Maya Star College
الذهاب إلى القناة على Telegram
2 725
المشتركون
-324 ساعات
-147 أيام
-4730 أيام
جاري تحميل البيانات...
القنوات المماثلة
سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
يونيو '26
يونيو '26
+21
في 0 قنوات
مايو '26
+17
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+28
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+10
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+16
في 1 قنوات
Get PRO
يناير '26
+30
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+46
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '250
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '250
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '250
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '250
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '250
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '250
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '250
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+1
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '25
+5
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+2
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '25
+4
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+39
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+107
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+250
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+119
في 1 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+20
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+101
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+109
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '24
+94
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+116
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '24
+94
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+90
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '24
+55
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+159
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+109
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '23
+91
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '23
+89
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '23
+170
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '23
+256
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '23
+139
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '23
+195
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '23
+138
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '23
+257
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '23
+123
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '23
+76
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '22
+65
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '22
+79
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '22
+87
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '22
+101
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '22
+110
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '22
+104
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '22
+166
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '22
+184
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '22
+96
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '22
+141
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '22
+32
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '22
+50
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '21
+39
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '21
+44
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '21
+81
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '21
+70
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '21
+93
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '21
+118
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '21
+172
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '21
+950
في 0 قنوات
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 20 يونيو | 0 | |||
| 19 يونيو | 0 | |||
| 18 يونيو | 0 | |||
| 17 يونيو | +1 | |||
| 16 يونيو | 0 | |||
| 15 يونيو | 0 | |||
| 14 يونيو | +1 | |||
| 13 يونيو | +2 | |||
| 12 يونيو | +1 | |||
| 11 يونيو | 0 | |||
| 10 يونيو | +1 | |||
| 09 يونيو | +5 | |||
| 08 يونيو | +5 | |||
| 07 يونيو | 0 | |||
| 06 يونيو | +1 | |||
| 05 يونيو | +1 | |||
| 04 يونيو | +1 | |||
| 03 يونيو | +1 | |||
| 02 يونيو | +1 | |||
| 01 يونيو | 0 |
منشورات القناة
+1
#Kolleejjiin Maayaa Istaar marsaa kanaafiis Madaalamtootaaf Hubannaa kennuun Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) ogummaalee adda addaatiin kennuu eegaleeti jira.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa!!
| 2 | #Kolleejjiin Maayaa Istaar Sadarkaa Oromiyaatti Guyyaa Arraa Leenjii Dhaweessummaa(Entrepreneurship) iddoo Abba Adeemsa Kenna Leenjii Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Magaalaa Maayaa Adde Rude Nigatu fi Hoogganaa Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa Obbo Hayile Nuguse jiranitti Leenjistoota Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa waliin tahuun Leenjifamtootaa Kolleejjichaatiif Leenjii kennuu eegaleeti jira.
Kolleejjii Maayaa istaar
Wirtuu Ga'umsaa | 451 |
| 3 | #Kolleejjiin Maayaa Istaar
Barattoonni Mummee Fayyaa Barataan yeroo Hospitala Waliigalaa Haramaayaatti Leenjii waltahinsaa(Hospital Practical Attachment) bahuun Leenji'an.
Barattoota Kolleejjii Maayaa Istaar Barattootaa ciccimoofi kutatoo Ogummaa isaanii daran cimsachuuf Guyyaa bira darbbee Galgala dabalatee ogeeyyii fayyaa Hospitaalaa waliin tahuun galgala (duty) buluun Hawaasa ofii tajaajilan.
Barattoota Kolleejjii Maayaa Istaar | 395 |
| 4 | Waamicha Paartiin Badhaadhinaa Magaalaa Maayaa dhiheesseef fudhachuun Barattoonni Shamarranii Kolleejjii Maayaa Istaar sosochii duula nu filadhaa dubartootaa Marsaa 7ffaa Magaalaa Maayaa Bakka Hogganttuun Biiroo lafa oromiyaa Adde Masarat Asafa, Kantiibaa Magaalaa Maayaa Dr. Efrah Waziir fi Keessummoonni adda addaa jiranitti Saganticha irratti hirmaataniiti jiran.
Odeeffannoo dabalataa argachuuf
Tiktookii keenya
@mayastar031
Feesbuukii keenya
https://www.facebook.com/share/1CyCxE3hFr/
Teeleegramii keenya
https://t.me/mayastarr
Weebsaayitii keenya
www.mayas.edu.et | 637 |
| 5 | Center of Excellence!
Choice of Intellectual | 1 021 |
| 6 | Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) hamma Gulantaa(Level IV) tti geessisu Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa damee ciroo waliin tahuun Ogummaa adda addaatiin Guyyoota 5f kennaa ture xumureeti jira.
Addatti Galata
1. Waajjira Bulchinsa Kutaa Magaalaa Haramaayaa
2. Waajjira Poolisii Kutaa Magaalaa Haramaayaa
3. Waajjira Nageenya Kutaa Magaalaa Haramaayaa fi Hooggansa, Hojjeetootaa, Barsiisota Kolleejjichaa fi warreen akka madaalliin kun milkaa'uuf deeggarsa adda addaa gootan hunduu galata addaa kolleejichi isininiif dhiheessa.
Galatoomaa!
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa | 650 |
| 7 | Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) hamma Gulantaa(Level IV) tti geessisu Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa damee ciroo waliin tahuun Ogummaa adda addaatiin Guyyoota 5f kennaa ture xumureeti jira.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa | 0 |
| 8 | Hoggantoonni Waajjira Carra Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa fi Bulchinsa Magaalaa Maayaa Kolleejjii Maayaa Istaar daawachuun Hojiilee Kolleejjiin qulqulina leenjiin, Kalaqaa fi rakkoo hawaasaa furuuf hojjechaa jiru dinqisiifatanii jiru.
