en
Feedback
IFA DHALOOTAA MINISTIRII

IFA DHALOOTAA MINISTIRII

Open in Telegram

√Addaam bakka mijataa jannata keessa utuu jiraatuu seexanaan mo'ame;Yesuus garuu bakka mijataa hin taane,lafa onaa keessatti seexana moo'ate.eeyyee yoomiyyuu Yesuus hundumaa in caala! √Barumsaawwan gaggabaaboon chaanali kanaan ni kennamu,itti fayyadamaa!

Show more
2 809
Subscribers
+124 hours
-57 days
-3830 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
August '26
August '26
+58
in 1 channels
July '26
+105
in 0 channels
Get PRO
June '26
+77
in 0 channels
Get PRO
May '26
+16
in 0 channels
Get PRO
April '26
+18
in 0 channels
Get PRO
March '26
+15
in 0 channels
Get PRO
February '26
+6
in 1 channels
Get PRO
January '26
+8
in 0 channels
Get PRO
December '25
+9
in 0 channels
Get PRO
November '25
+14
in 0 channels
Get PRO
October '25
+6
in 1 channels
Get PRO
September '25
+5
in 0 channels
Get PRO
August '25
+26
in 1 channels
Get PRO
July '25
+96
in 0 channels
Get PRO
June '25
+221
in 0 channels
Get PRO
May '25
+176
in 0 channels
Get PRO
April '25
+72
in 0 channels
Get PRO
March '25
+144
in 0 channels
Get PRO
February '25
+329
in 1 channels
Get PRO
January '25
+182
in 0 channels
Get PRO
December '24
+313
in 1 channels
Get PRO
November '24
+164
in 1 channels
Get PRO
October '24
+205
in 0 channels
Get PRO
September '24
+300
in 1 channels
Get PRO
August '24
+569
in 1 channels
Get PRO
July '24
+130
in 0 channels
Get PRO
June '24
+573
in 1 channels
Get PRO
May '24
+265
in 2 channels
Get PRO
April '24
+320
in 14 channels
Get PRO
March '24
+70
in 2 channels
Get PRO
February '24
+90
in 4 channels
Get PRO
January '24
+113
in 3 channels
Get PRO
December '23
+46
in 1 channels
Get PRO
November '23
+9
in 1 channels
Get PRO
October '23
+9
in 1 channels
Get PRO
September '23
+242
in 0 channels
Get PRO
August '23
+35
in 0 channels
Get PRO
July '23
+46
in 0 channels
Get PRO
June '23
+55
in 0 channels
Get PRO
May '23
+30
in 0 channels
Get PRO
April '23
+27
in 0 channels
Get PRO
March '23
+19
in 0 channels
Get PRO
February '23
+31
in 0 channels
Get PRO
January '23
+56
in 0 channels
Get PRO
December '22
+5
in 0 channels
Get PRO
November '22
+6
in 0 channels
Get PRO
October '22
+206
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
31 August+1
30 August+1
29 August+1
28 August+2
27 August+2
26 August+1
25 August+2
24 August+1
23 August+1
22 August+1
21 August0
20 August+3
19 August+2
18 August+1
17 August+3
16 August0
15 August+1
14 August+1
13 August+1
12 August+2
11 August+1
10 August+2
09 August+4
08 August+4
07 August+2
06 August+3
05 August0
04 August+1
03 August+2
02 August+4
01 August+8
Channel Posts
