ar
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالتعليم4 058

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

تُعد قناة Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 44 401 مشتركاً، محتلاً المرتبة 4 058 في فئة التعليم.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 44 401 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 28 يوليو, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 12 152، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 128، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 84.99‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 29.89‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 37 700 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 13 257 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 990.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 29 يوليو, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

44 401
المشتركون
+12824 ساعات
+2 2557 أيام
+12 15230 أيام
أرشيف المشاركات
Yaadachiisa: Guyyoota Soomaa Roobii: Onkololeessa 17/2018 – Guyyaa Taasuu'aa (Guyyaa 9ffaa kan Muharram) Kamisa: – Onkololees
Yaadachiisa: Guyyoota Soomaa Roobii: Onkololeessa 17/2018 – Guyyaa Taasuu'aa (Guyyaa 9ffaa kan Muharram) Kamisa: Onkololeessa 18/2018 - Guyyaa Aashuraa (Guyyaa 10ffaa kan Muharram) Yoo ofii soomuu dadhabdan, nama biraa yaadachiisaa. Tarii namni ati yaadachiiste soomuuf ati immoo akka nama soomee sanaatti mindaa (ajrii) argachuu dandeessa. Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan:
"Soomni guyyaa Ashuuraa badii (Dilii) waggaa darbee akka haqu Rabbi irraa nin kajeela."
Rabbiin kheeyrii hunda keenya haa qunnamsiisu.

+1
Ibsaa gabaabaa Akkaataa galmee fi odeeffannoo/ dhaamsa walii galaa sagantaa kallatti har'a irratti keennameedha. Kutaa 1ffaa

Baga Nagaan gara sagantaa kallatti keenyaa kana har'a Dhuftan!! Affeerraa keenya kabajjanni waan argamtaniif galatoomaa!! Sagantaa keenya akka namni hundi bakkuma takkaa seenee jalqabnuuf daqiiqaa 10f Wal haa egnu. Eragsii sagantaa kaallattumaan kan jalqabnu ta'a. Hagasuu obsaan nu eegaa!!

📢 Beeksisa Sagantaa Kallattii (Live Program)! Boru galgala sa'aatii 2:30 irratti sagantaa kallattii (Live) chaanaala Telegra
📢 Beeksisa Sagantaa Kallattii (Live Program)! Boru galgala sa'aatii 2:30 irratti sagantaa kallattii (Live) chaanaala Telegraama keenya kanaan wal argina. Mata-dureewwan irratti xiyyeeffannu: 🔹 Akkaataa galmee Marsariitii (Website) keenya haaraa irratti galmooytan bal'inaan ibsuu. 🔹 Gaaffilee gaafachaa jiratan maraaf deebii gabaabaa fi ifa ta'e kennuu. 🔹 Carraa gaaffii fi deebii isiniif banuu. 👉 Hundi keessanu irratti hirmaachuun akka odeeffannoo gahaa argattan isin affeerra! 📍 Bakki: Chaanaaluma Telegraama keenya kanarratti.

🔔 YAADACHIISA CIMAA! 🔔 🎓 Barattoota keenya kabajamoo, Akkuma beekkamu, torbee darbe keessatti linkiin galmee marsariitii i
🔔 YAADACHIISA CIMAA! 🔔 🎓 Barattoota keenya kabajamoo, Akkuma beekkamu, torbee darbe keessatti linkiin galmee marsariitii irratti odeeffannoo keessan itti galchitan har'a akka maxxanfamu isin beeksisnee turre. ⏳ Guyyaan sun har'a gaheera! ✨ Fadhii Rabbii yoo ta'e, linkiin galmee marsariitii har'a sa'aatii 9:00 irratti isiniif ni maxxanfama. Akka isin hin dabarre beeksisicha hordofaa!! 📲 Nu eegaa!

✨Alhamdulillaah! Barattoonni 8000+ Galmaa'anii jiru! ✨ 🔗 Namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa⁠ 📌 kuni
✨Alhamdulillaah! Barattoonni 8000+ Galmaa'anii jiru! ✨ 🔗 Namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa⁠ 📌 kuni milkii guddaadha. Garuu akka heddumina hawaasa keenyaatin ga'aa miti. Hawaasni keenya bal'aan carraa barnootaa kana akka argatuuf maatii fi hiriyyoota kenyaaf haa qoodnu. Hojii kheyrii kana irratti haa hirmaannu. ✅ Har’uma warroota isinitti dhiyaatanif qoodaa. Nu waliin ta'uun karaa salphaa ta'een beekumsa shari'aa akka argatan taasisaa! Guyyoota lameen kana keessatti lakkoofsi barattootaa 10,000 ol akka ta'uuf namoota biroo haa afeerru! 🌟 Barnoonni, fadhii Rabbiitiin, Guyyaa Roobii 01/07/2026 irraa eegalee ifatti ni jalqaba. Akkaadaamii Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa beekumsaa nama hundaaf!!

