IFA DHALOOTAA MINISTIRII
Ir al canal en Telegram
√Addaam bakka mijataa jannata keessa utuu jiraatuu seexanaan mo'ame;Yesuus garuu bakka mijataa hin taane,lafa onaa keessatti seexana moo'ate.eeyyee yoomiyyuu Yesuus hundumaa in caala! √Barumsaawwan gaggabaaboon chaanali kanaan ni kennamu,itti fayyadamaa!
Mostrar más2 803
Suscriptores
Sin datos24 horas
-37 días
-6730 días
Carga de datos en curso...
Canales Similares
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
junio '26
junio '26
+9
en 0 canales
mayo '26
+16
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+18
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+15
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+6
en 1 canales
Get PRO
enero '26
+8
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+9
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+14
en 0 canales
Get PRO
octubre '25
+6
en 1 canales
Get PRO
septiembre '25
+5
en 0 canales
Get PRO
agosto '25
+26
en 1 canales
Get PRO
julio '25
+96
en 0 canales
Get PRO
junio '25
+221
en 0 canales
Get PRO
mayo '25
+176
en 0 canales
Get PRO
abril '25
+72
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+144
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+329
en 1 canales
Get PRO
enero '25
+182
en 0 canales
Get PRO
diciembre '24
+313
en 1 canales
Get PRO
noviembre '24
+164
en 1 canales
Get PRO
octubre '24
+205
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+300
en 1 canales
Get PRO
agosto '24
+569
en 1 canales
Get PRO
julio '24
+130
en 0 canales
Get PRO
junio '24
+573
en 1 canales
Get PRO
mayo '24
+265
en 2 canales
Get PRO
abril '24
+320
en 14 canales
Get PRO
marzo '24
+70
en 2 canales
Get PRO
febrero '24
+90
en 4 canales
Get PRO
enero '24
+113
en 3 canales
Get PRO
diciembre '23
+46
en 1 canales
Get PRO
noviembre '23
+9
en 1 canales
Get PRO
octubre '23
+9
en 1 canales
Get PRO
septiembre '23
+242
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+35
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+46
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+55
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+30
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+27
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+19
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+31
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+56
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+5
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+6
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+206
en 0 canales
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 12 junio | +1 | |||
| 11 junio | +2 | |||
| 10 junio | +2 | |||
| 09 junio | 0 | |||
| 08 junio | 0 | |||
| 07 junio | +1 | |||
| 06 junio | +1 | |||
| 05 junio | +1 | |||
| 04 junio | 0 | |||
| 03 junio | +1 | |||
| 02 junio | 0 | |||
| 01 junio | 0 |
Publicaciones del Canal
Jireenya kee keesaatti waan guddaa milkaassuuf, yeroo hundumaa qophaa'aa ta'i.
Join godhadhaa 👇
https://t.me/Dani27255
| 2 | Lafeen koo ati kukkutte Yesus akka si jaalatu sitti himu
=====================================
Kun Nicky Cruz dha. Waggoota 80 har'aa dura biyya USA miila tokkoon kan dhaabaa ture isaa fi garee inni hogganadhudha. Qindeessaa, gurmeesaa fi gaggeessaa garee maafiyaa magaala New York ture. Hatuun, saamuun, daddabarsa qoricha sammuu nama adoochuun Nicky Cruz galmee himatamtoota yakkaa Ameerikaa keessatti sadarkaa jalqabaa irra ture.
Inni nama polisiin hin dandeenye akkaan rakkisaadha. Isaa fi garee isaa qabuuf humni komaandoo Ameerikaa meeqa bobba'us qabanii hidhuun inuma dadhabame. Osoo akkasittiin jiruu Hafurri Waaqayyoo gara tajaajilaa David Wilkerson dhaquun "Ka'i. Gara magaala New York deemi. Dhaqi misraachoo wangeelaa mandarattiitti himi." jedheen.