WAAQAYYO KARAA EENYUUTIIN NUTTI ARAARAMEE? Manneen amantaa heedduu keessatti barumsa dogoggoraa karaa Waaqayyo nutti araarame isa dhugaa dhoksutu guutee jira. Barnootni dogoggoraa kun jaarraa 10ffaa keessaa eegalee baballataa kan dhufe yoo ta'u namoota heedduu ija hafuuraa isaanii jaamsuudhaan gara du'a barabaraa tti akka fiigan taasiseera. Waaqayyo biyya lafaa hundumaa ofitti araarsuudhaaf karaa tokko qofaa fayyadame malee karaa garaagaraa hin fayyadamne. Karaan garaagaraa namootni ittiin Waaqayyotti araaramuuf dhiyeeffatan karaa sobaati. Waaqayyo karaa Yesus Kristos qofaan nutti araarame. Cubbuun keenya Waaqayyo irraa gargar nu baasee utuu jiruu, Yesus fannoo irratti du'uudhaan nagaa nuu fi Waaqayyo gidduutti buuseera. Bara kakuu moofaatti namootni sababii cubbuu isaaniitiif aarsaa garaagaraa dhiyeessaa turan. Dhiigni hoolaa fi jibootaa barabaraan Waaqayyotti nama araarsanii fiixaan baasuu hin dandeenye. Kanaaf Waaqayyo biyya lafaa hundumaa ofitti araarsuuf ilma isaa kan mudaa hin qulqulluu barabaraa gara biyya lafaatti erge. Ragaaleen dhimma kana mirkaneessan caqasoota armaan gadii ti: 1. Waaqayyo Karaa Kristos Ofitti Nu Araarse Waaqayyo araara kana ofii isaatiin kan jalqabe yommuu ta'u, karaan isaa immoo Kristos Yesus dha. 2 Qorontos 5:18-19: "Kun hundumtuu Waaqayyo isa karaa Kristos ofitti nu araarse biraa ta'ee... Waaqayyo karaa Kristos biyya lafaa ofitti araarse jechuu dha." 2. Du'a Ilma Isaatiin Araaramne Yommuu nuyi diinota isaa turretti, du'a Yesusitti fayyadamee Waaqayyo nagaa nuu wajjin uume. Roomaa 5:10: "Nuyi amma illee diinota utuma jirruu, du'a ilma isaatiin Waaqayyotti erga araaramnee, ammas erga araaramnee booddee caalchifnee jireenya isaatiin in fayyina." 3. Fannoo Irratti Diinummaa Balleesse Kristos fannoo irratti du'uudhaan gargar ba'uu nuu fi Waaqayyo gidduu jiru diigeera. Efesoon 2:16: "Fannoo irratti du'uudhaan... Waaqayyotti araarsuudhaaf, ofii isaatiin diinummaa balleesse." 4. Yesus "Furee" (Araara) Cubbuu Keenyaa ti Yesus aarsaa cubbuu keenyaaf dhiyaate waan ta'eef, dhiifamni Waaqayyo biraa akka nuu dhufu godheera. 1 Yohannis 2:2: "Inni furee (araara) cubbuu keenyaa ti..." ✍️📖✝️ Yoo namni tokko, "Waaqayyo jaalala erga ta'ee akkasumatti maaliif nuun hin araaramne? Maaliif Yesus dhufe?" jedhee si gaafate, deebiin kee: Qajeelummaa Waaqayyoo: Waaqayyo qajeelaa dha, cubbuun ammoo adabbii gaafata. Araarri Yesus malee argamu, qajeelummaa Waaqayyoo ni hir'isa ture. Kaffaltii/Beenyaa: Yesus adabbii cubbuu keenyaa (du'a) waan nuuf kaffaleef, qajeelummaan Waaqayyoo utuu hin tuqamin araarri nuuf dhufe. ✍️📖✝️ Araarri keenya hojii keenyaan yookiis karaa biraatiin utuu hin ta'in, karaa Yesus Kristos qofaan ta'e. Namni Yesusitti amane Waaqayyo wajjin nagaa qaba. follow, shere, like, comment godhaa🙏 t.me//Ifa_Dhalootaa

2
Fakkeenya Yesus: Museen raajii hundumaa irra caalu ture, garuu inni iyyuu du’aan xumurame. Fakkeenya Yesus Kiristos kanaan, Yesus Musee irra ni caala. Museen garbicha mana Waaqayyoo keessatti amanamaa ture, Yesus garuu Ilma mana sana irratti mo’u dha (Ibroota 3:5-6). Museen biyya abdachiifamte ijaan argisiisee du’e; Yesus garuu du’a mo’ee ka’ee, Mootummaa Waaqayyoo isa bara baraatti nu galcheera. Xumura irratti: Macaafni Keessa Deebii dhaloota haaraa kanaaf seeraa fi kakuu Waaqayyoo haaromsuun, biyya abdachiifamtetti akka galaniif isaan qopheesseera. Sabni Israa’el fincila abboota isaanii irraa barachuu fi abboomamuun jireenya akka ta’e hubatanii Iyaasuun geggeeffamanii Yordaanosin ce’uuf qophii ta’an. Galatoomi! Barruun guutummaa Macaafa Keessa Deebii (Deuteronomy) as irratti xumurama. Channel kana follow yoo gootan hiikaa Macaafa Qulqulluu gaggabaaboo fi barsiisoo ni argattu. Share gochuun ergicha saba hundumaa biraan ga'aa! Eebbifamaa! t.me//Ifa_Dhalootaa
43
3
GEGGEESSUMMAA MUSEE FI YESUUS Macaafa Keessa Deebii Boqonnaa 34 boqonnaa isa dhumaa ti. Boqonnaan kun xumura jireenya Musee, hoggansi yookiin gaggeessummaan Iyaasuu akkamitti akka jalqabee fi dhaamsa Museen saba Israa’el keessatti dhiise gabaasa. Museen geggeessaa jabaa Waaqayyoo wajjin hariiroo guddaa qabaataa tureedha. Yeroo Waaqayyo biyya Gibxiitti isa waamee eegalee amanamummaadhaan hamma kanaa'aan biyya isa Waaqayyo saba isaa abdachiiseetti Isiraa'elota geggeessaa ture. Museen Waaqayyoo wajjin akka abbaaf ilmaatti dubbatee sabaaf murtii kennaa ture. Waaqayyo karaa isaa saba Isiraa'eeliif seera kenne. Yesuus geggeessaa fi tiksee jabaa saba biyya lafaa hundumaa warra maqaa isaatti amananiif jireenya barabaraa kennuudha. Geggeessummaan Yesuus kan biyya lafaa keessatti xumuramu osoo hin taane amma mootummaa Waaqayyoo isa barabaraatti kan itti fufuudha. Yesuus abbaa isaa wajjin dhimma saba kanaa murteessuudhaan aarsa of taasisee warra isatti amanan qulqulleessuudhaan mirga abbaatti dhiyyeesse. Museen seera fidee ittiin saba geggeesse. Yesuus immoo ayyaana fidee ittiin saba qulqulleesse. Tajaajilli musee amma biyya kanaa'anitti ce'anitti dha. Kan Yesuus immoo amma mirga Waaqayyoo mootummaa barabaraa keessatti argamanittidha. Qabxiilee gurguddoo Boqonnaa 34: 1. Ijaan Arguu Garuu Galuu Dhabuu (Lak. 1-4) Museen akkuma Waaqayyo isa abboome, dachaa Mo’aabii ka’ee gara tulluu Neboo, gubbee Phiisgaa isa fuullee Yerikoo jiru sanatti ol ba’e. Argiitii Biyyaa: Waaqayyo tulluu sana irratti biyya abdachiifamte hunda; Giil’aadii hamma Daanitti, biyya Yihudaa hamma galaana guddichaatti Museetti argisiise. Museen biyyichatti waa hin ceemeef argee akka garaan isaa gammadu barbaadee Waaqayyo gaarichatti ol baase. Murtii Waaqayyoo: Waaqayyo Museedhaan, "Biyyi ani Abrahaam, Yisihaqii fi Yaaqoobiif kakadhe kanatti fufee jira; ati ija keetiin argiteetta, garuu ati achi hin ceetu (hin galtu)," jedheen. Museen yeroo Waaqayyo murtii jabaa kana murteessu mormuuf hin yaalle. Saba Isiraa'eliin beelaaf dheebuu, gaaraaf dachaa, haala mijataa fi lafa onaa keessatto geggeessaa kan ture Museen biyyicha isa saba sana abdachiifametti garuu qaamaan hin galle. Kunis murtii Waaqayyoo waan ta'eef tole jedhee abboomamee fudhate. 2. Du’aa fi Awwaala Musee (Lak. 5-8) Museen garbichi Waaqayyoo akkuma dubbii Waaqayyootti biyya Mo’aabitti du’e. Awwaala Dinqii: Waaqayyoo ofii isaatii dachaa Mo’aab keessatti isa awwaale; haa ta’u iyyuu malee, hamma har’aatti namni iddoo awwaala isaa beeku hin jiru. Sababni isaa Waaqayyo ofii isaatii isa awwaale. Jabina Musee: Museen yommuu du’e nama waggaa 120 ture; ta’us iji isaa hin dimimmifne, humni isaas irraa hin hir’anne. Gadda Sabaa: Israa’eloonni guyyaa 30 Museedhaaf gaddan; kanaan yeroon boo’ichaa fi gaddaa in raawwatame. 3. Iyaasuu fi Hoggansa Haaraa (Lak. 9) Iyaasuu ilmi Nun hafuura ogummaatiin guutame; sababiin isaas Museen harka isaa irra kaa’ee waan tureefi. Sabni Israa’el hundi akkuma Waaqayyo karaa Musee abboomee ture Iyaasuuf abboomaman. Iyaasuun dhaloota haaraa sana biyya abdachiifamtetti ni galcha. 4. Dhaamoo (Legacy) Musee (Lak. 10-12) Macaafni kun barreeffama yaadannoo Musee baay’ee ulfaataa ta’een xumurama: "Ergasii raajiin Waaqayyo fuulaa-fuulatti beeke, kan akka Musee takkaa Israa’el keessatti hin kaane." Milikkita, dinqii fi humna guddaa Museen guutummaa Israa’el duratti argisiise namni biraa tokko iyyuu hin hojjenne. Gabaabaatti: Boqonnaan 34 barumsa sadii nuuf kenna: Amananummaa hamma Du’aatti: Museen jireenya isaa guutuu Waaqayyoof amanamaa ture. Biyya abdachiifamtetti seenuu dhabuun isaa murtii Waaqayyoo ta’us, xumura jireenya isaa irratti Waaqayyoo wajjin tulluu irratti ta’uun isaa kabaja guddaa dha. Seerri ni Geessisa, Amantiin ni Galcha: Museen "Seera" bakka bu’a. Seerri gara abdii Waaqayyotti nu geessisa (show us the land), garuu nu hin galchu (cannot lead us in). Biyya abdachiifamtetti kan nu galchu Iyaasuu (Yeshua) dha.
38
4
👋Hi! 🔵 Join the Best Channels below 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵‍💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃Spiritual PDF © ┃_ ┃@HamboofAroon1 🚩 ┃_ ┃Motivational Tips ✔️ ┃_ ┃@Bilchina_Sammuu 💌 ┃_ ┃Inspired Life 💜 ┃_ ┃@Kana_Beektuu24 ┃_ Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ ┃_ ┃@Amharic_Proverb ✔️ ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍
26
5
Faarfannaa Gooftaan ittiin galgala kana natti dubbatee na jajjabeessaa tureedha. Faarfannichi "Gaariidha ati gaariikoo" jedha. Faarfannaan kun mata duree "Gaarummaaf" jedhuun kan Yadeni Shifera torban kana nuuf gumaachiteedha. Irra deddeebi'ee dhaggeeffadheen gaarummaa Gooftaa keenyaa yaadaa ture. Inni gaarummaan isaa dhuma hin qabne michuun keenya haa kabajamu. Mee isinis itti yaadaa, irra deddeebiidhaan dhaggeeffadhaa❤ Eebbifamaa🙏 t.me//Youth4Christ1
71
6
Movement Everywhere! ▎Gospel for Every Nation! Campus Bridge Program, Jimma / South West Region / We had a great time that Go+4
Movement Everywhere! ▎Gospel for Every Nation! Campus Bridge Program, Jimma / South West Region / We had a great time that God gave us. ▎Great Commission Ministry Jimma! ▎SLM / Student-Led Movement!!