✨ Baga gara Akkaadaamii Afrikaa Afaan Oromootti dhuftan. 📌 Dizaayinara poostaraa fi gulaalaa viidiyoo afaan Oromootiin qacar
✨ Baga gara Akkaadaamii Afrikaa Afaan Oromootti dhuftan. 📌 Dizaayinara poostaraa fi gulaalaa viidiyoo afaan Oromootiin qacaruuf barbaadaa jirra. Namni Afaan Oromoo beeku yoo iyyachuu barbaade unkaa kana guutuu qaba https://forms.gle/8iXYjHiYPxtZgMg46

Dhaamsa Jabaa!!! 🍀 Ergaa Jabaa Dr. Jibrii Qamar irraa barattoota Akkaadaamii Afriikaatiif dabarsan!! 🗣 Ergaa Doktooraa namoota birootifis haa qoodnu!! Akkaadaamii Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa beekumsaa nama hundaaf!!

Sagantaan keenya daqiiqaa muraasa booda ni jalqba....

👋 Barattoota keenya jaallatamoo marsaa jalqabaatif galmooftan hundi, nageenyi Rabbii isin irratti haa jiraatu. ⚪️ Har’a galg
👋 Barattoota keenya jaallatamoo marsaa jalqabaatif galmooftan hundi, nageenyi Rabbii isin irratti haa jiraatu. ⚪️ Har’a galgala sa’aatii 3:00 irraa eegalee, Sheeka keenya Dr. Jibriil Qamar wajjiin sagantaa kallattiin darbu (Live) kan “Baga Nagaan Dhuftan” fi “Baga Ayyaana Iidaa Geessan” jedhu ni qabaanna. ⏰ Sa’aatii: Galgala 3:00 🗓️ Guyyaa: Har’a, Caamsaa 25, 2018 ✈️ Iddoo: Chaanaalii Telegraama keenya kana irratti nu eegaa. 🔅 Liinkii Telegram kana hiriyyoota keessaniif qoodaa (share godhaa): 🔗 @AkkaadaamiiAfriikaa Akkaadaamii Afriikaa!! Beekumsaaf, guddinaaf fi milkaa’inaaf!!

📢 Beeksisa Baay’ee Barbaachisaa! 🖌 Barattoota keenya jaallatamoo fi warra haaraa galmooftan hundi:- 1⃣ Jalqaba irratti, bag
📢 Beeksisa Baay’ee Barbaachisaa! 🖌  Barattoota keenya jaallatamoo fi warra haaraa galmooftan hundi:- 1⃣ Jalqaba irratti, baga Ayyaana Iida Al-Adhaa (Arafaa) nagaan isin gahe. Rabbiin nuu fi isiniif nagaa, milkaa’inaa fi barakaadhaan haa deebisu. 2⃣ Kana dura galmeen pilaatfoormii irratti  gaggeeffamu kan odeeffannoo keessan ittiin galchiitan Kibxata 02/06/2026 akka banamu isin beeksifnee turre. Garuu qophiiwwan teeknikaa galmeen keessan salphaa fi mijataa akka ta’uuf barbaachisan hunda xumuruuf, guyyaan galmee pilaatfoormii irratti gaggeefamuu torbee dhufu guyyaa kiibxataa 09/06/2026tti dabarfamee jira. 🔴 Jijjiirama guyyaatif dhiifama guddaa isin gaafanna. Akkasumaas, liinkii galmee fi qajeelfamoota guutuu yeroo dhihootti chaanaala kana irratti akka maxxanfamu isin beeksisna. #Akkaadaamii_Afriikaa #Dipiloomaa_Marsaa_Jalqabaa

✨🎓 Alhamdulillaah! Barattoonni 7000+ Galmaa'anii jiru! 🎓✨ 📚 Beekumsa barbaaduun dirqama nama muslima hundaati. Guyyoota mu
✨🎓 Alhamdulillaah! Barattoonni 7000+ Galmaa'anii jiru! 🎓✨ 📚 Beekumsa barbaaduun dirqama nama muslima hundaati. Guyyoota muraasa keessatti barattoonni 7000 ol Akkaadaamii Afriikaatti barachuuf galmaa’anii jiru. Kuni milkii guddaa fi waan akkaan nama gammachiisuu dha. 🎓 Barnoota Shari'aa Islaamaa sagantaa Dippiloomaa Bilisaan, onlaayiniin bakkuma jirtan irraa yeruuma isiniif mijjatuutti barsiisoota babbeekkamoo irraa bardhaa! ✅ Har’uma warroota isiniitti dhihaataniif qoodaa. Nu waliin tahuun karaa salphaa ta'een beekumsa shari'aa akka argatan taasisaa!! 🌟 Barnoonni, fadhii Rabbiitiin, Guyyaa Roobii 01/07/2026 irraa eegalee ifatti ni jalqaba. 🔗 Namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaaAkkaadaamii Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa beekumsaa nama hundaaf!!

Baga Ayyaana Iida Al-Adhaa (Arafaa) 1447ffaa nagaan geettan! ✨ Ayyaanni guddaan kun mallattoo gaarummaa, rahmataa fi waliif y
Baga Ayyaana Iida Al-Adhaa (Arafaa) 1447ffaa nagaan geettan! ✨ Ayyaanni guddaan kun mallattoo gaarummaa, rahmataa fi waliif yaaduuti. ✨ ⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa fi Africa TV'n  hordoftoota amantii Islaamaa hundaaf ayyaanni kun akka ayyaana nagayaa, jaalalaa fi barakaatiin guutame ta’u hawwii isaanii gaarii ibsu. 🌙 Iid Mubaarak! 🌙 #Akaadaamii_Afriikaa #Africa_TV #Iid_Mubaarak #Arafaa1447

🌙✨ Du’aa'ii Guyyaa Arafaa ✨🌙 Irra caalaan kadhaa, kadhaa Guyyaa Arafaa ti 🤲 Irra caalaan waan Nabiyyoonniifi Nabi Muhammad
🌙✨ Du’aa'ii Guyyaa Arafaa ✨🌙 Irra caalaan kadhaa, kadhaa Guyyaa Arafaa ti 🤲 Irra caalaan waan Nabiyyoonniifi Nabi Muhammad ﷺ jedhanis: “Laa ilaaha illallaahu wahdahu laa shariika lahu, lahul mulku wa lahul hamdu wa huwa ‘alaa kulli shay’in qadiir.” 🕋 Yaa Allaah! Kadhaa keenyaa fi Hojii keenya gaarii hunda nuu qeebali. Dilii keenya nuuf araarami 🤍 🌸 Guyyaa Arafaa kana keessatti du’aa'ii , zikrii fi hojii gaarii haa baay’ifnu. 📚 Barattoota Akkaadaamii Afriikaa hundaaf Guyyaa Arafaa gaarii isiniif haa ta’u. 🤍

Baga Gara Akkaadaamii Afriikaatti Dhuftan!! 📚 Barnoota Saayinsii Shari’aa bilisaan karaa intarneetiitin isinii kennina. 🎓 X
Baga Gara Akkaadaamii Afriikaatti Dhuftan!! 📚  Barnoota Saayinsii Shari’aa bilisaan karaa intarneetiitin isinii kennina. 🎓 Xumura barnootaa irratti Ragaa Dipiloomaa ni argattu. 🌟 Ammuma imala beekumsa Shari'aa keessan kan jalqabaatti makamaa!! 🔗 Galmaa’uu fi namoota birootti qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaaAkkaadaamii Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa Beekumsaa Nama Hundaaf!!

📢✨ Yaadachiisa Barbaachisaa ✨📢 Barattoota keenya kabajamoo hedduun keessan: “Akkamitti galmoofna?” ❓ “Galmaa’uu keenya akka
📢✨ Yaadachiisa Barbaachisaa ✨📢 Barattoota keenya kabajamoo hedduun keessan: “Akkamitti galmoofna?” ❓ “Galmaa’uu keenya akkamitti beekna?” jechuun gaaffilee nu gaafachaa jirtu. Kanaaf ibsa gabaabaa isinif qabna 👇 📌 Marsaa jalqabaaf, chaanaala barnootaa kana keessatti makamuun keessan akka galmee jalqabaatti ilaalama. 📚 Barnootaa fi odeeffannooleen barnootaa waliin walqabatan hundi chaanaala kana irratti yeroo hunda ni maxxanfamu. 🖥️ Linkiin galmee pilatfoormii irratti odeeffannoo keessan guutuu itti galchiitan guyyaa Kibxataa 02/06/2026 ni banama. Yeroo sanatti hundi keessan odeeffannoo barbaachisu ni guuttattu. 🌟 Barnoonni, fadhii Rabbiitiin, Guyyaa Roobii 01/07/2026 irraa eegalee ifatti ni jalqaba. 🔗 Galmaa’uu fi namoota birootti qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa✨ Akkaadaamii Afriikaa 🎓 Marsaa Jalqabaa 💡 Ifaa Beekumsaa Nama Hundaaf!

