es
Feedback
Oromia Industrial Parks Development Corporation (OIPDC)

Oromia Industrial Parks Development Corporation (OIPDC)

Ir al canal en Telegram
1 050
Suscriptores
-124 horas
-57 días
-1330 días

Carga de datos en curso...

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
junio '26
junio '260
en 0 canales
mayo '26
+31
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+16
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+11
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+5
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+3
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+22
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+9
en 0 canales
Get PRO
octubre '25
+16
en 0 canales
Get PRO
septiembre '25
+3
en 0 canales
Get PRO
agosto '25
+8
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+22
en 0 canales
Get PRO
junio '25
+10
en 0 canales
Get PRO
mayo '25
+32
en 0 canales
Get PRO
abril '25
+27
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+28
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+8
en 0 canales
Get PRO
enero '25
+9
en 0 canales
Get PRO
diciembre '24
+57
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+140
en 0 canales
Get PRO
octubre '24
+96
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+115
en 0 canales
Get PRO
agosto '24
+76
en 0 canales
Get PRO
julio '24
+55
en 0 canales
Get PRO
junio '24
+60
en 0 canales
Get PRO
mayo '24
+55
en 0 canales
Get PRO
abril '24
+67
en 0 canales
Get PRO
marzo '24
+51
en 0 canales
Get PRO
febrero '24
+58
en 0 canales
Get PRO
enero '24
+135
en 0 canales
Get PRO
diciembre '23
+38
en 0 canales
Get PRO
noviembre '23
+313
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
11 junio0
10 junio0
09 junio0
08 junio0
07 junio0
06 junio0
05 junio0
04 junio0
03 junio0
02 junio0
01 junio0
Publicaciones del Canal
Waltajjiin Marii Abbootii Qabeenyaa Gaggeeffame. Caamsaa,21/2018 Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa waltajjii marii abbootii qabeenyaa PIQQ Bulbulaa fi Naqamtee akkasumas, Giddugaloota Ce'umsa Baadiyyaa Shaashamannee, Dodolaa, Baalee Roobee, Itayyaa, Olancitii fi Maqii keessa galanii hojii eegalanii fi adeemsa hojii eegaluurra jiran waliin marii gaggeesse. Marii kanaaf yaada ka'umsaa kan ta'uu fi sadarkaa abbootiin qabeenyaa kun irra jiran barreeffama gabaabaa Obbo Tamasgeen Shoonee Daayrektara Daayrektoreetii Bulchuunsa Paarkiwwanii dhiyeessanii jiru. Barreeffama dhiyaateen haala sosochii abbootii qabeenyaa sadarkaan isaan hojii keessa galaa jiraniin kanneen hojii keessa galanii omisha jalqaban halluu magariisa, kanneen adeemsa ijaarsaa fi sochiin isaanii laafaa ta'an halluu keelloo fi kanneen ammoo, sosochii gonkuma hin jalqabin halluu diimaa keessa galchuun agarsiisanii jiran. Hubannoo kanarraa ka'uun sadarkaa isaanii arganiin yaada akka kennan Aadde Sannaayit Mabree Hojii Raawwachiistuu Ol Aantuu KMPIO fi Obbo Mangistuu Raggaasaa Itti Aanaa Hojii Raawwachiisaa Ol Aanaa KMPIO abbootii qabeenyaa affeeruun yaada qaban akka kennan taasisanii jiru. Keessattuu, abbootiin qabeenyaa halluu keelloo fi diimaa keessa jiran rakkoon isaanii maal akka ta'e yaada kennaniin rakkoo meeshhaleen ijaarsaa fi maashinoonni alaa galan sababa waraana Giddugaleesa Baha Addunyaa jiruun turuu isaanii kaasanii jiru. Dabalataanis rakkoo qaalayiinsa meeshaalee ijaarsaa fi industiriis kaasanii jiru. Dhumarratti Aadde Sannaayit Mabree rakkoowwan akka waliigalaatti jiran akkuma jiranitti ta'anii rakkooleen kun kan hundaati waan ta'aniif akkuma abbootiin qabeenyaa kanneen rakkoo kana dandamatanii oomisha eegalan kanneen duubatti haftanis kana keessaa bahuu qabdan jechuun yaada kanarratti waliigalamee mariin har'aa xumuramee jira.