96
7
Namoonni telegram chanalii 28k waantota akka bizinesii adda addaa irratti hojjechuu feetan gatii maadaalawwaa ta'een bitachuu feetan 👉 @Dani0l1 Nama dursee na gaafateef dursan kenna
122
8
Namoonni telegram chanalii 28k waantota akka bizinesii adda addaa irratti hojjechuu feetan gatii maadaalawwaa ta'een bitachuu feetan 👉 @Dani0l1 Nama dursee na gaafateef dursan kenna
25
9
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera
1
10
Mission 95'5 second site in southwest Ethiopia #Exposed_5919 #Give_Hope_128 #Received_Christ_49 #UnderFollow_up_21 #Participa+9
Mission 95'5 second site in southwest Ethiopia #Exposed_5919 #Give_Hope_128 #Received_Christ_49 #UnderFollow_up_21 #Participants_14 #Mattu_Ethiopia_for_7_days #GoMission #SLMEthiopia #Mission95'5 #JimmaGCM t.me/Youth4Christ1
180
11
👋Hi! 🔵 Join the Best Channels below 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵‍💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃Spiritual PDF © ┃_ ┃@HamboofAroon1 🚩 ┃_ ┃Motivational Tips ✔️ ┃_ ┃@Bilchina_Sammuu 💌 ┃_ ┃Inspired Life 💜 ┃_ ┃@Kana_Beektuu24 ┃_ Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ ┃_ ┃@Amharic_Proverb ✔️ ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍
27
12
Namoonni telegram chanalii 28k waantota akka bizinesii adda addaa irratti hojjechuu feetan gatii maadaalawwaa ta'een bitachuu feetan 👉 @Dani0l1 Nama dursee na gaafateef dursan kenna
50
13
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera
48
14
Namoonni telegram chanalii 28k waantota akka bizinesii adda addaa irratti hojjechuu feetan gatii maadaalawwaa ta'een bitachuu feetan 👉 @Dani0l1 Nama dursee na gaafateef dursan kenna
60
15
✍️✝️📖 Namni Kristosiin qabu Waaqayyo wajjin nagaa, dhiifama cubbuu, uumama haaraa ta'uu fi hunda caalaa immoo jireenya bara baraa qaba. Kristos isin keessa jiraachuu jechuun wanta hundumaa qabaachuu dha. Maddi: https://www.facebook.com/share/1E5W1iT6PG/ follow yoo gootan ibsa  Macaafa Qulqulluu fi barumsa hafuuraa gaggabaaboo ni argattu! t.me/Ifa_Dhalootaa
169
16
YOUTH FOR CHRIST MINISTRY: NAMNI KIRISTOOSIIN QABU MAAL QABA? Namni Kristos Yesus keessa jiru yookiis Kristosiin qabu, qabeenya hafuuraa baay'ee guddaa ta'e qaba. Wanti namni Kristosiin qabu qabu qabxiilee gurguddoo armaan gadiitiin dhiyaata: 1. Jireenya Bara Baraa (Eternal Life) Kristosiin qabaachun jireenya dhuma hin qabne qabaachuu dha. Jireenya barabaraa qabaachuu caalaa wanti abdii nuuf ta'u hin jiru. 1 Yohannis 5:12: "Namni ilma Waaqayyoo qabaatu jireenyicha qaba; namni ilma Waaqayyoo hin qabaanne, jireenyicha hin qabu." Jedha. Amantootni wantoota biyya lafaarratti argamaniin of madaalu hin qaban, sababni isaa wanta mudaa hin qabne, kan gadi dhumaa hin adeemne, ulfina barabaraatu isaan eegaa jira. Barabaraan gooftaa isaanii isa isaaniin jaallatuu wajjin jiraachuuf kan jiru nun warra Gooftaa Yesuusiin amanatee jiru qofaadha. 2. Dhiifama Cubbuu (Forgiveness) Karaa dhiiga Kristos cubbuu keenya hundumaa irraa qullaa'uun nuuf kennameera.badii Addaamiif Hewwan raawwataniin biyya lafaa hundumaatti du'i murteeffamee ture. Harkisa Addaamiin du'aa fu cubbuu nutti darbe sana hundumaa jalaa kan nu qulleesse Yesuus Kiristoosiin qabaachuu keenyadha. Efesoon 1:7: "Akka badhaadhummaa ayyaana isaattis Kristos dhiiga isaa nuuf dhangalaasuu isaatiin furamuu, dhiifamuu cubbuus qabna." Dhiiga ofiisaatii nuuf dhangalaasuudhaan garbummaa cubbuu jalaa biliisa nu baase. Qabeenyaadhaan, ogeessota yaalaa gurguddaadhaan, karaa kamiin iyyuu dhukkuba irraa fayyuun hin danda'amne dhukkuba cubbuu jalaa Yesuusiin amanachuu keenyatu nu baase. 