cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

Mostrar más
Etiopía2 737El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad12 021
Publicaciones publicitarias
8 108
Suscriptores
+524 horas
+427 días
+38930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

📕Buluuga Hadiisa 40ffaa -Sheikh Abdulkariim Ahmad - Hafizahullaah Youtube: https://youtube.com/@Abu_Muhammad.?si=PID5nnXmf5fyLr1y Telegram: https://t.me/sheyk_abdulkarim/906          •┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈• 🎙الشيخ عبد الكريم أحمد حفظه الله ورعاه          •┈┈┈┈•✿❁✿•┈┈┈┈• ═════ ≪ °📓🖇📓° ≫ ═════  📚 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐮𝐮𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐟 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚𝐚 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/sheyk_abdulkarim/577
Mostrar todo...
buluuga_hadiisa_40ffaa_sheikh_abdulkariim_ahmad_hafizahullaah.m4a57.75 MB
Hojiilee Graphics Gara garaa namoonni barbaaddan Design isin feetaniin Isiniif qopheessina. Hojiilee Qulqulluummaa qaban Amanamummaadhan Isiniif hojjanna. Qola kitaabaa, Loogoo, flyer fi kan kana fakkaatan yoo barbbaaddan Na qunnamaa @seyfal_islam . Yeroo Gabaabaa keessaatti Hojii #Quality Qabu isin biraan geenya. Nu Qunnamuuf : @seyfal_islam
@seyfal_islam @seyfal_islam
Mostrar todo...
Mallattoo Qiyaamaa xixiqqoo irraa tokko tokko mumuldhachuu eegalaa jira. Rabbiin nu haa baraaru!
Mostrar todo...
👍 10
Rabbiin dhugaa dubbate. يُسَبِّحُ لِلَّهِ مَا فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِى ٱلْأَرْضِۖ لَهُ ٱلْمُلْكُ وَلَهُ ٱلْحَمْدُۖ وَهُوَ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ قَدِيرٌ هُوَ ٱلَّذِى خَلَقَكُمْ فَمِنكُمْ كَافِرٌ وَمِنكُم مُّؤْمِنٌۚ وَٱللَّهُ بِمَا تَعْمَلُونَ بَصِيرٌ خَلَقَ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضَ بِٱلْحَقِّ وَصَوَّرَكُمْ فَأَحْسَنَ صُوَرَكُمْۖ وَإِلَيْهِ ٱلْمَصِيرُ يَعْلَمُ مَا فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ وَيَعْلَمُ مَا تُسِرُّونَ وَمَا تُعْلِنُونَۚ وَٱللَّهُ عَلِيمٌۢ بِذَاتِ ٱلصُّدُورِ Wanti samii keessaafi wanti dachii keessaa hundi Rabbiin qulqulleessa. Mootummaan kan Isaa ti; faarunis kan Isaati. Inni waan hunda irratti danda'aadha. Inni Isa isin uume. Isin irraa Kaafirris ni jira; isin irraa Mu'uminnis ni jira. Rabbiin waan isin dalagdan argaadha. Samiifi dachii dhugaan uume. Isinis bocee boca keessan gaaromse. Deebiinis garuma isaati. Wantoota samiifi dachii keessa jiru hunda ni beeka; akkasumas waan isin dhoksitaniifi waan isin ifa gootan ni beeka. Rabbiin waan qoma keessaa beekaadha. [64:1-4]
Mostrar todo...
👍 6
Namoooni Channel telegram Beeksifachuu barbaaddan Na qunnamaa 👇👇 @seyfal_islam
Mostrar todo...
Mostrar todo...
☆𝐉𝐎𝐈𝐍☆
☆𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐓𝐄𝐋𝐄𝐆𝐈𝐑𝐀𝐌 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋☆
☆𝐀𝐝𝐝 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥☆
✦𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧✦
Waaqayyo waan hunda danda’aadha. Yesuus garuu waan Rabbiin dandeesise malee hin danda'u. Seera uumama;- 17:1 “እኔ ኤልሻዳይ (ሁሉን የሚችል እግዚአብሔር ነኝ” "Abaraham nama waggaa sagaltamii sagal yeroo ta’etti Waaqayyo isatti muldhatee, “Anis El-shaadaayiidha” El-shaadaayii jechuun “Waaqayyo isa hundumaa danda’u” jechuudha. “balleessa kan hin qabne ta’ii, fuula koo deddeebi’ii” Macaafa seera uumamaa kana isa Nabiyyi Museen barreesse jedhame kanatti, Waaqayyo Abrahamitti muldhatee, “An Waaqayyo isa waan hunduma danda’uudha” jedhe. Museen seenaa Abbaa keenya Nabiyyi Abaraham kitaaba isaa keessatti barreessuun, abbootiin keenya kanaan duraas, waaqayyo isa hunda danda’aa sanatti amanaa turan jechuu barsiisuudhaafi. Kana irraa wanti nu hubannu, barnoonni Abraham fi Musee walfakkaataa ta’uu fi akkasumas Nabiyyoonni hunduu waa’ee waaqayyoo barsiisuu akka dhufaniidha. Barnoota Abraham fi barnoota Musee keessatti; waa’een sillaasee gonkuma hin jiru. Akkuma kana barnoota Yesuus keessattis waa’een sillaasee hin jiru. Waa’een sillaasee; erga Nabiyyi Yesuus gara waaqaatti ol fuudhamee waggaa dheeraan booda waan argameedha. Kanaafis; macaafni qulqulluu nama hedduun barreeffame kun, haasaa dhimma nama dhuunfaa qabaachuun isaati. Osoo waan Yesuus barreessee lafa kaa’ee gara waaqaa ol fuudhame ta’eetii, wal dhabbiin macaafa keessatti hin argamu ture. Namni heddu; akkuma yaada heddu burqisiisuu danda’u, yaada mataa isaaniin macaafa waan barreessaniif wal-dhabbiin argame. Waan Ayhuudoonni itti taphatan waan ta’eef karaa irraa ce’ee, yaada nama dhuunfaan fi fedhii nama dhuunfaan guutamee barreeffameera. Isaan seera waaqaa dhiisanii, ofii isaanii akka isaanii mijatutti seera baasuun, waan isaanii tolu qofa macaafa jedhanii barreessani. Kaan immoo, waan duraan isaan ummata gara amantiitti deebisuuf xalayaa fi kitaaba gabaabaa barreessanii gara naannoo garaagaraatti ergantu, har’a “macaafa qulqulluu” jedhamee fudhatamee jira. Akkuma macaafa kakuu moofaa keessatti; raajiin, faarfannaan, weedduun, seenaan moototaa, waa’een jaalalaa, fi wanti kana fakkaatu keessa gale, macaafa kakuu haaraa jedhamu kana keessatti illee yaadni namaa akka gale nu argitu. Mee kitaabolee kanaa gadii ilaalaa! Ergaa gara Roomaa, ergaa gara Qoronxos, ergaa gara Efeson, ergaa gara Filiphisiiyus, ergaa gara Galaatiyaa, ergaa gara Qolosaayis, ergaa gara Teselonqee, ergaa gara Ximootiyoos, ergaa gara Tiitoos, ergaa gara Filemon fi kanneen kana fakkaatan hedduun waan namni “Phaawulos” jedhamu, harka isaatiin naannoo garaa garaaf waamicha gochuuf barreesseedha. Yeroo ammaa kana kitaaboleen kunniin kiristaanota fi pirootestantota biratti, akka waan waaqa irraa bu’eetti “macaafa qulqulluu” jedhamee fudhatama. Kanas; yeroo namni gaafate, “hafuura qulqulluun guutamanii barreessan” jedhu. Gaaffin koo, Waaqni, “macaafni koo duraa sirrii miti waan ta’eef, kan biraa barreessaa” jedhee ajaje jechuudhaa? Eenyu jecha Waaqayyo jijjiiruu danda’a? Waaqni, “An waan hunda danda’aadha” hin jennee? 👉 Telegram channel https://t.me/Dhugaa_Dhokate 👉 Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Mostrar todo...
Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

