es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Ir al canal en Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Mostrar más
El país no está especificadoEducación3 712

📈 Análisis del canal de Telegram Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

El canal Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 48 172 suscriptores, ocupando la posición 3 712 en la categoría Educación.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 48 172 suscriptores.

Según los últimos datos del 06 noviembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -96, y en las últimas 24 horas de -2, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 44.28%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 17.53% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 21 335 visualizaciones. En el primer día suele acumular 8 447 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 310.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 07 noviembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.

48 172
Suscriptores
-224 horas
-367 días
-9630 días
Archivo de publicaciones
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Siiraa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Siiraa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Roobii (11/11/2026 ykn 02/03/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii/Website irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Xumuraa

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

🎉 Oduu Gammachuu!! 🎥 Alhamdulillaah, Galanni Kan Rabbiiti. Sagantaa waraabbi koorsii Aqiidaa Simisteera lammaffaa Dooktoora keenya Sheekh Jeeylaan Waliin xumurree jirra. 📚 Imala ilmii nu waliin itti fufaa!! #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Siiraa Sem 1ffaa Last.pdf47.40 MB

🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Siiraa xumurtan! 📚 Barnoonni Siiraa
🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Siiraa xumurtan! 📚 Barnoonni Siiraa Dr. Mahmuud Huseenin kennamaa ture gargaarsa Rabiitin Kutaa kudha shaniin (15) xumuramee jira. 🤲 Rabbiin ol ta’ee waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna. 🔖 Qormaanni xumuraa Koorsii Siiraa Guyyaa Sanbata, 07/11/2026 (28/02/2019) irraa eegalee kan kennamu ta'a. 📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Kamtu amala Nabiyyiin (SAW) mana keessatti ittin beekkamani?
Anonymous voting

Nabiyyiin Rabbii (S.A.W) gara nyaata hafuurri isaa jijjiirameetti yeroo waamaman hin awwaatan ture.
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Siiraa Kutaa 15ffaa.mp312.72 MB

Kutaa 15ffaa.pdf4.76 MB

📮 Barnoota Siiraa 📚 Kutaa Kudha Shanaffaa 🎙 Dr. Mahmuud Huseen 🔗 https://youtu.be/-2pVMO5nuDs?si=b8B0bteEep-RQLj7

Nabiyyi (S.A.W) yeroo bishaan dhugaan yeroo tokkotti dhugu ykn haabbuqatu.
Anonymous voting

Nabiyyiin  Rabbii (SAW) ciisanii rafaniis wuduu'uni isaanii hin diigamu.
Anonymous voting

Nabiyyiin (SAW) yeroo hirriibaa ka'an battalumaan wanni isaan godhan maali?
Anonymous voting

📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🌟 📝 Barattoonni qormaata torbee lammaffaa koorsii Siiraa hin fudhanne, qormaata keessan han
📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🌟 📝 Barattoonni qormaata torbee lammaffaa koorsii Siiraa hin fudhanne, qormaata keessan hanga har’a halkan sa’aatii 1:00tti fudhachuu ni dandeessu. ⚠️ ⏳ Qormaanni cufamuuf yeroo muraasatu hafe! 📚 Yeroon hafe sa’aatii muraasa qofa waan ta’eef, carraa kanatti fayyadamuun tasgabbiidhaan qormaata keessan akka fudhattan isin yaadachiifna. 🔗 Liinkii qormaataa: https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=284 #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🌟 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=284 🔖 Qormaanni Koo
📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🌟 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=284 🔖 Qormaanni Koorsii Siiraa torbee lammaffaa har'a halkan sa'aati 1:00 irratti ni cufama. 📝 Kanaafuu, Barattoonni hin qoramin yeroo isiniif kenname keessatti tasgabbiidhaan qormaata keessan akka fudhattan kabajaan isin yaadachiifna. ⚠️ Hubachiisa: Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma. #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

[@download_it_bot mp3] Barnoota Siiraa Kutaa 14ffaa.mp311.34 MB

Kutaa 14ffaa.pdf5.45 MB

📮 Barnoota Siiraa 📚 Kutaa Kudha Afuraffaa 🎙 Dr. Mahmuud Huseen 🔗 https://youtu.be/TklSh1MEAwM?si=bObyvF1ccLZWvvmG

Nabiyyiin (SAW) bishaan yeroo dhugan yeroo tokko dhugu yookaan haabbuuqatu.
Anonymous voting

Maqoolee Nabiyyii keessaa "Muhammad" jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting