ch
Feedback
Jama'aa Muslimaa Torban Dachii

Jama'aa Muslimaa Torban Dachii

前往频道在 Telegram

Jama'aa Muslimtotaa Torban Diida'aa jaarmaya dhimmoota amantii islaamaa,diinagdee fi hawasummaa irratti hojjatu.

显示更多
1 223
订阅者
无数据24 小时
-57
-3930
帖子存档
Kabajamtoota hoggantoota misessota JTD tif ummanni muslimaa hundi kessan baga Iid aldahaa bara 1447 tti isin gahe jechaa akkuma baratamefii hujii keenna idile tahe hujii keyrii rakkata gargaaru tartiiba dirree ida tolchuu naamusa dirree eeguu uffata naamusa uffatanii akka rawwattan kabajaadhan isin gafanna. Biiroo JTD waliigala irraa

اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته عيد مبارك وكل عام وانتم بخير صالح الأعمال تقبل الله منا ومنكم
اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته عيد مبارك وكل عام وانتم بخير صالح الأعمال تقبل الله منا ومنكم

Repost from N/a
photo content

#JTD For All. Akka Hawaasatti Kaayyoo kamuu galmaan gahuuf Jaarmaya(Dhaabbata) Qabaachuun ,Ijaaramuun murteessadha. Maalif je
#JTD For All. Akka Hawaasatti Kaayyoo kamuu galmaan gahuuf Jaarmaya(Dhaabbata) Qabaachuun ,Ijaaramuun murteessadha. Maalif jennaan ijaarama sana keessatti dandeettii fi Humnoota #Hayyoota adda addaa kanneen dandeettii adda addaa qaban walitti Cobsitee kaayyoo milkaa'ina hawaasaa tokko itti milkeessuf gargaara waan ta'eef. Kanaafi JTDn Hayyoota jajjaboo ofitti hammatee,isaanin gorfamee kan deemuf. Fedha Rabbiitiin of durattis JTD haala Qabatama amma jiru akka Madaalutti #Haaromsinee itti adeemuf Wayta keessoon qophaahaa jirru kanatti ,akkuma Dur daran Qaama #Hooggansaa irraa eegalee hanga Hayyoota Sadarkaa #Gorsitoota Ol'aanitiin Dhaabbatichatti dabalamanitti ammas kan dur caalaa Namoonni Ciccimoon dandeettii Yeroon barbaadu fi Dhaabbanni tokko barbaadu guuttatan daran JTD tti as dabaluun dhaabbatichi Dhaloota haara'aaf akka bu'uuratti daran cimee akka itti fufu irratti ni hojjatama. #JTD

#JTD Dhaabbata Barnoota(Leenjii) fi Misooma irratti Hojjatu.
#JTD Dhaabbata Barnoota(Leenjii) fi Misooma irratti Hojjatu.

As wr wb kabajamtoota Hoggantootafii misessota Kayoo dhabbata kanaa galmaan gayuuf humna barateen humneessun barbaachisadha.kanaaf jtd damee balee gasgaaritti barsiisota waliin marii gaarii taasifne gaafa guyyaa 15 .7.2018 bal'innaan walitti deebinaa

As wr wb hundikessen baga rabbiin ji'ashalatiin isin gahe jechaa hoggantoonni akkasuma komnikeshinonni Galatoma haatahu malee warri gabasa kana kessatti hin hirmaatin CAL'IFNEE kan bira hin tarre tahuu isin beysifnaa nagaya warri hujii Isiniif ergame beytani gahee Kessan akka baatan kabajaan isin gaafanna nagayaan wajjiin B/R/JTD waliigala irraa nagayaan wajjiin ADAMAA

photo content
+6

Ed mubarak kun suuraa jtd damee Diysiisi irraa kan fudhatamedha

Salaata Iida Al fitri Hijraa 1447 Magaalaa Adaamaa
+6
Salaata Iida Al fitri Hijraa 1447 Magaalaa Adaamaa

Repost from N/a
Kabajamo Bulcha bulchiinsa magala kulla Obbo Husiyya Amaan
+1
Kabajamo Bulcha bulchiinsa magala kulla Obbo Husiyya Amaan

Repost from N/a
AS wr wb kabajamtota ummata muslimaa Dirre saalata Eid ummata muslimaa magala kullaa
+3
AS wr wb kabajamtota ummata muslimaa Dirre saalata Eid ummata muslimaa magala kullaa

Ed fixriin kan hijra.1447 jtd suudee irra kan fudhatame

Eid Mubaarak hordoftoota amantii Muslimaa Hundaaf sirna salaata Eidaa magaala balee Gasgaar
+1
Eid Mubaarak hordoftoota amantii Muslimaa Hundaaf sirna salaata Eidaa magaala balee Gasgaar

Balee gasgaar

Kun suuraa jtd damee balee gasgaar irraa kan fudhatamedha

As Wr Wb? Eid Mubarek! Ayyaanni Idi Alfixirii A H. 1447 bara2018 Godina Arsii Aanaa Balee Gasgaaritt haalaa gaarii ta'ee fi d
+1
As Wr Wb? Eid Mubarek! Ayyaanni Idi Alfixirii A H. 1447 bara2018 Godina Arsii Aanaa Balee Gasgaaritt haalaa gaarii ta'ee fi deeggarsi rakkatoota/miskiinotaaf godhaa bifa bareedaa kanaan kabajamee ooleera.