😁
Mostrar todo...
Macaafni; " Ani hin jijjiiramu'' jedha. Kiristaanotni garuu waggaa waggaadhan jijjiiru. Yohaannis:- 35-37 (የእግዚአብሔር ቃል የመጣላቸውን ‘አማልክት’ ካላቸውና መጻሕፍም ሊሻር የማይቻል ከሆነ፣ ታዲያ፣ ‘የእግዚአብሔር ልጅ ነኝ’ ስላልሁ፣ አብ ለራሱ ለይቶ የቀደሰውንና ወደ ዓለም የላከውን፣ ተሳድበሃል ብላችሁ ለምን ትወነጅሉኛላችሁ?) (Waaqayyo warra dubbiin isaa itti kennameen 'Waaqayyoota' jedhe; waan macaafni jedhus hin diigamu. Yoos immoo ana, isa abbaan qulqulleessee gara biyya lafaatti erginaan, 'Ani ilma Waaqayyooti' jedhe kanaan, attamitti 'Waaqayyoon arrabsita' jettu ree? Egaa ani hojii abbaa koo hin hojjedhu yoon ta'e, anatti hin amaninaa.) Gaaffiin keenya:- 1. Seerri Rabbii maaliif diigama? 2. Dubbii Waaqayyoo dubbatetu dogongora qaba moo? Maaliif waggaa waggaadhan macaafni haaraan maxxanfama? 3. Waaqatu ''kitaaba sana dogongoreen jira, naaf sirreessaa'' jedhe moo? Mindaa ittiin nyaachuufi? 4. Kiristaanotni Waaqa dogongorutti amanu jechuudhaa? 👉 Telegram channel https://t.me/Dhugaa_Dhokate 👉 Telegram channel https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa 👉 Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
Mostrar todo...
Dhugaa Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ

👍 4
﴿إِنَّ اللهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾. «اللَّهُمَّ اجْعَلْ صَلَوَاتِكَ وَبَرَكَاتِكَ وَرَحْمَتَكَ عَلَى سَيِّدِ المُرْسَلِينَ وَإمَامِ المُتَّقِينَ وَخَاتَمِ النَّبِيِّينَ مُحَمَّدٍ عَبْدِكَ وَرَسُولِكَ إمَامِ الخَيْرِ وَقَائِدِ الخَيْرِ وَرَسُولِ الرَّحْمَةِ ، اللَّهُمَّ ابْعَثْهُ مَقَامًا مَحْمُودًا يَغْبِطُهُ بِهِ الأوَّلُونَ وَالآخِرُونَ ، اللَّهُمَّ تَقَبَّلْ شَفَاعَتَهُ الكُبْرَى وَارْفَعْ دَرَجَتَهُ العُلْيَا وَآتِهِ سُؤْلَهُ فِي الآخِرَةِ وَالأُولَى كَمَا آتَيْتَ إبْرَاهِيمَ وَمُوسَى .. اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ، اللَّهُمَّ بَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إبْرَاهِيمَ إنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ».
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.