Oduu
前往频道在 Telegram
Oduu midiyaalee garaagaraa qindeesittu. #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN
显示更多📈 Telegram 频道 Oduu 的分析概览
频道 Oduu (@oduuoromo) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 998 名订阅者,在 新闻与媒体 类别中位列第 14 677,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 456 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 998 名订阅者。
根据 26 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -75,过去 24 小时变化为 -1,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 5.32%。内容发布后 24 小时内通常能获得 2.90% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 745 次浏览,首日通常累积 406 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 1。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Oduu midiyaalee garaagaraa qindeesittu.
#VOA-afaan-oromoo
#BBC-afaan-oromoo
#Fanabc-afaan-oromoo
#OBN”
凭借高频更新(最新数据采集于 27 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 新闻与媒体 类别中的关键影响点。
13 998
订阅者
-124 小时
+227 天
-7530 天
帖子存档
13 998
Iraan torban tokko keessatti Ulaa Hormuuz dooniwwan daldalaaf banuuf yaada walii galtee dhiyeessite Tiraamp kufaa taasise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/20bpeAc
13 998
''Akka aadaan jedhamu simbirroon Masqalaa kunneen kan badanii tibbama masqalaa mullatan osoo hintaane, kan yeroo hunda nu waliin jiraataniidha.''
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YGfZQSe
13 998
Pirezedaantiin Chaayinaa Shii Jinpiing torban kana Waashington DC yoo daawwatan waggaa 11 asitti daawwannaa isaanii gara Ameerikaa kan jalqabaati.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qW1weTx
13 998
Tibbana Al-Qaayidaan yaadannoo wagga 25'ffaa haleellaa 9/11 Yunaayitid Isteetis irratti raawwatame sababeeffachuun viidiyoo daqiiqaa 52fi sekondiiwwan 36 dheeratufi bifa dokumantariin qophaa'e gadhiisera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/12wktIO
13 998
Haleellaan qilleensaa bara kana Hagayya 20, 2026 magaalaa Maqalee naannoo Daayiroo keessatti mana jireenyaa irratti raawwatame, yakka waraanaa ta'uu danda'a jechuun dhabbanni mirga namoomaa Humansi Raayit Woochi(HRW) ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YSDEyjB
13 998
Seera maallaqaa Piriimer Liigii cabse jedhamuun Maanchester Siitiirratti himannaawwan 115 waggaa lamaa oliif irratti dhiyaate dhumarratti murtee argateera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bhYMSDT
13 998
Waraana Tigraay: 'Tigraayitti tajaajilli bilbilaa fi intarneetii kan adda cite ajaja TPLF dabarseeni'- Rooyitarsi
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1v5UIEb
13 998
Dr. Nagaraa Guddataa hayyuun Saayinsii Siyaasaafi xiinxalaa dhimma Baha Afrikaati. TPLF waraana marsaa ammaa kana kan jalqabeef sababoota mataa isaa ni qabaata, garuu sababoota isaan kaasan kun fudhatama kan qaban ta'uu dhiisuu danda'u jedha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bIq40DB
13 998
Ogeessonni kana hordofan akka jedhanitti, gaazii hangamiitu akka uumame galmeessuun qorattoonni namoonni yeroo a#hangamii akka gaazii kana baasan hordofuuf gargaara.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WEcO6Tp
13 998
Artist Daawwitee Mokonnin turtii biyya bakkee waggoota 27 ta'u booda gara biyyasaatti deebi'eera. Wayita Buufata Xiyyaaraa Idiladdunyaa Boolee ga'u qondaalota mootummaa, artistoota Oromoo, Abbootii Gadaa fi hiriyoota isaan simatameera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XnRdZyT
13 998
Naannoo Tigraay keessatti, Kamisa halkan irraa eegalee tajaajilli bilbilaa fi interneetii Itiyoo-Telekoom adda cituun gabaafame.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5pv3qx9
13 998
Siyaasa keessatti 'diinni bara baraas ta'aee firri bara baraa hin jiru' akkuma jedhamu, Itoophiyaa keessatti yeroo garaa garaatti dhaabonni ijjannoo faallaa fa'aa qaban 'kaayyoo waloof' jechuun walitti dhufanii tokkummaa tolfataniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Htv2SWT
13 998
Qabsoon Oromoo itti aanuu maal irratti xiyyeeffachuu qaba? Dhimma kana irratti qabsaa'aa gameessi yeroo dheeraaf qabsoo siyaasaa keessatti hirmaachaa turan obbo Baggalaa Nagaa BBC waliin turtii taasisaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HdJ7aou
13 998
Kaadhimamtoonni dubartootaa dorgommii keessa jiran Kaarolaayin Roodiriigeez Birket, Rebeka Giriinispan Mayufis, Maariyaa Farnaandeez Epinoozaa Gaarsis, Ivoon A-Baakii fi Misheel Baashileet Yeeriyaa jedhamu.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WJrvEeG
13 998
Pireezidantiin duraanii bulchiinsa yeroo Naannoo Tigraay L/Jeneraal Taaddasa har'a Kamisa waaree booda humnoota Tigraayiin mana isaaniitii fudhatamuu maatiin BBCtti himan. Gaafa Roobii eegdonni isaanii geeddaramuun eegumsa olaanaa keessa turan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QPIKz5R
13 998
Raayyaan Ittisa Biyyaa ajajaa Iizii Kaaba-Bahaa eeruun fuula Feesbuukii isaarratti, "dhaabni nagaa jibbuufi seeraan ala ta'e TPLF abidda ofii isaatiin qabsiiseen labalabameera," jechuun ibse.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/A4Vhgbq
13 998
Miseensonni humnoota nageenyaa mana jireenyaa Leetenaant Jneraala Taaddesee Worredee eegaa turan kaleessa halkan keessa "akka jijjiiraman" fi maatiin isaas "gadi ba'uu" akka hin dandeenye BBCn maddeen irraa hubachuu danda'eera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/yi8YlI1
13 998
Humnoonni Tigraay guyyaa Roobii ganama buufata xiyyaaraa Aluulaa Abbaa Naggaa magaalaa Maqalee jiru to'achuun isaanii erga dhagahamee booda balaliin gara Tigraayitti taasifaman adda citan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jWt0QFY
13 998
Akka xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mohaammad jedhutti, wal ta'iinsi hidhattoota kanaa ''tumsa sirna ijaaruu osoo hin ta'in tumsa sirna diiguu qofa'' dha.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OI0iNZj
13 998
Itoophiyaa;- Tibbana hidhattoonni Itoophiyaa torba waraanaan mootummaa aangoorraa buusuuf qindoomuu isaani ilaalchisee waanti gama mootumman jedhame maali?Dhimma nageenya irratti gorsaa Perizdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa kan ta'an Birgaadir Jeneraal Hayiluu Gonfaa waanti jedhan kunooti.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/bBkaeVg
