [Ergaa gara Ibrootaa 1:8-10]. 🛑 6. Waaqayyo gonkumaa kan hin duune ta’uu. [Seera Keessa Deebii 32:40], [Xemotewos Isa Duraa 1:17, 6:16], [Roomaa 1:20-21, 25]. Yesus Kiristos, immoo akka Kiristiyaanonni jedhanitti du’ee jira. 🛑 7. Waaqayyo waan hunda beeka, Yesus Kiristos, garuu waan hunda hin beeku. [Maarqos 13:32]. 🛑 8. Waaqayyo humna qabeessa. Yesus Kiristos, garuu humna isaatiin homaa gochuu hin danda’u. [Yohannis 5:30]. 🛑 9. Waaqayyo hin mugus hin rafus. [Faarfannaa 121:2-4]. Yesus Kiristos, immoo rafee jira. [Luqaas 8:23-24], [Maarqos 4:38]. 🛑 10. Waaqayyo hin beela’u. Yesus Kiristos, garuu beela’ee jira. [Maarqos 11:12]. 🛑 11. Waaqayyo hin nyaatu. Yesus Kiristos immoo nyaatee jira. [11:19]. 🛑 12. Waaqayyo dhugaatiis hin hajamu. Yesus immoo dhugee jira. [Maatewos 26:29]. 🛑 13. Waaqayyo hin rakkatus, hin hiyyoomatus. Yesus Kiristos, garuu rakkatees jira, hiyyoomatees jira. [Maatewos 8:20]. 🛑 14. Waaqayyo saala hin qabus, hin kittaanatus. Yesus Kiristos, garuu saallis dhiira, kittaanatees jira. [Luqaas 2:21]. 🛑 15. Waaqayyo hin qoramu. [Maarqos 1:12-13], [Yaaqoob 1:13] Yesus garuu akka macaafni qulqulluun jedhutti sheyxaanaan qoramee jira. [Maatewos 4:1]. itti fufa... Waliif qoodaa keyrii tana facaasaa. Jzk ❤ 𝗤𝗢𝗣𝗛𝗘𝗘𝗦𝗦𝗔𝗔: © Ifaa Dhugaa @Kennaapost @Kennaapost T.me/Kennaapost
Показати все...
KENNAA

KENNAA Dhaloota Qubeetiif!! Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!! Chaanaalii kana irraa👇 👉DA'AWAA 👉ODEEYFANNOO 👉WALALOO 👉ASOOSAMA 👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!! ✍yaadaaf👇 @AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!

18👍 7👏 3💯 3
Фото недоступнеДивитись в Telegram
👍 19 5💯 2👏 1
18👍 5👏 2
15👏 4👍 3