2
+4
Sin texto...
202
3

1
4
Hordoftoota Amantaa Islaamaa Hundan Baga Ayyaana Iid Al Adahaa (Arafaa) tiin Isin Gahe!
Hordoftoota Amantaa Islaamaa Hundan Baga Ayyaana Iid Al Adahaa (Arafaa) tiin Isin Gahe!
252
5
የባቱ እና የቡልቡላው ድምቀት https://youtube.com/watch?v=zDyLSxm2FJ0&si=AJ1fwiNFaRAKrjvd
300
6
Paarkii Industirii Qonna Qindaa'aa Bulbulaa ETV Entertainment dhaan
263
7
Qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota gara industirii fiduu mannaa industirii gara isaaniitti dhiheessuu qabna. Omishtoonni baadiyyaa “fayyadamtoota” miti bu’uura industirii hundaati. Isaan ka’umsa sona dabaluuti. Jijjiiramni dhugaa kan dhufu baadiyyaa giddugaleessa industirii yoo taasisnee fi naannoo omishaa fi omishitummaan jirutti industirii yoo ijaarrre qofadha. Badiyyaan bakka funci sonaa lafa irratti argamu, naannoo carraan hojii itti uumamu, naannoo hawaasni humna daldalaa dhugaa itti argatuudha. Kana booda gaaffiin jiru qonnaan bultootaa fi horsiisee bultoota akkamitti akka deeggaran qofa miti. Gaafiin dhugaa sirna gabaa biyya keessaa fi idil-addunyaa fayya-dhabeessa ta’ee fi omishtoonni funca sonaa jalatti akka bulan ta’an akkamitti cabsuu dandeenya kan jedhuudha. Qonnaan bultoonni fi horsiisee bultoonni kallattiin funca sonaa industirii waliin walitti hidhuun,to’annoo qulqullinaa, kuusaa, qindeessuu, saamsuu, maqaa daldalaa, fi gabaa biyya keessaa fi idil-addunyaa argachuu qabu. Instead of bringing farmers and pastoralists to industry, we need to bring industry closer to them. Rural producers are not “beneficiaries” they are the foundation of entire industries. They are the starting point of value creation. Real transformation will come from building decentralized industries near production areas — where value addition happens on the ground,jobs are created locally, and communities gain real bargaining power. The question is no longer only how to support farmers and pastoralists. The real question is how to break the unhealthy domestic and international market systems that keep producers locked at the bottom of the value chain. Farmers and pastoralists must be connected directly to industrial value chains through aggregation, quality control, storage,processing, packaging, branding, and access to both domestic and international markets
333
8
+9
Sin texto...
361
9
Guyyaa Hojjattootaa Gaarii! መልካም የሠራተኞች ቀን! Happy Lobour Day!
Guyyaa Hojjattootaa Gaarii! መልካም የሠራተኞች ቀን! Happy Lobour Day!
436
10
https://ethiojobs.net/job/XFgsrSKU41-civil-engineer
0
11
https://ethiojobs.net/job/PwO58stvyB-civil-engineer
0
12
https://ethiojobs.net/job/70PHdbSVvl-electrician-iv
0
13
https://ethiojobs.net/job/O00lT2Eu2g-rural-transformation-manager
0
14
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Hundaa Baga Du'aa Ka'uu Gooftaa Keenyaa Fayyisaa Addunyaa Iyyasuus Kiristoosin Isin Gahe! Ayy
Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Hundaa Baga Du'aa Ka'uu Gooftaa Keenyaa Fayyisaa Addunyaa Iyyasuus Kiristoosin Isin Gahe! Ayyaanni Kan Gammachuu, Fayyaa, Jaalalaa, Guddinaa, Badhaadhinaa, Milkaa'inaa fi Tokkommaa Isinii Yaa Ta'u!
0
15
. He is not here; He has risen!" (Luke 24:6-7) Have a wonderful Easter! • Wishing a blessed and peaceful Easter (Fasika) to all Ethiopian Christians. May this sacred season bring renewal, hope, and spiritual strength • "Jesus said unto her, I am the resurrection, and the life: he that believeth in me, though he were dead, yet shall he live." (John 11:25) Rejoice in hope this Easter season!
0
16
JIMAATA GAARII!
JIMAATA GAARII!
0
17
Caasaalee Mootummaa Godina Arsii, Aanaa Xiyyoo, Aanaa Z/Dugdaa fi gandoota boolli bishaanii PIQQ Bulbulaa keessatti argaman 5 waliin Magaalaa Asallaa Galma Bulchiinsa Godinaatti gaggeeffame. Waltajjiin kun bulchiinsaa fi haala itti fayyadama bishaanichaa irratti xiyyeeffatamee marii gaggeeffameedha. Waltajjiin kun obbo Hirphaa Dhaabaa Itti Aanaa Bulchaa Godina Arsii fi Obbo Mangistuu Raggaasaa Itti Aanaa Hojii Raawwachiisaa Ol Aanaa KMPIO tiin kan gaggeeffamedha. Marii kanaan rakkoleen kanaan dura ka'aa turan hunduu kan furaman ta'uu Obbo Hirphaan kaasanii rakkoolee xixiqqaa jiran ammoo marii kana booda kan furaman ta'uu ibsaniiru. Gama  biraatiin hubannoon uummataa daran cimaa deemuu akka qabuu fi uummanni seeraan bishaan kanatti fayyadamuu akka qabu obbo Mangistuun kaasanii jiru. Hirmaattonnis kallatti kenname hunda fudhatanii hojiitti kan hiikan ta'uu ibsanii jiru. Dhumarratti haala bulchiinsaa fi itti fayyadama isaa Biiroo Bishaanii Oromiyaa waliin ta'uun kan qoratamu ta'uu irratti waliigaluun waltajjichi xumuramee jira.
0
18
+5
Sin texto...
0
19
Hordoftoota Amantaa Islaamaa Hundaan Baga Sooma Hiikkaa Bara 2018 Nagaan Isin Gahe!
Hordoftoota Amantaa Islaamaa Hundaan Baga Sooma Hiikkaa Bara 2018 Nagaan Isin Gahe!
0
20
Manajimantiin Korporeeshinii Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa/KMPIO/ Aadde Sannaayit Mabree Hoji Raawwachiistuu Ol Aant+7
Manajimantiin Korporeeshinii Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa/KMPIO/ Aadde Sannaayit Mabree Hoji Raawwachiistuu Ol Aantuu KMPIO tiin Duurfamu Dawwannaa Gaggeessaa Ture Har'a Xumuure. Daawwannaan kun Manajara "OS-IAIP Project " Korporeeshinii Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Dr. Eebbisaa Oliiqaatiin kan qophaa'edha. Dawwannaa kanaan Paarkii Industirii Qonna Qindaa'aa /PIQQ/Bulbulaa, Giddugala Ce'umsa Baadiyyaa Shaashamannee fi Paarkii Industirii Qonna Qindaa'aa/PIQQ/ Yirgaala kan daawwatamaniidha.
0