es
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Ir al canal en Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Mostrar más
El país no está especificadoEducación3 617

📈 Análisis del canal de Telegram Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

El canal Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 48 229 suscriptores, ocupando la posición 3 617 en la categoría Educación.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 48 229 suscriptores.

Según los últimos datos del 18 septiembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 506, y en las últimas 24 horas de 3, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 48.88%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 21.33% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 23 572 visualizaciones. En el primer día suele acumular 10 288 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 405.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 19 septiembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.

48 229
Suscriptores
+324 horas
+1207 días
+50630 días
Archivo de publicaciones
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 5 qofatu hafe. 📝 Kanaafu, Qo
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 5 qofatu hafe. 📝 Kanaafu, Qormaanni cufamuudhaan duratti carraa kanatti fayyadamuun qormaata keessan liinki qormaataa fayyadamuun ammuma qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
============================== #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 8ffaa.mp310.86 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 8ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Saddeettaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=w4uhtELP9PE&si=fwkv6e5fMveC6K7O

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatt
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,000 qormaata fudhatanii jiru. Isinhoo?? Niyyaa keessan bareechaa, kaka'umsa keessan haaromsaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Shukriin arraba qofaan yeroo ta'u Hamdiin immoo arrabaa fi qaamaani.
Anonymous voting

Qananiin namarra turuu fi dabalamuun firii maaliti?
Anonymous voting

🛑 Beeksisa Barbaachisaa ⌛️ Beeksisa Barattoota keenya Chaanaala TV Afrikaa irratti barnoota hordoftan hundaaf: 📚 Barnoonni
🛑 Beeksisa Barbaachisaa ⌛️ Beeksisa Barattoota keenya Chaanaala TV Afrikaa irratti barnoota hordoftan hundaaf: 📚 Barnoonni Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Chaanaala TV Afrikaa (Africa TV) irratti tamsaa’u, boru irraa eegalee yeroon sagantaa barnootaa guyyaa Sanbataa ittin tamsaa'u jijjiiramu isaa isin beeksisuu barbaanna. 🕝 Yeroon haaraan: 2:30 – 3:00 waaree booda (Sa’aatii Makkaatti) 8:30 – 9:00 Sa'aatii Guyyaa (Akka Sa'aatii Itoophiyaatti) irratti Kan darbu ta'a. Kunis sa'aatii duraanii ittiin tamsaa'u bakka bu’a. 🖍 Hubachiisa: Jijjiiramni sagantaa kun guyyaa sanbataa qofa ilaallata. Guyyoota hafan keessatti yeruma isaanii kan duraanii irratti kan tamsaa'u ta'a!! 💫 Jazaakumullaahu khayran! #Akaakadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 7ffaa.mp37.61 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 7ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Torbaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=6HY_St7EU3s&si=04nAO2UwZ3tvP8rb

Linkii Qormaataa!! 👉https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaan
Linkii Qormaataa!! 👉https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee tokkoffaa Koorsii Tarbiyaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 30/08/2026 ykn 24/12/2018 sa'aatii 1:00 galgala ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata Torbee tokkoffaa kana keessaatti gaafa 10tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1 qaba. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa 👉 Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni xumuramu qofa ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee tokkoffaa koorsii Hadiisaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (web
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee tokkoffaa koorsii Hadiisaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramasuu dandeessu. 🔸 HUBACHIISA: ☑️ Qabxii (Firii) qormaata keessaaniiti fi Deebii sirrii erga qormaanni cufame booda ifooma.Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. 🌟 Hundi keessaniif Qormaata gaarii isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_torbee_tokkoffaa

Rabbiin male waan biroo irratti irkatuun gosoota meeqa qaba?
Anonymous voting

Kaneen armaan gadii keessaa kamtu bu'aa Rabbi irratti irkatuuti?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 6ffaa.mp311.17 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 6ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Jahaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=TaIbZksJpIM&si=GQCOzVAptO3-TECw

Akka ibsa Ibnul Qayyimitti Amantiin gargaarsa barbaaduu fi Rabii gabbaruudha.
Anonymous voting