Dr. David Wilkerson tajaajiilaa baadiyyaa keessaa waan turaniif "Yaa gooftaa, ani akkamittiin baadiyyaa kana keessaa deemee gara magaala ijaarsa gurguddaa, magaala akkaan walxaxaa fi ammayyaa'aa kanatti beekee lallaba? Nama akka koo kana eenyutu dhaga'a?" jechuun Waaqayyoon gaafate. Ta'us dubbichi Waaqayyoo biraa waan muraameef "Egaa humni Hafuura koo si wajjiin ni ta'a, dubbii koo isa qullaa'aa yoo dubbattu ani dhalootan oolchuuf murteesse nan qaba" sagaleen jedhu itti himame. innis in dhaqe.
Hafuura Qulqulluun hoogganamee mandara Time Square, magaala New York dhaqe. Wangeela lallabuu eegale. Guyyoota baay'eef itti fufuun misraachoo wangeelaa hime. Guyyaa tokko garuu waanti keessummaa ta'e tokko uumame. Dr. David osoo wangeela lallabuu Nicky Cruz fi jamaan isaa achiitti argaman. Lallabichis, "Yaada garaa keessanii geeddaradhaa, Yesus Kiristoositti amanuun dhiifamuu cubbuu argadhaa. Yoos ni fayyitu." isa jedhu ture.
Lallabni kun gurra Nicky Cruz seene. Hogganaan maafiyaa Ameerikaa raasu kun Dr. David Wilkerson kabale. Lafatti kuffise. "Lammaffaa dubbii akka kanaa mandara Kana Keessatti yoo lallabde qaama kee adda adda kukkuteen lafatti darbadha" jedheen. Deebiin Dr. David garuu laphee nama cabsa. Innis "Atillee akkuma jettu qaama koo kukkuttee lafatti daddarbachuu dandeessa ta'a. Waanta tokko garuu beeki. Lafeen koo ati caccabsitee darbattu hunduu Yesus akka si jaalatu sitti himu" jedheen. Geggeessaan maafiyaa sun achitti isa dhiisee deeme.
Jechi kun garuu Nicky Cruz geggeessaa garee maafiyaa sanaa boqonnaa dhoowwate. Deemus, dhaabbatus, rafus jechi kun akka sagalee kiraaraa gurra isaa irraa itti dhaga'ama. Innis waanta tokko murteesse. Garee maafiyaa isaa hunduu akka qophaa'aanii fi guyyaa konfiransiin qophaa'u irratti akka hirmaatan, hojii wangeelaa hunda akka dhaabsisanii fi Dr. David Wilkerson immoo akka ajjeesan murteesse. Guyyaan sun ni ga'e. Hunduu bibittaannaa'ee amantoota gidduu taa'e.
Dubbiin faallaa ta'e. Humni hafuura gooftichaa laficha to'ate. Sagaleen Waaqayyoo laphee jabaataa Nicky Cruz cabse. Wanti waltajjii irraa dubbatamu hunduu qalbii isaa fudhachaa adeeman. Yeroo namoota fayyinaaf gara waltajjiitti waaman Nicky Cruz akka daa'imaatti imimman roobsaa gooftaa Yesusiif jilbeenfate. Wangeelatti amane. Warri isa wajjiin turan hundinuu Yesus Kiristoositti amanan.
Kan humni komaandoo Ameerikaa jilbeenfachiisuu dadhabe jaalalli Yesus ni jilbeenfachiise. Ni barate, ni cuuphame. Hojjetaa wangeelaa ta'ee guutummaa biyya lafaa irra naanna'uun fayyisuu Yesus Kiristoos dhugaa ba'e. Sababii kanaan magaalli New York nagaa argatte. Yakki guutummaatti ni dhabame. Manni hidhaa ni cufame. Amantootni waa'ee isaaf Waaqayyoon galateeffatan. Wangeelli yoo dhugaan lallabame kunoo akkasitti nama jijjiira.
Madda: The Cross and the Switchblade by Pastor Dr. David Wilkerson
https://www.facebook.com/share/1E5W1iT6PG/ follow yoo gootan ibsa Macaafa Qulqulluu fi barumsa gaggabaaboo ni argattu!
t.me//Youth4Christ1 | 47 |
| 3 | Namoonni hundi akka hojjechuu barbaadan beeka...
Namoonni #active taatanii online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join
https://t.me/Dani27255 | 45 |
| 4 | Namoonni hundi akka hojjechuu barbaadan beeka...
Namoonni #active taatanii online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join
https://t.me/Dani27255 | 55 |
| 5 | Namoonni bizinessa adda addaa hojjettan kan ittiin beeksifachuu yookiin irratti hojjechuu dandeessa, Giruuppii telegiraami yookiin chanalii telegiraamii qabannee isiniif dhufnee jirraa namoonni barbaaddan #Discount guddaadhaan bitachuu dandeessuu.
Karaa username koo kanaa na quunnamaa 👉 @Dani0l1 | 59 |
| 6 | Beeksisa fi waantota barbaaddan hundaaf @Dani0l1 Waliin haasa'uu ni dandeessa.
Afaan: Oromoo
English
Amharic... Afaan dandeessaniin naaf barreessaa. | 59 |
| 7 | Chanalii akka Afirikaa 😂fi Itoophiyaatti tapha kubba dabarsu kana qabdaa? Yoo hin qabaanne ammuma join godhadhuu, Carraa jiran illee itti fayyadamii.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇 | 58 |
| 8 | Chanalii akka Afirikaa 😂fi Itoophiyaatti tapha kubba dabarsu kana qabdaa? Yoo hin qabaanne ammuma join godhadhuu, Carraa jiran illee itti fayyadamii.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇 | 66 |
| 9 | Namoonni hundi akka hojjechuu barbaadan beeka...
Namoonni #active taatanii online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join
https://t.me/Dani27255 | 56 |
| 10 | Namoota online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join
https://t.me/Dani27255 | 65 |
| 11 | Hag. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁶ ''Ani Waaqayyo gooftaan maccaa, ammas immoo yeroo gabaabaatti bantiiwwan waaqaa, lafa, galaana, lafa gogaas nan sochoosa;
⁷ saba lafa irraa hundumaa nan sochoosa, badhaadhummaan saba lafa irraa hundinuu as in fidama; ani mana kana ulfinaan nan guuta; kana ana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate.
…
⁹ 'Ulfinni mana isa ammaa kanaa ulfina mana isa durii irra in caala; ani iddoo kanatti nagaa nan kenna' jedha Waaqayyo gooftaan maccaa, jedhiitii itti himi!'' jedhe; kana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate.
t.me//Ifa_Dhalootaa | 71 |
| 12 | Namoota online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join
https://t.me/Dani27255 | 70 |
| 13 | Namoota online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join
https://t.me/Dani27255 | 76 |
| 14 | Phawwuloos jireenya isaa gara dhumaa keessa yeroo baay'ee mana hidhaa keessa ture.
• Xalayoota Isaa: Kakuu Haaraa keessaa xalayoota 13 (tokko tokko 14 jedhu) kan barreesse isa. Xalayoonni kun (Efesoon, Filiphisiiyus, Qolosaayis, Filimoonaa) "Xalayoota Mana Hidhaa" jedhamu.
• Qorumsa Dhumaa: Phawwuloos gara Roomaatti geeffamee waggaa lamaaf Achii keessaatti wangeela lallabeera mana hidhaas tureerraa,mana hidhaa ergaa boodaa wangeela lallabe. , lammata qabamee mana hidhaa dukkanaawaa jedhamutti galfame.
• Xumura Qabsoo: Du'aaf yeroo dhiyaatetti Ximotewosiif akkas jedhee barreesse:👇 "Qabsoo gaarii qabsaa'eera, fiigicha koo xumureera, amantii koo eegeera. Amma immoo gonfoon qajeelummaa naaf ka'ameera" (2 Ximotewos 4:7-8).
• #Wareegamummaa: Akka seenaan galmeessutti, Phawwuloos bara mootii Roomaa isa gara-jabeessa Neeroo keessa, Roomaa keessatti mataa isaa qalamuun wareegame. Sababiin isaa fannifamuu dhiiseef, lammummaa Roomaa waan qabuuf akka kabajaatti goraadeen ajjeefame.
Goolaba: Jireenyi Phawwuloos diina tajaajilaa gochuu, laafaa jabeessuu fi nama amantii keessatti gadi fageenya qabu gochuuf humna Waaqayyo qabu ragaa baha. Seenaan isaa har'as namoota miliyoonaan lakkaawaman gara amantiitti deebisaa jira.
SHARE
t.me//Ifa_Dhalootaa | 74 |
| 15 | Yomsean Yadesa:
#Jireenya_Ergamaa_Phawwuloos_Dura_Dubaan
Dhaloota, Akkaataa Guddinaa fi Barnoota Isaa✍️
📌Phawwuloos (Sa’ol) eenyummaa isaa yeroo ibsu, "Ani nama Yihudaa ti, Xarsos ishee Kiliqiyaa keessa jirtu, magaalaa beekamtuu keessattan dhalate" (Hojii Ergamootaa 21:39) jedha
✍️.....Dhaloota fi Lammummaa: Sa'ol kan dhalate naannoo waggaa 5 k.b.b. (B.C.) keessa jedhamee amanama. Inni sanyii Israa'el, gosa Biniyaam irraa kan dhalate yoo ta'u, dhalootaan lammummaa Roomaa qaba ture. Kun immoo mirga namni kamiyyuu akka salphaatti hin arganne, #kan_akka #mana_hidhaatti_hin #reebamne_ykn_utuu #hin_furaamin_hin_ajjeefamne_isaaf_kenna_ture.
• #Barnoota_Isaa:
📌Sa'ol yeroo ijoollummaa isaa irraa kaasee gara Yerusaalemitti dhufe. Achittis barsiisaa seeraa beekamaa Gamaaliyaal jedhamu miila jala ta'ee barate (Hojii Ergamootaa 22:3). #Gamaaliyaal_hayyuu_Yihudaa_kabajamaa_waan_tureef, ✍️
➡️Sa'ol seera Musee fi aadaa abbootii irratti beekumsa addaa akka qabaatu #isa_taasiseera.
• ➡️#Ogummaa_Harka Isaa: Barnoota amantii cinaatti, Sa'ol ogummaa dunkaana Hoodhuu) #barateera. #Kun_immoo gara fuulduraatti tajaajila isaa keessatti eenyuunirrayyuu utuu hin hirkatin of danda'ee akka tajaajilu isa gargaareera (Hojii Ergamootaa 18:3).
• #Amantii_fi_Onnee #Isaa: 👇👇
• ✍️.....Inni garee "Fariisota" jedhaman, warra seera Musee qubee ishee dhumaatti kabajan keessaa tokko ture. "Akka seeraatti Fariisicha, hinaaffaa kootiinis nama waldaa kristiyaanaa ari'atu" jedhee of ibseera (Filiphisiiyus 3:5-6)👈
•
#Sa'ol #Diina_Kiristaanummaa_Ture
#hubaachisa ➡️Sa'ol gooftaa Yesusitti amanuun "#Yihudummaa_ni #xureessa_jedhee_amana ture.
• #Wareegamummaa_Isxifaanoos: Yeroo Isxifaanoos dhagaatti darbatamee ajjeefamutti, Sa'ol achi dhaabbatee warra ajjeesanitti uffata eegaa, du'a isaattis gammadamaa ture (Hojii Ergamootaa 7:58, 8:1)👈
• #Ari'atama_Waldaa: Inni mana hundumaa keessa lixee dhiirotaa fi dubartoota harkisee mana hidhaatti naqaa ture. Yerusaalem qofa utuu hin ta'in, gara magaalaalee biyya alaa deemuuf hayyama #lubootaa_irraa #fudhata_ture.
