uz
Feedback
Oromia Industrial Parks Development Corporation (OIPDC)

Oromia Industrial Parks Development Corporation (OIPDC)

Kanalga Telegram’da o‘tish
1 018
Obunachilar
-224 soatlar
-47 kun
-1530 kun
Postlar arxiv
BAGA MOOTII AYYAANAA AYYAANA MASQALAA BARA 2019 ISIN GAHE!

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Barattoota 187 maatiin isaanii harka qalleeyyii ta'an meeshaalee barnootaa deeggare. Deeggarsa kan taasise hawaasa gootota misoomaa naannawa Paarkii Industirii Qonna Qindaa'aa Naqamtee jiraataniif.

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Festivaala Goobee fi Sinooyyee Sirna Ho'aa Ta'een Garee Goobee fi Shinooyyee Galaan Waliin Ta'uun Kabaje.

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Festivaala Goobee fi Sinooyyee Sirna Ho'aa Ta'een Garee Goobee fi Shin
+8
Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Festivaala Goobee fi Sinooyyee Sirna Ho'aa Ta'een Garee Goobee fi Shinooyyee Galaan Waliin Ta'uun Kabaje.

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Festivaala Goobee fi Sinooyyee Sirna Ho'aa Ta'een Garee Goobee fi Shinooyyee Galaan Waliin Ta'uun Kabaje.

Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Gabaasa Raawwii Hojii Waggaa Bara 2018 fi Karoora Bara 2018 Irratti Ma
+2
Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Gabaasa Raawwii Hojii Waggaa Bara 2018 fi Karoora Bara 2018 Irratti Marii Gaggeesse. Gamaggamni kun Hagayya 30/2018 Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame.

Hordoftoota Amantaa Islaamaa Hundaan Baga Ayyaana Mawulidaa Bara 1501ffaan Nagaan Isin Gahe! Ayyaana Gaarii!
Hordoftoota Amantaa Islaamaa Hundaan Baga Ayyaana Mawulidaa Bara 1501ffaan Nagaan Isin Gahe! Ayyaana Gaarii!

Dameen Oppireeshinii Korporeeshinii Misooma paarkiwwan industirii Oromiyaa Gabaasa Raawwii Hojii Waggaa Bara 2018 fi Karoora Bara 2019 Irratti Marii Gaggeesse. Marii kana kan gaggeessan Kabajamoo Obbo Mangistuu Raggaasaa Itti Aanaa Hojii Raawwachiisaa Ol Aanaa KMPIO fi Itti Gaafatamaa Damee Oppireeshinii KMPIO ti. Mariin kun guyyoota lamaaf kan gaggeeffame yoo ta'u, manajimantiin KMPIO fi hojjattoonni Damee Oppireeshinii irratti argamaniiru. Dabalataanis manajimantiin PIQQ Bulbulaa fi manajarri PIQQ Naqamtee kan irratti argaman yoo ta'u; Giddugaloota Ce'umsaa Baadiyyaa Shaashamannee, Maqii, Dodolaa, Baalee Roobee, Itayyaa fi Oolancitii irraa manajaroonni hirmaatanii jiru. Jalqabarratti gabaasni raawwii hojii Damee Oppireeshinii daarektaroota lamaan Daarektara Bulchiinsa Paarkiwwanii fi Dagaagina Bizinasii fi Piromoshiniitin duraa duubaan dhiyaatera. Itti aansunis Maanajara PIQQ Bulbulaa fi Naqamteen akkasumas, Manajaroota Giddugaloota Ce'umsaa Baadiyyaa jahaniin dhiyaatee jira. Akkuma gabaasni dhiyaatee xumurameen mariin bal'aan erga irratti taasifamee booda Kabajamoo Obbo Mangistuu Raggaasaatiin kallattiin fuulduraa kennameera. Guyyaa lammaaffaa karoorri Damee Oppireeshinii Daarektara lamaan olitti eerameen kan dhiyaate yoo ta'u; karoora dhiyaaterrattis marii bal'aan taasifamuun karoorri dhiyaate kan PIQQ fi Giddugaloota Ce'umsaa Baadiyyaa hundaa ta'ee fudhatamee ciminaa fi qindoominaan hojjatamuu akka qabu kallattiin Kabajamoo Obbo Mangistuu Raggaasaatiin kennamuun xumuramee jira.