Maya Star College
Ir al canal en Telegram
2 650
Suscriptores
Sin datos24 horas
+17 días
-530 días
Carga de datos en curso...
Canales Similares
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
octubre '26oct '26
octubre '26
+3
en 0 canales
septiembre '26
+54
en 0 canales
Get PRO
agosto '26
+28
en 0 canales
Get PRO
julio '26
+43
en 0 canales
Get PRO
junio '26
+32
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+17
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+28
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+10
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+16
en 1 canales
Get PRO
enero '26
+30
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+46
en 0 canales
Get PRO
noviembre '250
en 0 canales
Get PRO
octubre '250
en 0 canales
Get PRO
septiembre '250
en 0 canales
Get PRO
agosto '250
en 0 canales
Get PRO
julio '250
en 0 canales
Get PRO
junio '250
en 0 canales
Get PRO
mayo '250
en 0 canales
Get PRO
abril '25
+1
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+5
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+2
en 0 canales
Get PRO
enero '25
+4
en 0 canales
Get PRO
diciembre '24
+39
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+107
en 0 canales
Get PRO
octubre '24
+250
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+119
en 1 canales
Get PRO
agosto '24
+20
en 0 canales
Get PRO
julio '24
+101
en 0 canales
Get PRO
junio '24
+109
en 0 canales
Get PRO
mayo '24
+94
en 0 canales
Get PRO
abril '24
+116
en 0 canales
Get PRO
marzo '24
+94
en 0 canales
Get PRO
febrero '24
+90
en 0 canales
Get PRO
enero '24
+55
en 0 canales
Get PRO
diciembre '23
+159
en 0 canales
Get PRO
noviembre '23
+109
en 0 canales
Get PRO
octubre '23
+91
en 0 canales
Get PRO
septiembre '23
+89
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+170
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+256
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+139
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+195
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+138
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+257
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+123
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+76
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+65
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+79
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+87
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+101
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+110
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+104
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+166
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+184
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+96
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+141
en 0 canales
Get PRO
febrero '22
+32
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+50
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+39
en 0 canales
Get PRO
noviembre '21
+44
en 0 canales
Get PRO
octubre '21
+81
en 0 canales
Get PRO
septiembre '21
+70
en 0 canales
Get PRO
agosto '21
+93
en 0 canales
Get PRO
julio '21
+118
en 0 canales
Get PRO
junio '21
+172
en 0 canales
Get PRO
mayo '21
+950
en 0 canales
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 01 octubre | +3 |
Publicaciones del Canal
+1
Milkaa’ina Boruutiif Filannoo Kee Isa Jalqabaa!
Harki hojjetu qabeenya abbaati, ogummaan baratan badhaadhina boruuti.
Koottu baradhu ogummaa, Kolleejjii Maayaa Istaar dhufnaan boru jijjiiramta!
Barachuu qofa osoo hin taane, ogummaa dhugaa harka kee keessa galchuuf carraa kanaan dura argamee hin beeknen Ogummaa Gonfatta! Kolleejjiin Maayaa Istaar galmee barattoota haaraa simachuuf eegalee akkuma itti fufetti jira.
Filannoon Keessan Kolleejjii Maayaa Istaar haa tahu jenna.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa!
| 2 | Barattoonni keenya leenjii isaanii xumuruun, leenjii waltahinsaa Hospitaala Waliigala Haramayaatti gaggeeffamu milkaa’inaan xumuruudhaan, Madaallii Gahumsa Ogummaa (COC) darbuun eebbifamaniiru.
Guyyaa eebbaa isaaniitti, milkaa’ina isaanii kabajuuf badhaasa waancaa, Meedaliyaa fi waraqaa Ragaa hanga Madaallii Gahumsa Ogummaa (COC)tti argachuun, gammachuu guddaadhaan eebbifamaniiru.
Baga Gammaddan! Baga Milkooftan!
Nuti
1. Ni Barsiifna/Ni Leenjifna!
2. Madaaliif Ni Dhiheessina!
3. Madaallii Ni Gahoomsina!
4. Ni Eebbifna!
5. Gara Gabaa Hojiiitti Akka Seenan Ni Qopheessina!
Barnoota/Leenjii → Madaallii COC → Eebba → Gabaa Hojii
Inni kun adda nu taasisa waan taheef filannoon keessan Kolleejjii Maayaa Istaar haa tahu!
Ogummaa Horadhaa!
Carraa Hojii Uumadhaa!
Fuuldura Keessan Ijaarradhaa!
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa! | 507 |
| 3 | “Wirtuu Madaallii Gahumsa Ogummaa (COC) kan ta’e kanatti barachuun, Ogummaa Horadhaa!” | 504 |
| 4 | “Wirtuu Madaallii Gahumsa Ogummaa (COC) kan ta’e kanatti barachuun, Ogummaa Horadhaa!” | 641 |
| 5 | Guyyaa 08/01/2019
Abbootiin Adeemsa Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Magaalaa Maayaa, Obbo Addisu Melka fi Adde Rude Nigatu, haal-duree fi qophii Kolleejjii Maayaa Istaar daawwachuun ilaalan.
Daawwannaa isaanii keessatti, Kolleejjichi meeshaalee barbaachisoo guuttachuu, qophii gahaa taasisuu, humna namaa barbaachisu guuttachuu, akkasumas naamusa ogummaa eeguun hojii isaa sirnaan gaggeessaa jiraachuu isaa dinqisiifatan.
Kana malees, Kolleejjichi yeroo gabaabaa keessatti hundaa’ee gama kenna leenjii fi Madaallii Gahumsa Ogummaa (COC) tiin jijjiirama fi bu’aa guddaa galmeessuu isaa jajjabeessan.
Haaluma kanaan, Kolleejjiin Maayaa Istaar hojii gaarii jalqabe kana caalaatti cimsuun akka itti fufuu qabu dhaamaniiru.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Ga’umsaa | 518 |
| 6 | Madda Beekumsaa, Wirtuu Ga’umsaa!”
Source of Knowledge, Center of Excellence. | 385 |
| 7 | Barumsa Qulqulluu, Ogummaa Qabatamaa, Fuuldura Ifaa Kolleejjii Maayaa Istaar waliin.
Galmeen itti fufee jira... | 480 |
| 8 | ERGAA BARA HAARAA
Kolleejjiin Maayaa Istaar lammiilee biyya keenyaa hundaan Baga Bara Haaraa 2019 Nagaan Geessan! jechaa, barri haaraan kun bara nagaa, gammachuu, fayyaa fi milkaa’inaa akka isiniif ta’u hawwii fi eebba isaa dabarsa.
Kolleejjiin Maayaa Istaar dhaabbata barnootaa ol’aanaa ta’ee, waggoottan darban keessatti dhaloota gahumsa qabu, dorgomaa fi itti gaafatamummaa hawaasummaa qabu horachuuf barnootaa fi leenjii qulqullina qabu kennuun gahee isaa bahachaa tureera.
Haaluma kanaan, Kolleejjiin Maayaa Istaar barnootaa fi leenjii kennuu cinaatti, Wirtuu Madaallii Gahumsa Ogummaa (COC) ta’uun hawaasaaf tajaajila madaallii gahumsa ogummaa bal’aa kennuun, waggaa tokko keessatti marsaa afur madaallii gaggeessuun tajaajila hawaasa isaa cimsaa tureera.
Kana malees, barattoota Kolleejjii Maayaa Istaar keessatti baratanii eebbifamuuf qophaa’an, Eebbaan duratti Madaallii Gahumsa Ogummaa (COC) akka Madaalaman gochuun, akkaataa muummee barnootaa isaaniitiin sadarkaa milkaa’inaa ol’aanaa 100% fi sadarkaa gadi aanaa 96% galmeessisuun, barattoota milkaa’an gara eebbaatti dhiyeessuun Eebbiseera.