: #Jijjiirama_Dinqisiisaa_Karaa_Damasqoo)
Seenaan kun Hojii Ergamootaa boqonnaa 9 irratti bal'inaan barreeffameera.
• Mul'ata Gooftaa: Sa'ol amantoota Damasqoo jiran qabsiisuuf utuu deemuun jiruu, ifni samii irraa dhufe isa haguuge. Inni lafatti kufe; sagaleen, "Sa'ol, Sa'ol, maaliif na ari'atta?" jedhus dhufe.
• Deebii Sa'ol: "#Gooftaa_ati eenyu?" #jedhee_gaafate. Gooftaanis➡️#Ani_Yesus_isa_ati_ari'attu_dha" #jedhee_deebiseef.
• #Ija_Jaamuu: Sa'ol ka'ee yeroo ija isaa saaqu, homaa arguun hin dandeenye. Guyyaa sadiif utuu hin nyaatin, hin dhugiin jaamee kadhataa ture.
• #Tajaajila_Ananiyaa: Waaqayyo tajaajilaa Ananiyaa jedhamu gara isaatti erge. Ananiyaan harka isaa irra kaa'ee yeroo kadhatuuf, "#Wanti #akka_qola_ija_isaa_irraa_bu'e iji isaas #baneef. Achumatti cuuphamee humna hafuuraa fudhate.
Tajaajila fi Rakkoo Wangeelaaf Inni Dabarse
#Erga_jijjiiramee_booda maqaan isaa Phawwuloos jedhamee waamame. Inni "Ergamaa saba dheebuu baasee jedhamee beekama.
• Imala Misiyoonummaa: Phawwuloos imala gurguddoo sadii fi isa dhumaa gara #Roomaatti taasiseera. #Antiyaakiyaa, #Qophros, #Galaatiyaa, #Filiphisiiyus, #Tasalooniiqe, #Qorontos fi #Efesoon keessatti #wangeela #lallabeera.
• Dararama Inni Dabarse (2 Qorontos 11:24-28):
• ✍️.....Yihudoota harka si'a shan reebicha 39 reebame.
✍️.....Si'a sadii uleen tumame, si'a tokko dhagaatti darbatame.
• ✍️..... markabni itti cabee bishaan keessatti rakkate.
• ✍️....Faana-bu'oota sobaa irraa, rudaawwan (robbers) irraa fi bineensota irraa balaa guddaan isa mudateera.
• ✍️.....Beela, dheebuu, qorra fi qullaa ta'uun tajaajileera.
• Dinqiiwwan:
• ✍️....Phawwuloos harka isaatiin namoonni du'an ka'aniiru (fakkeenyaaf Eewuxikos), warri dhukkubsatan uffata isaa qofaan fayyaniiru.
Hidhamuu fi Wareegamummaa Isaa | 84 |
| 16 | Namoonni telegram chanalii 30k ta'e bitachuu feetan
👉 @Dani0l1
Nama dursee na gaafateef dursan kenna | 88 |
| 17 | Namoota online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join
https://t.me/Dani27255 | 13 |
| 18 | Namoota online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join
https://t.me/Dani27255 | 25 |
| 19 | Namoonni telegram chanalii 3k ol ta'e bitachuu feetan
👉 @Dani0l1
Nama dursee na gaafateef dursan kenna 🕺 | 35 |
| 20 | 🔸Chanalii akka Oromiyaatti waantota beekamoofi baratamuu qaban seenaa Oromoo walitti qabee kan dabarsaa jiru kana join godhachuun hordofaa.
⏩Waanta nama fayyadu qofa hojjenna.
⬇️⬇️⬇️ | 32 |
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 