⭕ Yaadachiisa!! 🔔 ⭐ Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo Chaanaala barnoota Akkaadaami Afriikaa marsaa jalqabaatti mak
⭕ Yaadachiisa!! 🔔 ⭐ Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo Chaanaala barnoota Akkaadaami Afriikaa marsaa jalqabaatti makamuu keessaniif gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Chaanaalii barnootaa kana keessatti makamuun keessan, marsaa jalqabaatif akka galmooftaniitti ilaalamu ta'u isaa isin beeksifna. 📱 Linkiin galmee platformii irratti ittii odeeffannoo keessan hunda ittiin galchiitan Guyyaa kibxataa 2/6/2026 ni banama. Yeroo sanatti hundI keessan odeeffannoo keessan ni galchitu. 📚 Barnoonni fadhii Rabbiitin guyyaa Roobii 1/7/2026 irraa eegalee ifatti ni jalqaba. 🎯 Kaayyoon keenya:- " Beekumsa Shari'aa Nama hundaaf akka dhaqqabuu taasisu! " 👥  Galmaa'uu fi namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa Akkaadaami Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!! Ifaa beekumsaa nama hundaaf!!

🍀 Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu🍀 ✨ Baga Nagaan Gara Maaddii Beekumsa Shari'aa Dhuftan ✨ 📝Akkaadaamii A
🍀 Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu🍀 ✨ Baga Nagaan Gara Maaddii Beekumsa Shari'aa Dhuftan ✨ 📝Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo📝 Kuni Guruuppi Ofiishaalaa kan ittiin barnoonni online Afriikaa Akaadaamii damee Afaan Oromoo ittiin kennamuu dha. In shaa Allah marsaan 1ffaa (jalqabaa) barnoota Shariʼaa keenyaas yeroo dhihoo keessatti ni jalqabama. 🗣 Waamicha keeyrii:- Namoonni hedduun maaddii beekumsaa kana irraa fayyadamoo akka taʼaniif, guruuppii kana nama hedduuf Erguun/qooduun hojii keeyrii kana keessatti akka hirmaattan kabajaan isin gaafanna. 🎯 Kaayyoon keenya:- " Beekumsa Shari'aa Nama hundaaf akka dhaqqabuu taasisu! " 👥 Galmaa'uu fi namoota birootiif qooduuf: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa Akkaadaamii Afriikaa! Marsaa 1ffaa! Ifa beekumsaa Nama hundaaf!

🎉 Milkii Guddaa! 🎉 Guyyaa 4 keessatti barattoonni 5000 ol ta'an barnoota kanaaf galmaa’aniiru. Kuni milkii guddaa fi hojii
🎉 Milkii Guddaa! 🎉 Guyyaa 4 keessatti barattoonni 5000 ol ta'an barnoota kanaaf galmaa’aniiru. Kuni milkii guddaa fi hojii bonsisaadha. Warra galmaa’ee fi Warroota birootif dabarsuu keessatti hirmaattan hunda Galatoomaa isiniin jechuu barbaanna. ⭐️ 📚 Galmeen ammaas itti fufeera!Beeksisa kana Hiriyyoota keessaniif qoodaa, akka isaanis kheyrii kana irraa qooda fudhatan taasisaa. https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🎓 Barnoota Saayinsii Shari’aa bakkuma jirtan irraa baradhaa, sagantaa dippiloomaatiin waraqaa ragaa argadhaa. ✨ Barnootni ulamaa fi barsiisota muuxannoo qabanii kan kennamuudha. 🎯 Kaayyoon keenya:- " Beekumsa Shari'aa Nama hundaaf akka dhaqqabuu taasisu! " Akkaadaamii Afriikaa! Marsaa 1ffaa!! Ifa beekumsaa Nama hundaaf!

⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata ✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa: 💵 Akkaadaamichi
⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata ✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa: 💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha. 📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama. 👳‍♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu. 📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina. 🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:- Dr. Jeeylaan Kadiir Dr. Kamaal Haaji Galatuu Dr. Kamaal Tilmoo Dr. Abdallaah Kadiir Dr. Mahmuud Huseen Dr. Alii Jimmaa Dr. Jibriil Qamar ⏳ Turtiin barumsaa:  waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama. Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata: * Kitaabaan (PDF). * Viidiyoodhaan. * Sagaleedhaan. 📲 Carraa kana hin dabarsinaa, beeksisa kana warra isinitti dhiyoo jiraniif qoodaa (Share godhaa).