uz
Feedback
Jama'aa Muslimaa Torban Dachii

Jama'aa Muslimaa Torban Dachii

Kanalga Telegram’da o‘tish

Jama'aa Muslimtotaa Torban Diida'aa jaarmaya dhimmoota amantii islaamaa,diinagdee fi hawasummaa irratti hojjatu.

Ko'proq ko'rsatish
1 151
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-57 kun
-530 kun
Postlar arxiv
Konfiransii Yaa'ii Marsaa 2ffaa JTD Fulbaana 06/2016 waggaa sadeen har'aati. Magaalaa Adaamatti. Yaa'ii seena qabeessa ture.
+9
Konfiransii Yaa'ii Marsaa 2ffaa JTD Fulbaana 06/2016 waggaa sadeen har'aati. Magaalaa Adaamatti. Yaa'ii seena qabeessa ture. Asgahuun Laaftuttii miti. Galanni kan Rabbiiti. #JTD

As wr wb kabajamtoota hoggantoota misessotaJTD. hundi kessanuu nagenni rabbiin bakka jirtanitti isin haadhaqqabu jechaa hujii keyrii waggota sadeetif.8 itti ifajjanii kanbaratu barumsa itti dhabee kandaldalu daladala itti dhabee walumaa galatti jireenya kessan itti dhabdan galanni kessan jannata haatu jechaa Ammalle imala haarawa amma irra geenne kana akkuma barottan darbani ifajjan ammalle akka jabattanii cimtanii duratti deemtan Maqaa rabbiitin isin gaafadha H/JTD/W/UZ.Misbaah amaan ADAMAA

Yaa'iin waliigalaa JTD Xumura bara 8ffaa JTD Sababeeffachuun walgahii Marii kaleessa gara galgalaa gaggeesseen Dhimmoota JTD
Yaa'iin waliigalaa JTD Xumura bara 8ffaa JTD Sababeeffachuun walgahii Marii kaleessa gara galgalaa gaggeesseen Dhimmoota JTD adda addaa irratti marii gaggeessuun , Haalota imala waggoottaan 8n dabraniis xiinxaluun kallattii itti aanuf ammoo Haaromsi Hudagaleessi kan barbaachisu ta'uu kan murteesse yoo ta'u Tarkaanfiwwan haaromsa imala itti aanuu keessaa inni tokko #Galmee_Miseensummaa Dhaabbatichaa Haaressuun hojii hangafaa akka ta'uu fi Ji'a fulbaana kana keessa Duulli galmee miseensotaa aaka idil_ addunyaatti akka gaggeeffamu Murteessuun yaa'ichi kallattii kaaheera. #JTD

Qaam'ee 04 /September 09 WAGGAA 8FFAA JTD. #ALHAMDULILLAAH. Jaallan, Obboleewwan, Miseensonni fi Deeggartoonni JTD hundi Qabs
Qaam'ee 04 /September 09 WAGGAA 8FFAA JTD. #ALHAMDULILLAAH. Jaallan, Obboleewwan, Miseensonni fi Deeggartoonni JTD hundi Qabsoo Keeyrii Bifa Jaarmaya qabuun innis moggaasa #JTDjedhuun Moggaafannee gaaddisa takka jalatti gurmoofnee Ciminaa fi Hanqinas galmeessaa imala Amna dheeraa abdii fi dadhabbis of keessaa qabu erga imaluu jalqabnee Har'i Qaam'een 04 2018 A.L.I tti Waggaa 8ffaadha . [Qaam'ee 04/2010 A.L.I hanga Qaam'ee 04 /2018 A.L.I ) tti. #Galanni Kan Rabbiiti. Amma immoo imala keessa dhufne keessatti Ciminoota turan itichaa, hanqinoota fi gufuulee jiran maqsaa Imala boqonnaa haara'aa yeroo itti eegalluudha. Imalli gara Torban Dacheetti #JTD.

