es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Oromia Industrial Parks Development Corporation (OIPDC)

Oromia Industrial Parks Development Corporation (OIPDC)

Ir al canal en Telegram
1 012
Suscriptores
-124 horas
-27 días
-1030 días
Archivo de publicaciones
Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Dhimma Bishaan PIQQ Bulbulaatiin Walqabatee Rakkoo Hannaa Shiboo Elekt
+4
Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Dhimma Bishaan PIQQ Bulbulaatiin Walqabatee Rakkoo Hannaa Shiboo Elektiriikii Diriirfamaa Jiruun Walqabatee Uumame Hambisuu fi Hawaasni Naannoo Akka Qabeenya Isaatti Akka Eeggatu Gochuuf Hoggansa Aanaa Xiyyoo fi Ganda Morqicha Qobboo Akkasumas, Abbootii Gadaa, Jaarsota Biyyaa fi Bakka Bu'oota Dargaggootaa fi Dubartootaa Waliin Marii Taasise. Marii kanaan qaamonni argaman hundaa kan uummata keessa taa'ee rakkoo kana uumaa jiru saaxiluu fi fuulduraaf itti fufiinsaan Qabeenya mootummaa fi uummata kana eeguuf waadaa galuun mariin xumuramee jira.

Beeksisa Gita Hojii Bakka Duwwaa

BAGA AYYAANA IRREECHAA BARA 2019'N ISIN GAHE! AYYAANNI KAN JAALALAA,TOKKUMMAA, NAGEENYAA, BADHAADHINAA, MISOOMAA FI MILKAA'IN
BAGA AYYAANA IRREECHAA BARA 2019'N ISIN GAHE! AYYAANNI KAN JAALALAA,TOKKUMMAA, NAGEENYAA, BADHAADHINAA, MISOOMAA FI MILKAA'INAA ISINIIF YAA TA'U! IRREECHI IRREE KEENYA! AYYAANA GAARII!

Dureeyyiin Biyyoota Indoonezhiyaa fi Paakistaan Paarkii Industirii Qonna Qindaa’aa (PIQQ) Bulbulaa Keessa Galanii Hojjachuuf Abbaa Qabeenyaa TK Manufacturing & Trading Plc Sheek Toofiq Kadiir Waliin Waliigaltee Hojii Mallatteessan. Sirni waliigaltee walii mallatteessuu kun kan gaggeeffame Fulbaana 19/2019 PIQQ Bulbulaatti yoo ta’u sirna kana kan qopheessan Sheek Toofiiq Kadiir ta’uu ibsameera. Sirna kanarratti Obbo Hasan Mohaammad Itti Aanaan Ministira Industirii Itiyoophiyaa kan argaman yoo ta’u, Aadde Sannaayit Mabree Hojii Raawwachiistuu Ol Aantuu Korporeeshinii Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa (KMPIO) argamanii jiru. Gama biraatiin Ambaasaadaroonni Biyoota lamaanii (Indoonezhiyaa fi Paakistaan) Mr. Feyisaal Chaarii fi Mr. Ative Shaarid kan argaman yoo ta’u, akkasumas, Ambaasaaddari duraanii Ruusiyaa Kibba Bahaa Pirofesar Fiqaaduun argamanii jiru. Dureeyyiin biyyoota kanaas argamuun waliigaltee waliin hojjachuu kan mallatteessan yoo ta’u, waliigalteen hojii kun Kaampaanota PT. Indo Sultan Jaya, TK Business Group fi Olivia Oleo PTE LTD jidduutti kan mallatteeffame ta’uu ibsameera.

Dureeyyiin Biyyoota Indoonezhiyaa fi Paakistaan Paarkii Industirii Qonna Qindaa’aa (PIQQ) Bulbulaa Keessa Galanii Hojjachuuf
Dureeyyiin Biyyoota Indoonezhiyaa fi Paakistaan Paarkii Industirii Qonna Qindaa’aa (PIQQ) Bulbulaa Keessa Galanii Hojjachuuf Abbaa Qabeenyaa TK Manufacturing & Trading Plc Sheek Toofiq Kadiir Waliin Waliigaltee Hojii Mallatteessan. Sirni waliigaltee walii mallatteessuu kun kan gaggeeffame Fulbaana 19/2019 PIQQ Bulbulaatti yoo ta’u sirna kana kan qopheessan Sheek Toofiiq Kadiir ta’uu ibsameera. Sirna kanarratti Obbo Hasan Mohaammad Itti Aanaan Ministira Industirii Itiyoophiyaa kan argaman yoo ta’u, Aadde Sannaayit Mabree Hojii Raawwachiistuu Ol Aantuu Korporeeshinii Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa (KMPIO) argamanii jiru. Gama biraatiin Ambaasaadaroonni Biyoota lamaanii (Indoonezhiyaa fi Paakistaan) kan argaman yoo ta’u dureeyyiin biyyoota kanaas argamuun waliigaltee waliin hojjachuu mallatteessanii jiru. Waliigalteen hojii kun Kaampaanota PT. Indo Sultan Jaya, TK Business Group fi Olivia Oleo PTE LTD jidduutti kan mallatteeffame ta’uu ibsameera.

BAGA MOOTII AYYAANAA AYYAANA MASQALAA BARA 2019 ISIN GAHE!

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Barattoota 187 maatiin isaanii harka qalleeyyii ta'an meeshaalee barnootaa deeggare. Deeggarsa kan taasise hawaasa gootota misoomaa naannawa Paarkii Industirii Qonna Qindaa'aa Naqamtee jiraataniif.

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Festivaala Goobee fi Sinooyyee Sirna Ho'aa Ta'een Garee Goobee fi Shinooyyee Galaan Waliin Ta'uun Kabaje.

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Festivaala Goobee fi Sinooyyee Sirna Ho'aa Ta'een Garee Goobee fi Shin
+8
Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Festivaala Goobee fi Sinooyyee Sirna Ho'aa Ta'een Garee Goobee fi Shinooyyee Galaan Waliin Ta'uun Kabaje.

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Festivaala Goobee fi Sinooyyee Sirna Ho'aa Ta'een Garee Goobee fi Shinooyyee Galaan Waliin Ta'uun Kabaje.

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Gabaasa Raawwii Hojii Waggaa Bara 2018 fi Karoora Bara 2018 Irratti Ma
+2
Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Gabaasa Raawwii Hojii Waggaa Bara 2018 fi Karoora Bara 2018 Irratti Marii Gaggeesse. Gamaggamni kun Hagayya 30/2018 Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame.