Maya Star College
Открыть в Telegram
2 697
Подписчики
+224 часа
-157 дней
-4930 день
Загрузка данных...
Похожие каналы
Облако тегов
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Входящие и исходящие упоминания
---
---
---
---
---
---
Привлечение подписчиков
июль '26
июль '26
+7
в 0 каналах
июнь '26
+32
в 0 каналах
Get PRO
май '26
+17
в 0 каналах
Get PRO
апрель '26
+28
в 0 каналах
Get PRO
март '26
+10
в 0 каналах
Get PRO
февраль '26
+16
в 1 каналах
Get PRO
январь '26
+30
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '25
+46
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '250
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '250
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '250
в 0 каналах
Get PRO
август '250
в 0 каналах
Get PRO
июль '250
в 0 каналах
Get PRO
июнь '250
в 0 каналах
Get PRO
май '250
в 0 каналах
Get PRO
апрель '25
+1
в 0 каналах
Get PRO
март '25
+5
в 0 каналах
Get PRO
февраль '25
+2
в 0 каналах
Get PRO
январь '25
+4
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '24
+39
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '24
+107
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '24
+250
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '24
+119
в 1 каналах
Get PRO
август '24
+20
в 0 каналах
Get PRO
июль '24
+101
в 0 каналах
Get PRO
июнь '24
+109
в 0 каналах
Get PRO
май '24
+94
в 0 каналах
Get PRO
апрель '24
+116
в 0 каналах
Get PRO
март '24
+94
в 0 каналах
Get PRO
февраль '24
+90
в 0 каналах
Get PRO
январь '24
+55
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '23
+159
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '23
+109
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '23
+91
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '23
+89
в 0 каналах
Get PRO
август '23
+170
в 0 каналах
Get PRO
июль '23
+256
в 0 каналах
Get PRO
июнь '23
+139
в 0 каналах
Get PRO
май '23
+195
в 0 каналах
Get PRO
апрель '23
+138
в 0 каналах
Get PRO
март '23
+257
в 0 каналах
Get PRO
февраль '23
+123
в 0 каналах
Get PRO
январь '23
+76
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '22
+65
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '22
+79
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '22
+87
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '22
+101
в 0 каналах
Get PRO
август '22
+110
в 0 каналах
Get PRO
июль '22
+104
в 0 каналах
Get PRO
июнь '22
+166
в 0 каналах
Get PRO
май '22
+184
в 0 каналах
Get PRO
апрель '22
+96
в 0 каналах
Get PRO
март '22
+141
в 0 каналах
Get PRO
февраль '22
+32
в 0 каналах
Get PRO
январь '22
+50
в 0 каналах
Get PRO
декабрь '21
+39
в 0 каналах
Get PRO
ноябрь '21
+44
в 0 каналах
Get PRO
октябрь '21
+81
в 0 каналах
Get PRO
сентябрь '21
+70
в 0 каналах
Get PRO
август '21
+93
в 0 каналах
Get PRO
июль '21
+118
в 0 каналах
Get PRO
июнь '21
+172
в 0 каналах
Get PRO
май '21
+950
в 0 каналах
| Дата | Привлечение подписчиков | Упоминания | Каналы | |
| 07 июля | 0 | |||
| 06 июля | +3 | |||
| 05 июля | +2 | |||
| 04 июля | +1 | |||
| 03 июля | 0 | |||
| 02 июля | +1 | |||
| 01 июля | 0 |
Посты канала
| 2 | Нет текста... | 550 |
| 3 | Kolleejjii Maayaa istaar
Yaa Madda barnootaa,
Utubduu dhalootaa,
OOMISH-TUU hayyootaa.
Yaa wirtuu ga'umsaa,
Waa'ee kee lallabeen,
Dhawwaaqee dhageeysisa!
Maayaa Istaar jechuun,
Bar faaya sammuuti,
Qartuu sammuu namaa,
Utubduu jiruutii.
Dukkana dhabamsiistee,
Ifa gootee abdiisaa,
Egeree dhalootaa,
Tolchitee ijaarsa.
Lubbuu baraaruudhaaf,
Ogummaan nu hidhachiftaa,
Gargaarsa fi dhiifamaan,
Harkaan nagaa tamsaaftaa.
Addunyaa ammayyaa,
Kalutti nuuf dhiyeessitaa,
Uumama teeknoolojiin,
Sanyii kalaqaa baastaa.
Ogummaa bulchiinsaa,
Hoggansa maallaqaa,
Investeroota boruu,
Leenjistee gabaaf laattaa.
Ogummaa fi beekumsaan,
Kuusaa amala gaarii,
Milkaa'ina jireenyaa,
Ati jabaadhuu itti fufii,
Yaa wirtuu amadaallii.
Maayaa Istaar,
Ati urjii calaqqiftuu,
Ifa gootee dhalootaaf seenaa,
Siin boona dhaloonni keenya,
Guddadhu yaa fana seenaa!
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa | 550 |
| 4 | Нет текста... | 437 |
| 5 | #Kaampaasii Carcar
Kolleejjiin Maayaa Istaar Kaampaasii Carcar KTL (Kenna Tajaajila Lammummaa) fi duula Ashaaraa Magariisaa irratti adda durummaan hirmaachuun Bulchiinsa Magaalaa Baddeessa Ganda Madda Beekumsaa waliin ta'uun, Gaaddisa dhaloota Hegeree tan taate Biqiltuu dhaabuuf Barsiisotaa fi barattoota isaa hirmaachisuun iddoo Kolleejjichaaf kenname Boolla biqiltuun iiti dhaabbamu akka barbaadamutti qopheessuun xumurameeti jira.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Kaampaasii Carcar | 488 |
| 6 | #Kolleejjiin Maayaa istaar Wirtuu Gahumsaa kan tahe Eebba Marsaa 2ffaa Eebbisuuf qophaa'aa jira.
Kolleejjiin Maayaa istaar Eebbaa marsaa kana haala milkaa'aafi seena qabeessa taheen eebbisuuf qophii eegaluun guyyaa arraa Hoggantoonni Kolleejjichaa dura buutota barattootaa waliin sirna Eebbaa irratti Marii bu'a qabeessa tahe gaggeesseeti jira.
Kolleejjichi barattoota Gahumsa qaban beekumsaa fi dandeettiin qaree gara gabaa hojiitti baasuuf qophaa'aa kan jiru yoo tahu, eebbi marsaa kanaa seenaa kolleejjichaa keessatti bifa adda taheen akka galmeeffamuuf qophiin hundagaleessaa jabaatee eegalameera.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wiirtuu Gahumsa!! | 1 |
| 7 | #Kolleejjiin Maayaa istaar Wirtuu Gahumsaa kan tahe Eebba Marsaa 2ffaa Eebbisuuf qophaa'aa jira.
Kolleejjiin Maayaa istaar Eebbaa marsaa kana haala milkaa'aaafi seena qabeessa taheen eebbisuuf qophii eegaluun guyyaa arraa Hoggantoonni Kolleejjichaa dura buutota barattootaa waliin sirna Eebbaa irratti Marii bu'a qabeessa tahe gaggeesseeti jira.
Kolleejjichi barattoota Gahumsa qaban beekumsaa fi dandeettiin qaree gara gabaa hojiitti baasuuf qophaa'aa kan jiru yoo tahu, eebbi marsaa kanaa seenaa kolleejjichaa keessatti bifa adda taheen akka galmeeffamuuf qophiin hundagaleessaa jabaatee eegalameera.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wiirtuu Gahumsa!! | 404 |
| 8 | COC Notice! | 448 |
| 9 | Нет текста... | 655 |
| 10 | #Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa (coc) ogummaalee adda addaatiin marsaa kanatti kennaa ture Milkaa'inaan xuxmureeti jira.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa | 635 |
| 11 | #Kolleejjiin Maayaa Istaar marsaa kanaafiis Madaalamtootaaf Hubannaa kennuun Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) ogummaalee adda addaatiin kennuu eegaleeti jira.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa!! | 650 |
| 12 | #Kolleejjiin Maayaa Istaar Sadarkaa Oromiyaatti Guyyaa Arraa Leenjii Dhaweessummaa(Entrepreneurship) iddoo Abba Adeemsa Kenna Leenjii Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Magaalaa Maayaa Adde Rude Nigatu fi Hoogganaa Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa Obbo Hayile Nuguse jiranitti Leenjistoota Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa waliin tahuun Leenjifamtootaa Kolleejjichaatiif Leenjii kennuu eegaleeti jira.