Hojiin kunis Kolleejjiin Maayaa Istaar qulqullina barnootaa fi gahumsa barattootaa irratti xiyyeeffannoo ola'anaa akka kennu kan agarsiisudha.
Itti fufuun, Kolleejjiin Maayaa Istaar waggoottan darban keessatti qulqullinaaf dursa kennuun hojjechaa turuu isaa kan mirkaneessu, Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa irraa "Ragaa Mirkaneessa Qulqullina Leenjii" argachuun, tajaajila barnootaa fi leenjii isaa sadarkaa qulqullina qabuun kennachaa jiraachuu isaa mirkaneesseera.
Kanaafuu, Kolleejjiin Maayaa Istaar bara barnootaa 2019 keessatti barnootaa fi leenjii sagantaalee gara garaan kennuuf qophii isaa guutuu xumuruun, barattootaaf barsiisota gahumsa qaban, kutaalee barnootaa mijatoo, mana kitaabaa, laaboraatorii fi bakka shaakalaa qopheessuun, barnoota yaad-rimee qofa osoo hin taane, ogummaa, dandeettii hojii fi gahumsa qabatamaa irratti hundaa’e kennuuf galmee isaa baneera.
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattanii, ulaagaa seensa barnootaa guuttanii fi ragaalee barnootaa barbaachisan qabdan, gara Kolleejjii Maayaa Istaar dhufuun galmaa’uun carraa barnootaa fi leenjii qulqullina qabu akka argattan kabajaan Waamicha isiniif goona.
Baradhu!
Ogummaa Horadhu!
Fuuldura Kee Ijaari!
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa! | 503 |
| 9 | #Kolleejjiin Maayaa Istaar Mana Barumsaa Sheekh Ahmad Haramaayaatiif Waraqaa Ragaa Galataa Kenne
Kolleejjiin Maayaa Istaar, akka kolleejjii hawaasaa bal’aa fi hawaasa isaa waliin guddatuutti, Mana Barumsaa Sheekh Ahmad Haramaayaa waliin tumsa qabu cimsuuf Direektara mana barumsichaa Kabajamtuu Aadde Maliikaa Kamaal Waraqaa Ragaa Galataatiin kabajee jira.
Sirni kun keessummootaa fi maatii eebbifamtootaa duratti gammachuu guddaadhaan gaggeeffame. Kolleejjichis gara fuulduraatti Mana Barumsaa Sheekh Ahmad Haramaayaa cinaa humna danda’amu hundaan dhaabbachuun tumsa isaa itti fufuuf waadaa galeera.
Waliin dhaabbanna, waliin guddanna, hawaasa keenya waliin ijaarra!
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa | 527 |
| 10 | Oduu Gammachiisaa
Manajimentiin Kolleejjii Maayaa Istaar Guyyaa Arraa Galmmee bara 2019 akka eegalu danda'u ifoomseeti jira.
Kana waan taheef Bara 2019tti Kolleejjii Maayaa Istaaritti barachuuf amma irraa galmaahuu dandeessan jechuudha. | 864 |
| 11 | #Kolleejjiin Maayaa Istaar Barattoota ogummaawwan garaa garaan leenjisaa ture Yuuniversiitii Haramaayaa Galma Afran Qallootti sirna ho’aan eebbisiiseera.
Sagantaa eebba kana irratti keessummoonni affeeraman, Abbootii Gadaa fi Haadha Siiqqee, bulchitoota waajjira Mootummaa fi Dhaabbilee dhunfaa, hoggantoota kolleejjichaa ergaa dabarsaniin, ogummaan meeshaa ijoo hiyyummaan ittiin injifatanii fi jireenya ittiin fooyyessan ta’uu ibsaniiru. Eebbifamtoonnis barnoota fi leenjii argataniin hojii eeggachuu osoo hin taane, carraa hojii uummachuudhaan maatii fi biyya isaaniitiif gumaacha gochuu akka qaban dhaamaniiru.
Eebbifamtoonnis gama isaaniitiin bu’aa aarsaa fi carraaqqii isaanii argachuu isaaniitti gammaduu ibsuun, ogummaa gonfataniin hawaasa isaanii tajaajiluufi dinagdee biyyaa utubuuf kutannoodhaan kan hojjetan ta’uu mirkaccessaniiru. Sirna kana irratti leenjifamtoota qabxii ola'anaa galmeessisaniif badhaasaa Meedaliyaa, Waancaa fi beekamtiin kennamee jira | 1 389 |
| 12 | Sin texto... | 550 |
| 13 | Yeroo Eebbaaf Gara Mooraa Yuuniversiitii Haramaayaa Galmma Guddicha Afran Qallootti Maatii fi Eebbifamttoonni Seenaa jiranitti
Suuraan | 509 |
| 14 | #Koollejjiin Maayaa Istaar dirqama hawaasummaa fi naannoo isaaniif qaban bahachuudhaan, guyyaa har'aa Barsiisotaa fi Barattoota isaanii qabachuun haroo magaalaa keenyaa Haroo Harmayyaa keessaa qulqulleessuun hojii boonsaa raawvataniiru!
Naannoo keenya kunuunsun abdii boruu uumuudha. Barattoonni fi Barsiisonni Koollejjii Maayaa Istaar qulqullina haroo keenyaa eeguuf gahee isaanii bahachuun fakkeenya gaarii ta'aniiru.
Hojii boonsaa kanaaf Barsiisotaa fi Barattoota Kolleejjii Maayaa Istaar hundaan galatoomaa jennaan! | 513 |
| 15 | #Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa Ogummaa (coc) Marsaa Kanaaf Kennaa ture Milkaa'inaan xumuree jira.
Madaalliin kun sirna qabeessaa fi milkaa’inaan akka xumuramuuf, qaamoleen deeggarsa, qindoominaa fi tumsa isaanii gumaachan Ejensii Gahumsa Ogummaa Oromiyaa Damee Ciroo, Waajjira CHUO Magaalaa Maayaa, Waajjira Bulchinsa Ku/Mag/Haramaayaa, Waajjira Poolisii Ku/Mag/Haramaayaa, Hooggansa Ganda Maayaa Guddoo fi Hoggantoota, Hojjetoota fi Barsiisota Kolleejjii Maayaa Istaar hundaaf, Madaalliin kun haala gaarii fi milkaa’ina qabuun akka xumuramuuf gahee ol'aanaa, deeggarsa fi tumsa taasiftaniif galata guddaa isiniif dhiyeessina.
Galatoomaa!
Galatoomaa!
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa | 532 |
| 16 | Kolleejjiin Maayaa Istaar hojii tajaajila hawaasaa keessatti hirmaannaa isaa cimsuun, guyyaa har'aa Waajjira CHUO Kutaa Magaalaa Haramaayaa waliin ta'uun hojii tola ooltummaa Iddoo Hoggantoonni Bulchinsa Magaalaa Maayaa, I/G Waajjira Qonnaa Obbo Zallaqaa Abdataa, I/G Waajjira Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Aadde Fatiyaa Abdullee, I/G Paartii Kutaa Magaalaa Haramaayaa Obbo Diinee Yuusuf, I/G Waajjira CHUO Kutaa Magaalaa Haramaayaa Obbo Fatii Mahammad, Bulchaa Ganda Maayaa Lameenii Obbo Jafar Yusuf, Abbootii Adeemsa Waajjira CHUO fi bakka bu'oonni Waldalee IMX argamanitti ijaarsa mana maatii harka qalleeyyii jalqabsiisuurratti Kolleejjiin Maayaa Istaar hirmaannaa taasiseera.
