Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
Mostrar más📈 Análisis del canal de Telegram Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
El canal Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 48 218 suscriptores, ocupando la posición 3 620 en la categoría Educación.
📊 Métricas de audiencia y dinámica
Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 48 218 suscriptores.
Según los últimos datos del 17 septiembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 568, y en las últimas 24 horas de 23, conservando un alto alcance.
- Estado de verificación: No verificado
- Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 48.57%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 21.57% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 23 422 visualizaciones. En el primer día suele acumular 10 400 visualizaciones.
- Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 401.
📝 Descripción y política de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 18 septiembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.
Carga de datos en curso...
Carga de datos en curso...
Mensajes | Ver dinámicas | |||||
🌟 ODUU GAMMACHIISAA!!
🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo,
📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 19/09/2026 ykn 09/01/2019 irraa eegalee barnoonni Aqiidaa kan jalqabu ta'a.
📚 Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Barnoonni Torban sadiif (3f) Yeroo hunda guyyaa Dilbataa irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a.
🔖 Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama.
Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama.
📌 Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!!
💡Rabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaa’ina fi bu’aa gaarii isiniif haa kennu.
Milkaa’ina isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 6 452 | 5 | 0 | 518 | Loading... | |
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 9 594 | 18 | 0 | 351 | Loading... | |
📣 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa
📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin Aqiidaa simisteera tokkoffaa Sanbata dhufu guyyaa 22/08/26 A.L.A ykn 16/12/2018 A.L.E irraa eegalee kan jalqabu ta'a.
📝 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya adduunyaa akhiraa keessan bareechifadhaa!!
☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 11 367 | 15 | 0 | 892 | Loading... | |
📣 YAADACHIISA!!
🔏 Qormaanni Xumuraa Koorsii Tarbiyya Cufamee jira.
📝 Barattoonni qormaata fudhattan hundi Rabbiin tattaaffi keessan isinirraa haa qeebalu. | 12 868 | 30 | 0 | 414 | Loading... | |
🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🔖 Qormaanni Xumuraa koorsii Tarbiyaa Islaamaa guyyaa tokkoof hanga boru Roobii 16/09/2026 Ykn 06/01/2019 banaa ta'ee jira.
📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin ammuma carraa kanatti fayyadamaa qoramaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=103
==============================
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 15 559 | 30 | 0 | 506 | Loading... | |
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni Xumuraa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 6,800 qormaata fudhatanii jiru.
Isinhoo??
📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=103
==============================
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 18 159 | 48 | 0 | 488 | Loading... | |
Qormaata Tarbiyaa Xumuraa Qoramtee jirtaa?? | 20 367 | 29 | 0 | 1 457 | Loading... | |
Sin texto... | 1 | 0 | 0 | 0 | Loading... | |
Linkii Qormaataa!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=103
📋 Qajeelfamoota armaan gadii sirriitti dubbisaa!!
🗓 Yeroo Qormaataa
Qormanni Xumuraa Koorsii Tarbiyaa website irratti banameera.
Qormaanni kun guyyaa kibxataa, 15/09/2026 ykn 05/02/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama.
1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
🔖 Qormaata Xumuraa kana keessaatti gaafiilee 40tu jira.
Gaafiin tokko qabxii 2n madaalama.
Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 80 irraa madaalama.
🚫 Seera Qormaataa
❌ Yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif deebii qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun dhorkaadha.
🚫 Qormaata erga jalqabdan booda adda murtanii bahuun qabxii keessan irratti rakkoo fiduu waan danda'uuf of eeggannoo godhaa!!
⏲ Hubachiisa
Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufame booda ifooma.
🔗 Yeroo qormaataa rakkoon yoo isin mudate kanaan nu qunnamaa!
👉@AfricaacademyOromo
#Akkaadamii_Afriikaa | 25 087 | 78 | 0 | 671 | Loading... |

