Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
前往频道在 Telegram
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
显示更多未指定国家教育3 617
📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览
频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 229 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 617。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 229 名订阅者。
根据 18 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 506,过去 24 小时变化为 3,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 48.88%。内容发布后 24 小时内通常能获得 21.33% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 23 572 次浏览,首日通常累积 10 288 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 405。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
凭借高频更新(最新数据采集于 19 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
48 229
订阅者
+324 小时
+1207 天
+50630 天
帖子存档
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 5 qofatu hafe.
📝 Kanaafu, Qormaanni cufamuudhaan duratti carraa kanatti fayyadamuun qormaata keessan liinki qormaataa fayyadamuun ammuma qoramaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91============================== #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 8ffaa.mp310.86 MB
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Saddeettaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=w4uhtELP9PE&si=fwkv6e5fMveC6K7O
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,000 qormaata fudhatanii jiru.
Isinhoo??
Niyyaa keessan bareechaa, kaka'umsa keessan haaromsaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
Shukriin arraba qofaan yeroo ta'u Hamdiin immoo arrabaa fi qaamaani.
Qananiin namarra turuu fi dabalamuun firii maaliti?
🛑 Beeksisa Barbaachisaa
⌛️ Beeksisa Barattoota keenya Chaanaala TV Afrikaa irratti barnoota hordoftan hundaaf:
📚 Barnoonni Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Chaanaala TV Afrikaa (Africa TV) irratti tamsaa’u, boru irraa eegalee yeroon sagantaa barnootaa guyyaa Sanbataa ittin tamsaa'u jijjiiramu isaa isin beeksisuu barbaanna.
🕝 Yeroon haaraan:
2:30 – 3:00 waaree booda (Sa’aatii Makkaatti)
8:30 – 9:00 Sa'aatii Guyyaa (Akka Sa'aatii Itoophiyaatti) irratti Kan darbu ta'a. Kunis sa'aatii duraanii ittiin tamsaa'u bakka bu’a.
🖍 Hubachiisa:
Jijjiiramni sagantaa kun guyyaa sanbataa qofa ilaallata. Guyyoota hafan keessatti yeruma isaanii kan duraanii irratti kan tamsaa'u ta'a!!
💫 Jazaakumullaahu khayran!
#Akaakadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 7ffaa.mp37.61 MB
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Torbaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=6HY_St7EU3s&si=04nAO2UwZ3tvP8rb
Linkii Qormaataa!!
👉https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
📋 Qajeelfama Qormaataa
🗓 Yeroo Qormaataa
Qormaanni torbee tokkoffaa Koorsii Tarbiyaa banameera.
Qormaanni kun Dilbata, 30/08/2026 ykn 24/12/2018 sa'aatii 1:00 galgala ni cufama.
1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
📚 Qormaata Torbee tokkoffaa kana keessaatti gaafa 10tu argama.
Gaaffiin tokko qabxii 1 qaba.
Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama.
🚫 Seera Qormaataa
Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha.
⏲ Hubachiisa
👉 Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni xumuramu qofa ifooma.
🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa.
👉@AfricaacademyOromo
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni torbee tokkoffaa koorsii Hadiisaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti ni banama.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00 banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramasuu dandeessu.
🔸 HUBACHIISA:
☑️ Qabxii (Firii) qormaata keessaaniiti fi Deebii sirrii erga qormaanni cufame booda ifooma.
❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu.
🌟 Hundi keessaniif Qormaata gaarii isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_torbee_tokkoffaa
Rabbiin male waan biroo irratti irkatuun gosoota meeqa qaba?
Kaneen armaan gadii keessaa kamtu bu'aa Rabbi irratti irkatuuti?
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 6ffaa.mp311.17 MB
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Jahaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=TaIbZksJpIM&si=GQCOzVAptO3-TECw
Akka ibsa Ibnul Qayyimitti Amantiin gargaarsa barbaaduu fi Rabii gabbaruudha.
