es
Feedback
Oduu

Oduu

Ir al canal en Telegram

Oduu midiyaalee garaagaraa qindeesittu. #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram Oduu

El canal Oduu (@oduuoromo) en el segmento lingüístico de Javanés es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 13 998 suscriptores, ocupando la posición 14 677 en la categoría Noticias y medios y el puesto 2 456 en la región Etiopía.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 13 998 suscriptores.

Según los últimos datos del 26 septiembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -75, y en las últimas 24 horas de -1, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 5.32%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 2.90% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 745 visualizaciones. En el primer día suele acumular 406 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 1.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“Oduu midiyaalee garaagaraa qindeesittu. #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN”

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 27 septiembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Noticias y medios.

13 998
Suscriptores
-124 horas
+227 días
-7530 días
Archivo de publicaciones
Oduu
13 998
Iraan torban tokko keessatti Ulaa Hormuuz dooniwwan daldalaaf banuuf yaada walii galtee dhiyeessite Tiraamp kufaa taasise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/20bpeAc

Oduu
13 998
''Akka aadaan jedhamu simbirroon Masqalaa kunneen kan badanii tibbama masqalaa mullatan osoo hintaane, kan yeroo hunda nu waliin jiraataniidha.'' via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YGfZQSe

Oduu
13 998
Pirezedaantiin Chaayinaa Shii Jinpiing torban kana Waashington DC yoo daawwatan waggaa 11 asitti daawwannaa isaanii gara Ameerikaa kan jalqabaati. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qW1weTx

Oduu
13 998
Tibbana Al-Qaayidaan yaadannoo wagga 25'ffaa haleellaa 9/11 Yunaayitid Isteetis irratti raawwatame sababeeffachuun viidiyoo daqiiqaa 52fi sekondiiwwan 36 dheeratufi bifa dokumantariin qophaa'e gadhiisera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/12wktIO

Oduu
13 998
Haleellaan qilleensaa bara kana Hagayya 20, 2026 magaalaa Maqalee naannoo Daayiroo keessatti mana jireenyaa irratti raawwatame, yakka waraanaa ta'uu danda'a jechuun dhabbanni mirga namoomaa Humansi Raayit Woochi(HRW) ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YSDEyjB

Oduu
13 998
Seera maallaqaa Piriimer Liigii cabse jedhamuun Maanchester Siitiirratti himannaawwan 115 waggaa lamaa oliif irratti dhiyaate dhumarratti murtee argateera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bhYMSDT

Oduu
13 998
Waraana Tigraay: 'Tigraayitti tajaajilli bilbilaa fi intarneetii kan adda cite ajaja TPLF dabarseeni'- Rooyitarsi via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1v5UIEb

Oduu
13 998
Dr. Nagaraa Guddataa hayyuun Saayinsii Siyaasaafi xiinxalaa dhimma Baha Afrikaati. TPLF waraana marsaa ammaa kana kan jalqabeef sababoota mataa isaa ni qabaata, garuu sababoota isaan kaasan kun fudhatama kan qaban ta'uu dhiisuu danda'u jedha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bIq40DB

Oduu
13 998
Ogeessonni kana hordofan akka jedhanitti, gaazii hangamiitu akka uumame galmeessuun qorattoonni namoonni yeroo a#hangamii akka gaazii kana baasan hordofuuf gargaara. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WEcO6Tp

Oduu
13 998
Artist Daawwitee Mokonnin turtii biyya bakkee waggoota 27 ta'u booda gara biyyasaatti deebi'eera. Wayita Buufata Xiyyaaraa Idiladdunyaa Boolee ga'u qondaalota mootummaa, artistoota Oromoo, Abbootii Gadaa fi hiriyoota isaan simatameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XnRdZyT

Oduu
13 998
Naannoo Tigraay keessatti, Kamisa halkan irraa eegalee tajaajilli bilbilaa fi interneetii Itiyoo-Telekoom adda cituun gabaafame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5pv3qx9

Oduu
13 998
Siyaasa keessatti 'diinni bara baraas ta'aee firri bara baraa hin jiru' akkuma jedhamu, Itoophiyaa keessatti yeroo garaa garaatti dhaabonni ijjannoo faallaa fa'aa qaban 'kaayyoo waloof' jechuun walitti dhufanii tokkummaa tolfataniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Htv2SWT

Oduu
13 998
Qabsoon Oromoo itti aanuu maal irratti xiyyeeffachuu qaba? Dhimma kana irratti qabsaa'aa gameessi yeroo dheeraaf qabsoo siyaasaa keessatti hirmaachaa turan obbo Baggalaa Nagaa BBC waliin turtii taasisaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HdJ7aou

Oduu
13 998
Kaadhimamtoonni dubartootaa dorgommii keessa jiran Kaarolaayin Roodiriigeez Birket, Rebeka Giriinispan Mayufis, Maariyaa Farnaandeez Epinoozaa Gaarsis, Ivoon A-Baakii fi Misheel Baashileet Yeeriyaa jedhamu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WJrvEeG

Oduu
13 998
Pireezidantiin duraanii bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay L/Jeneraal Taaddasa har'a Kamisa waaree booda humnoota Tigraayiin mana isaaniitii fudhatamuu maatiin BBCtti himan. Gaafa Roobii eegdonni isaanii geeddaramuun eegumsa olaanaa keessa turan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QPIKz5R

Oduu
13 998
Raayyaan Ittisa Biyyaa ajajaa Iizii Kaaba-Bahaa eeruun fuula Feesbuukii isaarratti, "dhaabni nagaa jibbuufi seeraan ala ta'e TPLF abidda ofii isaatiin qabsiiseen labalabameera," jechuun ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/A4Vhgbq

Oduu
13 998
Miseensonni humnoota nageenyaa mana jireenyaa Leetenaant Jneraala Taaddesee Worredee eegaa turan kaleessa halkan keessa "akka jijjiiraman" fi maatiin isaas "gadi ba'uu" akka hin dandeenye BBCn maddeen irraa hubachuu danda'eera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yi8YlI1

Oduu
13 998
Humnoonni Tigraay guyyaa Roobii ganama buufata xiyyaaraa Aluulaa Abbaa Naggaa magaalaa Maqalee jiru to'achuun isaanii erga dhagahamee booda balaliin gara Tigraayitti taasifaman adda citan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jWt0QFY

Oduu
13 998
Akka xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mohaammad jedhutti, wal ta'iinsi hidhattoota kanaa ''tumsa sirna ijaaruu osoo hin ta'in tumsa sirna diiguu qofa'' dha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OI0iNZj

Oduu
13 998
Itoophiyaa;- Tibbana hidhattoonni Itoophiyaa torba waraanaan mootummaa aangoorraa buusuuf qindoomuu isaani ilaalchisee waanti gama mootumman jedhame maali?Dhimma nageenya irratti gorsaa Perizdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan ta'an Birgaadir Jeneraal Hayiluu Gonfaa waanti jedhan kunooti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bBkaeVg