Galatoomaa!! | 1 078 |
| 9 | Baga Gammaddan
Kolleejjiin Maayaa Istaar waraqaa Galataa Bulchinsa Magaalaa Maayaa, Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Magaalaa Maayaa, Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa fi Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Goodina Hararghee Bahaa waliin tahuun waloodhaan waraqaa galataa kana nuuf kennan.
Galatootaa !! | 0 |
| 10 | Congratulations all Maya Star Community!! | 0 |
| 11 | Carraa Addaati | 0 |
| 12 | Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa waliin tahuun Sagantaa Kalaqaa fi torbee dhaweessummaa fi Teknooloojii tiin Guyyaa arraa Kolleejjii Pooliiteeknika Haramayatti sagntaa agarsiisa kalaqa ogummaa iddoo Abbootii Gadaafi haadha siiqqee, Hogganttuu Waajjira Carra Hojii Uumuu fi Ogummaa Magaalaa Maayaa Adde Tablchi Tesfayee fi Hogganaa itti Aanaa waajjira carra Hojii Uumuufi Ogummaa Goodina Hararghee Bahaa Obbo Kadir Abdurhman fi Diinii Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa obbo Hayle Nuguse fi keessummoonni adda addaa argamanitti Kolleejjoota Mootummaa Goodina Hararghe Bahaa keessa jiran 11 fi Sadarkaa Magaalaa Maayaatti Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa fi Kolleejjii Maayaa Istaar hirmaachiseen Sagantaan Agarsiisa kalaqa Ogummaa Ebla 28-30/2018tti turu ifatti eegalameeti jira. | 0 |
| 13 | Kolleejjiin Maayaa Istaar hordoftoota Amantaa Kiristaanaa hundaan baga Ayyaana Faasika Bara 2018 nagaan geessan jedha!
Ayyaanni kun kan Gammachuufi jaalala akka ta'u jechuun hawwi isaa ibsa.
Ayyaana Gaarii! | 0 |
| 14 | Baga Gammaddan Hawaasni Kolleejjichaa, Kolleejjiin Maayaa Istaar Wirtuu Gahumsaa kan tahee hojii hanga ammaatti hojjetaa ture hunda isaa qulqulinni isaa kan mirkanaa'ee tahuu isaa Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa Waraqaa Mirkaneessa Qulqulina Leenjii Kana Kennuun Ragaa Baheeti jira.
Kolleejjii Bu'ura irraa Haawaasa fayyaduun yeroo gabaabduu keessatti leenjii bira darbee wirtuu madaalli tahee Hojii Guddaa Hojjate, Kolleejjii Maayaa Istaar. | 0 |
| 15 | Hubachiisa!
Jaalattoota Kolleejjii keenyaa hundaaf, duraan dursee nageenyi isin bira haa jiraatu jechaa, dhimma dhihoo kolleejjoota cufaman waliin wal qabatee Kolleejjoota cufaman keessa Kolleejjiin keenya kan hin jirre tahuu isaa beekuu qabdan, walitti dhufeenya maqaatiin cufame jedhamee kan maxxanfame Kolleejjii Naannoo Ummattoota Kibbaatti argamu "MAYA" kan jedhamuudha malee KOLLEEJJII MAAYAA ISTAAR Kan Naannoo Oromiyaa Bulchinsa Magaalaa Maayaatti argamuu miti.
KOLLEEJJII MAAYAA ISTAAR tarree maqoota maxxanfame san keessa gonkuma kan hin jirre tahuu isaa cimsineeti isin hubachiisuu barbaanna.
Kanaafuu kan cufame Kolleejjii MAYAti , Iddoon argama isaa Naannoo Ummatoota Kibbaa
Kolleejjiin MAAYAA ISTAAR(Maya Star College) hojii irra jira, iddoon argama keenyaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Maayaa fi Kaampaasii Carcar Bulchinsa Magaalaa Baddeessaatti argamuun hojii boonsaa baruufi barsiisuu fi tajaajilaa hawaasaa eegalee itti fufinsaan qulqulinaan kennaati jira.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Maya Star College | 0 |
| 16 | Jaalattoota Kolleejjii keenyaa hundaaf, duraan dursee nageenyi isin bira haa jiraatu jechaa, dhimma dhihoo kolleejjoota cufaman waliin wal qabatee Kolleejjoota cufaman keessa Kolleejjiin keenya kan hin jirre tahuu isaa beekuu qabdan, walitti dhufeenya maqaatiin kan cufame jedhamee kan maxxanfame Kolleejjii Naannoo Ummattoota Kibbaatti argamu "MAYA" kan jedhamuudha malee KOLLEEJJII MAAYAA ISTAAR Kan Naannoo Oromiyaa Bulchinsa Magaalaa Maayaatti argamuu miti.
KOLLEEJJII MAAYAA ISTAAR tarree maqoota maxxanfame san keessa gonkuma kan hin jirre tahuu isaa cimsineeti isin hubachiisii barbaanna.
Kanaafuu kan cufame Kolleejjii MAYAti , Iddoon argama isaa Naannoo Ummatoota Kibbaa, Debubitti
Kolleejjiin MAAYAA ISTAAR(Maya Star College) hojii irra jira, iddoon argama keenyaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Maayaa fi Kaampaasii Carcar Bulchinsa Magaalaa Baddeessaatti argamuun hojii boonsaa eegalee itti fufuun qulqulinaan barumsa kennaati jira.
Galatoomaa. | 0 |
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
