Jama'aa Muslimaa Torban Dachii
Ir al canal en Telegram
Jama'aa Muslimtotaa Torban Diida'aa jaarmaya dhimmoota amantii islaamaa,diinagdee fi hawasummaa irratti hojjatu.
Mostrar más1 223
Suscriptores
Sin datos24 horas
-57 días
-3930 días
Archivo de publicaciones
Kabajamtoota hoggantoota
misessota JTD tif ummanni muslimaa hundi kessan baga Iid aldahaa bara 1447 tti isin gahe jechaa akkuma baratamefii hujii keenna idile tahe hujii keyrii rakkata gargaaru tartiiba dirree ida tolchuu naamusa dirree eeguu uffata naamusa uffatanii akka rawwattan kabajaadhan isin gafanna.
Biiroo JTD waliigala irraa
اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته عيد مبارك وكل عام وانتم بخير صالح الأعمال تقبل الله منا ومنكم
#JTD For All.
Akka Hawaasatti Kaayyoo kamuu galmaan gahuuf Jaarmaya(Dhaabbata) Qabaachuun ,Ijaaramuun murteessadha.
Maalif jennaan ijaarama sana keessatti dandeettii fi Humnoota #Hayyoota adda addaa kanneen dandeettii adda addaa qaban walitti Cobsitee kaayyoo milkaa'ina hawaasaa tokko itti milkeessuf gargaara waan ta'eef.
Kanaafi JTDn Hayyoota jajjaboo ofitti hammatee,isaanin gorfamee kan deemuf.
Fedha Rabbiitiin of durattis JTD haala Qabatama amma jiru akka Madaalutti #Haaromsinee itti adeemuf Wayta keessoon qophaahaa jirru kanatti ,akkuma Dur daran Qaama #Hooggansaa irraa eegalee hanga Hayyoota Sadarkaa #Gorsitoota Ol'aanitiin Dhaabbatichatti dabalamanitti ammas kan dur caalaa Namoonni Ciccimoon dandeettii Yeroon barbaadu fi Dhaabbanni tokko barbaadu guuttatan daran JTD tti as dabaluun dhaabbatichi Dhaloota haara'aaf akka bu'uuratti daran cimee akka itti fufu irratti ni hojjatama.
#JTD
As wr wb kabajamtoota
Hoggantootafii misessota
Kayoo dhabbata kanaa galmaan gayuuf humna barateen humneessun barbaachisadha.kanaaf jtd damee balee gasgaaritti barsiisota waliin marii gaarii taasifne gaafa guyyaa 15 .7.2018 bal'innaan walitti deebinaa
As wr wb hundikessen baga rabbiin ji'ashalatiin isin gahe jechaa hoggantoonni akkasuma komnikeshinonni
Galatoma haatahu malee warri gabasa kana kessatti hin hirmaatin CAL'IFNEE kan bira hin tarre tahuu isin beysifnaa nagaya warri hujii
Isiniif ergame beytani gahee
Kessan akka baatan kabajaan isin gaafanna nagayaan wajjiin B/R/JTD waliigala irraa nagayaan wajjiin ADAMAA
Repost from N/a
+1
Kabajamo Bulcha bulchiinsa magala kulla Obbo Husiyya Amaan
Repost from N/a
+3
AS wr wb kabajamtota ummata muslimaa
Dirre saalata Eid ummata muslimaa magala kullaa
+1
Eid Mubaarak hordoftoota amantii Muslimaa Hundaaf sirna salaata Eidaa magaala balee Gasgaar
+1
As Wr Wb? Eid Mubarek! Ayyaanni Idi Alfixirii A H. 1447 bara2018 Godina Arsii Aanaa Balee Gasgaaritt haalaa gaarii ta'ee fi deeggarsi rakkatoota/miskiinotaaf godhaa bifa bareedaa kanaan kabajamee ooleera.
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 
