uz
Feedback
Oduu

Oduu

Kanalga Telegram’da o‘tish

Oduu midiyaalee garaagaraa qindeesittu. #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali Oduu analitikasi

Oduu (@oduuoromo) Yava til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 14 151 obunachidan iborat bo'lib, Yangiliklar & Media toifasida 14 824-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 2 386-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 14 151 obunachiga ega bo‘ldi.

27 Iyul, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -192 ga, so‘nggi 24 soatda esa 4 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 5.37% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 3.04% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 760 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 430 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 1 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
Oduu midiyaalee garaagaraa qindeesittu. #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 28 Iyul, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Yangiliklar & Media toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

14 151
Obunachilar
+424 soatlar
-77 kunlar
-19230 kunlar
Postlar arxiv
Oduu
14 151
Baqattoonni Itoophiyaa Masirii jiran qaamoleen mootummaa fi ummanni biyyattii ''isin warra bishaan nurraa kute,'' jechuun miidhaa irraan gahaa jiraachuu BBCtti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1nkmOFR

Oduu
14 151
Sa'udi Arabiyaan dabalataan lammiilee Itoophiyaa shan ta'an bakka Asir jedhamutti du'aan adabuu beeksiste. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kedHUu5

Oduu
14 151
Ameerikaan misaa'eloota bakka buusuun salphaa hin taane hedduu Iraanitti dhukaasteetti. Garuu, dhugumatti US meeshaalee waraanaa ishee of harkaa fixxee galma waraanaa fi dirqama ishee ba'achuuf qoramaa jirtii? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1UrWQl9

Oduu
14 151
Yeroo mootummaan Itoophiyaa mariin biyyaalessaa rakkoo siyaasaa biyyattii furuuf murteessaa ta'e gara xumurarra ga'eera jedhutti, namootni siyaasaa fi paartileen mormitoota Oromoo qeeqaa adda addaa dhiyeessaa jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VLlmPGr

Oduu
14 151
Itoophiyaatti dubartoonni dhibbeentaa 50 ol abbaan warraa haadha warraa reebuuf sababa gahaa qabaachuu danda'a jedhanii akka amanan qorannoon Tajaajila Istaastiksii Itoophiyaa mul'ise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lFrzufJ

Oduu
14 151
Pirezidaantiin US Doonaald Tiraamp Iraan waliin "haala gaariin mariyataa jirra" jechuun yoo ibsu, Iraan ammoo kallattiin mariyataa akka hin jirre ibsite. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tTgMQGC

Oduu
14 151
Pirezidaantiin Fifa Jiyaanii Infaantiinoo ''haga jibba facaastan waaqa kadhadhaa, ykn kubbaa daawwadhaa'' jechuun namoota isaan qeeqaniif dhaaman. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jpidLV6

Oduu
14 151
Boorana Bahaatti himatamaan dubartii tokko waliin hariiroo jaalalaa keessa ture ishee fuudhuuf jecha ijoollee ishee lama abbaa gara biraa irraa dhalatan ajjeese murtii du'aan adabame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CNSFUuJ

Oduu
14 151
Ulaa Hormuuz too'achuuf walwaraansa US waliin guyyoota 10 fudhateen booda Hogganaan Iraan amma Filannoo sadii qabu. Karaa sadan keessaa tokkoyyuu garuu gara injifaannootti kan geessu miti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/v0TZSBL

Oduu
14 151
Waraanni Iraan gara Galaana Diimaatti babal'achuun gabaa boba'aa addunyaati balaa biraa dabaleera. Taatee ulaa boba'aa duraanuu amansiisaa hin taane hudhu ta'ee dhufeera. Gabaan boba'aa addunyaa muddama diinagdee kana dafee laaffisuun furmaata kennuu qaba. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nEJQYx3

Oduu
14 151
Yeroo mootummaan Itoophiyaa mariin biyyaalessaa rakkoo siyaasaa biyyattii furuuf murteessaa ta'e gara xumurarra ga'eera jedhutti, namootni siyaasaa fi paartileen mormitoota Oromoo qeeqaa adda addaa dhiyeessaa jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VLlmPGr

Oduu
14 151
Itoophiyaan hanga bara 1993 ulaa Galaana Diimaatti ishee baasu qabdi ture. Buufanni doonii Asab handaara galaanichaa diimaarra jiru itti baha galaanaa Itoophiyaa ture. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FKjVIov

Oduu
14 151
Tigraayitti bulchiinsa yeroo MM Abiy Ahmadiin muudame diiguun aangoo kan qabate TPLF, yaaddoo waraanaa mootummaan federaalaa itti aggaamamuu ibsuun kana qolachuuf jecha humnoota alaa dabalatee humnoota garaa garaa wajjin tokkummaa tolfachuu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FBYpHKE

Oduu
14 151
Pirezidaant Doonaald Tiraamp dippilomaasif carraa kennuuf jecha haleellaan Iraan irratti gaggeeffamu akka dhaabatu gochuu UNtti ambasaaddarri US himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JObud2T

Oduu
14 151
Itoophiyaan biyya seenaa dheeraa qabdu taatus rakkoo siyaasaa barootaf ishee sakaale furattee ijaarsa biyyaarratti xiyyeeffachuu hin dandeenye.Mootummoonni Itoophiyaa yeroo heddu karaa nagaa osoo hin taane waraanan, fonqolchaan ykn warraaqsa uummataan aangoo gadi lakkisu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m8uwrF6

Oduu
14 151
Kantiibaan magalaa Niwu Yoork Zoohraan Mamdaanii Ministiirri Muummee Israa'el Beeniyaamiin Netaaniyaahuu hidhuuf itti dhaadatus, Netaaniyaahuun yaa'ii waliigalaa UN ji'oota muraasa Niwu Yoorkitti gaggeeffamurratti argamuu akka barbaadu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qxgIFwh

Oduu
14 151
Qondaaloti Falasxiin qubattoonni Israa'el Weestbaank keessatti lafa qonnaa, masjiida lamaafi konkolaataawwan guban jedhan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/anKs2Yf

Oduu
14 151
Duulli Itoophiyaa biyyoota Afrikaa fi addunyaatti beeksisuu tibbana tokko jedhee magaalaa Naayiroobiitti jalqabeera. Sagantaa Itoophiyaa Afrikaatti beeksisuu kana Keeniyaatti Imbaasii Itoophiyaa, Riizoortii Kurriiftuu fi Daandii Qilleensa Itoophiyaatu wlaiin tahee qopheesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nd4Yqkc

Oduu
14 151
Arsenaal taphataa Riyaal Maadirid Viinishiyees Juuner mallattesisuu akka barbaadu gabaafame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/i0KNEIA

Oduu
14 151
Indiyaattii sirna barnootaarratti haaromsi akka godhamu, waraqaaleen qormaataa miliqfamanii bahuurratti gaafatamni akka jiraatuufi Ministirri barnootaa biyyattii aangoo akka gadhiisuu mormiin godhamaa ture ministirichi aangoo gadhiisuu booda goolabame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/P8W37uL