JAMA'AA MUSLIMA TORBAN DACHEE [JTD]n Bara #hundeeffama isaa Qaam'ee 04/2010 A.L.I irraa eegalee #WAGGAA_8FFAA guutuuf guyyoot
JAMA'AA MUSLIMA TORBAN DACHEE [JTD]n Bara #hundeeffama isaa Qaam'ee 04/2010 A.L.I irraa eegalee #WAGGAA_8FFAA guutuuf guyyoota Muraasatu hafe. As Dhaqqabbuun Laaftuttii miti. Galanni kan Rabbiiti. Fedha Rabbiitiin ganaa if duration Bakka galma isaa Dachii Addunyaa hunda ergaa islaamummaa dhaqqabsiisa. #JTD.

انا لله وانا اليه راجعون Sheeka sheekkotaa Sh.ahmad H/usmaan. Sh.ahmad aymaroo jedhamuudhan kabeekaman Guyyaa. 28.11.2018. Ki
انا لله وانا اليه راجعون Sheeka sheekkotaa Sh.ahmad H/usmaan. Sh.ahmad aymaroo jedhamuudhan kabeekaman Guyyaa. 28.11.2018. Kipxata ganama toora 230. Lubbuun isaani daara dunyaadharraa irra gara daara aakira deemte. Eddoon awwalcha isaanii magaala adamaa kutaa booletti sa'ti torbaatti akka geggefaman sagantaan qabamee jira eddoon irraa geggefaman Istaadiyoomii magalaa adamati .gadda/musibaa numudatteen maqaa kiyyaafii Jama'aa muslimaa torban dachitin maatifii jaalattoota isaanifii Ummata muslimaa maraaf obsaafii jajabina hawwiinsa.الله يرحمه ويغفر ه

Innaanillahi wa'innaa ileyhi raaji'uun harkillee nabarressu didu duuti karaa keennaa abbaan keennaa sh.ahmad h/usmaan /aymaroo jedhamuudhan kan bekaman daara dunyaa irra godaanan Bal'inaan walitti deebina

KANAAFUU: JTDn cimee fi utubamee of dura adeemuun faaydaalee waan hedduu akka qabuu fi qaamni kamuu isa tumsuun gahee isaa bahuu akka qabu ifa galaadha jechuudha. KANUMAAFI KAA Asiindura Munashidoonni fi ijoolleen Qaqqaxaleen JTD Kanneen akka Muussaa Muhaammadii fi M/Nuur Haashim kan Mata duree Nashiidaa isaanii keessatti “JTD UTUBUUN YOOMUU GAHEE KOOTI ” jedhanii kan Nashiidaa itti baasanii irraa dubbataniif.   Waan hafan kutaa itti aanu keessatti bal’inaan wal yaadachiifna.   Of duras JTDn fedha rabbiitiin Cimee itti fufa .   JTD UTUBUUN YOOMUU GAHEE KOOTI   JTD.