3. Nagaa Dhugaa (True Peace) Kristos nagaa biyyi lafaa kennuu hin dandeenye amantootaaf kenna. Yohannis 14:27: "Nagaa isin biratti nan hambisa, nagaa koo isiniif nan kenna; ani akka biyyi lafaa kennuttan isiniif kenna miti..." Nagaa nuti qabnuu fi kan warri biyya lafaa qaban tokko miti. Isaan utuu nyaatanii dhuganii, utuu uffatanii bashannanaa jiranii, utuu biyya filatanii jiraatanii garuu gammachuu dhugaa, nagaa isa dhugaa hin qaban, jireenyi isaanii yaaddoo fi dhiphinaan guutuudha. Nutimmo waan nyaannu illee utuu hin qabaatin gammachuufi boqonnaa, nagaa guutuus qabna. Inni kun Yesuus keessaa isa nuuf dhangala'u nagaa addaati. 4. Birmadummaa/Bilisummaa (Freedom) Garbummaa cubbuu, seeraa fi humnawwan hamoo jalaa bilisa ba'eera. Galaatiyaa 5:1 "Birmadummaatti akka nuyi jiraannuuf Kristos birmaduu nu baase; kanaaf itti jabaadhaa dhaabadhaa!" Gooftaa Yesuusiin namni amanate waan kamiif iyyuu hin garboomu. Karaa kiristoos birmaaddummaa dhuma hin qabnetu nuuf kenname. 5. Eenyummaa/Uumama Haaraa (New Creation) Namummaan moofaan darbee, uumama haaraa ta'uu dha. Uumamni haaraan boqonnaa fi aaragalfiidhaan kan guuteedha. Gara hundumaatti iyyuu jechuun kan foonii fi hafuuraatti hara'uudha. Cubbuu fi caaffata xura'aa, moofaa abaarsaa fi gidiraa dhaalaan dhufe jalaa bilisa ba'uudha. Kiristoos moofa'ummaa jalaa gara uumama haaraa ta'uutti nu baase. 2 Qorontos 5:17: "Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo inni haaraan dhufeera." 6. Abdii Ulfinaa (Hope of Glory) Kristos amantoota keessa jiraachuun isaa ulfina dhufuuf jiruuf ragaa dha. Qolosaayis 1:27: "...Dhoksaan mul'ifame kunis Kristos isa isin keessa jiruu dha; inni ulfina isin argachuuf jirtaniif abdii keessan." 7. Hafuura Qulqulluu (The Holy Spirit) Kristosiin qabaachun, Hafuura Qulqulluu isa barsiisaa fi gargaaraa ta'een qabdiitti mallatteeffamuu dha. Efesoon 1:13: "...itti amantan, hafuura qulqulluu isa abdachiifameen mallateeffamtaniittu." 8. Firdii Jalaa Ba'uu (No Condemnation) Namni Kristos keessa jiru firdii adabbii jalaa bilisa dha. Sodaa du'aa fi abidda barabaraa keessaa kan baane battala Yesuusiin fayisaa lubbuu keenyaagodhabnee fudhannee kaaseeti. kanaaf firdiin nutti faradamu tokko illee hin jiru. Roomaa 8:1: "Egaa amma firdiin, warra Kristos Yesusitti qabamanii jiraatanitti faradamu tokko illee hin jiru."
149
17
Namoonni telegram chanalii 28k waantota akka bizinesii adda addaa irratti hojjechuu feetan gatii maadaalawwaa ta'een bitachuu feetan 👉 @Dani0l1 Nama dursee na gaafateef dursan kenna
57
18
Namoonni telegram chanalii 28k waantota akka bizinesii adda addaa irratti hojjechuu feetan gatii maadaalawwaa ta'een bitachuu feetan 👉 @Dani0l1 Nama dursee na gaafateef dursan kenna
72
19
Namoonni telegram chanalii 28k ta'e bitachuu feetan 👉 @Dani0l1 Nama dursee na gaafateef dursan kenna
76
20
Kanaafidha, Gochaa gaarii mataa keenyanis miti amantiidhaan malee kan jenneef. Kan nuti itti amanuu qabnuu fi amanamuu qabu immoo Yesus kiristos isa fayisaa biyya lafaa ta'ettidha.  Nuti ayyaana Waaqayyootiin akka fayine amantiidhaan fudhachuun bu'uura mirkaneessituu Kiristaanummaa keenyaati jechuudha. Kanaaf mata dureewwan kana sirritti Beekuun dirqamaa keenya. Isaan kana keessaa filannoo keessaniin  tokko fudhannee bal'inaan  waliin barachuu ni jalqabna. Yaada keessan comment nuuf godhaa! Wako alex Eebbiffamaa Maxxansa kana share yoo gootan namoota baayyee gargaaruu dandeessu Maddi: https://www.facebook.com/share/196LWsnRqD/ 📝 Bona Adugna t.me//Ifa_Dhalootaa
399
IFA DHALOOTAA MINISTIRII - Statistics & analytics of Telegram channel @ifa_dhalootaa