Kolleejjii Maayaa istaar
Wirtuu Ga'umsaa | 649 |
| 13 | #Kolleejjiin Maayaa Istaar
Barattoonni Mummee Fayyaa Barataan yeroo Hospitala Waliigalaa Haramaayaatti Leenjii waltahinsaa(Hospital Practical Attachment) bahuun Leenji'an.
Barattoota Kolleejjii Maayaa Istaar Barattootaa ciccimoofi kutatoo Ogummaa isaanii daran cimsachuuf Guyyaa bira darbbee Galgala dabalatee ogeeyyii fayyaa Hospitaalaa waliin tahuun galgala (duty) buluun Hawaasa ofii tajaajilan.
Barattoota Kolleejjii Maayaa Istaar | 468 |
| 14 | Waamicha Paartiin Badhaadhinaa Magaalaa Maayaa dhiheesseef fudhachuun Barattoonni Shamarranii Kolleejjii Maayaa Istaar sosochii duula nu filadhaa dubartootaa Marsaa 7ffaa Magaalaa Maayaa Bakka Hogganttuun Biiroo lafa oromiyaa Adde Masarat Asafa, Kantiibaa Magaalaa Maayaa Dr. Efrah Waziir fi Keessummoonni adda addaa jiranitti Saganticha irratti hirmaataniiti jiran.
Odeeffannoo dabalataa argachuuf
Tiktookii keenya
@mayastar031
Feesbuukii keenya
https://www.facebook.com/share/1CyCxE3hFr/
Teeleegramii keenya
https://t.me/mayastarr
Weebsaayitii keenya
www.mayas.edu.et | 637 |
| 15 | Center of Excellence!
Choice of Intellectual | 1 021 |
| 16 | Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) hamma Gulantaa(Level IV) tti geessisu Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa damee ciroo waliin tahuun Ogummaa adda addaatiin Guyyoota 5f kennaa ture xumureeti jira.
Addatti Galata
1. Waajjira Bulchinsa Kutaa Magaalaa Haramaayaa
2. Waajjira Poolisii Kutaa Magaalaa Haramaayaa
3. Waajjira Nageenya Kutaa Magaalaa Haramaayaa fi Hooggansa, Hojjeetootaa, Barsiisota Kolleejjichaa fi warreen akka madaalliin kun milkaa'uuf deeggarsa adda addaa gootan hunduu galata addaa kolleejichi isininiif dhiheessa.
Galatoomaa!
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa | 650 |
| 17 | Kolleejjiin Maayaa Istaar Madaallii Gahumsa ogummaa(coc) hamma Gulantaa(Level IV) tti geessisu Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa damee ciroo waliin tahuun Ogummaa adda addaatiin Guyyoota 5f kennaa ture xumureeti jira.
Kolleejjii Maayaa Istaar
Wirtuu Gahumsaa | 0 |
| 18 | Hoggantoonni Waajjira Carra Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa fi Bulchinsa Magaalaa Maayaa Kolleejjii Maayaa Istaar daawachuun Hojiilee Kolleejjiin qulqulina leenjiin, Kalaqaa fi rakkoo hawaasaa furuuf hojjechaa jiru dinqisiifatanii jiru.
Galatoomaa!! | 1 078 |
| 19 | Baga Gammaddan
Kolleejjiin Maayaa Istaar waraqaa Galataa Bulchinsa Magaalaa Maayaa, Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Magaalaa Maayaa, Kolleejjii Pooliiteknika Haramayaa fi Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Goodina Hararghee Bahaa waliin tahuun waloodhaan waraqaa galataa kana nuuf kennan.
Galatootaa !! | 0 |
| 20 | Congratulations all Maya Star Community!! | 0 |
Уже доступно! Исследование Telegram 2025 — ключевые инсайты года 