JTD n Maal nuuf buuse? Dhaabbilee islaamaa Waggoottan 7n Dabre Kana Hawaasa Islaamaa Gama amantiitii fi Hawaasummaantiin tajaajilaa turanii fi ammas tajaajilaa Jiran keessaa JTDn isa tokko. JTDn Faaydaalee hedduu buuse,Sagantaa Da’awaatiin Hawaasa magaalaa fi baadiyyaa,akkasumas baddaa fi gammoojji walitti hidhe. Dur biyya keenya keessatti kan barame Jamaáan dargaggootaa tokko magaalaa tokko keessatti yoo hundaa’e warra baadiyyaa quba hin qabu,masjiida tokkotti yoo hundaa’e masjiida isa cinaa jiru quba hin qabu ture Ammas Jamaáan Aanaa tokkoo ,Jama’aa Aanaa ollaa isaa kan  biraa quba hin qabu ture. JTDn garuu Caaseffama isaatiin kana hunda irra aanuun gaafuma hundefaamu Aanota hedduu walitti hidhee eegalame,aanaa qofaa mitii gandoota fi masjidootaas walitti hidhe. Sana qofaa mitii Baadiyyaa fi Magaalaas Walitti hidhee da’awaa irratti waliin hirmaachise. Ragaan kanaa ammoo Muhaadaraawwan baroota dabaran Biyya Diida’aa fi iddoowwan biraa keessatti gaggeeffamaa turan kan hawaasni kumaatamaan irratti hirmaataan raga kanaati. Ammas JTDn Dargaggoota fi Aalimman walitti hidhe, sunis Dhaabbata kana kan ijaare fi kan sochoosee hoogganaa ture Dargaggoota Yoo ta’u garuu kan Achi Keessatti gaheen kennamee fi guutumaan guututti hawaasa barsiisaa fi daaw’essaa ture Aalimmanii fi Du’aatota. JTDn Aalimmanii fi Hayyoota Doktortoota Islaamatiif Jazaa guddaa isaanif oole,sunis Hawwasa baláa ijaaree waliiti isaanii qabee sagantaa isaanii qopheessuun Doktortoonni Ykn Aalimman Magaalaa Keessa jiraatanii fi Hawaasni baadiyyaa keessa jiraatu akka wal argu  fi wal gorsuuf carraa argatu godhe. Kanaafuu JTDn Aalimman Ykn Doktortoota biraa akkuma namaatittuu  Galata qaba jechuudha. Galanni guddaan Rabbi irraa barbaadamaa. Kana qofaa miti JTDn dhaabbata Caasaan isaa bal’aa fi guddaa waan taéef Dargaggoota isa Hooggananiifi Hoogganaa turaniif  Dandeettii hooggansaa (Leadership skill) Gabbiseef. Akka itti waa hoogganan barsiise. Kanaaf dargaggoonni JTD Keessa turanii gara biraa wayta imalan eessattuu Hoogganssaa fi duree ta’anii Mul’atu. Fkn kana hubachuuf bara 2015 A.L.I qofa Jama’aalee Muslimaa Yunivarsiitii Itoophiyaa Keessa jiran 10 ol irratti Akka koree Hooggansaatti kan Tajaajilaa turan Ijoollee Hooggansaan JTD Keessa turan akka ta’an Ragaan Qorannoon Mirkanaahe Ni garsiisa. Dabalataanis Dhaabbilee Islaamaa Jajjaboo amma biyya keenya keessatti ijaaramaa jiranii fi dhaabbilee Diinagdee dhuunfaa ammatti ijaaramaa jiran keessatti Ijooleen JTD Harka Yabbuu qabu. Kanaaf JTD Dargaggoota isa Hoogganaa turan irraayis Galata oolef qaba jechuudha. Silaa kan gama Daáwaatiin Hawaasa dammaqsuu fi Gama Barnoota bu’uura Ibaada(BBI) tiin Abboota fi Haawwota Keenya Kumaatamaan baadiyyaa fi magaalaa keessatti Barsiisee Waan buúura islaamumma hubachiise Waan akkatti dubannee itti geennu miti.of dura bal’inaan irraa dubanna. Kan dubbannuufis akka namni seenaa(Siiraa) Gaggaarii irraa fudhatuuf malee Ajriin isaa Rabbi bira. Walimaa galatti JTDn 1.     Aalimman ,Du’aatotaa fi Doktortootaaf Hawaasaan wal isaan qunnamsiisee Akka isaan ijarii dalagatan isaan gochhuun isaan fayyadeera. 2.     Hawwasa Baadiyyaa Magaalaan Walitti ijaaruun Carraa Barnootaa fi Da’awaa islaamaa isaaniif akka dhihaatu haala mijjeessuun isaan tajaajilaale.Tokkummaa fi Obbolumma Gidduu hawaasas cimseera. 3.     Dargaggoota Dhalootan Aanaa fi gandoota adda addaa keessatti dhalatan kan wal hin beekne kan silaa carraa wal baruus hin qabne wal barsiisuun akka isaan kaayyoo takka waliin offanii fi waliin hoogganan isaan gochuun ,Ammas Dandeettii Waa hoogganuu fi waa ijaaruu akka cimsatan isaan gargaareera.kanaaf bakka deeman hundatti duubee osoo hin taane duree akka ta’an isaan taasiseera.kan kana hunda irra caalu immoo Kaayyoo islaamummaa kan ta’e Ajrii (Toltuu) isaan dalagachiiseera. 4.     Ijaarsa Sirna Majlisa amma jiruu kana keessatti gahee Leencaa taphateera. 5.     Misoomni Biyya keenyaa akka cimus gahee baheera.

As wr wb hubachiisa mesosnni JTD magalaa adamaa fii naannawa ishi jirtan hundi kessanuu Guyyaa 28.10 3018 magala Adama kuta magala boolea masjida ja'afaruxxayyaritti akka argamtanii kabajaan isin gafanna

Repost from N/a
photo content