Kolleejjiin Maayaa Istaaris hojii misoomaa fi tajaajila hawaasaa akkasii keessatti hirmaachuun itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahachaa jira. | 706 |
| 17 | Kaampaasii Carcar!
Duula Ashaaraa Magariisaa guutuu biyyattiitti gaggeeffamaa jiru sababeeffachuun, Kolleejjiin Maayaa Istaar Kaampaasii Carcar barsiisotaafi barattoota isaa waliin ta'uun hojii dhaabbii biqiltuu milkaa'inaan raawwateera.
Kolleejjiin Maayaa Istaar hojii kana akka hojii guyyaa tokkootti osoo hin ilaalle, dhaloota naannoo isaa, hawaasa isaa fi biyya isaa jaallatu ijaaruuf kutannoo qabu agarsiiseera.
Kolleejjii Maayaa Istaar keessatti dhaloota dorgomaa qofa osoo hin taane, dhaloota bu'uura boruu kaa'uu, itti gaafatamummaa hawaasaa bahuu fi biyya isaa ijaaruuf qophaa'e horachuun hojii keenya isa guddaadha.
"Har'a biqiltuu dhaabuu jechuun bor gaaddisa dhalootaaf bu'uura kaa'uudha." | 524 |
| 18 | Biqiltuun har'aa gaaddisa boruuti!
Barsiisonnii fi barattoonni Kolleejjii Maayaa Istaar hojii misooma magariisaa keessatti hirmaachuun biqiltuu gaaddisa dhaloota boruutiif ta'u dhaabaniiru.
Sagantaan kun naannoo magariisaa ijaaruu qofa osoo hin taane, dhaloota itti aanuuf gahee keenya bahachuu fi naannoo qulqulluu gochuuf kutannoo keenya kan agarsiisudha.
"Har'a biqiltuu dhaabuu jechuun bor gaaddisa dhalootaaf bu'uura kaa'uudha."
#MayaStarCollege #GreenLegacy #Biqiltuu #MisoomaMagariisaa #GaaddisaDhaloota | 523 |
| 19 | Beeksisa
Madaalamtoota madaallii gahumsa ogummaa Kolleejjii Maayaa Istaartti fudhachuuf galmooftan hundaaf:
Guyyaan madaalliin (coc Level IV) Marsaa kanaa itti kennamuu eegalu 25/11/2018 irraa kaasee waan ta’eef, qophii keessan hunda xumurtanii iddoo madaalliitti akka argamtan isin beeksisna. | 460 |
| 20 | Namni tokko mana dhabuu danda'a, garuu abdii dhabuu hin qabu!
Kolleejjiin Maayaa Istaar, namoota harka qalleeyyii fi maatiiwwan mana jireenyaa mijataa dhabanii rakkoo keessa jiran bira dhaabbachuun, mana jireenyaa ijaaruu fi manneen duraanii haaromsuun hojii tola-oltummaa fi tajaajila hawaasummaa isaa itti fufsiisaa jira.
Hojii kanaan, Kolleejjiin Maayaa Istaar kolleejjii barnootaa qofa osoo hin taane, kan hawaasa isaa bira dhaabbatu, rakkoo hawaasaa hubatu fi bakka danda'etti furmaata ta'uuf hojjetu ta'uu isaa mul'isaa jira.
Har'a mana tokko ijaarra!
boru jireenya tokko jijjiirra!
Har'a mana tokko haaromsina!
boru abdii haaraa uumna!
Hojii gaarii kana keessatti hirmaachuun, namaaf mana ijaaruu qofa miti, namaaf abdii ijaaruu dha.
KOLLEEJJII MAAYAA ISTAAR
Hawaasaaf yaada – Hawaasaaf hojjenna!
#MayaStarCollege
#KolleejjiiMaayaaIstaar
#ManaHarkaQalleeyyii | 1 053 |
